Cooperative Bank of Oromia
82.7K subscribers
1.78K photos
66 videos
25 files
392 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Michuun osoo jiruu haalli daldalaa keessan hin gitintiru; Dhadhaabbata ta’ee kan galma keessan isin qaqqabsiisu liqii dijitaalawaa, wabii hin gaafanne Michuu fudhadhaa!

ምቹ እያለ የንግድዎ ሁኔታ አቅም አጥቶ አይንገዳገድም፤ ምርኩዝ ሆኖ ህልምዎ ጋር የሚያደርስዎትን ከማስያዣ ነጻ የሆነውን ምቹ ዲጂታል ብድር ይውሰዱ!
#Coopbank #Michu #SMEsuccess #BusinessGrowth #DigitalLending #Ethiopia
Dubartoota hojii daldala xixiqqaa irra jirtaniif oduu aagaa qabna.
Baankiin keessan  Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, dubartoota  hojii daldala xixiqqaa irra jiranii fi dubartoota daldala xixiqqaa eegaluuf qophii qaban kan deeggaru, tajaajila liqii dijitaalawaa Michuu Kiyyaa hojiirra oolcheera.
Tajaajila kanaaf ammuma dameewwan baankii keenya isinitti dhiyoo jirutti goraa!

በአነስተኛ ንግድ ሥራ ላይ ለተሰማራችሁ ሴቶች መልካም ዜና እነሆ!
ባንካችሁ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ፣ በአነስተኛ የንግድ ሥራ ላይ ለተሰማራችሁና፣ ለመጀመር ዝግጅት ላይ ይምትገኙ ሴቶች በፋይናንሰ አገልግሎት ለመደገፍ ሚቹ ኪያ ዲጂታል ብድር ሥራ ላይ አውሏል።
ለአገልግሎቱ አሁኑኑ በአቅራቢያችሁ የሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ ጎራ በሉ!
#Coopbank #MichuKiyya #WomenEmpowerment #BusinessGrowth