๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.7K subscribers
556 photos
21 videos
22 files
1.89K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Mallis_keettu_caala๐Ÿ‘‡

โž› Mootiin jallataan "Fir'oowna" jedhamu dhaloota Naabiyyallaahi Muusaa (AS) sodaadhaaf, ijoollee miliyoonotaan lakkaawaman akka horiitti ciibsee gorra'aa ture. Waan nama dinqisiisaa garuu, dhumarratti harka ufiitiin mana ufii keessatti Nabi Muusaa guddiseen.
๐Ÿ‘‰ Mala ilma namaa caala, mala Rabbiin baasutu ykn Qadaratu humna qaba.

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Bishaan

โž› Dhugaatii bishaanii xiqqeessuun, wantoota armaan gadiitiif nu saaxila. Isaanis :
[ู‚ู„ุฉ ุดุฑุจ ุงู„ู…ุงุก ูŠุนุฑุถูƒ]:

โž›Gogiinsa ijaa,
ู„ุฌูุงู ุงู„ุนูŠู†
โž› Gogiinsa afaanii fi gogaa,
ูˆุงู„ูู… ูˆุงู„ุฌู„ุฏุŒ
โž›xir'acha kaleetiif,
ุญุตู‰ ุงู„ูƒู„ู‰ุŒ
โž›Gogiinsa garaaf,
ุงู„ุฅู…ุณุงูƒ
โž›Qaamni keenya madaala dhabuudhaaaf nu saaxila.
ูˆูู‚ุฏุงู† ุงู„ุชูˆุงุฒู†.
โž› Dadhabinna qaamaa fi
โž› heddumminnaan waa dagachuuf nu saaxila.

๐Ÿ‘‰ Rabbiin sadarkaa fi bu'aa bishaanii Qurโ€™aana keessatti yeroo dubbatu akkana jedha :
ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู‰ (ูˆุฌุนู„ู†ุง ู…ู† ุงู„ู…ุงุก ูƒู„ ุดูŠุก ุญูŠ) โ€ข
"Waan lubbuu qabaa hunda bishaan irraa uumne...".

Kan hafe warra saayinsii gaafadhaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Seenaa_na_boochiste๐Ÿ˜ญ

"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa.
#Dubbisaa๐Ÿ‘‡
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Seenaa_na_boochiste๐Ÿ˜ญ "Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa. #Dubbisaa๐Ÿ‘‡
#Seenaa_na_boochise

โž›"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne/ hanne__"๐Ÿ˜ญ Dura buutuu mana barumsichaattu waa'ee mucayyoo armaan gadii tana barreesse.๐Ÿ‘‡

Guyyaa tokko osoo barsiiftuun daree, daree qorumsaa keessa ijoollee KG [Oolmaa daa'immanii] baratan qoraa jirtu, sagalee iyyaansaa wahii dugdaduubaa dhageesse.
#Barattuu : "Barsiiftu..!, Barsiiftu..! " Jette sagalee ol fuutee.
#Barsiiftuu : "Caldhisi!,๐Ÿคซ tasgabbaa'i malee!, mana kee jirta seeta moo sila? akka daree qorumsaa jirtu wallaaltee" jetteen.
#Barattuu : "Barsiiftu Wuruud qorumsa korrojaa/hataa jirti" jettee itti deebiste.
Barsiiftuun rifannoota haala qabduun gara Wuruud garagaltee ilaalte.
#Wuruud : sodaa irraa kan ka'e, ija ishee birbir godhaa :
" Rabbitti kakadhee ani hin korrojneeyyu", gaafiin herreegaa natti dheeratee ture (4+5=__?), harka isa tokkoon 12345 jedhee erga lakkaawadhee booda, harka tokko waan hin qabneef, hiriyyaa too tan na bira jirtu akka qubbeen naa diriirsitu gaafadhee [+1234] itti dabaladhe. Deebii argachuudhaaf ciqilee hiriyyaa kootti qofa qarqaarsifadhe malee, ani hin hanne" jettee falmatte.
Caldhiinsa dheeraa booda qulqullummaan ishee mirkanaaโ€™e.
โž› Wuruud dhugamatti hin korrojne, sababa lolaaf harki tokko waan irraa citee jiruuf, obbolaa isheetti qarqqaarsifatte.
#Gatiin_lolaa_meeqa?๐Ÿ˜ญ
@Ibroo keessan.

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โž› Mootummoota armaan gadii keessaa, mootummaan magaalaa seena qabeettii Turkiyyee, Istaanbuliin cabse / bane eennu jedhama______?
Anonymous Quiz
11%
A) Absulhamiid Alawwal
39%
B) Suleeymaan Alqaanuunii
50%
C) Muhammad Alfaatih
#Adabbii_cimaa
#ุฃุดุฏู‘_ุงู„ุนู‚ูˆุจุงุช

โžก Adabbiin cimaan Rabbiin duniyaa tanarratti si adabu yoo jiraate :๐Ÿ‘‡

โž› Iimaana onnee tee keessaa fudhatuu,
โž›Goggogiinsa qalbiiti, qalbiin si keessatti du'uudha,
โž›Agareen tee tan keessaa dhamuudha,
โž› Jaalala zikrii fi Qurโ€™aanaa onnee tee keessaa haquu,
โž› Mi'aa duโ€™aa'ii fi maqoo isaan bahuudhaa sirraa fudhachuudha.
Yaa Allaah eessa jirra laata๐Ÿ˜ญ

โžก #Adabbii_Salphaa ๐Ÿ‘‡
Adabbiin salphaan duniyaa tanarratti si mudatu ;
โž› Miidhaa qaama kee si mudatuudha. Fakkeenya Ijji tee takka keessaa miidhamuu, ykn lamaanuu miidhamuu.
#Adabbiin_irra_salphaa. Adabbiin hundarra salphaadhaa, adabbii qabeenyaan sitti dhuftu. Fakkeenya qabeenyi kee miidhamuu ykn hatamuu, gubatuu.
Rabbiin nu haa baraaru
#Ibnul_Qayyim irraa

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Badhaafamaa๐Ÿ‘‡
โž› Sahaabaadha, dubartoota 4 fuudhe, afranuu Obboleewwan dubartoota Rasuula Rabbiiti (SAW). Sahaabaan kuni eennu____?
@Hubachiisa :Ibsa gahaa namni kenne badhaasa qaba
Anonymous Quiz
13%
A) Kaalid binu waliid
48%
B) Usmaan binu Affaan
39%
C) Xalhaa ibnu Ubeudillaah
โž›On this day January 2/1492
ููŠ ู…ุซู„ ู‡ุฐุง ุง ู„ูŠูˆู… 2ูŠู†ุงูŠุฑ 1492

โž› Guyyaa akka hardhaa kana waggaa 531 dura, Garnaaxaan kufte.
โž› Guyyaa akkanaa kana furtuun biya ispeen /harka muslimoota harkaa baatee harka diinaa seente.
โž›Guyyaa akkanaa kana, bulchiinsi Islaamaa biyya indonesia harka muslimootaa harkaa bahe.
โž› Indonesiaan bara 711 harka muslimoota seentee, bara 1492 harkaa baate.
โž›Indonesiaan jaarraa dheeraaf biyya baay'enni muslimootaa %90 ol keessa jiraatan turte....amma garuu.
Aaaaaaaaaah....๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
Deebii๐Ÿ‘‡
#Xalhaa (Radiyallaahu anhu)

[kurnyan Jannataan gammachiifaman keessaa isa tokko ]
โž›Dubartoota 4 fuudhe, afranuu Obboleewwan ishee Ergamaa Aalamaattu uf jalaa qaba. Isaanis :

#1ffaa : Ummu Kulsuum intala Abii Bakrii (Obboleettiin ishee Aa'ishaa haadha manaa Rasuulaati).
#2ffaa : Hamnaa intala Jahshii [Obboleettii Zeynabaa binti Jajshii ] fuudhee uf jalaa qaba.
#3ffaa : Faari'aa [Obboleettii Ummu Habiibaa intala Abii Sufiyaan ] fuudhee uf jalaa qaba.
#4ffaa : Ruqayyaa intala Abii Umayyaa [ Ummu Salamaa : Hindi binti Abii Umayyaa ] fuudhee uf jalaa qaba.
Radiyallaahu anhum Ajma'iin.

โž› Namni deebii kana sirriitti argate, nama chaanaalii keenya yeroo dheeraaf hordofaa ture #Mubaarak_Zakaariyyaa jedhama, Mubee Jzk keyran, Rabbiin ilmii irraan ilmii siif haa dabalu siin jenna.

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Haadha_gootaa๐Ÿ˜ญ

โž› Meeshaan kuni, meeshaa ispeenonni waggaa 500 dura dubartoota Muslimaa irraa harma ittiin muraa turaniidha.
Muslimoonni indonesia xumura gaafa aangoo gadi lakkisanii, wantoonni isaan ummata kafaraa san waadaa seensifatan hedduudha. San keessaa ijoon dubartoota keenya nu jalaa hin tuqinaa ture.
Garuu isaan dubartoota Islaamaa irratti, osoo abbaan manaa ishee fi ijoolleen ishee dhaabattee ilaaltu meeshaa kanaan harma irraa ciraa turaniru.
#Yaa_haadha_gootaa๐Ÿ˜ญ

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โž› Namni Rabbiin hin qabne, homaayyuu hin qabu.
-ู…ู† ูู‚ุฏ #ุงู„ู„ู‡ ููŠ ุญูŠุงุชู‡ ูู‚ุฏ ูƒู„ ุดูŠุก
#Gaachana_Islaamaa [Kadiijaa]

Waa'ee ishee Ergamaan Aalmaa yeroo dubbatan akkana nuun jedhan :๐Ÿ‘‡

โž› "Yeroo hawaasni guutuun natti kafare, isheen natti amante,
‏"ุขู…ู†ุชู’ ุจูŠ ุฅุฐู’ ูƒูุฑูŽ ุจูŠ ุงู„ู†ูŽู‘ุงุณ
Wayta hawaasni guutuun na kijibsiise, isheen dhugaa dubbatte naan jette,
‏ูˆุตูŽุฏูŽู‘ู‚ุชู†ููŠ ุฅุฐู’ ูƒุฐู‘ุจู†ูŠ ุงู„ู†ูŽู‘ุงุณ
Yeroo hawaasni guutuun ufirraa na dabre, isheen ufitti na qabde,
‏ูˆุขูˆุชู†ููŠ ุฅุฐู’ ุทูŽุฑุฏูŽู†ููŠ ุงู„ู†ูŽู‘ุงุณ
Yeroo ilmi namaa hundi Aadmaa natti mure, isheen qabeenya isiitiin na boohatsite."
‏ูˆูˆุงุณุชู†ููŠ ููŠ ู…ุงู„ู‡ุง ุฅุฐ ุญุฑู…ู†ูŠ ุงู„ู†ูŽู‘ุงุณ"

โž› Ajaa'iba!, yeroo dubartiin takkattiin, waraana guututti madaalamtu. Baay'ee nama ajaa'ibdi Haati mu'umintootaa Kadiijaa binti Kuweylid...[Radiyallaahu Anhaa].
‏ุนู†ุฏู…ุง ุชุตุจุญู ุงู…ุฑุฃุฉูŒ ูˆุงุญุฏุฉ ุฌูŠุดุงู‹ ูƒุงู…ู„ุงู‹
‏ุฎุฏูŠุฌุฉ ุจู†ุชู ุฎูˆูŠู„ุฏ โค

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Maqaan fir'owna jedhu yeroo meeqa Qurโ€™aana keessatti dubbatame___?
Anonymous Quiz
47%
A) yeroo 56
34%
B) yeroo 67
19%
C) yeroo 90
#Zikrii_ganamaa๐Ÿ‘‡

ุฃุตุจุญู†ุง ูˆุฃุตุจุญ ุงู„ู…ู„ูƒ ู„ู„ู‡ ุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู†
[Asbahnaa wa asbahalmulku lillaahi Rabbil aalamiin ]

Rabbiin oolmaa milki, tan gammachuu nuuf haa godhu.
‏ุฃุณุนุฏ ุงู„ู„ู‡ ุตุจุงุญูƒ
#Yeroo_Sahaabaan_Rasuulaa(SAW)boohu!๐Ÿ‘‡

โž›Yaa Abbaa Hureeyraa; Duniyaatu akkana si boochisaa jira moo waan biraati sila...โ—
ูŠุง ุฃุจุง ู‡ูุฑูŠุฑุฉ ุ› ุฃุชุจูƒูŠ ุนู„ู‰ ุงู„ุฏู‘ูู†ูŠุง !
Miti, Rabbii kiyyatti kakadhee, duniyaan teessan tuni yoomuu nan boochistu...garuu๐Ÿ˜ญ
ู„ุง ูˆุงู„ู„ู‡ ุŒ ุฏูู†ูŠุงูƒู… ู‡ุฐู‡ู ู„ุง ุชูุจูƒูŠู†ูŠ ..

Garuu wanti na boochisaa yoo jiraate :
ุฅู†ู‘ูŽู…ุง ุฃุจูƒูŠ....

โž› Ulfaatinna ba'aa kooti,
ู…ูู†ู’ ุซูู‚ูŽู„ู ุงู„ุญูู…ู„ู ุŒ
โž› hammeenya hiriyyaa kooti,
ูˆุณูˆุก ุงู„ุฑููŠู‚ ุŒ
โž›xiqqaachuu /haphachuu siinqii ykn dhalee kooti,
ูˆูŽู…ูู† ู‚ู„ู‘ูŽุฉู ุงู„ุฒู‘ูŽุงุฏ ุŒ
โž›Fageenya karaa ani deemuuti,
ูˆูุจุนุฏู ุงู„ุทู‘ูŽุฑูŠู‚ ุ›
โž› Guyyaa Qiyaamaa wy siraaxa gubbaa kufee, Jannata bareedduu sana dhabaa waan jedhutu na boochisa....!
ุฃุจูƒูŠ ุฎูˆูู‹ุง ู…ูู† ุฃุณู‚ูุท ูŠูˆู… ุงู„ู‚ูŠุงู…ุฉ ู…ูู† ุนู„ู‰ ุงู„ุตุฑุงุท ูˆู„ุง ุฃุฏุฎูู„ ุงู„ุฌู†ู‘ูŽุฉ ..
โž›Osoo dhaladhee, addunyaa tana arguu baadhee jedheen baay'ee hawwaa ture....๐Ÿ˜ญ
ูˆูŽุฏูุฏุชู ุฃู†ู‘ููŠ ู„ูŽู… ุฃูุฎู„ู‚.


Aaaaaaah.....goggogiinsa qalbii koottu na yaachise wlh๐Ÿ˜ญ
โž›Sahaabaan, hadiisa Rasuulaa odeessuun 1ffaa, sahaabaan guyyaa takka Rasuula Rabbiitiin adda bahee hin beekne yoo akkanatti boohu....nu hoo eessa jirra laata____โ—

Maddi๐Ÿ‘‡
โ—‚ ุณูŠุฑ ุฃุนู„ุงู… ุงู„ู†ุจู„ุงุก (ูฅูขูฅ/ูข).

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Anaaf_jecha_waa_meeqa_taate____!

โž› Yeroo jireenyi nama akka ati yeroo hunda gammachuu qabaaattuuf; nama gadda kee arguu hin barbaanne ooftee sitti fiddu, Rabbii kankee galatoomfadhu. Gadaa tana keessa namoonni gammachuu kee hawwan ykn ufii olitti gammachuu kee barbaadan, baay'ee xiqqqoodha waan taheef.
โž› Namoonni gammachuu koo hawwaa turtan, namoonni akka ani gammaduuf, baay'ee na waajjiin ifaajaa turtan galatoomaa isiniin jechuu barbaada.๐Ÿ™๐Ÿ™

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Keyrimaaf๐Ÿ‘‡

โž› Gadda takka tan karaa Rabbii si deebistutuu..., gammachuu kuma tokko tan karaa Rabbii irraa si balleessitu irra siif caala.
@Ibroo
#Abjuu๐Ÿ‘‡

โž› Akka dandeesu yoo ufitti amante, imala kankee walakkaa isaa xumurtee jirta.
Jum'aa gaarii
@tafak_or
#Hamilee

โœ Hanguma fedhe karaan abjuu keetii ulfaataa tahus :

โž› Harka hin kennatin,
โž› Hin dhaabbatin,
โž› Abdii hin kutatin.
๐Ÿ‘‰Rabbiin karaa ulfaataa uume sun, dandeettii ati karaa ulfaataa sana ittiin dabritu si keessatti uumee jira waan ta'eef.
Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or