Cooperative Bank of Oromia
79.2K subscribers
1.63K photos
50 videos
18 files
330 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Hawaasa bal’aaf oogee, daldalaa maaykiroo fi xixiqqaaf kan tumse, toora xiyyeeffannoo fedhu eeree, hojiin raawwatee mul’ise, yeroo gabaabaa keessatti lammiilee 154,000 qaqqabee, Qarshii biiliyoona 3.5 ol liqeessuun, abdii guddinaa horee, utubaa milkaa’inaa ta’e,
Liqii Michuu
Hayyama daldalaa yoo qabaattan dansaa, yoo qabaachuu baattanis Michuu biraa malli hin dhabamu.
Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii liqeeffadhaa!

ለብዙሃኑ የወገነ፣ ከጥቃቅንና አነስተኛ ነጋዴው ያበረ ፣ ትኩረት የሚያሻውን መስክ ጠቁሞ፣ በተግባር ፈፅሞ ያሳየ ፣ በአጭር ጊዜ 154 ሺህ ወገኖችን ደርሶ ከብር 3.5 ቢሊየን በላይ በማበደር የዕድገት ተስፋን ፈንጥቆ የስኬት አጋር የሆነ፣
ምቹ ብድር
የንግድ ፍቃድ ካልዎት መልካም፣ ከሌሎትም መላ አይጠፋም
ከምቹ፣ ምቹ ጉያ እና ምቹ ዋቢ ይበደሩ!
#Coopbank #MichuCollateralizeDigitalLending #CommunityEmpowerment
Kalaqa teknoloojii siistama hojimaata Waldaalee fi Yuuniyenoota qusannoof liqii dijitaalomsu, SACCO-Link hojiirra oolchine, gama tajaajila baankii dijitaalawaan qaama hawaasaa mara qaqqabuun, tajaajila faayinaansiin dursuuf imala saffisaatti jirra. Maarree, isinis siistama kanatti madaquun, hojimaata Waldaalee fi Yuuniyenoota keessan ammayyoomsaa! Odeeffannoo dabalataaf liinkii kanaa gadii fayyadamaa!

የቁጠባና ብድር ማህበራት እና ዩኒየኖችን አሠራር ዲጂታል የሚያደርግ የቴክኖሎጂ ፈጠራ SACCO-Link ሲስተም ሥራ ላይ ማዋላችን፣ በዲጂታል የባንክ አገልግሎት ሁሉንም ማህበረሰብ በመድረስ በፋይናንስ አገልግሎት ቀዳሚ የመሆን ፈጣን ጉዞ ተያይዘናል፡፡ እንግዲህ እናንተም ሲስተሙን በመተግበር የማህበራትና ዩኒየኖቻችሁን አሠራር አዘምኑ!

ለበለጠ መረጃ https://coopbankoromia.com.et/coopbank-sacco-link/ ይጎብኙ!

#Coopbank #SACCOLink #CommunityEmpowerment #BankingRevolution #FinancialInclusion