Cooperative Bank of Oromia
79.2K subscribers
1.63K photos
50 videos
18 files
330 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Dhaqqabamummaa tajaajila keenyaa daran mirkaneessuuf, biyya keessatti dameelee 700 kan qabu Itiyoopoost waliin sadarkaa bakka bu'iinsa olaanaan distiriktiiwwan isaa torbanuutti, dameelee 18tti tajaajila kennuu kan eegalle yommuu ta’u, maamiltoonni keenya dameelee Itiyoopoost isinitti dhihoo jiranitti dhimma bahuu akka dandeessan gammachuun isin beeksisna. Dhiheenyatti dameelee dhaabbatichaa hundatti tajaajila guutuu kennuuf sochii bal’aa taasisaa kan jirru ta'uus gamanumaan isin beeksifna.

የአገልግሎታችንን ተደራሽነት ይበልጡን ለማረጋገጥ ባንክችን ከኢትዮፖስት ጋር ያለውን የከፍተኛ ደረጃ ወኪልነት በሰባቱ ዲስትሪክቶች፣ በ18 ቅርንጫፎች አገልግሎት መስጠት የጀመረ ሲሆን፣ ደንበኞቻችን በአቅራቢያችሁ በሚገኝ በኢትዮፖስት ቅርንጫፍ መገልገል የምትችሉ መሆኑን በደስታ እንገልጻለን። በቅርቡም ይህ አገልግሎት በአገር አቀፍ ደረጃ በመላ ሀገሪቱ በሚገኙ 700 የኢትዮፖስት ቅርንጫፎች ለማስፋት እየሠራን እንገኛለን።

#Coopbank #Ethiopost #FinancialInclusion #BankingConvenience #CommunityFirst #Ethiopia