Cooperative Bank of Oromia
79.2K subscribers
1.63K photos
50 videos
18 files
330 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Baga Gammaddan!
Ji'oota muraasa gidduutti karaa Michuu, tajaajila liqii dijitaalawaatiin qofa, liqeeffattoota 50,000 oliif wabii malee Birrii Miiliyoona 500 ol liqeessuu dandeenyee jirra.

እንኳን ደስ አላችሁ!
በጥቂት ወራት ውስጥ በምቹ ዲጂታል የብድር አገልግሎት ብቻ ከ50,000 በላይ ለሆኑ ተበዳሪዎች ከ500 ሚሊዮን ብር በላይ ከዋስትና ነፃ ማበደር ችለናል።

In just 5 months after launching Michu, a cutting-edge digital uncollateralized lending platform, we have disbursed more than ETB 500 million to more than 50K borrowers who were unable to secure loans through traditional banking channels.
#Coopbank #FinancialInclusion
Dijitaalaayizeeshinii fi tajaajila faayinaansii qonnaan bultoota hirmaachisu guddisuu irratti Maasterkaard waliin hojjechuuf waliigallee jirra.

የአርሶ አደሮችን ዲጂታላይዜሽን እና የፋይናንስ አካታችነት ለማሳደግ ከማስተርካርድ ጋር ለመስራት ተስማምተናል።
#Coopbank #Mastercard #Financialinclusion #Ethiopia
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, Itiyoopost waliin bakka bu’ummaa olaanaan waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Waliigalteen kun baankichi, karaa dameelee ItiyooPoost 700 ol ta’aniin tajaajila faaynaansii bakka bu’ummaa kennuu kan dandeessisu yommuu ta’u, karoora faayinaansii hirmaachisaa fi dhaqabamaa baankichi qabu galmaan gahuuf shoora kan qabuudha.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ከኢትዮፖስት ጋር በዋና ወኪልነት ለመስራት ስምምነት ተፈራረመ።
ስምምነቱ ባንኩን ከ700 በላይ በሚሆኑት የኢትዮፖስት ቅርንጫፎች አማካኝነት የውክልና የፋይናንስ አገልግሎት መስጠት የሚያስችል ሲሆን፤ የባንኩን አካታችነት እና የፋይናንስ ተደራሽነት ዕቅድ ስኬት አስተዋጽኦ ያደርጋል።
#Coopbank #EthioPostPartnership #Financial #FinancialInclusion
Asfaaltii hin jenne, imala mijataa,
Gamoos hin kajeelle, konteenara fe’a,
Utubaas hin laalle, humna elektirikaaf,
Anniisaa haaromfamaa, uumamaarraa fudhata.

Baankiin keenya tajaajila isaatiin, qonnaan/horsiisaan bulaa dhaqqabuuf, dameelee ikoo saffisaan babal’isuu irratti argama.

አስፋልትም አላለ፣ የተመቸ ጉዞ
ህንፃም አላሰኘዉ፣ ኮንቴነሩን ይዞ
ምሶሶም አላየ፣ የኤሌክትሪክ ሽቦ
ታዳሽ ኃይሉን ቃኘዉ፣ ከተፈጥሮ ስቦ።

ባንካችን በአገልግሎቱ አርሶ አደሩን እና አርብቶ አደሩን ለመድረስ ኢኮ ቅርንጫፎችን በፍጥነት በማስፋፋት ላይ ይገኛል!

 #Coopbank #EcofrinedlyGreenFinance #FinancialInclusion
Haalaa fi bakka jireenya keessaniin kan hin daangeffamne, akka garaakeessanii fi bakka fedhiikeessaniitti dhufee tajaajila dameeleen baankii keenya kennan hunda kan isiniif kennu, damee Iikoo keenya fayyadamaa!

በመኖሪያ ቦታዎ እና በአከባቢዉ ሁኔታ ሳይገደብ፣ በቅርንጫፎቻችን በኩል የሚሰጡትን ሁሉንም አገልግሎትቶች እንደ ፍላጎትዎ የሚያቀርቡልዎትን፣ የኢኮ ቅርንጫፎቻችንን ይጠቀሙ!
#Coopbank #EcofrinedlyGreenFinance #FinancialInclusion #Ethiopia
Konfiransii Kaffaltii Dijitaalawaa Itoophiyaa geggeeffamaa jiru irratti baankiin keenya, milkaa’inoota gama dhaqqabummaa faayinaansii fi muuxannoo teknolojii baankiitiin qabu qooda fudhattootaaf qoodee jira.
Keessattuu, hawaasa tajaajila faayinaansii hin arganne dhaqqabuuf, tooftaa dijitaalawaatiin milkaa’ina hedduu argame, Pirezdaantiin baankichaa Obbo Darribee Asfaaw kaasuun, tarsiimoo ‘dijitaalawaa dursuu’ tiinis kalaqa teknoloojii dijitaalawaa irratti xiyyeeffachuun hojii fakkeenyummaa qabu hojjetamuu ibsaniiru.

ወደ ዲጂታል ኢኮኖሚ የሚደረገውን ሽግግር በሚያጠናክረው የኢትዮጵያ ዲጂታል ክፍያዎች ኮንፈረንስ ላይ ባንካችን በፋይናንስ ተደራሽነት እና ቴክኖሎጂ ዘርፍ ያለውን ልምድ ለባለድርሻ አካላት አካፍሏል።
ባንኩ የፋይናንስ አገልግሎት ያላገኙ የህብረተሰብ ክፍሎችን ለመድረስ በዲጂታል ስልት ያደረገውን ጥረት የባንኩ ፕሬዝዳንት አቶ ደርቤ አስፋው ገልጸው ‘ዲጂታልን ማስቀደም’ በሚል መርህ በተያያዘው ዲጂታል ፈጠራ የተገኘው ውጤት ላይ ትንታኔ ሰጥተዋል።

#Coopbank #DigitalTranformation #FinancialInclusion #Ethiopia
Danqaawwan dhaqqabamummaa furee, diinagdee Qonnaan bulaa fi Horsiisee bulaa kan utube, tajaajilli baankii damee iikoo keenyaa, akeeka baankii keenyaa isa bu’uuraa fi milkaa’ina guddaa irraa gonfanneedha.
                  
የተደራሽነት ማነቆዎችን በማስወገድ፣ ለአርሶ  አደሩ እና አርብቶ አደሩ ኢኮኖሚ ድጋፍ የሆነው የኢኮ ቅርንጫፍ አገልግሎታችን፣ የባንካችን መሰረታዊ ዓላማና ከፍተኛ ስኬትን የተጎናጸፍንበት ነው።

#Coopbank #EcoBanking #FinancialInclusion #SustainableFuture
Hawaasa qabeenya uumamaa safeeffatu keessaa kan madde baankiin keenya, hawaasaaf quuqamuu sona ijoo taasisuun Dameelee Iikoo uumama naannoo waliin wal siman babal’isuu itti fufee jira.

የተፈጥሮ ሀብትን በአግባቡ የመጠቀም ባህል ካለው ማህበረሰብ የወጣው ባንካችን ለማህበረሰብ መቆርቆርን አንኳር ዕሴቱ በማድረግ፣ ለአካባቢ ተፈጥሮ ተስማሚ የሆነውን ኢኮ ቅርንጫፍ ማስፋፋቱን ቀጥሎበታል።

#Coopbank #EcoFriendly #FinancialInclusion
Oduu Gammachiisaa!
Baankiin keenya Itoophiyaatti wabummaa kenna liqii 'NASIRA' isa jalqabaa Doolaara Ameerikaa Miiliyoona 10 Baankii Misooma Daldaltoota Xixiqqaa ‘FMO-Dutch’ waliin mallatteesse. Waliigalteen firi-qabeessi kun, hawaasa carraa tajaajila faaynaansii ga'aa hin arganne, hojilee qonnaa, Interpiraayizoota maayikiroo xixiqqaafi giddugaleessaa, dargaggootaafi dubartoota deggaruuf kutannoo baankichi qabu bu'uura kan godhateedha.

አስደሳች ዜና!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ፣ በኢትዮጵያ የመጀመሪያ የሆነውን የ10 ሚሊዮን የአሜሪካን ዶላር NASIRA የብድር ዋስትና ስምምነት ከFMO-Dutch የኢንተርፕርነር ልማት ባንክ ጋር ተፈራረመ። ይህ ውጤታማ ስምምነት፣ ባንኩ በቂ የፋይናንስ አገልግሎት እድል ላላገኙ የግብርና ሥራዎች፣ በወጣቶችና በሴቶች ለሚንቀሳቀስ ጥቃቅን፣ አነስተኛና መካከለኛ ኢንተርፕራይዞችን ለመደገፍ ያለውን ቁርጠኝነት ያሳያል።

#Coopbank #FinancialInclusion #MSMEs #FMO #NASIRA #EconomicGrowth #Ethiopia
Dhaqqabamummaa tajaajila keenyaa daran mirkaneessuuf, biyya keessatti dameelee 700 kan qabu Itiyoopoost waliin sadarkaa bakka bu'iinsa olaanaan distiriktiiwwan isaa torbanuutti, dameelee 18tti tajaajila kennuu kan eegalle yommuu ta’u, maamiltoonni keenya dameelee Itiyoopoost isinitti dhihoo jiranitti dhimma bahuu akka dandeessan gammachuun isin beeksisna. Dhiheenyatti dameelee dhaabbatichaa hundatti tajaajila guutuu kennuuf sochii bal’aa taasisaa kan jirru ta'uus gamanumaan isin beeksifna.

የአገልግሎታችንን ተደራሽነት ይበልጡን ለማረጋገጥ ባንክችን ከኢትዮፖስት ጋር ያለውን የከፍተኛ ደረጃ ወኪልነት በሰባቱ ዲስትሪክቶች፣ በ18 ቅርንጫፎች አገልግሎት መስጠት የጀመረ ሲሆን፣ ደንበኞቻችን በአቅራቢያችሁ በሚገኝ በኢትዮፖስት ቅርንጫፍ መገልገል የምትችሉ መሆኑን በደስታ እንገልጻለን። በቅርቡም ይህ አገልግሎት በአገር አቀፍ ደረጃ በመላ ሀገሪቱ በሚገኙ 700 የኢትዮፖስት ቅርንጫፎች ለማስፋት እየሠራን እንገኛለን።

#Coopbank #Ethiopost #FinancialInclusion #BankingConvenience #CommunityFirst #Ethiopia
Kalaqa teknoloojii siistama hojimaata Waldaalee fi Yuuniyenoota qusannoof liqii dijitaalomsu, SACCO-Link hojiirra oolchine, gama tajaajila baankii dijitaalawaan qaama hawaasaa mara qaqqabuun, tajaajila faayinaansiin dursuuf imala saffisaatti jirra. Maarree, isinis siistama kanatti madaquun, hojimaata Waldaalee fi Yuuniyenoota keessan ammayyoomsaa! Odeeffannoo dabalataaf liinkii kanaa gadii fayyadamaa!

የቁጠባና ብድር ማህበራት እና ዩኒየኖችን አሠራር ዲጂታል የሚያደርግ የቴክኖሎጂ ፈጠራ SACCO-Link ሲስተም ሥራ ላይ ማዋላችን፣ በዲጂታል የባንክ አገልግሎት ሁሉንም ማህበረሰብ በመድረስ በፋይናንስ አገልግሎት ቀዳሚ የመሆን ፈጣን ጉዞ ተያይዘናል፡፡ እንግዲህ እናንተም ሲስተሙን በመተግበር የማህበራትና ዩኒየኖቻችሁን አሠራር አዘምኑ!

ለበለጠ መረጃ https://coopbankoromia.com.et/coopbank-sacco-link/ ይጎብኙ!

#Coopbank #SACCOLink #CommunityEmpowerment #BankingRevolution #FinancialInclusion