Cooperative Bank of Oromia
82.7K subscribers
1.78K photos
66 videos
25 files
392 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Tajaajila yeroo qilleensaafis ta’e interneetaaf Kooppeey I-birriin salphaatti guuttadhaa! Feetan wahilaafis ittiin guutuu dandeessu!

ለአየር ሰአት እና ለኢንተርኔት አገልግሎት በኮፔይ ኢ-ብር በቀላሉ ይሙሉ! ቢፈልጉ ለራስዎ አለያም ለወዳጅዎ፣ መሙላት ይችላሉ!

#Coopbank #CoopayEbirr #EasyTopUp
Imala xiyyaaraa karoorfannaan, imala keessaniif haala mijeessuu nutti dhiifadhaa; bakkuma jirtanii appilikeeshinii dijitaalawaa Kooppeey I-birriin tikkeetii muradhaa. Kooppeey I-birri filatamaadha!
    
የዓየር ጉዞ ያቅዱ እንጂ ጉዞዎን የማመቻቸቱን ነገር ለኛ ይተዉት፤
ካሉበት ሆነው በኮፔይ ኢ-ብር ዲጂታል መተግበሪያ ትኬትዎን ይቁረጡ።
ኮፔይ ኢ-ብር ተመራጭ ነው!

#Coopbank #CoopayEbirr #TravelMadeEasy
Kaffaltii tajaajila bishaanii yeroo yaaddan, hiriira bakka kaffaltiitti isin eeguuf yaadda’uu dhiisaatii, Kooppeey I-birriif galmaa’uu keessan mirkaneeffadhaa.
Kaffaltii tajaajilaa saffisaa fi si'ataaf Koppeey I-birri!
    
ስለ ውሃ አገልግሎት ክፍያ ሲያስቡ፣ ክፍያ ቦታ ስለሚጠብቅዎ ሰልፍ አይጨነቁ። ለኮፔይ ኢ-ብር መመዝገብዎን ያረጋገጡ እንጂ ለመክፈል ማንም አይቀድምዎትም።
ለፈጣንና ቀልጣፋ የአገልግሎት ክፍያ፣ ኮፔይ ኢ-ብር!   

#Coopbank #CoopayEbirr #Ethiopia
Jaarraa fayyadamniifi qabaan maallaqaa gara dijitaalawaatti jijjiirame kanatti, Kaffaltiiwwan addaa addaa dabalatee, bittaaf gurgurtaa kamiyyuu raawwachuuf kooppey I-birrii filannoo keessan godhadhaa.
  
የገንዘብ አጠቃቀምና አያያዝ በዲጂታል መልክ በሆነበት በዚህ ዘመን፣ የተለያዩ ክፍያዎችን ጨምሮ፣ ማንኛውንም ግዢ እና ሽያጭ ለመፈጸም ኮፔይ ኢ-ብርን ምርጫዎ ያድርጉ።
#Coopbank #CoopayEbirr
Adeemsa bittaafi gurgurtaa ammayyaawaatti madaqaa; Waanuma bitachuu feetan bakkuma jirtanii ajajadhaa; Kaffaltii keessanis salphaamatti Kooppeey I-birriin raawwadhaa.

ዘመናዊ ግብይትን ይለማመዱ፤ ካሉበት ሆነው ያሻዎትን በማዘዝ ክፍያዎን በቀላሉ በኮፔይ ኢ-ብር ይፈጽሙ።

#Coopbank #Coopayebirr #hasslefreetransaction #Convenient
Tasa adabbiin tiraafikaa isin mudatee haalli kaffaltii adabbii yaaddoo isinitti ta’ee? Yaaddoo tokko malee Kooppeey I-birriin battalumatti kaffaladhaa!
Guyyaa gaarii qabaadhaa!
   
ድንገት የትራፊክ ቅጣት አጋጥምዎት ስለ ቅጣቱ ክፍያ ተጨንቀዋል?
ቅጣትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ያለምንም ጭንቀት ወዲያውኑ ይክፈሉ!
መልካም ቀን ይሁንላችሁ!

#Coopbank #Coopayebirr #HassleFree #DigitalBanking
Kooppeey I-birriin tikeeta keessan muradhaa! Qananiin balali’aa!

ትኬትዎን በኮፔይ ኢ-ብር ይቁረጡ! በምቾት ይብረሩ!

#CoopBank #TravelEasy #CoopayEbirr #HassleFreeBooking
Kooppeey I- birriin yeroo qaalii keessan qusadhaa, dabaree nuffisiisaa sanas tarkaanfadhaa!
Jiruu keessan salphifadhaa!

በኮፔይ ኢ-ብር ወረፋውን ይዝለሉ፣ ጊዜዎን ይቆጥቡ።
ሕይወትዎን ቀለል ያድርጉት!

#Coopbank #CoopayEBirr #Convenience #TimeSaver
Dhamaatii malee Kooppeey I-birriin kaffalachuun, jireenya salphifadhaa.

ያለምንም ድካም በኮፔይ ኢ-ብር በመክፈል፣ ኑሮዎን ያቅሉ።
#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalaBanking #SimplifyLife #Ethiopia
Bohaartiin DSTV irraa argattan osoo isin hin darbin, kaffaltii keessan karaa saffisaa, salphaa fi amasiisaan, kooppeey I-birriin raawwadhaa.

ከዲኤስቲቪ የሚያገኙት ደስታ በክፍያ ምክንያት ሳያመልጥዎት፣ ክፍያዎን
ፈጣን፣ ቀላል እና ደህንነቱ በተጠበቀው በኮፔይ ኢ-ብር ይፈጽሙ።
#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalTransformation
Bakkuma jirtanii nyaatas ta'e meeshaa yeroo ajajattan ykn ergitan, adeemsa kaffaltii salphaafi mijataa kooppeey I-birri fayyadamaa!
Addunyaa dijitaalawaa kanatti madaquun jiruu keessan salphifadhaa!

ካሉበት ከምቾትዎ ምግብ ወይም ዕቃ ሲያዝዙ ወይም ሲልኩ ለክፍያው ሂደት ቀላል እና ምቹ የሆነውን ኮፔይ ኢ-ብር ይጠቀሙ!
ከዲጂታል ዓለም ጋር በመላመድ ሕይወትዎን ቀለል ያድርጉ።
#Coopbank #CoopayeBirr #EasyPayments #DigitalBanking
Kaffaltii kiraa manaa Koorporeeshinii Manneen Federaalaatiif yeroo fi humna keessan hin qisaasessinaa!
Bakka jirtanii ykn haala kamirraa Appilikeeshinii Kooppeey i-birrii ykn *841# fayyadamuun “kaffaltii tajaajilaa” kan jedhu filattanii salphaatti kaffalachuu ni dandeessu.

ወርሃዊ የፌዴራል ቤቶች ኮርፖሬሽን የቤት ኪራይ ክፍያዎን ለመፈፀም ጊዜዎትንና ጉልበትዎን አያባክኑ!
ካሉበት ቦታና ሁኔታ በኮፔይ ኢ-ብር መተግበሪያው “የአገልግሎት ክፍያዎች” የሚለውን በመምረጥ ወይም *841# በመደወል በቀላሉ መክፈል ይችላሉ።
#Coopbank #CoopayEbirr #Convenience #EasyPayments
Kooppeey I-birrii yoo fe'attan, hiriira kaffaltii tajaajilaa baraaramtanii, maallaqa dheedhii malee kaffaltii keessan raawwattu!

ኮፔይ ኢ-ብርን ከጫኑ ከአገልግሎት ክፍያዎች ሰልፍ ተገላግለው፣ ያለ ጥሬ ገንዘብ ይነግዳሉ!
#Coopbank #CoopayEbirr #CashlessPayments #DigitalBanking #Fintech
Boba’aa guuttachuun Kooppeey I-birriini.
Furmaata kaffaltii salphaa fi mijaawaa kan ta’e, Kooppeey I-birri fayyadamaa!

ነዳጅ መሙላትስ በኮፔይ ኢ-ብር
ቀላልና ምቹ በሆነው የክፍያ መፍትሄ ኮፔይ ኢ-ብር ይጠቀሙ!
#Coopbank #CoopayEbirr #EasyPayments #FuelUp
Bittaa fi gurgurtaa keessaniif tooftaa kaffaltii ammayyaawaa, baay'ee salphaa fi mijataa ta'e isiniif mijeessineerra. Kooppeey I-birriitti dhimma bahaa!

ለግብይትዎ ዘመናዊ፣ በጣም ቀላል እና ምቹ የክፍያ ስልት አመቻችተናል። ኮፔይ ኢ-ብርን ይጠቀሙ!
#Coopbank #CoopayEbirr #ConvenientPayments
Ammayyummaanii fi mijannaan Kooppeey I-birri milkaa'ina adeemsa kaffaltii keessaniif gumaachu daangaa hin qabu. Mala kaffaltii salphaa fi mijataa kanatti fayyadamaa!

የኮፔይ ኢ-ብር ዘመናዊነትና ምቾት ለግብይትዎ ስኬት የሚያበረክተው አስተዋጾ ገደብ የለሽ ነው። ይህን ቀላልና ምቹ የክፈያ ዘዴ ይጠቀሙ!
#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalPayments #ConvenienceAtYourFingertips #SeamlessTransactions
Ammayyummaanii fi mijannaan Kooppeey I-birri milkaa'ina adeemsa kaffaltii keessaniif gumaachu daangaa hin qabu. Mala kaffaltii salphaa fi mijataa kanatti fayyadamaa!

የኮፔይ ኢ-ብር ዘመናዊነትና ምቾት ለግብይትዎ ስኬት የሚያበረክተው አስተዋፅኦ ገደብ የለሽ ነው። ይህን ቀላልና ምቹ የክፈያ ዘዴ ይጠቀሙ!
#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalPayments #ConvenienceAtYourFingertips #SeamlessTransactions
Jaarraa fayyadamniifi qabaan maallaqaa gara dijitaalawaatti jijjiiramaa jiru kanatti, kaffaltiiwwan adda addaa dabalatee, bittaaf gurgurtaa kamiyyuu raawwachuuf kooppey I-birrii filannoo keessan godhadhaa.
Salphaa, Amansiisaa fi Mijataadha!

የገንዘብ አጠቃቀምና አያያዝ በዲጂታል መልክ በሆነበት በዚህ ዘመን፣ የተለያዩ ክፍያዎችን ጨምሮ፣ ማንኛውንም ግዢ እና ሽያጭ ለመፈጸም ኮፔይ ኢ-ብርን ምርጫዎ ያድርጉ።
ቀላል ፣ ምቹ እና አስተማማኝ!
#Coopbank #CoopayEBirr #DigitalBanking
Maallaqa dabarsuuf ta’e bittaaf gurgurtaaf, kaffaltii tajaajilaafis ta’e guutiinsa boba’aa fi yeroo qilleensaaf, malli kaffaltii filatamaani fi amansiisaan, Kooppeey I-birri isiniif jira!

ለግብይት ቢሉ ገንዘብ ለማስተላለፍ፣ ለአገልግሎት ክፍያ ቢሉ ነዳጅና የሞባይል አየር ሰዓት ለመሙላት ተመራጭና አስተማማኝ የክፍያ ዘዴ ኮፔይ ኢ-ብር አለልዎ!
#Coopbank #CoopayEbirr #SeamlessTransactions #ConvenientPayments
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaara ammayyaa Airbus A350-1000 Afriikaaf isa jalqabaa ta’e, “Ethiopia, Land of Origins” jedhamuun moggaafame galfachuusaatti, gammachuu itti dhagahame ibsaa, imala xiyyaaraa karoorfattan yoo qabaattan, tikeeta murachuuf, fayyadamni isaa salphaa fi mijataa kan ta’e Kooppeey I-birrii filannoo keessan taasisaa isiniin jedha!

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የኢትዮጵያ አየር መንገድ በአፍሪካ የመጀመሪያው የሆነውንና “Ethiopia, Land of Origins” በመባል የተሰየመውን ኤርባስ A350-1000 ወደ ሀገር በማስገባቱ የተሰማውን ደስታ እየገለጸ፣ በቅርቡ ያቀዱት የአየር ጉዞ ካሉዎት፣ ትኬት ለመቁረጥ አገልግሎቱ ቀላልና ምቹ የሆነውን ኮፔይ ኢ-ብርን ምርጫዎ ያድርጉ ይላል!
#Ethiopia #A350 #Coopbank #CoopayEBirr #TravelSmart