๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Xiyyaan_waraanamee_garuu_salaata_addaan hin kunneโ—๏ธ
#ูŠุฑู…ู‰_ุจุณู‡ู…_ูู„ุง_ูŠู‚ุทุน_ุตู„ุงุชู‡

Gooticha;#Abbaad_binu_Bishri(Radiyallaahu Anhu).

#Dubbisaa_mee?

โž›Ergamaan Rabbii(SAW) guyyaa tokko erga duula Zaatarriqaa'i(ุฐุงุช ุงู„ุฑู‚ุงุน) jedhamtu takkarraa as garagalanii booda iddoo bultii wahii qabatan.

โž›Rasuulli keenya(SAW) Sahaabota keessaa Eegdota(wardiyyaa) halkanii filatan,isaan keessaa;
Ammaar_binu_Yaasirii fi Abbaad_binu_Bishr bakka tokko wajjiin eegan ture.

โž›#Abbaad hiriyyaa isaa Ammaar irraa dadhabbii hubatee jennaan;
"halkan guutuu eegaa bulta waan taateef amma yeroo muraasaaf Rafii deebi'i jedheenii ture".

โž›#Abbaad naannoo guutuu too'atee homaa dhabnaan,erga naannoon naga taate maaf yeroo kiyya Ibaadaadhaan hin dabarsine jedhee?Ajrii lama walbira saamachuu qaba jedhee salaata halkanii salaatuu eegale.

โž›Osoma inni dukkana halkanii keessa dhaabatee salaataa jiru,isaa ibaadaa isaa malee waa takk quba hin qabne,xiyyi gubbaa fi jalaan itti Roobuun dhiiga isaa dachee tanarra lolaase

Abbaad maal dalage isinitti fakkaataโ“Slaata addaan kutee dheefa eegaleeโ“miti.

โž›Xiyya ufirraa buqqisee akka waan inumaa homaa isa hin mudatiniitti salaata isaa itti guuttate
Namtichi mushrikaa Abbaad waraannamee hin jiru jechuun ammas xiyya biroo boorsaa keessaa baafatee Gudeeda isaarra waraaneen.

โž›Abbaadiin dhiigni humnaa ol irraa dhangala'uu eegallaan suuraa Qurโ€™aanaa bakkuma qara'aa jiru irratti addaan kutee,dafee jilba qabatee erga sujuuda godhee booda humni isaa akka laaluun laaffiste hubatee jennaan

โž›bakka sujuuda godhetti harka mirgaatiin hiixatee obboleessa isaa ##Ammaariin akka dammaquuf tuttuqaa ture,hanga innis lafaa dammaqu takka
Ammas sujuudarraa ol deebi'ee Attahiyyaata qara'ee slaata geeffate,Ammaaris jecha isaa laaftuu tanarratti lafaa dammaqe;
"Ani waraanamee jiraa bakka koo eeggumsa jabeeysi"

โž›#Ammaar dafee lafaa utaalee sagalee onnee nama keessatti kuttu dhageessisaa yeroo isaan barbaadu,basaastonni dheefa eegalanii jiran,booda gara Abbaaditti yeroo garagalu jecha seenaan galmeesse wahii irraa dhagahe;

"Salaata keessatti Aayata Qurโ€™aanaa tn sodaa Rabbiitiin onnee koo guutte wahii qara'aa ture,Amaanaa ergamaan Aalamaa(SAW) natti kennettu ergaramaa sodaadhe malee,silaa Aayata Qurโ€™aanaa sana addaan kutuu irra du'atu na biratti filatama ture"jedhe.
(Rabbiin isarraa haa jaalatu)
Seenaa kanarraa maal barattan laataโ“
Amantiin Islaamaa akkuma anaa fi ati salphaa goonee ilaallu kanatti nutti dhufe seetaaโ“
share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Seenaa_irraa_baradhe โ—๏ธ

#Dubbisaa

Nama tokkotu iddoo jireenyaa haarawa erga bitatee booda keessa quphate,achumaa guyyaa tokko abbaan isaa ziyaaraadhaaf bira dhufe jennaan manni isaa baayโ€™ee gaarii akka taโ€™e itti himee ture

Abbaanis manni isaa ollaa masjidaa taโ€™uun baayโ€™ee isa dinqisiisee,anis osoo akkanatti ollaa masjidaatti argadhe baayโ€™ee na gammachiisa jedheen.

Achumaa ilmi abbaadhaa mana haarawa sana gadi lakkisee ufii mana moofaa abbaa san keessa quphate jedhan.

Yoo isin gammachiise share godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@tafak_or
#Namni_hawaasaaf_yaadu_jiruu_ufii_dhaba.
#Dubbisaa

Guyyaa tokko hiriyyaa kiyya tokko akkana jedhee gaafadhe;
"Sila lukkuun keessan suni maaliif iyyuu dhiise?" Jennaan
Achumaa akkana jedhee naaf deebise:

Bar ollaa keenna tokkotuhuu "Lukkuun keessan ganama ganama hirribaa nu dammaqsaa jira" jedhee nu himatee jennaan gorraane naan jedhe.

Achumaa anis dhugamatti namni hawaasa rafe hirriba keessaa dammaqsuuf yaalii godhu jiruu isaa akka dhabu achirraa baradhe.

Fakkeenyi guddaan ani fudhadhe yoo jiraate obboleessa keeny kan mana hidhaatti dararamaa jiru kana, jiruu gaarii jiraachuu ni danda'a hin turree? Osoo Rabbiin isa nuuf godhee nu dammaqsuu baatee silaa eessa jirra laata?
Rabbiin akka hiriyyoota isaa wajjiin hidhaa tana keessaa isa baasu hin dagatinaa.
#Freejawarmuhamad.
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dubbisaa_irraa_baradhaa

Guyyaa tokko Sardiidni/jeedalli Gaala malkaa keessa caafiidhaan dhaabatu argee akkana jedheen ;
"Bishaan kuni hangam takka gadi fagaata?".
Achumaa ๐ŸชGaallis ยซ ๐™ท๐šŠ๐š—๐š๐šž๐š–๐šŠ ๐š“๐š’๐š•๐š‹๐šŠ๐šŠ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š—๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š๐šž๐š๐š‘๐šŠ๐š๐šŠ.ยปjedhee deebiseef.

Achumaa utaalee keessa bu'e, garuu wayta Sardiidni bishaan keessa seenu bishaan guutummaatti sardiida liqimseeni..,mataa isaa bishaan keessaa baafachuuf tattaaffii guddaa godhaa ture..,booda sardiidni cinqaa fi makaraa guddaa erga argee booda..akkuma tasaa dhakaa xiqqoo malkaa keessa jirtu takka argatee irra dhaabate.
Erga xiqqoo isii hafuura fudhatee booda ยซ๐™ฑ๐š’๐šœ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š‘๐šŠ๐š–๐š–๐šž๐š–๐šŠ ๐š“๐š’๐š•๐š‹๐šŠ๐šŠ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ ๐š—๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š๐šŠ๐š‘๐šŠ ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š‘๐š’๐š— ๐š“๐šŽ๐š—๐š—๐šŽ๐šŽ.ยป ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŽ๐šŽ fuula keessa gaalatti iyyee.
Achumaa gaallis ee jedhee jira, ammas tolchee jedha ani ka jedhe ยซ๐š“๐š’๐š•๐š‹๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜๐š— ๐š‹๐šŠ๐šŠ๐š—๐šŽ ๐š–๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ ๐šข๐š˜๐š˜๐š– ๐š”๐šŽ๐šŽ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šŽยป jedheen jedhama.๐Ÿ˜

โžฌYeroo jireenya kee ilaalchisee nama tokkoon mari'attuu, innis hanga ogummaa mataa isaatii fayyadame irratti hundaaโ€™uun deebii siif laachuu danda'a..,wanti isaaf falaa siif faallaa taโ€™ee argamuu danda'a. Kanaafuu dhaamsa namaa qofa qabattee nyaatamuu dandeessa waan taateef hanga bilcheessitutti itti hin seenin.
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Waadaa_Fi_ummata_Arabaa
#Dubbisaa๐Ÿ‘‡

Guyyaa tokko namtichi maqaan isaa #Haaris jedhamu tokko dirree waraanaa keessa osoo jiranuu, nama maqaan isaa Adiyyi_binu_Rabii'aa jedhamu tokko ajjeesuu barbaade. Garuu Adiyyii kana gurraan dhagaโ€™e malee argee hin beeku waan taateef namticha tokko qabee booji'ee akkana jedheen;
"Si ajjeesa moo? Bakka Adiyyi jiru na geessita? " jedheen.

Achumaa namtichi booji'ame sunis
"๐šˆ๐š˜๐š˜ ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š‹๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ ๐™ฐ๐š๐š’๐šข๐šข๐š’ ๐š“๐š’๐š›๐šž ๐šœ๐š’๐š’๐š ๐šŽ๐šŽ๐š›๐šŽ ๐š๐šŠ๐š๐š’ ๐š—๐šŠ ๐š•๐šŠ๐š”๐š”๐š’๐šœ๐š๐šŽ๐šŽ..๐š—๐šŠ๐š๐šŽ๐šŽ๐š—๐šข๐šŠ ๐š”๐š˜๐š˜ ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š ๐š—๐š’ ๐šŽ๐šŽ๐š๐š๐šŠ๐šŠ? Jedhee gaafate.
Haarisis Eeyyan jedheen.
Achumaa namtichis Adiyyiin ati barbaachaaf deemtu sun Ana jedheen๐Ÿ˜๐Ÿ˜
Haarisis waadaa isaa guutuuf jecha erga harkaan gahatee booda gadi dhiise jedhan.
asumaan arabni nuti baannu ta durii akka taate hin dagatinaa kaa!.
โžฌ#Osoo_keenya_taatee_hoo_hangam_amanama_laata ?
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Akkam_bulte osoo siin jedhanii maal jetta ati ?

#Dubbisaa
Guyya tokko Aalimni guddaan tokko..kan yeroo heedduu gochi isaa fi jechi isaa nama bashannansiisuudhaan beekamu tokko,gaaffii kana gaafatamnaan akkanatti deebise;

Namtichi tokko #Aamashitti dhufee; ๐š‘๐šŠ๐š•๐š”๐šŠ๐š— ๐šŽ๐š๐šŠ๐šŠ ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐š– ๐š‹๐šž๐š•๐š๐šŽ ? Jedhee gaafate.
ู‚ุงู„: ุฑุฌู„ูŒ ู„ู„ุฃุนู…ุด: ูƒูŠู ุจุชู‘ ุงู„ุจุงุฑุญุฉุŸ

Achumaa #Aamashis mana seenee, Afaa fi boraatii kaahatee...booda immoo dugdarratti/hoqqooggoo ciisee kunoo akkanatti bule jedhee deebiseef jedhan.๐Ÿ˜
Deebii gahaa
ู‚ุงู„: ูุฏุฎู„ุŒ ูุฌุงุก ุจุญุตูŠุฑ ูˆูˆุณุงุฏุฉุŒ ุซู… ุงุณุชู„ู‚ู‰ุŒ ูˆู‚ุงู„: ูƒุฐุง.
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Dubbisaa
Jaartitu abbaa warraatti aaree akkana jedheen:
"๐™ถ๐šŠ๐š›๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ๐š›๐šž๐š–๐š–๐šŠ๐šŠ ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š๐š‘๐šŠ ๐š๐š˜๐š˜ ๐š๐š’ ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š๐š‘๐šŠ ๐š๐šŠ๐š—๐š๐šŽ๐šŽ ๐š“๐š’๐š๐š๐šž๐šž ๐š“๐š’๐š›๐šž ๐š˜๐šœ๐š˜๐š˜ ๐š‹๐šŽ๐šŽ๐š”๐š๐šŽ๐šŽ ๐šœ๐š’๐š•๐šŠ๐šŠ.."๐Ÿ˜ฉ๐Ÿ˜ฉ๐Ÿ˜ฉ

Achumaa innis seeqataa๐Ÿ˜..suutumaaan akkana jedhee deebiseef;
"Garaagarummaa baayโ€™ee hin qabanii bar!...๐™ท๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐š๐š’๐šข๐šข๐šŠ ๐š“๐š’๐š›๐šž๐šž๐š๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š ๐š—๐šŠ ๐š๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŽ, ๐š‘๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐š๐šŠ๐š—๐š๐šŽ๐šŽ ๐š’๐š–๐š–๐š˜๐š˜ ๐š“๐š’๐š›๐šž๐šž ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š ๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŽ".๐Ÿ˜ Jedheen jedhan.
โžฌJecha takkaan waldhabbii waraana adduunyaa 1ffaatti qixxaatu hanbise jedhama.
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
#Namtichi_fokkataan_kuni_bu'aa_maal_nuu_buuse?
#Dubbisaa
โžพJechi isaa keessa keenya laalessus garuu kallattii tokkoon bu'aa nuuf buusee jira,keessaa;

#1ffaa; Jaalalli ilmi namaa Rasuula Isaatiif qabu(SAW) garmalee dabaluu.
#2ffaa; Tokkummaan muslimootaa cimaa akka deemu/muslimoonni akka dammaqan godheera.
#3ffaa; Muslimtoonni seenaa Hayyuduree fi Imaama Anbiyootaa, Sesnaa Nabiyyii keenyaa dubbisutti akka bobba'u godheera.
#4ffaa; Seenaan Nabiyyii keenyaa, Akhlaaqni isaanii fi sadarkaan isaanii miidiyaa hawaasaa irrattii fi masjidota hedduu irratti barsiifamuu eegalee jira.
#5ffaa; Namoonni asiin dura Islaamummaa maqaa qofa qaban Islaamummaa dhamaa fudhachuu eegalan.
#6ffaa; Jibbaa Yahuudaan Islaamummaadhaaf qaban...kan Rabbiin Qurโ€™aana keesatti nuuf himee ture san....namichi kun ifatti nuuf basee jira.
ูˆู…ุง ุชุฎููŠ ุตุฏูˆุฑู‡ู… ุฃูƒุจุฑ.
#Salawaata_Buusaa
Join๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Subhaanallaah Dargaggeessi kun Raka'aa takka keessatti Qurโ€™aana juuza 30 kattama jedhan.
#Subhaanallaah
๐Ÿ‘‰ #Dubbisaa share godhaa๐Ÿ‘‡

Dargaggeessi akkanaa gadaa tana keessa jiraachutu na ajaa'ibe!
ุนุจุฏ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ู†ุจู‡ุงู†
Nama Qurโ€™aana guutuu Raka'aa takka keessatti waliin gahu!
โžพDargaggeessi kun Abdurrahmaan Al-nabhaan
jedhama, dargaggeessa ganna 20ti, buyya Turkii keessa jiraata.
Dargaggeessi kun Qurโ€™aana Juz'ii 30 guutuu walitti aansee osoo addaan hin kutin, salaata halkanii Raka'aa takka keessatti xumura/waliin gaha jedhan.
โžพQurโ€™aana kana walitti dhaabee raka'aa takka keessatti xumuruuf naannoo sa'aatii 7:00 isatti fudhate jedhan.
โžพEessa jirra nuti?
โžพMeeqa keennaatu guyyaa keessatti osoo Qurโ€™aana hin qaraane oolaa jira?
โžพMeeqa keenyatu salaata halkanii salaataa jira?
Rabbiin isaaf haa dabalu, nutis warra Suusii fb qofaa mitii suusii Qurโ€™aanaa godhatus Rabbiin nu haa godhu!
ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ููŠู‡ ูˆู„ู‡ ูˆุฃูƒุฑู…ู‡ ูˆุฃุนุฒู‡ ุจุงู„ู‚ุฑุขู†ุŒ ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฌุนู„ ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ุนุธูŠู… ุฑุจูŠุน ู‚ู„ูˆุจู†ุง..
Join๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or
#Seenaa_na_boochiste๐Ÿ˜ญ

"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa.
#Dubbisaa๐Ÿ‘‡
#Si_mudatee_beekaa...
(#Dubbisaa.......)๐Ÿ‘‡
ู…ูˆุณู‰ ๏ทบ ู„ู…ุง (ูƒูŽู„ู‘ูŽู…ูŽู‡ู ุฑูŽุจู‘ูู‡ู ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุจู‘ู ุฃูŽุฑูู†ููŠ ุฃูŽู†ุธูุฑู’ ุฅูู„ูŽูŠู’ูƒูŽ.....}
โœ Nabiyyallaahi #Muusaan wayta Rabbiin wajjiin haasahe akkana jedhe;
"Yaa Rabbii koo natti muldhadhu mee, si arguu barbaadaa..." jedheen.
Mee jecha tana bira osoo hin kutin gaafii tokko qofa qaba. innis maal seetan:
โœ Nabiyyallaahi Muusaan (Aleyhissalaam) erga Rabbiin isa dubbisee booda, haasaa Rabbii (Subhaanahu wata'aalaa) dhandhamuudhaan mi'aa addaa wahii arge. achi booda maaltu dhalate seetan?!
Gurri isaa mi'aa haasawa Rabbii dhandhamtee jennaan, ijji ammoo mi'aa Rabbiin argitee gammaduutti dheebotte. Dheebuu kanarraa hawwiin kuni dhufe...
ู‚ุงู„ ุฑุจ ุฃุฑู†ูŠ ุฃู†ุธุฑ ุฅู„ูŠูƒ.....
Amma waan siin jedhu...
Atiiin Kuni....
Moggaa keetitti qur'aanni ganamaa fi galgala dubbifama; salaata keessatti ni dhageetta; Makiinaa fi mana nyaataa, akkasuma suuqa keessatti ni dhageeffatta. Bakka hedduutti sagaleen qur'aanaa si dhaqqaba.
โœ Garuu gaafiin koo, guyyaa takkaafis taatu, miira qur'aana dhaggeeffachuu irraa kaatee, onnee kee keessatti fuula Rabbii arguuf hawwitee beektaa___?๐Ÿ˜ญ
Erga qur'aana qaraatee geessitee; erga qur'aana walitti cuftee irraa baatee booda altokkoofis tahu, Qalbiin kankee Rabbiin arguuf dheebotee beekaa ?
Yaa Rabbi jaalala qur'aanaa fi dheebuu fuula kankee kabajamaa sana arguudhaa onnee keennatti darbi...
โœ@Ibro

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or