#Adabbii_cimaa
#ุฃุดุฏู_ุงูุนููุจุงุช
โก Adabbiin cimaan Rabbiin duniyaa tanarratti si adabu yoo jiraate :๐
โ Iimaana onnee tee keessaa fudhatuu,
โGoggogiinsa qalbiiti, qalbiin si keessatti du'uudha,
โAgareen tee tan keessaa dhamuudha,
โ Jaalala zikrii fi Qurโaanaa onnee tee keessaa haquu,
โ Mi'aa duโaa'ii fi maqoo isaan bahuudhaa sirraa fudhachuudha.
Yaa Allaah eessa jirra laata๐ญ
โก #Adabbii_Salphaa ๐
Adabbiin salphaan duniyaa tanarratti si mudatu ;
โ Miidhaa qaama kee si mudatuudha. Fakkeenya Ijji tee takka keessaa miidhamuu, ykn lamaanuu miidhamuu.
#Adabbiin_irra_salphaa. Adabbiin hundarra salphaadhaa, adabbii qabeenyaan sitti dhuftu. Fakkeenya qabeenyi kee miidhamuu ykn hatamuu, gubatuu.
Rabbiin nu haa baraaru
#Ibnul_Qayyim irraa
Follow me๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf