๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#Seenaa_na_boochiste๐ญ "Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa. #Dubbisaa๐
#Seenaa_na_boochise
โ"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne/ hanne__"๐ญ Dura buutuu mana barumsichaattu waa'ee mucayyoo armaan gadii tana barreesse.๐
Guyyaa tokko osoo barsiiftuun daree, daree qorumsaa keessa ijoollee KG [Oolmaa daa'immanii] baratan qoraa jirtu, sagalee iyyaansaa wahii dugdaduubaa dhageesse.
#Barattuu : "Barsiiftu..!, Barsiiftu..! " Jette sagalee ol fuutee.
#Barsiiftuu : "Caldhisi!,๐คซ tasgabbaa'i malee!, mana kee jirta seeta moo sila? akka daree qorumsaa jirtu wallaaltee" jetteen.
#Barattuu : "Barsiiftu Wuruud qorumsa korrojaa/hataa jirti" jettee itti deebiste.
Barsiiftuun rifannoota haala qabduun gara Wuruud garagaltee ilaalte.
#Wuruud : sodaa irraa kan ka'e, ija ishee birbir godhaa :
" Rabbitti kakadhee ani hin korrojneeyyu", gaafiin herreegaa natti dheeratee ture (4+5=__?), harka isa tokkoon 12345 jedhee erga lakkaawadhee booda, harka tokko waan hin qabneef, hiriyyaa too tan na bira jirtu akka qubbeen naa diriirsitu gaafadhee [+1234] itti dabaladhe. Deebii argachuudhaaf ciqilee hiriyyaa kootti qofa qarqaarsifadhe malee, ani hin hanne" jettee falmatte.
Caldhiinsa dheeraa booda qulqullummaan ishee mirkanaaโe.
โ Wuruud dhugamatti hin korrojne, sababa lolaaf harki tokko waan irraa citee jiruuf, obbolaa isheetti qarqqaarsifatte.
#Gatiin_lolaa_meeqa?๐ญ
@Ibroo keessan.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf