Cooperative Bank of Oromia
79.1K subscribers
1.63K photos
50 videos
18 files
330 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Baankiin cufamee, dhiifatee; ibsaan badee, hafeen, si’achi yaaddoo hin ta’u, ATM keenya ammayyaawaa isinitti dhihoo jiran hundatti gortanii yeroo kamiyyuu maallaqa galfachuus ta’ee baafachuu ni dandeessu.

ባንክ ተዘጋ አልተዘጋ፣ መብራት ሄደ መጣ፣ አያሳስብዎትም፤ በዘርፉ ቀዳሚ በሆነው በ CRM ማሽናችን ያለ ምንም መጉላላት፣ በፈለጉት ሰዓት፣ ገንዘብዎን ማስገባትም ሆነ ማውጣት ይችላሉ።
#Coopabnk #24x7Service #AlwaysOn #Ethiopia
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Karaa ATM keenya ammayyaawaan kaardii malee maallaqa galchuu feetuu? Kunoo viidiyoo gabaabaa kana hordofaa!

የኛን ዘመናዊ ኤቲኤም በመጠቀም ያለ ካርድ ገንዘብ ለማስገባት ይፈልጋሉ?
እነሆ ይህን አጭር ቪዲዮ ይመልከቱ!

#Coopbank #ATM #CRM #CashRecyclerMachine #Ethiopia
Isinis yeroon Hajjiif imaltan fagoo miti. Niyyaa keessan kan dhugoomsu Herreega Qusannaa Labbaayiik Wadi’aa banadhaa!
Jumu’aa Mubaarak

እርስዎም ለሀጂ የሚጓዙበት ጊዜ ሩቅ አይሆንም። ኒያዎን ዕውን የሚያደርገውን ለባይክ ወዲዓ የቁጠባ ሂሳብ ይክፈቱ!
ጁሙዓ ሙባረክ

#CoopbankAlhuda #Hajjjourney #Ethiopia
Dhamaatii malee Kooppeey I-birriin kaffalachuun, jireenya salphifadhaa.

ያለምንም ድካም በኮፔይ ኢ-ብር በመክፈል፣ ኑሮዎን ያቅሉ።
#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalaBanking #SimplifyLife #Ethiopia
Eebbifamtoonni bara kanaa, baga guyyaa bu’aa dhamaatii keessan itti argitan geessan!
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, boqonnaa haaraan itti ceetan kun, kan milkii akka isiniif ta’u hawwa!

የዘንድሮ ዓመት ተመራቂዎች፣ እንኳን የድካማችሁን ፍሬ የምታዩበት ቀን አደረሳችሁ!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ፣ የተሻገራችሁበት አዲስ ምዕራፍ የተሳካ እንዲሆንላችሁ ይመኛል!

#Coopbank #GraduationDay #2024Graduates #Ethiopia
Oduu Gammachiisaa!
Baankiin keenya Itoophiyaatti wabummaa kenna liqii 'NASIRA' isa jalqabaa Doolaara Ameerikaa Miiliyoona 10 Baankii Misooma Daldaltoota Xixiqqaa ‘FMO-Dutch’ waliin mallatteesse. Waliigalteen firi-qabeessi kun, hawaasa carraa tajaajila faaynaansii ga'aa hin arganne, hojilee qonnaa, Interpiraayizoota maayikiroo xixiqqaafi giddugaleessaa, dargaggootaafi dubartoota deggaruuf kutannoo baankichi qabu bu'uura kan godhateedha.

አስደሳች ዜና!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ፣ በኢትዮጵያ የመጀመሪያ የሆነውን የ10 ሚሊዮን የአሜሪካን ዶላር NASIRA የብድር ዋስትና ስምምነት ከFMO-Dutch የኢንተርፕርነር ልማት ባንክ ጋር ተፈራረመ። ይህ ውጤታማ ስምምነት፣ ባንኩ በቂ የፋይናንስ አገልግሎት እድል ላላገኙ የግብርና ሥራዎች፣ በወጣቶችና በሴቶች ለሚንቀሳቀስ ጥቃቅን፣ አነስተኛና መካከለኛ ኢንተርፕራይዞችን ለመደገፍ ያለውን ቁርጠኝነት ያሳያል።

#Coopbank #FinancialInclusion #MSMEs #FMO #NASIRA #EconomicGrowth #Ethiopia
Ibsaa yoo balleesse, Walleensuuf yandoon gannaa
Ifni isaa kan hin badne abbaa gumbii anniisaa
ATM ammayaawaan mala siniif qabnaa.

መብራት ቢያጠፋ ዶፍና ሀይለኛ ሞገድ
ብርሃኑ የማይቋረጥ ሃይል አለ ከኛ ዘንድ
በሚያከማቸው ጉልበት የሚያገለግልዎ
ዘመናዊ ኤቲኤም ይኸው አለልዎ
#Coopbank #24x7Banking #ModernBanking #Ethiopia
Michuun osoo jiruu haalli daldalaa keessan hin gitintiru; Dhadhaabbata ta’ee kan galma keessan isin qaqqabsiisu liqii dijitaalawaa, wabii hin gaafanne Michuu fudhadhaa!

ምቹ እያለ የንግድዎ ሁኔታ አቅም አጥቶ አይንገዳገድም፤ ምርኩዝ ሆኖ ህልምዎ ጋር የሚያደርስዎትን ከማስያዣ ነጻ የሆነውን ምቹ ዲጂታል ብድር ይውሰዱ!
#Coopbank #Michu #SMEsuccess #BusinessGrowth #DigitalLending #Ethiopia
''Eessa yoonana eessa yoona"

Eessattuu, yoomiyyuu isinii jira; ATM ammayyaawaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa!

ዘመናዊው የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ATM
መቼም የትም የሚያገኙት!

#Coopbank #24x7Banking #ModernBanking #Ethiopia
Dhaqqabamummaa tajaajila keenyaa daran mirkaneessuuf, biyya keessatti dameelee 700 kan qabu Itiyoopoost waliin sadarkaa bakka bu'iinsa olaanaan distiriktiiwwan isaa torbanuutti, dameelee 18tti tajaajila kennuu kan eegalle yommuu ta’u, maamiltoonni keenya dameelee Itiyoopoost isinitti dhihoo jiranitti dhimma bahuu akka dandeessan gammachuun isin beeksisna. Dhiheenyatti dameelee dhaabbatichaa hundatti tajaajila guutuu kennuuf sochii bal’aa taasisaa kan jirru ta'uus gamanumaan isin beeksifna.

የአገልግሎታችንን ተደራሽነት ይበልጡን ለማረጋገጥ ባንክችን ከኢትዮፖስት ጋር ያለውን የከፍተኛ ደረጃ ወኪልነት በሰባቱ ዲስትሪክቶች፣ በ18 ቅርንጫፎች አገልግሎት መስጠት የጀመረ ሲሆን፣ ደንበኞቻችን በአቅራቢያችሁ በሚገኝ በኢትዮፖስት ቅርንጫፍ መገልገል የምትችሉ መሆኑን በደስታ እንገልጻለን። በቅርቡም ይህ አገልግሎት በአገር አቀፍ ደረጃ በመላ ሀገሪቱ በሚገኙ 700 የኢትዮፖስት ቅርንጫፎች ለማስፋት እየሠራን እንገኛለን።

#Coopbank #Ethiopost #FinancialInclusion #BankingConvenience #CommunityFirst #Ethiopia
Atleetota keenya Oloompikii Paaris 33ffaa irratti hirmaachuuf imalan hundaaf Baankiin keenya, milkaa’ina hawwaa, akka kanaan duraa, biyya keenyaaf injifannoo guddaa akka galmeessan abdii qabu ibsa.
Atleetota keenya, Injifannoon galaa!

ባንካችን በ 33ኛው የፓሪስ ኦሎምፒክ ለመሳተፍ ለተጓዙ አትሌቶቻችን ስኬትን እየተመኘ፣ እንደ ከዚህ በፊቱ ሁሉ ለሀገራችን ከፍተኛ ድል እንደሚያስመዘግቡ ያለውን ዕምነት ይገልጻል።
አትሌቶቻችን በድል ተመለሱ!
#Coopbank #EthiopianAthletesTeam #ParisOlympics #Ethiopia
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
"Golakooti; Akkuma mana haadhakootiitis!"

"ጓዳዬ ነው፣ እንደ እናቴ ቤት ነው!"

#Coopbank #MichuDigitalLending
#BusinessBoost #EmpoweringSMEs #Ethiopia
Shariika keessan haqaa kan ta'e, Koopbaank Alhudaan, Jumu'aa gaarii isiniif hawwa!
Jumu'aa Mubaarak!

እውነተኛ አጋርዎ፣ ኮፕባንክ አልሁዳ ብሩህ የጁሙዓ ቀን ይመኝልዎታል!
ጁሙዓ ሙባረክ!
#CoopbankAlhuda #BlessedFriday #Ethiopia
Fedhii tajaajila baankiif qabdan hunda guutuuf, kabajaan simatee aantummaan isin tajaajiluuf kan bu'uureffame, shariikni keessan haqaa, Koopbaank Alhudaan; Jumu'aa barakaa isiniif hawwa.
Jumu'aa Mubaarak!

የባንክ አገልግሎት ፍላጎትዎን ሁሉ በመድረስ፣ በክብር ተቀብሎ በቅርበት ሊያገለግልዎ የተቋቋመው እውነተኛ አጋርዎ ኮፕባንክ አልሁዳ፣ የተባረከ ጁሙዓን ይመኝልዎታል።
ጁሙዓ ሙባረክ!
#CoopbankAlhuda #Coopbank #BlessedFriday #Ethiopia
Bara kanas biqiltuu dhaabuun tattaaffii eegumsa naannoof goonu hojiin agarsiisuutti jirra.

ዘንድሮም ችግኝ በመትከል ለአከባቢ ጥበቃ ያለንን ቁርጠኝነት በተግባር እያሳየን እንገኛለን።
#Coopbank #GreenLegacy #NaturalResourcesConservation #Ethiopia
Tajaajila baankii muraadaa keessan guutu Koopbaank Alhudaan, Jumu’aa ni’imaan guutame isiniif hawwa.
Koopbaank Alhudaa, Shariika Keessan Haqaa!

በባንክ አገልግሎት ሙራድዎን የሚሞላው ኮፕባንክ አልሁዳ፣ በኒኢማ የተሞላ ጁሙዓ ይመኝልዎታል።
ኮፕ ባንክ አልሁዳ፣ እውነተኛ አጋርዎ
#Coopbank #BlessedJummah #Ethiopia
Maatii, firaa fi hiriyaaf, kennaa ayyaanaa yoo qabaattan, dhaabbilee dabarsa maallaqaa nu waliin hojjatan keessaa takkoon ergaa. Kennaa keessan jaalalaa, oggasuma kabajaan dhaqqabsiisuu nutti dhiifadhaa!

ለቤተሰብ ወዳጅዎ፣ ለጓደኛ ዘመድዎ የበዓል ስጦታ ቢኖርዎ፣ ከእኛ ጋር ከሚሠሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በአንዱ ይላኩ። የፍቅር ስጦታዎን በክብር ወድያውኑ ማድረሱን ለኛ ይተውልን!

#Coopbank #TrustedDelivery #HolidayGifts #Ethiopia