Cooperative Bank of Oromia
79.2K subscribers
1.63K photos
50 videos
18 files
330 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
SACCO-Link Waldaalee liqii fi qusannoo fi Yuuniyanoota isaaniif, ragaa galmee miseensotaa, bulchiinsa aksiyoonaa, qusannoo, kennaa fi kaffaltii liqii isaanii qindeessuun, battalatti gabaasa raawwii kan dhiyeessu, akkasumas qisaasama yeroo fi humna miseensotaa kan baraaruudha.

SACCO-Link ለብድርና ቁጠባ ማህበራትና ዩኒየኖቻቸው የአባላት ምዝገባ ማስረጃቸውን፣ የአክሲዮን አስተዳደር፣ ቁጠባ፣ የብድር አሰጣጥና ክፍያውን በማቀናጀት ከመቅፅበት የአፈፃፀም ሪፖርት የሚያቀርብና የአባላትን ጊዜና ጉልበት ብክነት የሚያስቀር ነው፡፡

#Coopbank #SACCOLink #FinancialEmpowerment
Teeknoloojii Faaynaansii Dijitaalaa Ammayyaa SACCO-Link Fayyadamaa!
Waldaaleen Liqiif Qusannaa fi Yuuniyeenootni hundi odeeffannoo miseensotaa, bulchiinsa aksiyoonaa, kaffaltii qusannaa, kenniinsa liqii, adeemsa kaffaltii addaa addaa fi gabaasa keessan haala salphaan si’aawaa taasifadhaa.

ለብድርና ቁጠባ ማኅበራት እና ዩኒየኖች የቀረበውን አዲስ የዲጂታል ፋይናንሻል ቴክኖሎጂ SACCO-Link ይጠቀሙ!
ያለምንም ድካም እና እንግልት፤ የአባላት መረጃ፣ የአክሲዮን አስተዳደር፣ የቁጠባ ክፍያዎች፣ የብድር አሰጣጥ፣ የተለያዩ የክፍያ ሂደቶች እና የሪፖርት አቀራረብዎን ያሳልጡ!

https://coopbankoromia.com.et/coopbank-sacco-link/

#Coopbank #SACCOLink #FinancialEmpowerment
Hojimaata waldaalee liqii fi qusannoo fi yuuniyanootaa dijitaalawaa kan taasisu sistamni SACCO-Link isin cinaa jira!
SACCO- Link Hojiiwwan faaynaansii ni si’eessa, bu’aa bayii salphisee, adeemsa gabaabsa, itti fayyadamaa.

የብድርና ቁጠባ ማኅበራትንና ዩኒየኖችን አሠራር ፍጹም ዲጂታል የሚያደርገው SACCO-Link ከጎንዎ ነው!
SACCO-Link የፋይናንስ ሥራዎችን ያቀላጥፋል፣ ውጣ ውረዶችን አስወግዶ፣ ሂደቶችን ያሳጥራል፣ ይጠቀሙበት።

https://coopbankoromia.com.et/coopbank-sacco-link/

#Coopbank #SACCOLink #FinancialEmpowerment
Waldaalee fi Yuuniyeenotni Liqii fi Qusannoo, hojimaata barmaataa gatii waraqaa fi maxxansaaf isin saaxilu keessaa ba’uun hojimaata dijitaalawaa ammayyaa SACCO-Linkitti madaqaa! Maallaqa yeroo fi humna isiniif qusata.

የብድርና ቁጠባ ማህበራትና ዩኒየኖቻቸው ለወረቀት ዋጋና ለህትመት ወጪ ከሚያጋልጥ ዘልማዳዊ አሠራር በመላቀቅ በዘመናዊው ዲጂታል ስልት SACCO-Link ተጠቀሙ! ገንዘብ፣ ጊዜና ጉልበት ይቆጥባል።

#Coopbank #SACCOLink #FinancialEmpowerment
Kalaqa teknoloojii siistama hojimaata Waldaalee fi Yuuniyenoota qusannoof liqii dijitaalomsu, SACCO-Link hojiirra oolchine, gama tajaajila baankii dijitaalawaan qaama hawaasaa mara qaqqabuun, tajaajila faayinaansiin dursuuf imala saffisaatti jirra. Maarree, isinis siistama kanatti madaquun, hojimaata Waldaalee fi Yuuniyenoota keessan ammayyoomsaa! Odeeffannoo dabalataaf liinkii kanaa gadii fayyadamaa!

የቁጠባና ብድር ማህበራት እና ዩኒየኖችን አሠራር ዲጂታል የሚያደርግ የቴክኖሎጂ ፈጠራ SACCO-Link ሲስተም ሥራ ላይ ማዋላችን፣ በዲጂታል የባንክ አገልግሎት ሁሉንም ማህበረሰብ በመድረስ በፋይናንስ አገልግሎት ቀዳሚ የመሆን ፈጣን ጉዞ ተያይዘናል፡፡ እንግዲህ እናንተም ሲስተሙን በመተግበር የማህበራትና ዩኒየኖቻችሁን አሠራር አዘምኑ!

ለበለጠ መረጃ https://coopbankoromia.com.et/coopbank-sacco-link/ ይጎብኙ!

#Coopbank #SACCOLink #CommunityEmpowerment #BankingRevolution #FinancialInclusion