Cooperative Bank of Oromia
82.1K subscribers
1.71K photos
63 videos
20 files
357 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Hawaasa qabeenya uumamaa safeeffatu keessaa kan madde baankiin keenya, hawaasaaf quuqamuu sona ijoo taasisuun Dameelee Iikoo uumama naannoo waliin wal siman babal’isuu itti fufee jira.

የተፈጥሮ ሀብትን በአግባቡ የመጠቀም ባህል ካለው ማህበረሰብ የወጣው ባንካችን ለማህበረሰብ መቆርቆርን አንኳር ዕሴቱ በማድረግ፣ ለአካባቢ ተፈጥሮ ተስማሚ የሆነውን ኢኮ ቅርንጫፍ ማስፋፋቱን ቀጥሎበታል።

#Coopbank #EcoFriendly #FinancialInclusion
Tajaajila baankii uumamaan walsimsiisuun, dameelee Iikoo banuun, kunuunsa qabeenya uumama naannoo dhaadhessuun, mallattoo keenya. Baga guyyaa qabeenya uumama naannoo addunyaan isin gahe!

የባንክ አገልግሎትን ከተፈጥሮ ጋር በማዋደድ፣ ኢኮ ቅርንጫፎችን በመክፈት የአካባቢ ተፈጥሮ ሀብት ማስተዋወቅ መለያችን ነው።
እንኳን ለዓለም አቀፍ የተፈጥሮ ሀብት ቀን አደረሳችሁ!
#EcoFriendly #WorldEnvironmentDay #GreenBanking