Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Baranaa Tokko Jennee Jalqabne!
Maanaajimantiin Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Woorkishooppii magaalaa Adaaamaatti geggeeffame irratti hirmaatan lakkoofsaan 1000 ol ta’an, baranas akkuma bara darbee magaalaa Adaamaa 'Ganda Haaraa' tti biqiltuu dhaabuun, akka baankii keenyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaa eegalchiisaniiru. Eegumsaa fi kunuunsa naannoof quuqama kan qabu baankiin keenya, aantummaa hawaasa isaaf qabu kan agarsiise yoo ta'u, ammas sirni hirmaannaa Ashaaraa Magariisaa kun Magaalaa Finfinnee fi Distiriiktiiwwan baankichaatti itti fufuun ni geggeeffama.
የዘንድሮውን አረንጓዴ አሻራ መርሀግብር አሃዱ ብለን ጀምረናል!
በአዳማ ከተማ በተካሄደው የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ማኔጅመንት ዎርክሾፕ ላይ የተሳተፉ ከ1000 በላይ የሚሆኑ የአመራር አባላት፣ እንደ አምናው ሁሉ ዘንድሮም በአዳማ ከተማ ‘ገንደ ሃራ’ አካባቢ ችግኞችን በመትከል፣ እንደ ባንካችን የዘንድሮውን አረንጓዴ አሻራ የችግኝ ተከላ መርሀግብር አስጀምረዋል። ለአካባቢ ጥበቃና እንክብካቤ ሁነኛ ተቆርቋሪ የሆነው ባንካችን ለማህበረሰቡ ያለውን ቅርበት ያሳየ ሲሆን፣ ይህ የአረንጓዴ አሻራ መረሀግብር ተሳትፎ በአዲስ አበባ ከተማ እና በባንኩ ዲስትሪክቶችም ይቀጥላል።
#Coopbank #GreenLegacy #GreenerEthiopia #Adama #Ethiopia

❤47👍17🥰4👏1
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy

👍13❤3
Dhamaatiin hin barbaachisu; karoorri balalii keessan akkuma gaheen, boorsaa keessan qofa qirqabachuun, tikeettii keessan bakkuma jirtanii Kooppeey I-birriin kutadhaa.
የምን ድካም? የበረራ ዕቅዶዎ ልክ እንደ ደረሰ፣ ቦርሳዎን ሸክፈው ትኬትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ይቁረጡ።
#Coopbank #CoopayEbirr #AirlineTicketBooking #TravelSmart #FlyEasier #DigitalPayments

❤25🤝4👍3🥰3👏3
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
❤19👍8
Ba'aa maallaqa callaattis ta'e, tuttuqaa lakkoofsa herregaa barreessuutti maaltu isin dhamaase. Kaardii Koop VISA keenyaan salphumatti kaffaladhaa!
Kaardicha, Liinkii armaan gadiin ajajachuun, damee keenyaa fudhadhaa.
በጥሬ ገንዘብ ሸከማ ወይም አካውንት ቁጥር ለመጻፍ ምን አደከመዎት?
በኮፕ VISA ካርዳችን በቀላሉ ይክፈሉ!
ካርዱን ከታች ባለው ማስፈንጠሪያ በማዘዝ ከባንካችን ቅርንጫፍ ይውሰዱ። በሄዱበት ሁሉ በቀላሉ ይክፈሉ
#Coopbank #CoopVISACard #Visa #CashlessPayments #DigitalPayments #PaySmart #ConvenientBanking

❤16👏5🥰4👍3🤝1
Badhaasni Keenya Itti Fufeera!
Tapha har'a galgala sa'a 4:00 irraa eegaluun ‘France fi Spain’ gidduutti Istaadiyeemii ‘Dallas’ irratti geggeeffamu hirmaattota seera dorgomichaa eeganii fuula Teelegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa irratti dursanii tilmaama sirrii kennan shaniif (5) badhaasa hawwataa qopheessineerra.
Maarree, ammumarraa eegaluun, fuula Telegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa hordofuun (join) gochuun, bakka kenniinsa yaadaatti tilmaama keessan kaa'aa; abbaa carraa ta'aa; hiriyyoota keessaniifis qoodaa.
Seera Dorgommichaa:
- Fuula Telegiraamii fi Feesbuukii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isa sirrii ‘Follow/Join’ gochuu,
- Tilmaama keessan Telegiraamii baankii keenyaa bakka kenniinsa yaadaa (comment) keessatti barreessuu,
- Tilmaama altakka kaa’ame gulaaluun (edit gochuun) akkasumas yeroo tokkoo ol tilmaamuun badhaasa hin argamsiisu,
- Maxxansa kana namoota biroofis qooduu (like, share gochuu).
Carraa Gaarii!
ሽልማታችን ቀጠለ!
ዛሬ ምሽት ከ5:00 ሰዓት ጀምሮ በ‘Dallas’ ስታዲየም በ‘France እና Spain’ መካከል የሚደረገውን ጨዋታ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቴሌግራም ገጽ ላይ የውድድሩን ህግ ጠብቀው፣ ትክክለኛውን ውጤት ቀድመው ለሚገምቱ 5 ተሳታፊዎች አጓጊ ሽልማት አዘጋጅተናል።
ስለዚህ፣ ከአሁኑ ሰዓት ጀምሮ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የቴሌግራም ገጽ፣ በአስተያየት መስጫ ስፍራ ግምትዎን በማስቀመጥ የዕድሉ ባለቤት ይሁኑ፤ ለጓደኞችዎም ያጋሩ!
የውድድሩ ሕጎች፦
- ትክክለኛውን የባንካችን የቴሌግራም እና የፌስቡክ ገጾች ‘Follow/Join’ ማድረግ፣
- ግምትዎን በባንኩ ቴሌግራም የአስተያየት መስጫ ሳጥን (Comment section) ውስጥ ብቻ መጻፍ፣
- አንዴ የተቀመጠ ግምት ማስተካከል (Edit ማድረግ) እንዲሁም ከአንድ ጊዜ በላይ መገመት ለሽልማት አያበቃም፣
- ይህንን መረጃ ለሌሎች ሰዎች ማጋራት (like, share ማድረግ)።
መልካም ዕድል!
#Coopbank #WorldCup2026 #PredictAndWin #DigitalEngagement #BigWinOpportunity

❤131👍88🤝34🥰3
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
👍10❤8
Kabajamoo maamila keenya, sababii lakkoofsa herregaa keessan Waraqaa Eenyummeessaa Biyyoolessaa Dijitaalawaa (FAYDA) waliin wal hin simsiisiniif tajaajilli baankii keessan addaan cite taanaan, liinkii armaan gadii fayyadamuun ykn damee keenya isinitti dhihoo jiru deemun, adeemsa walsimsiisuu kana salphaatti raawwachuun, tajaajila baankii guutuu fi seera qabeessa argadhaa.
ውድ ደንበኛችን፣ አካውንት ቁጥርዎን ከብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ (ፋይዳ) ጋር ባለማጣመርዎ ምክንያት፣ የባንክ አገልግሎት ተቋርጦብዎ ከሆነ፣ ከታች ያለውን ማስፈንጠሪያ በመጠቀም ወይም በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ ቅርንጫፋችን በመሄድ የማጣመሩን ሂደት በቀላሉ በመፈጸም፣ የተሟላ እና ህጋዊ የባንክ አገልግሎት ያግኙ።
#Coopbank #NBE #NationalDigitalID #FaydaID #AccountHarmonization #SmartBanking #CustomerNotice

👍12❤7🤝4👏3🥰2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Liqii Dijitaalawaa Sekoondii 9 Keessatti!
ዲጂታል ብድር በየ 9 ሰከንድ!
#Coopbank #MichuDigitalLoan #FastFinance #FinancialInclusion #EmpoweringEntrepreneurs #BusinessGrowth #Ethiopia

❤16👍9👏2
Cooperative Bank of Oromia
Photo
Tilmaamaa! Badhaafamaa!
Tapha Waancaa Addunyaa 2026 har'a galgala sa'a 4:00 irraa eegaluun ‘Argentina fi England’ gidduutti Istaadiyeemii ‘Atlanta’ irratti geggeeffamu hirmaattota seera dorgomichaa eeganii fuula Teelegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa irratti dursanii tilmaama sirrii kennan shaniif (5) badhaasa hawwataa qopheessineerra.
Maarree, ammumarraa eegaluun, fuula Telegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa hordofuun (join) gochuun, bakka kenniinsa yaadaatti tilmaama keessan kaa'aa; abbaa carraa ta'aa; hiriyyoota keessaniifis qoodaa.
Seera Dorgommichaa:
- Fuula Telegiraamii fi Feesbuukii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isa sirrii ‘Follow/Join’ gochuu,
- Tilmaama keessan Telegiraamii baankii keenyaa bakka kenniinsa yaadaa (comment) keessatti barreessuu,
- Tilmaama altakka kaa’ame gulaaluun (edit gochuun) akkasumas yeroo tokkoo ol tilmaamuun badhaasa hin argamsiisu,
- Maxxansa kana namoota biroofis qooduu (like,share gochuu).
Carraa Gaarii!
ይገምቱ! ይሸለሙ!
ዛሬ ምሽት ከ4:00 ሰዓት ጀምሮ በ‘Atlanta’ ስታዲየም በ‘Argentina እና England’ መካከል የሚደረገው የዓለም ዋንጫ ጨዋታ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቴሌግራም ገጽ ላይ የውድድሩን ህግ ጠብቀው፣ ትክክለኛውን ውጤት ቀድመው ለሚገምቱ 5 ተሳታፊዎች አጓጊ ሽልማት አዘጋጅተናል።
ስለዚህ፣ ከአሁኑ ሰዓት ጀምሮ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የቴሌግራም ገጽ፣ በአስተያየት መስጫ ስፍራ ግምትዎን በማስቀመጥ የዕድሉ ባለቤት ይሁኑ፤ ለጓደኞችዎም ያጋሩ!
የውድድሩ ሕጎች፦
- ትክክለኛውን የባንካችንን የቴሌግራም እና የፌስቡክ ገጾች ‘Follow/Join’ ማድረግ፣
- ግምትዎን በባንኩ ቴሌግራም የአስተያየት መስጫ ሳጥን (Comment section) ውስጥ ብቻ መጻፍ፣
- አንዴ የተቀመጠ ግምት ማስተካከል (Edit ማድረግ) እንዲሁም ከአንድ ጊዜ በላይ መገመት ለሽልማት አያበቃም፣
- ይህንን መረጃ ለሌሎች ሰዎች ማጋራት (like, share ማድረግ)።
መልካም ዕድል!
#Coopbank #WorldCup2026 #PredictAndWin #DigitalEngagement #BigWinOpportunity
Tapha Waancaa Addunyaa 2026 har'a galgala sa'a 4:00 irraa eegaluun ‘Argentina fi England’ gidduutti Istaadiyeemii ‘Atlanta’ irratti geggeeffamu hirmaattota seera dorgomichaa eeganii fuula Teelegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa irratti dursanii tilmaama sirrii kennan shaniif (5) badhaasa hawwataa qopheessineerra.
Maarree, ammumarraa eegaluun, fuula Telegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa hordofuun (join) gochuun, bakka kenniinsa yaadaatti tilmaama keessan kaa'aa; abbaa carraa ta'aa; hiriyyoota keessaniifis qoodaa.
Seera Dorgommichaa:
- Fuula Telegiraamii fi Feesbuukii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isa sirrii ‘Follow/Join’ gochuu,
- Tilmaama keessan Telegiraamii baankii keenyaa bakka kenniinsa yaadaa (comment) keessatti barreessuu,
- Tilmaama altakka kaa’ame gulaaluun (edit gochuun) akkasumas yeroo tokkoo ol tilmaamuun badhaasa hin argamsiisu,
- Maxxansa kana namoota biroofis qooduu (like,share gochuu).
Carraa Gaarii!
ይገምቱ! ይሸለሙ!
ዛሬ ምሽት ከ4:00 ሰዓት ጀምሮ በ‘Atlanta’ ስታዲየም በ‘Argentina እና England’ መካከል የሚደረገው የዓለም ዋንጫ ጨዋታ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቴሌግራም ገጽ ላይ የውድድሩን ህግ ጠብቀው፣ ትክክለኛውን ውጤት ቀድመው ለሚገምቱ 5 ተሳታፊዎች አጓጊ ሽልማት አዘጋጅተናል።
ስለዚህ፣ ከአሁኑ ሰዓት ጀምሮ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የቴሌግራም ገጽ፣ በአስተያየት መስጫ ስፍራ ግምትዎን በማስቀመጥ የዕድሉ ባለቤት ይሁኑ፤ ለጓደኞችዎም ያጋሩ!
የውድድሩ ሕጎች፦
- ትክክለኛውን የባንካችንን የቴሌግራም እና የፌስቡክ ገጾች ‘Follow/Join’ ማድረግ፣
- ግምትዎን በባንኩ ቴሌግራም የአስተያየት መስጫ ሳጥን (Comment section) ውስጥ ብቻ መጻፍ፣
- አንዴ የተቀመጠ ግምት ማስተካከል (Edit ማድረግ) እንዲሁም ከአንድ ጊዜ በላይ መገመት ለሽልማት አያበቃም፣
- ይህንን መረጃ ለሌሎች ሰዎች ማጋራት (like, share ማድረግ)።
መልካም ዕድል!
#Coopbank #WorldCup2026 #PredictAndWin #DigitalEngagement #BigWinOpportunity
❤99👍71🤝17🥰12
Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!
#Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
❤4👍2
Onnee guutuun biyya feetanitti imalaa!
Qalbeeffadhaa, bakka hajaan isin geesse hundatti, bittaa fi kaffaltii kamiifuu kan miiltoo taasifattan, Kaardii Koop VISA Piripeeydii, Damee Baankii keenya isinitti dhihoo jirurraa fudhadhaa!
በልበሙሉነት ወደ ፈለጉት የዓለም ክፍል ይጓዙ!
ልብ ይበሉ፣ እግርዎ የረገጠበት ሁሉ ተከትሎ፣ ለማንኛውም ግዢና ክፍያ፣ ከጎንዎ የሚሆነውን Coop VISA Prepaid ካርድዎን በአቅራቢያዎ ከሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ ዛሬውኑ ያግኙ!
#Coopbank #CoopVISA #TravelSmart #DigitalBanking #Ethiopi

👍9❤5
Injifattoonni Baga Gammaddan!
Bu'aa tapha Waancaa Addunyaa ‘FIFA 2026’, ’ France fi Spain’ gidduutti geggeeffame tilmaamuun, hirmaannaa ho’aa taasiftaniif guddaa isin galateeffanna. Nutis, hirmaattota qajeelfama kaa'ame hunda eeguun tilmaama sirrii kennan 5 badhaasuuf akka armaan gadiitti adda baafanneerra. Sagantaan 'Hirmaadhaa Badhaafamaa' keenya kun, ammas bifa addaan akka itti fufu gamanumaan isin beeksisaa, fuulawwan miidiyaa hawaasaa keenya sirrii hordofaa, ‘Like’ godhaa; namoota biroofis qoodaa; nu eegaa isiniin jenna.
አሸናፊዎች እንኳን ደስ አላችሁ!
በ ፍራንስ እና ስፔን መካከል የተካሄደው የ‘FIFA 2026’ ዓለም ዋንጫ ጨዋታ ውጤት በመገመት ላደረጋችሁት ደማቅ ተሳትፎ ከልብ እናመሰግናለን። እኛም፣ በተቀመጠው መመሪያ መሠረት ትክክለኛውን ግምት የሰጡ 5 ዕድለኞችን ተሸላሚ ለማድረግ እንደሚከተለው ለይተናል። ይህ የ‘ይሳተፉ፣ ይሸለሙ’ ፕሮግራማችን አሁንም በልዩ ሁኔታ የሚቀጥል መሆኑን ከወዲሁ እያሳወቅን፣ ትክክለኛ የማህበራዊ ትስስር ገጾቻችንን ይከተሉ፤ ‘Like’ ያድርጉ፤ ለሌሎችም ያጋሩ፤ ይጠብቁን እንላለን!

👏9❤4👍4
Hubachiisa!
Maamiltoota keenya kabajamoo,
Hojiin ‘Siistamii’ fooyyessuu Sanbata duraa, Adoolessa 11, 2018 waan hojjetamuuf, tajaajilli Liqii Dijitaalawaa “Michuu” yeroof addaan ni cita. Sababa kanaaf, guyyaa kanatti gaaffii liqii hatattamaa ykn liqii “Michuu” deebisuu yoo qabaattan dursitanii akka raawwattan kabajaan isin beeksisaa, Dilbata, Adoolessa 12, tajaajilichi akka iddootti deebi’u isiniif mirkaneessina.
Tajaajiloonni Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa kaan, haala idileetiin kan ittifufan ta’uu ibsina. Galatoomaa.
ማሳሰቢያ!
ውድ ደንበኛችን፣
የሲስተም ማሻሻያ ሥራ ቅዳሜ ሐምሌ 11፣ 2018 የሚከናወን በመሆኑ፣ ‘ምቹ’ ዲጂታል የብድር አገልግሎት ለጊዜው ይቋረጣል። ስለሆነም በዚህ ቀን አስቸኳይ የብድር ጥያቄ ወይም ክፍያ ካለዎት አስቀድመው እንዲፈጽሙ በአክብሮት እያሳወቅን፣ እሁድ ሐምሌ 12፣2018 አገልግሎቱ ወደ ሥራ የሚመለስ መሆኑን እናረጋግጥልዎታለን።
ሌሎች የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ አገልግሎቶች፣በመደበኛ ሁኔታ የሚቀጥሉ መሆኑን እንገልጻለን።
እናመሰግናለን።
#Coopbank #Michu #ImportantNotice #MichuDigitalLoan #FastFinance #FinancialInclusion #AlwaysAvailable #EmpoweringEntrepreneurs #BusinessGrowth #Ethiopia