Cooperative Bank of Oromia
82.7K subscribers
1.78K photos
66 videos
25 files
392 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Tajaajila baankiin baraa wajjiin tarkaanfachuuf, daran ammayyaawaa kan ta’e, appilikeeshinii omnii chaanaalii dijitaalawaa KoopApp fe’achuun fayyadamaa.
KoopApp, badhaasa kalaqa teknoloojii dijitaalawaa!

በባንክ አገልግሎት እንደ ዘመኑ ለመዘመን እጅግ ዘመናዊውን ኮፕ አፕ ኦምኒ ቻናል ዲጂታል መተግበሪያ ጭነው ይጠቀሙ።
ኮፕ አፕ የዲጂታል ቴክኖሎጂ ፈጠራ በረከት!

CoopApp for Android: 👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.coopbankoromiasc.OLB

CoopApp for AppStore: 👇
https://apps.apple.com/ke/app/coop-app/id6467006218

CoopApp Alhuda for Android👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.coopbankoromiasc.islamic.OnlineBanking


#Coopbank #DigitalTransformation #CoopApp #Ethiopia
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sadarkaa addunyaatti dhaabbata teknoloojiiwwan kaffaltii guddicha, VISA waliin waliigaltee mallatteesseera.
Waliigaltee walta’iinsa tarsiimo’aa taasifame kun, dhaqqababummaa faaynaansii daran kan bal’isuu fi pirojaktii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa deeggaruun, sochii akka biyyaatti tajaajila faaynaansii, ce’umsa gara teknoloojii dijitaalawaatti taasifamaa jiru kan tumsuudha.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በዓለም አቀፍ ደረጃ በክፍያ ቴክኖሎጂዎች ቀዳሚ ከሆነው VISA ጋር ስትራቴጂካዊ የአጋርነት ስምምነት ተፈራርሟል።
ስትራቴጂካዊ የአጋርነት ስምምነቱ የፋይናንስ አገልግሎት ተደራሽነትን በይበልጥ የሚያሳድግና የብሄራዊ መታወቂያ ፕሮጀክትን በመደገፍ እንደ ሀገር በፋይናንስ አገልግሎት ወደ ዲጂታል ቴክኖሎጂ ሽግግር የሚደረገውን እንቅስቃሴ የሚያግዝ ነው።

#Coopbank #VISA #FintechRevolution #DigitalTransformation #Ethiopia
Baankiin keenya, Konfaransii biyyoolessaa mataduree dhaabbileen Faaynaansii Fayyadamummaa Dubartootaaf hojjechuu jedhuun geggeeffamerratti hirmaachuun sochii fayyadamummaa dubartootaaf taasisaa jiruufi bu'aa gama kanaan argamsiise, qooda fudhattootaaf ibsee jira.
Keessattuu sochii ce'umsa gara dijitaalawaa taasifamaa jiru keessatti kalaqa teknoloojii haaraa hedduu ifoomsaa jiru keessaa tajaajila liqaa wabii hingaafanne Michuudhaan liqii kenname keessaa, dubartoonni dhibbentaa 35 ol fayyadamoo taasisuusaa beeksiseera.

ባንካችን፣ "የፋይናንስ ተቋማት ለሴቶች" በሚል ርዕስ በተካሄደው ሀገር አቀፍ ኮንፈረንስ ላይ በመገኘት ባደረገው ተሳትፎ ባንኩ ለሴቶች ተጠቃሚነት ያከናወናቸውን ተግባራት እና ያስመዘገባቸውን ውጤቶች ለባለድርሻ አካላት አሳውቋል።
ባንኩ በዲጂታል ሽግግር እንቅስቃሴ ውስጥ ተግባራዊ ካደረጋቸው አዳዲስ የቴክኖሎጂ ፈጠራዎች አንዱ በሆነው ምቹ ያለዋስትና የሚሰጥ ዲጂታል የብድር አገልግሎት ተጠቃሚ ከሆኑ ተበዳሪዎች ከ35% በላይ ሴቶች መሆናቸውን ገልጿል።

#Coopbank #WomenEmpowerment #DigitalTransformation #Ethiopia
Sagalee keessan kennitanii?
Filannichi har'a goolabama
Baankiin keenya kalaqaa fi tattaaffii ce’umsa dijitaalawaaf taasisaa jiruun ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ gonfamuuf kaadhimamaa ta’eera.
Filannichi har’a xumurama waan ta’eef, hanga yoonaatti hin filanne yoo ta’e ammuma filadhaa!
Sagalee keessan kennuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
Sagaleen guddaan Lakk. 5
Yadachiisa፡ Erga filattanii booda gara dhuma unkichaatti gadi bu’uun barreeffama “Submit” jettu irratti cuqaasuun raawwachuu keessan mirkaneeffadhaa!

ድምጽዎን ሰጥተዋል?
ምርጫው ዛሬ ይጠናቀቃል!
ባንካችን በዲጂታል ሽግግር እና ፈጠራ ላይ እያደረገ ባለው ከፍተኛ ጥረት ለ ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ ታጭቷል። ምርጫው ዛሬ የሚጠናቀቅ በመሆኑ፣ እስካሁን ድምጽ ካልሰጡ፣ አሁኑኑ ድምጽዎን ይስጡ!
ድምጽ ለመስጠት ከታች ያለውን ሊንክ ይጠቀሙ!
ከፍተኛው ድምጽ 5 ቁጥር
ማሳሰቢያ፦ ከመረጡ በኋላ ወደ ቅጹ መጨረሻ በመውረድ "submit" የሚለውን ጽሁፍ በመጫንና ይህን ማድረገዎን እርግጠኛ ይሁኑ!

Voting Link: https://forms.office.com/r/7DHL9t1Y3g

#Coopbank #Innovation #DigitalTransformation #VoteNow
Tajaajila galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaa argachuuf dameewwan Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa saddeettan kanatti goraa!

1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa
2. Damee Jammoo📍Jammoo 1
3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa
5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra
7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa
8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii

Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa!

#Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ አገልግሎት ወደ ስምንቱ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፎች ጎራ ይበሉ!

1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና
5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ
6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ
7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ
8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ

ማሳሰቢያ፡- ለምዝገባ ሲመጡ የቀበሌ መታወቂያ፣የሥራ መታወቂያ፣መንጃ ፍቃድ ወይም የሚገልፅዎትን ማንኛውንም መታወቂያ መያዝ አይዘንጉ!

#Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
Waraqaa eenyummaa argachuuf galmooftanii?

Dameewwan keenya armaan gaditti tarreeffaman keessaa tokkotti yoo gortan waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa baafachuu dandeessu.
Waraqaa kana argachuuf waraqaa eenyummaa gandaa, ykn kan hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa ykn waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa!
Galmeef kaffaltiin gosa kamuu hin barbaachisu.

1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa
2. Damee Jammoo📍Jammoo 1
3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa
5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra
7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa
8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii

Yaadachiisa! Galmeef yeroo dhuftan waraqaa eenyummaa gandaa, waraqaa eenyummaa hojjetaa, heeyyama konkolaachisummaa yookaan waraqaa eenyummaa isin ibsu kamuu qabachuu hin dagatinaa!

#Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
ለዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ተመዝግበዋል?

ለብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ ምዝገባ ከታች ከተዘረዘሩት ቅርንጫፎቻችን ወደ አንዱ ሲመጡ የቀበሌ መታወቂያ፣ የመስሪያ ቤት መታወቂያ፣ መንጃ ፍቃድ ወይም ሌላ እርስዎን መግለፅ የሚችል መታወቂያ መያዝ ይጠበቅብዎታል።
ለምዝገባው ምንም አይነት ክፍያ አይፈፀምም።

1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና
5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ
6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ
7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ
8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ

#Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
Tajaajilli galmee Waraqaa Eenyummaa Dijitaalawaa Biyyoolessaa dameewwan keenya irratti kennamaa jiru akka itti fufeetti jira. Kana dura hin galmoofne taanaan, dameelee saddeettan kanatti qaqqabadhaa!

1. Damee Hayilee Gabree📍Qaallittii Maasalxanyaa
2. Damee Jammoo📍Jammoo 1
3. Damee Madaroo📍Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa📍Ayyar Xeenaa
5. Damee Boolee Lamii📍marfata Gooroo
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa📍Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra
7. Damee Horsiisaa📍naannoo Safaraa
8. Gullallee📍Marfata Madaanaalamii


በቅርንጫፎቻችን በመሰጠት ላይ የሚገኘው የዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ምዝገባ አገልግሎት እንደቀጠለ ነው። ከዚህ ቀደም ያልተመዘገቡ ከሆነ በስምንቱ ቅርንጫፎች ምዝገባዎን ያከናውኑ!

1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ📍ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ📍ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ📍መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ📍አየር ጤና
5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ📍 ጎሮ አደባባይ
6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ📍ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ
7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ📍ሰፈራ አካባቢ
8. ጉለሌ ቅርንጫፍ📍መዳኒያለም አደባባይ

#Coopbank #NationalIDRegistration #DigitalTransformation #Ethiopia
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa ATM maallaqa galchuufi baasuu dandeessisu fi wiirtuu kalaqa dijitaalawaa /Dx-valley 2.0/ ifoomse
Sirna ifatti eegalchiisuu sagantaa kanarratti keessummaa kabajaa tahuun kan argaman Prezidaantii Ittaanaa BMNO Obbo Awwaluu Abdii haasawaa taasisaniin, Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa hawaasa bal'aa baadiyyaan bu'uureffame hawaasa kanaaf deebisee owwaachuurratti argama jedhan. Sochii diinagdee hawaasa cimsuuf hojjechaa jiru cinaatti seenaa, aadaafi duudhaa hawaasichaa guddisuuf taasisaa jiru kanas daran cimsee itti fufuu qabas jedhaniiru,
Gama tekinooloojiitiinis, hojiiwwan garaa garaa baankichi hojjechaa jiru muuxannoo hedduun kan irraa baratamuudhas jedhaniiru obbo Awwaluun.
Prezidaantiin BHGO obbo Darribee Asfaawu sirnicharratti gamasaaniitiin, Baankichi xiyyeeffannoo dijitaalawaaf kennee hojjechuun kalaqa haaraa rakkoolee faayinaansii furanii fi indaastirii baankii keessatti fakkeenyummaa qaban hedduu hojjeteera jedhan.
Maashinni ATM har’a baankiin keenya ifoomse kunis, maashinoota ATM kanaan dura baraman irraa fooyya’ee kan dhufe yoo ta’u, salphaatti maallaqa baasuu fi galchuuf dandeessisa jedhan. Maashinichi baatirii mataa isaa fi hunma soolarii kan qabu yoo ta’u, adda cituu humna ibsaan otoo hin daanga’iin yeroo fedhanitti tajaajila kan kennuudhas jedhaniiru.
Kanamalees baankiin keenya, guddina dinagdee biyya tokkootiif istaartaappiin murteessaa ta’uu hubachuun muuxannoo wiirtuu kalaqa dijitaalawaa DX Valley 1. 0 irraa arganne babalísuun wiirtuu kalaqa DX Valley 2.0 hundeessineerra jedhan.
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa dijitaalaaf dursa kennuudhaan hojiilee taajajila faayinaansii hundagaleessaa mirkaneessanii fi kalaqa teknolojii baankii ammayyeessan irratti kutannoodhaan hojjechaa akka jiru, Baankii Biyyaalessa Itoophiyaatti Daarakteera Supperviiszinii kan tahan Obbo Fireezar Ayyaaleew dubbataniiru.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የአገልግሎት አሰጣጥን የሚያሳልጥ፣ አዲስ ገንዘብ የሚከፍል እና የሚቀበል ማሽን እና የዲጂታል ፈጠራ ማዕከል የሆነውን /Dx-valley 2.0/ ይፋ አደረገ።
በመክፈቻ ስነ ስርዓቱ ላይ ንግግር ያደረጉት: የእለቱ የክብር እንግዳ የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ምክትል ፕሬዝዳንት አቶ አወሉ አብዲ: የኦሮሚያ ኀብረት ሥራ ባንክ በሰፊው አርሶ አደር የተመሰረተ መሆኑን አስታዉሰዉ ማህበረሰቡን ለማገልገል የሄደበትንም ርቀት አድንቀዋል። በቀጣይም ህብረተሰቡን በኢኮኖሚ ለመደገፍ እያደረገ በለው እንቅስቃሴ በዲጅታል የባንክ አገልግሎት እያሳየ ያለዉን ፈጣን አካሄድ አጠናክሮ መቀጠል ያስፈልጋልም ብለዋል።
የኦሮሚያ ኅብረት ስራ ባንክ ፕሬዝዳንት፣ አቶ ደርቤ አስፋው በበኩለቻው፡ ባንኩ በሚከተለው ‘ለዲጂታል ቅድሚያ’ በሚል መርህ ለእንዱስትሪው ተምሳሌትነት ያላቸውና የፋይናንስ ችግር ፈቺ የሆኑ በርካታ አዳዲስ ፈጠራዎችን ለደንበኞቹ ሲያቀርብ መቆየቱን ተናግረዋል።
ባንካችን ዛሬ ያስተዋወቀው የካሽ ሪሳይክለር ማሽን ከዚህ ቀደም የተለመዱ ኤቲኤምዎች ተሻሽሎ በቀላሉ ገንዘብ የማውጣት እና የማስገባት አገልግሎት የሚሰጥ ነው። ማሽኑ የራሱ ባትሪ እና ሶላር ፓነሎች ያሉት ሲሆን ፣ይህም በመብራት መቆራረጥ ሳይገደብ በማንኛውም ጊዜ ወደ ባንክ መሄድ ሳይጠበቅባቸዉ ደንበኞች በቀላሉ አገልግሎት ማግኘት እንደሚያስችል ነው ሲሉ የባንኩ ፕሬዝዳንት አክለዋል።
በተጨማሪም፣ ፈጠራና ስታርታፖች ለአንድ ሀገር ኢኮኖሚ እድገት ወሳኝ መሆኑን በመገንዘብ ከቀድሞው የ Dx-valley 1.0 የፈጠራ ማዕከል ትምህርት በመቅሰም ዛሬ Dx-valley 2.0 የፈጠራ እና ኢንኩቤሽን ማዕከል ይፋ ሆኗል። ዛሬ ይፋ በሆነው ማዕከል በርካታ አገልግሎቶችን ለመስጠት መታቀዱንም ገልጽዋል አቶ ደርቤ።
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ለዲጂታል ቅድሚያ በመስጠት ሁሉን አቀፍ የፋይናንስ አገልግሎት እዉን የሚያደርጉና የባንክ ቴክኖሎጂ ፈጠራዎችን ለማዘመን በቁርጠኝነት እየሰራ የሚገኝ ባንክ መሆኑን በብሔራዊ ባንክ የሱፐርቪዥን ዳይሬክተር የሆኑት አቶ ፍሬዘር አያሌው ተናግረዋል።

#Coopbank #DxValley2 #BankingInnovation #DigitalTransformation #Ethiopia
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Teknooloojii tajaajila baankii tarkaanfii tokko gara fuul-duraatti kan guddisaniifi tattaaffii baankiin keenya gara teeknooloojii dijitaalaawaa sadarkaa olaanaatti ce'uuf taasisaa jiru kan dhugoomsan Maashinii ATM ammayyaa fi wiirtuu kalaqa dijitaalawaa /Dx-valley 2.0/ sagantaa ifatti eegalchiisuu suur-sagleen.

የባንክ ቴክኖሎጂን አንድ እርምጃ ወደፊት ያራመዱ እና ባንካችን ወደ ላቀ ዲጂታል ቴክኖሎጂ ጉዞን እውን ያደረጉት ዘመናዊ የATM ማሽኖቻችን እና የዲጂታል ኢኖቬሽን ማዕከላችን/Dx-Valley 2.0/ በይፋ ስራ መጀመራቸውን የሚያሳይ ቪዲዮ።

#Coopbank #DxValley2.0 #BankingInnovation #DigitalTransformation
Bohaartiin DSTV irraa argattan osoo isin hin darbin, kaffaltii keessan karaa saffisaa, salphaa fi amasiisaan, kooppeey I-birriin raawwadhaa.

ከዲኤስቲቪ የሚያገኙት ደስታ በክፍያ ምክንያት ሳያመልጥዎት፣ ክፍያዎን
ፈጣን፣ ቀላል እና ደህንነቱ በተጠበቀው በኮፔይ ኢ-ብር ይፈጽሙ።
#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalTransformation