๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Seenaa_na_boochiste๐Ÿ˜ญ "Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa. #Dubbisaa๐Ÿ‘‡
#Seenaa_na_boochise

โž›"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne/ hanne__"๐Ÿ˜ญ Dura buutuu mana barumsichaattu waa'ee mucayyoo armaan gadii tana barreesse.๐Ÿ‘‡

Guyyaa tokko osoo barsiiftuun daree, daree qorumsaa keessa ijoollee KG [Oolmaa daa'immanii] baratan qoraa jirtu, sagalee iyyaansaa wahii dugdaduubaa dhageesse.
#Barattuu : "Barsiiftu..!, Barsiiftu..! " Jette sagalee ol fuutee.
#Barsiiftuu : "Caldhisi!,๐Ÿคซ tasgabbaa'i malee!, mana kee jirta seeta moo sila? akka daree qorumsaa jirtu wallaaltee" jetteen.
#Barattuu : "Barsiiftu Wuruud qorumsa korrojaa/hataa jirti" jettee itti deebiste.
Barsiiftuun rifannoota haala qabduun gara Wuruud garagaltee ilaalte.
#Wuruud : sodaa irraa kan ka'e, ija ishee birbir godhaa :
" Rabbitti kakadhee ani hin korrojneeyyu", gaafiin herreegaa natti dheeratee ture (4+5=__?), harka isa tokkoon 12345 jedhee erga lakkaawadhee booda, harka tokko waan hin qabneef, hiriyyaa too tan na bira jirtu akka qubbeen naa diriirsitu gaafadhee [+1234] itti dabaladhe. Deebii argachuudhaaf ciqilee hiriyyaa kootti qofa qarqaarsifadhe malee, ani hin hanne" jettee falmatte.
Caldhiinsa dheeraa booda qulqullummaan ishee mirkanaaโ€™e.
โž› Wuruud dhugamatti hin korrojne, sababa lolaaf harki tokko waan irraa citee jiruuf, obbolaa isheetti qarqqaarsifatte.
#Gatiin_lolaa_meeqa?๐Ÿ˜ญ
@Ibroo keessan.

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or