๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
585 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Jaarsi_kee_si_jibbaa____?

โœAbbaan manaa kee hanga fedhes si jaalatu, amaloota armaan gadii kana ati qabaannaan inuma sin jaalanne. Isaanis:

1) Komii fi himannaa baay'essuu,
ูƒุซุฑุฉ ุงู„ุนุชุงุจ
2) Shakkii heddummeessuu,
- ูƒุซุฑุฉ ุงู„ุดูƒ

3) Dogoggora isaa yeroo hunda irra deddeebi'anii yaadachiisuu,
- ุชุฐูƒูŠุฑุฉ ุจุฃุฎุทุงุฆู‡ ุนู„ู‰ ุงู„ุฏูˆุงู…
4) Dhiira biraatiin wal bira qabdee madaaluu,
-ู…ู‚ุงุฑู†ุชู‡ ุจุบูŠุฑุฉ

5) kijiba.
- ุงู„ูƒุฐุจ

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Balaa_Jinnii

โœ Iccitiin Rabbiin keenya bakkeewwan adda addaatti akka zikrii goonuuf nu ajaje, maali beektuu laata____?
Ija jinnii irraa akka tikfamnuuf.

Kanaafuu yeroo :
โž› Mana fincaanii seennu,
โž› yeroo uffata keenna baafannu,
โž› Yeroo maatii keenyatti dabalamnu,
โž› yeroo mana seennuu fi baanu fi,
โž› yeroo nyaannu du'aa'ii karaa godhame sana haffaznee fayyadamuu qabna.

Follow Me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โž› Hordoftoota koo!, xumurarratti hundi keenyaa, adda keenna asirraa imaluun keenya waan hin oolle...!
‏ูƒู„ู†ุง ูŠุง ุจู†ูŠ ุณู†ุณุงูุฑ ูˆุญุฏู†ุง ููŠ ู†ู‡ุงูŠุฉ ุงู„ุงู…ุฑ

Rabbiin gala teenya haa tolchuu ufin dagatinaa.

Follow ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Mallattoo_munaafiqummaa keessa :

โž› Waan hin qabneen faarfamuu jaalachuun,
ุฃู† ูŠุญุจ ุงู„ู…ุฏุญ ุจู…ุง ู„ูŠุณ ููŠู‡ุŒ
โž› Waan inni qabu yoo itti himan, gammachuu dhabuun.
ูˆูŠูƒุฑู‡ ุงู„ุฐู‘ูŽู…ู‘ ุจู…ุง ููŠู‡ุŒ

โž› Nama hirdhinna inni qabu, isatti garsiisu jibbuun,
ูˆูŠูุจุบุถ ู…ู† ูŠูุจุตู‘ูุฑู‡ ุจุนูŠูˆุจู‡ุŒ
โž› Miidhamaa fi hanqinna obboleessa isaatti gammaduun.
ูˆูŠูุฑุญ ุฅุฐุง ุณู…ุน ุจุนูŠุจ ุฃุญุฏู ุฃู‚ุฑุงู†ู‡.

โœ#Fudeyli_binu_Iyaadtu jedhe
#ุงู„ูุถูŠู„_ุจู†_ุนูŠุงุถ

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Hiikkaan suuraa tanaa [Suuraa wal-Aadiyaat]
maal jechuudha๐Ÿ‘‡
[ูˆุงู„ุนุงูŽุฏููŠุงูŽุช....]
Anonymous Quiz
69%
A) Faradoota
19%
B) Gaala
12%
C) Arba
โœWantoota balaa ijaa /Budaa jalaa nagaa nama baasan.

โž› Ijarraa tikfamuuf wantoota armaan gadii kanarratti jabaachuu qabda. Isaanis:
1) Dhugaadhaan Rabbiin irratti irkachuu.
Ka siif kennu, kan si dhoorgatu, kan si miidhuu fi kan si fayyadus isa malee hin jiru jettee, waa hundaa gara isaatti deebisuudha.
2) Azkaara ganamaa fi galgala dagachuu dhabuu. Keessattuu Suuraa Iklaasii fi suurota lamaan isii gadii sana jabeessuu qabna.
3) Waan si dinqisiisaa wahii yoo argite daftee barakaa kadhachuu fi qabda. Baarakallahu lahuu, mashallah, Tabaarakallahu jechuu kana lubbuu tantee barsiisuu qabda.
4) Waan gaarii wahii yoo qabaattee ijaaf sodaatte, karaa irraa dhoksuu qabda. Ykn bakka sana akka hin muldhanne dhoksuu qabda.
5) sodaa ijaatiif jettee lubbuu tee cinquu dhabuu.
Ijji na argittii jettee itti yaaduu dhabuu, ammas sodaachuu dhabuun wantoota ija jalaa bahuuf nama qarqaaran keessaa isa tokko.
5) Hundaa ol Towhida keenya qulqulleessuu. Wantoota akkanaa tana garuma Rabbii keenyaa deebisitu irra bareeda.

Follow me๐Ÿ‘‡

https://t.me/tafak_or
Sahaabota armaan gadii keessaa kan yeroo jalqabaaf Azaana manaamaan argee Rasuulatti hime eennu_____?
Anonymous Quiz
10%
Usmaan
50%
Abdullah binu Zeyd
40%
Bilaal
Hardha wallahi Du'aaii ajaa'iba isiniif godhuuf niyyadhee jira, isinis yoo dhugamaan niyyattan Rabbiin nuuf awwaachuun mala. Isin qophiidhaa_?๐Ÿคฒ
#Aamiin_jettu_malee๐Ÿ‘‡

Yaa Rabbi hordoftoonni garee kiyyaa kuni, nama ani amala isaanii, bifaa fi yaada isaanii beekuu miti. Garuu yaa Rabbi :

โž›Isaan keessaa dhibamaan yoo jiraate, fayyistuun malee,
โž›Rakkataan yoo jiraate rakkoo baastuun malee,
โž›hajamaan yoo jiraate haajaa isaanii baaftuuf malee,
โž› kan yaadaa fi gaddaan guutame, irraa deemsistu malee,
โž› kan Deynii qabu irraa kafaltu malee,
โž›Kan dalagaa barbaadu, Rizqii halaalaa bantuuf malee,
โž› kan ijoollee barbaadu, firii gaarii kennituuf malee,
โž› nama haajaa si malee hin beekne qomaa qabu, kennituuf malee,
โž› waan keeyrii taโ€™e hunda isaaniif filattu malee hoongoo isaan hin galchin Yaa Allaah

โž› Yaa Rabbi hordoftoota garee kooti :

โž› laga kowsarii sana dhuguu,
โž› Hariira Jaannataa sana uffachuu,
โž›Fooqii Jannataa keessa gangalachuu,
โž›Ataakiltii Jannaataa sana guurachuu,
โž› Balbala Jannataa saddeettaniin seenuu,
โž› Jannatulfirdositti qanani'uu,
โž› Jannata keessatti maatii fi jaalalleewwan keenyaan walarguu,
โž› Jaalala Rabbiitiin gammaduu,
โž› Ollaa Nabii keenyaa jiraatuu,
โž› Fuula Rabbii arginee gammachuu irraan gammachuu dabalatuu, nuu fedhi yaa Allah
#Nurraa_qeebali_Yaa_Allah

ุฃู„ู„ู‡ู… ุงุบูุฑ ู„ู†ุง ูˆู„ูˆุงู„ุฏูŠู†ุงุŒ ูˆู„ุฌู…ูŠุน ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู† ูˆุงู„ู…ุณู„ู…ุงุชุŒ ูˆุงู„ู…ุคู…ู†ูŠู† ูˆุงู„ู…ุคู…ู†ุงุช ุงู„ุฃุญูŠุงุก ู…ู†ู‡ู… ูˆุงู„ุฃู…ูˆุงุช......ุขู…ูŠู† ูŠุง ุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู†

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Guyyaa_gammachuu_qabaadhaa๐Ÿ‘‡

โž› Gammachuun ittigaafatamummaa kankeeti.
โž› Namoonni biroo gammachuu akka keessa keetii fudhataniif hin hayyaminiif, akkasuma akka isaan gammachuu siif kennaniifis teessee hin eegin.
โž› Gammachuun waan alaa namatti seenaa osoo hin taane, waan keessa namaatii dhalataati.

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Namoota_afran_kana_jireenya_kee_kessa_tursiifadhu๐Ÿ‘‡

1)โž› Nama yeroo ati gadda keessa jirtu, gadda kankee sirraa qoodatee si gammachiisaa ture,
- ู…ู† ุฃุณุนุฏูƒ ูˆุฃู†ุช ู…ู‡ู…ูˆู… ..
2)โž› Nama bakka ati injifatamtetti, tumsa siif bahe,
- ู…ู† ู†ุงุตุฑูƒ ูˆุฃู†ุช ู…ุบู„ูˆุจ ..
3)โž› Nama yeroo ati aarii keessa jirtu, baadhatee si danda'e,
- ู…ู† ุชุญู…ู„ูƒ ูˆุฃู†ุช ุบุงุถุจ ..
4)โž› Nama bakka ati hin jirretti, sirraa falmate [dhugaa keetiif dhaabbate ].
- ู…ู† ุฏุงูุน ุนู†ูƒ ูˆุฃู†ุช ุบุงุฆุจ ..*

      Follow me๐Ÿ‘‡

https://t.me/tafak_or
Waa'een budaa akkuma itti fufetti jira.....๐Ÿ‘€
#Aaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaamiiin๐Ÿ˜ tun ta eennuuti___?
๐Ÿ‘‰ ta dargaggeessa hin fuudhiniiti.

โž› Namni yeroo ati du'aa'ii gootuuf, keessa isaatii Aamiin si jalaa jedhu, dargaggeessa hin fuudhin tokko osoma du'aa'ii godhaafii jirtu, bakka intalaa geessee Rabbiin "Intala gaarii sitti haa qabu...!" yeroo jettuun,

Akkuma nama hardha fuudhaa jiruutti "#Aaaaaaaaaaaaaamiiin"๐Ÿ˜ jedhee onnee isaatiin sirraa qeebalata.

Anillee jedhee..."Rabbiin nutti haa fuudhu๐Ÿ˜"

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Seeqadhaa

#Tunis_inuma_jirti๐Ÿ‘‡
ุงุดุชูƒู‰ ุฒูˆุฌ ู…ู† ุฒูˆุฌุชู‡
ูู†ุตุญู‡ ุฃุญุฏ ุฃุตุญุงุจู‡ ุฃู† ูŠู…ุฏุญู‡ุง ุจูƒู„ ูˆู‚ุช..
Abbaa manaa tokkotu, yeroo hundaa haadha manaa isaa himata ture. Achumaa hiriyyaan isaa tokko "yeroo hundaa akka isii jaju /faarsu" dhaameef.
ุฌุงุจุช ุงู„ุบุฏุงุก ุฃุฎุฐ ู„ู‚ู…ู‡
ูˆู‚ุงู„ .. ุจุญูŠุงุชูŠ ูˆุนู…ุฑูŠ ู…ุง ุฃูƒู„ุช ู…ุซู„ ู‡ุฐุง ุงู„ุฃูƒู„ ุงู„ุทูŠุจ
Ciree qopheessiteefii, afaan takka irraa liqimsee ka'ee "wow..!, jireenya kiyya guutuu keessatti nyaata akkana mi'aawaa nyaadhee hin beeku" jedhee ishee faarsuu eegale.
ุนุตุจุช ุฒูˆุฌุชู‡ ูˆุฑู…ุชู‡ ุจุตุญู† ุงู„ุฃูƒู„
ูˆู‚ุงู„ุช ู„ู‡ .. ุตุงุฑ ู„ูƒ ุณู†ูŠู† ู…ุงู…ุฏุญุช ุงู„ุงูƒู„ ูˆุงู„ูŠูˆู… ุบุฏุงุก ุฌุงุฑุชู†ุง ู…ุฏุญุชู‡
Nyaata jalaa kaastee, saanii nyaataatiin erga darbattee booda..." Waggaa lamaa guutuu si nyaachisaa bahee, guyyaa tokko harki kee ni mi'aawa naan hin jennee, hardha waan nyaata ollaa ta'eef sitti mi'aawe kaa......" jetteen. ๐Ÿ˜
Mee amma nyaata ollaa tahuu maalitti beeka inni..argannaanuma nyaatee๐Ÿ™ˆ

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Uf_argadhu

โž› Namoonni hedduun dhalatanii addunyaa kanarraa osoo of hin argatin, dulloomanii du'u. Namni kuni seenaan inni hojjate, dhalate, jiraatee, du'e jechuudha.
@tafak_or
Allah๐Ÿ‘‡
โž› Rabbiin limsuu takka keessatti waan ati hin jijjiirama jettee hin yaanne hunda, jijjiiruu danda'a. Rabbiin irratti Abdii horadhu.

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
- ุงู„ู„ู‡ูู…ูŽู‘ ุตูŽู„ูู‘ ูˆูŽุณูŽู„ูู‘ู…ู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู†ูŽุจููŠูู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ูŽู‘ุฏ ๏ทบยป๐Ÿ’š!
#Seequun____!๐Ÿ‘‡

โž› Jiruun gadda keetii gadi, akkamitti jireenya gadda keetii gadiitiif gaddita___?๐Ÿ™Š Seeqadhu malee!
@tafak_or
#Alhamdulillah๐Ÿ‘‡

โž› Ija kankee ol kaastee, waan dhabde Rabbiin gaafachuun duratti, ija kee gadi deebisii waan Rabbiin tola sitti oole toohadhu.
Yaa Rabbi qananii nutti oolte irratti galanni keeti.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
@tafak_or