Cooperative Bank of Oromia
79.5K subscribers
2.44K photos
107 videos
60 files
482 links
Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives.Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.
Download Telegram
Happening now at Hyatt Regency Hotel.
Launch of Michu Uncollateralized Digital Lending Product
#Coopbank #Michu
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Kifiyyaa Faayinaanshaal Teeknooloojiis waliin ta'uun tajaajila liqii dijitaalawaa wabii maleessa Michuu jedhamu hojiirra oolche.

Teeknooloojiin biyyattii keessatti isa jalqabaa ta'e kun namoota daldala xixiqqaa fi giddugaleessa irratti bobba'anii sababa wabiitiin liqii argachuu hin dandeenye addatti ni fayyada jedhamee amanama.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከክፍያ ፋይናንሺያል ቴክኖሎጂስ ጋር በመተባበር ምቹ የተባለ አዲስ ያለዋስትና ብድር ማግኘት የሚያስችል ዲጂታል ቴክኖሎጂ አስተዋወቀ።

በሀገሪቱ የመጀመሪያ የሆነው ምቹ ዲጂታል ዋስትና አልባ የብድር አገልግሎት በዋስትና ምክንያት የብድር አገልግሎት ማግኘት የማይችሉትን በዝቅተኛና መካከለኛ ንግድ ላይ የተሰማሩ ግለሰቦችን በእጅጉ ይጠቅማል ተብሎ ይታመናል።
https://t.me/michuuncollateralizeddigitallend
#Coopbank #Michu #Bank #Ethiopia
Loan on your phone !
Apply for a loan anywhere, anytime with Michu Mobile app!
- Flexible interest rates
The better your credit score, the more flexible interest rates!

For more information, please visit
https://coopbankoromia.com.et/michu/
#Coopbank #Michu #Bank #Ethiopia
Here comes Michu – Uncollateralized Digital Lending Platform, which will help you realize your long-sought dream!
Minimum effort, amazing results !
Try Michu today!
Make your wishes come true in no time!
Go to your nearest CoopBank branch to start the process now!

https://coopbankoromia.com.et/michu
#Coopbank #Michu #Bank #Ethiopia
Imala milkaa’inaarra otoo jirtanii, tarkaanfii keessan otoo addaan hin kutin, dadhabbii fi dhamaatii keessan hambisee, battaluma sanatti gaaffii keessan madaalee maallaqa harka keessaniin kan ga’u, tajaajila liqii dijitaalawaa si’aawaa fi amansisaa!
Damee keenya isinitti dhiyoo jirutti goruun odeeffannoo guutuu argachuu dandeessu!

በስኬት ጉዞ ላይ እንዳሉ እርምጃዎ ሳይቋረጥ ሃሳብንና ድካምን አስቀርቶ የብድር ጥያቄዎን ወዲያውኑ መዝኖ ገንዘብ በእጅዎ የሚገባበት ፈጣን እና አስተማማኝ ዲጂታል የብድር አግልግሎት!
ለበለጠ መረጃ አቅራቢያዎ የሚገኝ ቅርንጫፋችንን ጎራ ብለው ያነጋግሩ!

Instant access to a trustworthy and speedy digital loan service. We review your loan requests and credit money to your account in a matter of minutes. We're here to help you succeed! Visit our nearest branch for details!

https://coopbankoromia.com.et/michu/
#Coopbank #Michu #Bank #Ethiopia
Liqiin xiqqaa jijjiirama guddaa fiduu danda’a. Daldala keessan guddisuuf yeroo liqii fudhattan, carraa galii dabalataa isinii argamsiisuu danda'u ni uumtu. Egaa maal eegduree? Odeeffannoo dabalataa waa'ee Michuu argachuuf dameelee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isinitti dhihoo jirutti goraa!

ጥቂት ብድር ብዙ እርምጃ ሊያራምድ ይችላል፡፡ ቢዝነስዎን ለማሳደግ ብድር ሲወስዱ፤ የላቀ ገቢ ለማግኘት የሚያስችልዎትን ዕድልም ይፈጥራሉ፡፡ ታዲያ ምን ይጠብቃሉ? ስለምቹ የበለጠ መረጃ ለማግኘት በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ጎራ ይበሉ!

A small loan can have a significant impact. You will have the opportunity to boost your income when you get a loan to expand your firm. So what is holding you back? Visit a nearby coopbank branch to learn more about Michu!

https://coopbankoromia.com.et/michu/
#Coopbank #Michu #Bank #Ethiopia
Namoonni mul’ata guddinaa qaban milkaa’ina boruuf har’a ni karoorsu. Milkaa’ina keessan boruuf karooraan hogganamaa! Mul’ata gaariis qabaadhaa! Guddina egeree keessaniif tajaajila liqii wabii irraa bilisa ta'e Michuu fayyadamuun filannoo sirriidha! Michuu milkaa’ina keessaniif michoomfadhaa!
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Jijjiirama Guddaaf Kan Onnate!

ራዕይ ያላቸው ሰዎች ዛሬ ላይ ሆነው ለነገ ዕድገታቸው ያቅዳሉ።
በዕቅድ ይመሩ ፣ ለቀጣይ ስኬትዎ ራዕይ ይሰንቁ!
ለፈጣን ዕድገትዎ ደግሞ ምቹ ከዋስትና ነፃ የብድር አገልግሎት መጠቀም ትክክለኛ ምርጫ ነው!
ምቹን የስኬትዎ አጋር ያድርጉ! 
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ
ለላቀ ለውጥ የቆመ!

Visionary people plan today for tomorrow’s success. Lead with a plan, and have a vision for your tomorrow’s success! Using Michu, a convenient, collateral-free loan service for your future growth, is the right choice! Make it your partner for your success!
Cooperative Bank of Oromia,
Committed to breakthrough!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Michu #DigitalLending #Bank #Ethiopia
Hojii daldalaa eegaltanii hanqinni kaappitaalaa isin mudatee?
Falli ni jira!
MICHUU tajaajila dijitaalawaa wabii malee filannoo lamaan Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii isiniif dhiyeessineerra, liqeeffadhaa mahii bahadhaa!

የንግድ ሥራ ጀምረው የካፒታል እጥረት አሳስበዋል?
መፍትሄ አለ!
ያለምንም ዋስትና፣ የብድር አገልግሎትን የሚሰጠው ምቹ ድጂታል የብድር አገልግሎት በሁለት አማራጭ በምቹ ጉያ እና በምቹ ዋቢ አለልዎ።

#Michu #UncollateralizedLending #SMEs #Microenterprises #Ethiopia
Michuun osoo jiruu haalli daldalaa keessan hin gitintiru; Dhadhaabbata ta’ee kan galma keessan isin qaqqabsiisu liqii dijitaalawaa, wabii hin gaafanne Michuu fudhadhaa!

ምቹ እያለ የንግድዎ ሁኔታ አቅም አጥቶ አይንገዳገድም፤ ምርኩዝ ሆኖ ህልምዎ ጋር የሚያደርስዎትን ከማስያዣ ነጻ የሆነውን ምቹ ዲጂታል ብድር ይውሰዱ!
#Coopbank #Michu #SMEsuccess #BusinessGrowth #DigitalLending #Ethiopia
Hanqinni kaappitaalaa wayta isin mudatu, liqii wabummaa irraa bilisaan kan harka isin qabu Michuu keessan hin dagatinaa! Sadarkaa daldala keessaniin Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii liqeeffadhaa!

የካፒታል እጥረት ሲያጋጥምዎ፣ ከማስያዥያ ነጻ በሆነ ብድር የሚደርስልዎ የልብ ጓደኛዎ ምቹን አይዘንጉ!
እንደ ንግድዎ ደረጃ ምቹ ጉያ እና ምቹ ዋቢ ይበደሩ
#Coopbank #Michu #DigitalLending #SmallBusiness #Empowerment
Birrii 100,000 Bilbiluma keessaniin!
Baay'otni daldalasaanii bal'ifachuuf yeroo bu'anii ba'anitti, dhimmi faayinaansii yaaddessaa akka ta'u ni hubanna.
Kanumaaf waggoottan lamaan darban qofatti daldaltoota 700,000 ol ta'aniif Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bilbilumaan karaa Liqii Michuu qabsiisa tokko malee Qarshii Biiliyoona 13 ol hoo'aa kan jedhe.
Egaa isinis maal eegdu? Hojii daldala xixiqqaa fi giddu-galeessaa ni hojjettu taanaan, Appilikeeshinii MICHUU bilbila moobaayilaa keessanirratti fe'adhaa, dadhabbii keessan salphifadhaa.
Michuu Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa, Isinumaaf!

እስከ 100 ሺህ ብር ብድር በስልክዎ
የንግድ ዉጥናቸዉን ለማሳካት ብዙዎች በየአቅጣጫዉ ደፋ ቀና ሲሉ
የፋይናንስ ጉዳይ አሳሳቢ መሆኑን እንረዳለን
ታዲያ ለዚህም ነዉ ባለፉት ሁለት አመታት ብቻ
ከ 700 ሺህ በላይ ለሆኑ ነጋዴዎች ከ 13 ቢሊዮን ብር በላይ ያለምንም ማስያዣ
በስልካቸዉ ብቻ በምቹ የኦሮሚያ ኀብረት ስራ ባንክ እንካችሁ ያለዉ።
ታዲያ እርስዎስ ምን ይጠብቃሉ አነስተኛ እና መካከለኛ ንግድ አልዎት?
እንግዲያዉስ ምቹን በስልክዎ ይጫኑ የንግድ መንግድዎን ያቅልሉ
የኦሮሚያ ኀብረት ስራ ባንክ ምቹ ለእናንተ!
#Coopbank #Michu #EmpoweringBusinesses #MSME #EthiopiaBusiness
Coopbank representing Ethiopia at the UN Global Compact Conference of the 11th Africa Regional Forum on Sustainable Development (ARFSD-11), in Kampala, Uganda.

Coopbank was honored to take part in a high-level panel discussion during the Sustainable Development Goals (SDGs) Activation Day – “Forward Faster Now Africa”, where we shared our bold initiatives and transformative achievements in inclusive finance, gender equality, digital innovation, and climate action.

We proudly showcased how Coopbank is translating the SDGs into bankable solutions, empowered communities, and real, measurable impact across Ethiopia and beyond.

#CoopbankWay #ForwardFaster #BankSmarterLiveBetter #SDGs #ARFSD11 #Kampala #ClimateFinance #FinancialInclusion #Michu #PurposeDrivenFinance