Cooperative Bank of Oromia
82.7K subscribers
1.78K photos
66 videos
25 files
392 links
Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.
Download Telegram
Baankiin cufamee, dhiifatee; ibsaan badee, hafeen, si’achi yaaddoo hin ta’u, ATM keenya ammayyaawaa isinitti dhihoo jiran hundatti gortanii yeroo kamiyyuu maallaqa galfachuus ta’ee baafachuu ni dandeessu.

ባንክ ተዘጋ አልተዘጋ፣ መብራት ሄደ መጣ፣ አያሳስብዎትም፤ በዘርፉ ቀዳሚ በሆነው በ CRM ማሽናችን ያለ ምንም መጉላላት፣ በፈለጉት ሰዓት፣ ገንዘብዎን ማስገባትም ሆነ ማውጣት ይችላሉ።
#Coopabnk #24x7Service #AlwaysOn #Ethiopia
Teknooloojii baankii ammayyaa tarkaanfii tokko gara fuul-duraatti!
Maashinootni ATM ammayyaa keenya 600, yeroofi humna ibsaan osoo hin daangeffamin, maallaqa galchuufis ta’e baasuuf sanbattan dabalatee halkanii guyyaa sa’aa 24 isin tajaajilu.

ዘመናዊ የባንክ ቴክኖሎጂን፣ አንድ እርምጃ ወደፊት!
600 እጅግ ዘመናዊ የኤቲኤም ማሽኖቻችን፣ በሰዓት እና በኃይል ሳይገደቡ፣ ገንዘብ ለማስገባትም ሆነ ለማውጣት ቅዳሜ እና እሁድን ጨምሮ 24 ሰአታት ሙሉ አገልግሎት ላይ ናቸዉ!
#Coopbank #NextGenBanking #24x7Service #BankingReimagined
Ganamaa hanga galgalaa dalagattanii, halkaniyyuu qusachuu ni dandeessu; ibsaan yoo badellee, ATM’n ammayyaa keenya humna kuufatan fayyadamuun isin keessummeessanii, mirkaneessituu isin qaqqabsiisu.

ከጠዋት እስከ ምሽት ሠርተው፣ ሌትም መቆጠብ ይችላሉ፤ መብራት ባይኖር እንኳ፣ ዘመናዊ ኤቲኤሞቻችን የተጠራቀመ ኃይላቸውን በመጠቀም እርስዎን በማስተናገድ አስፈላጊውን ማረጋገጫ ያደርሱዎታል።
#Coopbank #ReliableBanking #24x7Service
Lixa biiftuun kan hin sarbamne, ibsaan baduun kan hin danqamne ATMii keenya ammayyaan yaaddoo malee 24/7 fayyadamaa!

የቀኑ መምሸት በማይገደው፣ የመብራት መጥፋት ባላገደው ዘመናዊው ኤ.ቲ. ኤማችን ያለስጋት 24/7 ይገልገሉ!
#Coopbank #24x7Service #ModernATMs #UninterruptedAccess #AlwaysOperational