Cooperative Bank of Oromia
82.7K subscribers
1.78K photos
66 videos
25 files
392 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Ibsaa yoo balleesse, Walleensuuf yandoon gannaa
Ifni isaa kan hin badne abbaa gumbii anniisaa
ATM ammayaawaan mala siniif qabnaa.

መብራት ቢያጠፋ ዶፍና ሀይለኛ ሞገድ
ብርሃኑ የማይቋረጥ ሃይል አለ ከኛ ዘንድ
በሚያከማቸው ጉልበት የሚያገለግልዎ
ዘመናዊ ኤቲኤም ይኸው አለልዎ
#Coopbank #24x7Banking #ModernBanking #Ethiopia
''Eessa yoonana eessa yoona"

Eessattuu, yoomiyyuu isinii jira; ATM ammayyaawaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa!

ዘመናዊው የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ATM
መቼም የትም የሚያገኙት!

#Coopbank #24x7Banking #ModernBanking #Ethiopia
Ibsaan hin jiru, maallaqa na harka jiru guyyaa dilbataan haala kamiinan baankiitti galfadhaa? gaaffiin jedhu hafeera. ATMii keenya ammayyaawaa yeroo fi haalaan hin daangeffamneen maallaqa galchuus ta’ee, baasuun danda’ameera.

መብራት የለም፣ በእጄ ያለውን ገንዘብ በእሁድ ቀን እንዴት ባንክ ማስገባት እችላለሁ? የሚለው ጥያቄ ከእንግዲህ ቀርቷል። በዘመናዊው ኤቲኤማችን ያለ ምንም የጊዜና ሁኔታ ገደብ፣ ገንዘብ ማስገባትም ሆነ ማውጣት ተችሏል።
#Coopbank #24x7Banking #SeamlessService #ModernATM #DepositAnytime #UninterruptedBanking