๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
585 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Adabbii_cimaa
#ุฃุดุฏู‘_ุงู„ุนู‚ูˆุจุงุช

โžก Adabbiin cimaan Rabbiin duniyaa tanarratti si adabu yoo jiraate :๐Ÿ‘‡

โž› Iimaana onnee tee keessaa fudhatuu,
โž›Goggogiinsa qalbiiti, qalbiin si keessatti du'uudha,
โž›Agareen tee tan keessaa dhamuudha,
โž› Jaalala zikrii fi Qurโ€™aanaa onnee tee keessaa haquu,
โž› Mi'aa duโ€™aa'ii fi maqoo isaan bahuudhaa sirraa fudhachuudha.
Yaa Allaah eessa jirra laata๐Ÿ˜ญ

โžก #Adabbii_Salphaa ๐Ÿ‘‡
Adabbiin salphaan duniyaa tanarratti si mudatu ;
โž› Miidhaa qaama kee si mudatuudha. Fakkeenya Ijji tee takka keessaa miidhamuu, ykn lamaanuu miidhamuu.
#Adabbiin_irra_salphaa. Adabbiin hundarra salphaadhaa, adabbii qabeenyaan sitti dhuftu. Fakkeenya qabeenyi kee miidhamuu ykn hatamuu, gubatuu.
Rabbiin nu haa baraaru
#Ibnul_Qayyim irraa

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or