𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Mallis_keettu_caala👇

➛ Mootiin jallataan "Fir'oowna" jedhamu dhaloota Naabiyyallaahi Muusaa (AS) sodaadhaaf, ijoollee miliyoonotaan lakkaawaman akka horiitti ciibsee gorra'aa ture. Waan nama dinqisiisaa garuu, dhumarratti harka ufiitiin mana ufii keessatti Nabi Muusaa guddiseen.
👉 Mala ilma namaa caala, mala Rabbiin baasutu ykn Qadaratu humna qaba.

Follow me👇
@tafak_or