Hiikni #Gooftaa/ #Gooftumma jedhu waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane beektuu?
Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate Waaqumma yoo agarsiisu garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa ( #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf gabaabinnaan waan aangoon wol qabatu ta'uu agarsiisa jechu. Mee fakkeenna muraasa fudhanne haa ilaallu koottaa đ
đđđđđđđ
#Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
đđđđđđđ
đ
Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti Waaqumma jechuu osoo hin taane aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha. Dabalataanis akka ifa nama ta'uu mee ragaawwan asii gadii haa ilaalluu; đ
đđđđđđđ
1ffaa- Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe."
áĽáá˛áá #á¨á°á #áá áá°áá áľ áĽááł #ááłá áá á áá¸áá˘
Therefore the #Son of #man is #Lord also of the sabbath.
2ffaa- 1 Pheexros 3:6 đ
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan."
áĽáá˛áá #áŁáŤ #áá áĽáááᢠ#ááł áĽá áĽá¨á áŤá˝á áłááá˝ááľá¤ áĽááá°á á¨ááŤáľá°ááἠááá á ááłá˝ áĽááł áłáľáአáááŤá áĽáłá°áá ááá˝á áá˝áá˘
3ffaa- Seera Ba'uu 32:22 đ
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#á áŽáá áĽáá˛á á áጠ#ááłáŹ ááἠááŁá á ááá áᤠáá ááἠáááľá áĽáá˛ááľáľ á áá° áłáááá á˘
đđđđđđđ
Wolumaa galatti, Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa Yesuus Waaqaa jechuu miti. Sababni isaa 'Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti Yesuus qofaa miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate namoonni Gooftaa jedhaman hundi fkn Abraham, Muuseen inumaayyu ilmi nama hundi, akka yaada kanaatti Waaqa jedhamuu qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
âťď¸âťď¸âťď¸âťď¸By:XR âťď¸âťď¸âťď¸
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa đ
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
#Turullee #dhugatu #irra #aana
đ˛đ˛đ˛đ˛đ˛đ˛
#kutaa #1ffaa
đ˛đ˛đ˛đ˛đ˛đ˛
#Hojii #Manaa
đđđ
Ragaa Wangeela Yohannis 5: 27 irratti argamu dubbisuun gaafii itti aanu deebii sirri filachuun deebisi.
Yohannis 5: 27
" Inni(Yesuus) #ilma #namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, abbaan isaa (Waaqni) firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
đđđđđđ
Akka ibsa Wangeela Yohannis 5:27 tti isa kamtuu sirriidha?
A. Yesuus nama kan ture, Waaqni aangoo Waaqumma kan isaatiin alatti isaalle kennee isaan wojji waaqa lama ta'an jechuudha.
B. Yesuus nama kan ture, Waaqni aangoo Waaqumma ufii, ufi irraa buusee (waaqaa lama akka hin taaneef) isaa kenneef jechuudha.
C. Yesuus nama kan ture, Waaqni aangoo ergamaa ta'uu yookaa Nabiyyumma isaa kenne jechuudha.â â â
đđđđđđ
Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Yohannis 5:27 irraa barannu;
Yesuus #Gooftaa jedhamee dubbatamuun Waaqumma Yesuus osoo hin taane hoogganaa yookaa barsiisa yookaa tooyataa jechuu qofa akka ta'e mirkaneessa.
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
⪠#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1á áá° á°á°ááá á°áá˝ 5:21 ááá ááľá #áááŤááá #áŤáᤠđđđdhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
⪠hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
âťď¸âťď¸âťď¸âťď¸By:XR âťď¸âťď¸âťď¸
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa đ

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
#Kutaa #30ffaa
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
#Gilgaala #sammuu #shaakalchiisuu
Ragaawwan boqannaa asii gadii dubbisuun, hiikkaa sirrii #gooftaa jedhu, hima ibsu filadhu.
A. Seera Ba'uu 32:22
" #Aaron immoo deebisee #Museedhaan, "Ati #gooftaan koo aartee hin boba'in, sabni kun hammeenyatti qabamee akka jiru ati iyyuu beekta; "
#á áŽáá áĽáá˛á á áጠ#ááłáŹ ááἠááŁá á ááá áᤠáá ááἠáááľá áĽáá˛ááľáľ á áá° áłáááá ᢠKanaafuu #Muuseen #Gooftaa/#ááł jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. â
B. #1 #Pheexros 3:6
" #Saaraan akkas #Abrahaamiif abboomamaa, #gooftaa #koo jettees isa waamaa turte; ammas isin gaarii yoo gootan, doorsisa tokkos hin sodaattan yoo ta'e, ijoollee ishee ta'uu keessan." áĽáá˛áá #áŁáŤ #áá áĽáááᢠ#ááł áĽá áĽá¨á áŤá˝á áłááá˝ááľá¤ áĽááá°á á¨ááŤáľá°ááἠááá á ááłá˝ áĽááł áłáľáአáááŤá áĽáłá°áá ááá˝á áá˝áᢠKanaafuu #Abrahaam #Gooftaa/#ááł jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. â
C. #Maarqos 2:28
" Egaa #ilmi #namaa Sanbata irratti iyyuu #gooftaa dha" isaaniin jedhe." áĽáá˛áá #á¨á°á #áá áá°áá áľ áĽááł #ááłá áá á áá¸áᢠKanaafuu #ilmi #namaa #Gooftaa/#ááł jedhamuun, inni #Waaqa jechuudha. â
D. Akkuma Muuseen, Abraaham fi ilmi namaa hundi macaafa keessatti #Gooftaa/ #ááł jedhamuun #Waaqaa jechuu #hin #taanetti, Yesuus eddoo gara garaatti #Gooftaa/ #ááł jedhamuun #Waaqa #jechuu #akka #hin #taane ifatti mirkaneessa.â
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu;
1ffaa- Hiikni #Gooftaa/#ááł jedhu, waan uumama (dhabama irraa argamaa ta'e) hunda irratti, Yesuusillee dabalatee jechu, akka #Waaqa #jechuu #hin #taane mirkaneessa.
Fkn. #Yohannis 5:27
" Inni ilma namaa isa ulfina-qabeessa waan ta'eef, #abbaan isaa firdii akka inni faraduuf #gooftummaa kenneeraaf."
Gooftummaa hiikni isaa eddoo kanatti #Waaqumma jechuu osoo #hin #taane #aangoo jechuudha.
Waaqni Yesuusii Waaqumma kenne jechuudha osoo jenne Waaqa 2 ta'aa jechu, akkasumas waaqumman aangoo ittiin nama shuuman ta'aa jirti jechuu akeeka, kun ammoo sammuu nama waa yaaddu biratti akka hin taane ifa galaadha.
2ffaa- Yesuus Macaafa Qulqulluu keessatti Gooftaa jedhamuun isaa #Yesuus #Waaqaa #jechuu #miti. Sababni isaa '#Gooftaa' jedhame ka waamame kitaaba kana keessatti #Yesuus #qofaa #miti. Yoo Yesuus Gooftaa jechuun Waaqumma isaa argisiisa ka jedhan taate #namoonni #Gooftaa #jedhaman #hundi fkn #Abraham, #Muuseen inumaayyu #ilmi #nama #hundi, akka yaada kanaatti #Waaqa #jedhamuu #qabu jechu, Kun ammo waan fudhatama hin qabne. Kanaafuu Yesuus Gooftaa jedhamuun #aangoo malee Waaqumma akka hin argisiifne, sammuun waan xiinxallituu fi qalbiin waa hubattu ifatti beektii jechu.
3ffaa- Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee kitaaba kakuu moofaa yookaa haarawa jedhamu keessatti dubbatamuun, #Yesuus #Waaqa #jechuu #hin #argisiisu. Sababni isaa 'Gooftaa' jechi jedhu Waaqa waa hunda uumeef yoo taate #Waaqumma yoo agarsiisu, garuu wanta #uumamaa kamiifuu hiikni isaa #hoogganaa yookaa #ajaja yookaa #dura #ta'aa kkf jechuu akka ta'e yookaa #waan #aangoon #wol #qabatu #qofa akka ta'e, agarsiisa jechu.

https://t.me/Xaalibu6504

https://vm.tiktok.com/ZMj39vQ1J/
Erguma ta'ee '#gooftummaan' #Yesuus kan xumuraa qabu, #maaliif #barbaachise #lallabuu?
#Gooftummaa #xumura #hin #qabne tan #Rabbii osoo qabatanii, haga ofitti taphatanii (worroonni Islaamumman ala jiraatani).

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM