#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #20ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa #Yohannis #5:30 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
Wangeela #Yohannis #5:30
βYesus itti dabalee, "#Ani #humna #kootiin #homaa #gochuu #hin #danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. #Anoo #yaada #koo #duukaa #bu'uu #hin #barbaadu, 'yaada #isa #ana #ergee #duukaan #bu'a malee.β
#α₯α #α¨α«α΄ #α αα³α½ #αα°αα #α αα»αααα€ α₯αα° α°αα α₯ααα³αα ααα΄α α α ααα₯ #α¨αα¨αα #ααα΅ #α₯αα ααα΄α α αα»ααα’
Gafii πππ
Akka ragaa Yohannis 5:30 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesus, ani humna kootiin homaa barbaade gochuu ni danda'aa jedhe.
B. Yesuus akka ufii barbaadutti farada malee akka abbaa koo irraa dhaga'etti hin faraduu jedhe.
C. Yesuus anoo yaada koo duukaa bu'uu barbaadaa malee yaada Waaqa duukaa bu'uu hin barbaadu jedhe.
D. Deebiin hin jiru.β β β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Yohannis 5:30 irraa argannu;
1ffaa- Yesuus akka aangoo waan barbaadeen hojjatu #takkalle hin qabne fi akkasuma Waaqaa hin taanee ifatti nama sammuun isaa waa yaadduu mirkaneesse. (#Ani #humna #kootiin #homaa #gochuu #hin #danda'u gaafa jedhu).
Mee ragaa wa'ee #amala(sifa) #Waaqaa ibsu haa ilaalluu:
#Macaafa #Faarfannaa 135:6
βBantii waaqaa irratti, lafa irrattis, galaanotaa fi tuujjuba hundumaa keessatti, #Waaqayyo #waanuma #isatti #tole #in #hojjeta.β
2ffaa- Yesuus waan Rabbiin isa #ajaje #qofa irratti murteessa malee waan fedha isaa tokkollee irratti hin murteessu, ajaja Rabbiin isatti kenne irratti murteessu sun ammoo (wontu kun gaarii hojadhaa, wonti kun hamaa irraa fagaadhaa jechuun) murtee qajeelaa akka ta'e (#abbaa #koo #irraa #akkan #dhaga'etti #nan #farada; #firdiin #ani #faradus #qajeelaa #dha yeroo jedhu).
3ffaa- Yesuus fedhii fi yaadaa isaa tokkoo hordofuu hin barbaadu, sababa inni #ergamaa Rabbii ta'eef ajaja #Waaqaa qofa Raawwataa ture (#yaada #koo #duukaa #bu'uu #hin #barbaadu, #'yaada #isa #ana #ergee #duukaan #bu'a #malee yeroo jedhu).
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaalibu6504

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkanatti ummanni jallattoonni, #sabiyyiiwwan #homaa #hin #beekne #irratti #taphatti. Yaa maatii ilmaan tanaa, ta ummata Rabbitti hin amanne, isaan amanee itti dhiifate.
#Ahhhhhhhhh
https://t.me/Xaaliburidallah
#Ahhhhhhhhh
https://t.me/Xaaliburidallah