Cooperative Bank of Oromia
82.1K subscribers
1.71K photos
63 videos
20 files
356 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Liqii Saffisaa Ammuma Fudhadhaa!

Odeeffannoo dabalataa dameelee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isinitti dhihoo jiru irraa argachuu dandeessu!

ፈጣን የብድር አገልግሎት እዚሁ እጃችን ላይ!

ለበለጠ መረጃ በአቅራቢያችሁ ወደሚገኝ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፍ ጎራ በሉ!

https://coopbankoromia.com.et/michu/
#DigitalLending #QuickLoans #Coopbank #Bank #Ethiopia
Akka salphaatti liqeeffadhaa; faayidaa liqii dijitaalawaa wabi-maleessaa ammuma dhamdhamadhaa!
Michuu- Egeree itti aaragalfattan!
Damee keenya isinitti dhiyoo jirutti goraa!

Borrow comfortably and experience the benefits of uncollateralized digital lending instantly !
Michu- For a better future!
Visit a nearby Coopbank branch now!

በቀላሉ ይበደሩ፤ ያለዋስትና የቀረበውን ዲጂታል የብድር አማራጭ ጥቅሞችን አውኑኑ ያጣጥሙ!
ምቹ- ለነገ ዕረፍትዎ
ዛሬውኑ በአቅራቢያዎ የሚገኝ ቅርንጫፍን ይጎብኙ!

https://coopbankoromia.com.et/michu/
#DigitalLending #QuickLoans #Coopbank #Bank #Ethiopia
Apply following these steps and get your Michu loans !
https://coopbankoromia.com.et/michu/

Liqii Michuu argachuuf tartiiba armaan gadii hordofuun iyyannoo keessan galfadhaa !
https://coopbankoromia.com.et/michu-ao/

ምቹ ብድርን ለማግኘት ከታች የተዘረዘሩ ቀደም ተከተሎችን በመከተል ያመልክቱ!
https://coopbankoromia.com.et/michu-am/

#DigitalLending #QuickLoans #Coopbank #Bank #Ethiopia
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Michuu: Bifa salphaafi amansiisaa ta’een, qabsiisa tokko malee kan dhiyaatetti fayyadamaa!
Liqeeffadhaa; daldala keessan ittiin guddifadhaa!

https://coopbankoromia.com.et/michu-ao/
#DigitalLending #QuickLoans #Coopbank #Bank #Ethiopia
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
ምቹ፡
ቀላል፤ አስተማማኝ፤ ያለማስያዣ በቀረበው የዲጂታል ብድር አማራጭ ይጠቀሙ !
ይበደሩ፤ ንግድዎን ላቅ ያድርጉ!

https://coopbankoromia.com.et/michu-am/
#DigitalLending #QuickLoans #Coopbank #Bank #Ethiopia
Waan aggaamtan bira ga’uuf dadhabbii hedduu qabaatus, Michuu waliin daandiin kamuu gabaabaa dha!

ሁሌም ካሰቡበት ቦታ ለመድረስ ከባድ ሊሆን ይችላል፡ ከምቹ ጋር ግን መንገዶች ወደ ስኬት ፈጥነው ያደርሳሉ!

The path to success is often filled with hurdles, but fortunately Michu is here to provide a convenient route to your goals!

https://coopbankoromia.com.et/michu/
#DigitalLending #QuickLoans #Coopbank #Bank #Ethiopia
Namoonni mul’ata guddinaa qaban milkaa’ina boruuf har’a ni karoorsu. Milkaa’ina keessan boruuf karooraan hogganamaa! Mul’ata gaariis qabaadhaa! Guddina egeree keessaniif tajaajila liqii wabii irraa bilisa ta'e Michuu fayyadamuun filannoo sirriidha! Michuu milkaa’ina keessaniif michoomfadhaa!
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Jijjiirama Guddaaf Kan Onnate!

ራዕይ ያላቸው ሰዎች ዛሬ ላይ ሆነው ለነገ ዕድገታቸው ያቅዳሉ።
በዕቅድ ይመሩ ፣ ለቀጣይ ስኬትዎ ራዕይ ይሰንቁ!
ለፈጣን ዕድገትዎ ደግሞ ምቹ ከዋስትና ነፃ የብድር አገልግሎት መጠቀም ትክክለኛ ምርጫ ነው!
ምቹን የስኬትዎ አጋር ያድርጉ! 
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ
ለላቀ ለውጥ የቆመ!

Visionary people plan today for tomorrow’s success. Lead with a plan, and have a vision for your tomorrow’s success! Using Michu, a convenient, collateral-free loan service for your future growth, is the right choice! Make it your partner for your success!
Cooperative Bank of Oromia,
Committed to breakthrough!

www.coopbankoromia.com.et
#Coopbank #Michu #DigitalLending #Bank #Ethiopia
Hoggansi baankolee fi dhaabbilee faaynaansii gara garaa, wiirtuu kalaqa dijitaalawaa keenyatti argamuun, tajaajila liqii dijitaalawaa wabummaa irraa bilisaa ‘Michuu’ kennaa jirru irratti muuxannoo fudhataniiru.

የተለያዩ ባንኮችና የፋይናንስ ተቋማት አመራሮች ፣ በዲጂታል ፈጠራ ማዕከላችን በመገኘት፣ በምንሰጠው ዲጂታል ከማስያዥያ ነጻ የብድር አገልግሎት ‘ምቹ’ ዙሪያ ልምድ ቀስመዋል።

#Coopbank #MichuInnovation #DigitalLending #CoopbankDxValley
Baga Guyyaa Daldaltoota Interpiraayizoota Maayikiroofi Xixiqqaa Addunyaatiin Isin Ga'e!
Baankiin keenyas, hojii daldalaa keessan deeggaruuf liqii wabii malee kennamuun isin faana ta'uusaatti gammachuu guddaatu itti dhaga'ama.

እንኳን ለአለም አቀፍ የጥቃቅን፣ አነስተኛ እና መካከለኛ ኢንተርፕራይዞች ቀን በሰላም አደረሳችሁ!
ባንካችን የንግድ ሥራችሁን ለመደገፍ፣ ያለምንም ማስያዣ፣ ብድር በማቅረብ ከጎናችሁ በመሆኑ ከፍተኛ ደስታ ይሰመዋል።

#Coopbank #MSMEDay #SmallBusinessSupport #DigitalLending
Michuun osoo jiruu haalli daldalaa keessan hin gitintiru; Dhadhaabbata ta’ee kan galma keessan isin qaqqabsiisu liqii dijitaalawaa, wabii hin gaafanne Michuu fudhadhaa!

ምቹ እያለ የንግድዎ ሁኔታ አቅም አጥቶ አይንገዳገድም፤ ምርኩዝ ሆኖ ህልምዎ ጋር የሚያደርስዎትን ከማስያዣ ነጻ የሆነውን ምቹ ዲጂታል ብድር ይውሰዱ!
#Coopbank #Michu #SMEsuccess #BusinessGrowth #DigitalLending #Ethiopia
Hanqinni kaappitaalaa wayta isin mudatu, liqii wabummaa irraa bilisaan kan harka isin qabu Michuu keessan hin dagatinaa! Sadarkaa daldala keessaniin Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii liqeeffadhaa!

የካፒታል እጥረት ሲያጋጥምዎ፣ ከማስያዥያ ነጻ በሆነ ብድር የሚደርስልዎ የልብ ጓደኛዎ ምቹን አይዘንጉ!
እንደ ንግድዎ ደረጃ ምቹ ጉያ እና ምቹ ዋቢ ይበደሩ
#Coopbank #Michu #DigitalLending #SmallBusiness #Empowerment