🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
Forwarded from Gutema Gelana
‼️🌻‼️ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti

1👉Mat 24:30
▬▬▬▬▬▬
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
▬▬▬▬▬▬▬▬
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1❖ jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira

2❖ saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira

2👉 luq 24:39-40
▬▬▬▬▬▬▬
👉Ana mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.” Utuma kana dubbachaa
jiruus,
#harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.

🖕UUmmama hafuuraa jechuun
#eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu ❗️
🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓🏓

3👉Yoh 1:1--1
▬▬▬▬▬▬
👉 Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture

4👉Yoh 1:14
▬▬▬▬▬▬
👉Dubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture

5👉 Yoh 6:53-54
▬▬▬▬▬▬▬
👇Kanaaf
#Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin
jireenya hin qabdan
🌼 Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan
#kaasa

♨️ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
♨️ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee
jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu #Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,
#Waaqayyo jecha jira

6👉Rom 1:2-3
▬▬▬▬▬▬
🌻 misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa
#raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.

➧ Kunis waaee
#ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha

🧨,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma

7👉 Rom 9:5
▬▬▬▬▬▬
🧨 Abbootiin kan isaanii turan,
#Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
➤Abbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira

8👉1 Qor 15:45-47
▬▬▬▬▬▬▬▬
‼️Kanaaf, “
#Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa tae” jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
🔈Haa tau malee,
#qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa
#lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
🏓 addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha

🌹samii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
👉 🏓🏓 jalate dhiistee
👉 🏓🏓 Kiristoos Waaqa
🌹🍀kutaa_15ffªª🌺
💣 Gaafi fi Deebi
Musilimoota

Yohaannis 6:38👇
#Ani samii irraa kanan
dhufe,
#fedhii isa na erge
sanaa
#raawwachuuf
malee, fedhii
#ofii _koo raawwachuuf miti
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅾 Muslimooni akkasii
jedhanii,
#Kiristoos_Ergamadha.
Osoo
#Waaqayyo ta’e jiratee
fedhi koo,rawwachu qaba jedha ture.....
kanafuu inni homaa
gochuu
Hin danda'u jedhu...
▬▬▬▬▬▬▬▬
🌼=Deebi.......👇👇
=jalqabaa dura Kiristoos
eessaa Dhufe, yoo, jennee
Sami irra akka Dhufe namni
Kamiyyu Amanu qaba
🅾 👉Yoh 6:38🍃Yoh 3:13👈🅾

🌹Abbaan Kiristoos Ergee
Yero jennuu samii irraa gara
Lafati gadi dhufe namoota
akka inni Fayyisuuf.

🌹 Kiristoos Ani
#fedhii
Abbaa koo, rawwachuun
Dhufe,jedhee jira, Kuni yaada
Sirridha =fedhii Abbaa isaa rawwachuun immoo Kiristoos
Dhuguma ilma Waaqayyo
ta'u isa mul'isa

🅰 osoo Kiristoos fedhii Abbaa isaa hin rawwatuu ta’e, Kiristoos ilma Waaqayyo miti, maalif
Yoo, jennee, fedha Abbaa
Rawwacha hin jiruu kaa.

🌹Kitaabni
#Qulqulluun
akkasii Jedha,"

Yohaannis 8:39👇
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “isin #ijoollee
#Abrahaam utuu taatanii
#hojii Abrahaam hojjettu turtan.

🌹 akkuma
#namni tokko anii
ilma Abrahaami jedhamuf, hojji Abrahaami gaarii sana hojjachuu qaba,Male hojji biraa
Hojjachu hin qabuu.

🅾 Haaluma
#walii_fakkaatu immoo Kiristoos ani ilma Waaqayyoti erga,jedhee hojja #Abbaa isaa rawwachu qaba

Yohaannis 5:19👇
🌹
#Iyyaasuus akkana jedhee
isaaniif deebise:
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha
#ilmi waanuma #Abbaan
isaa yeroo hojjetu arge
#qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu
hin dandau. Sababiin isaas
#waanuma Abbaan #hojjetu hunda, Ilmis haaluma #walifakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.

Yohaannis 6:38👇
#Ani wantoota yommuun #Abbaa_koo_wajjin turetti
argen dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu

Yohaannis 6:40
Amma garuu
#ana isa
#nama dhugaa Waaqayyo
#irraa #dhagae isinitti hime ajjeesuu barbaaddu.
Abrahaam kana hin goone.
▬▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 6:35-37
#Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “ #Ani nyaata jireenyaa ti. 👉Namni #gara koo dhufu
#hundi matumaa hin
#beelau; #namni anatti
#amanu hundis matumaa
#hin_dheebotu.

Haata'u malee, akkuma
ani isinitti hime isin na
argitanii illee hin amantan.

Warri
#Abbaan anaaf kennu #hundi gara koo ni dhufu
anis isa gara koo dhufu matumaa of irraa hin ariu
👋 Kiristoos Waaqayyo
Wani ta’efi Abbaan nama
Hunduma Kiristoosi kennaa

🖐 osoo inni Abbaa isaa
Wajin walii qixaa hin tanee
Akkami, namoota isatti kennuu
Qaba ree,

👋 Kiristoos Waaqayyo Wani
Ta'ef Nama gara isaa dhufuu
Akka,inni hin beelofne fi dhobne
Godhe,,,,
🤌mee,rajoota keessa Kani
Akkasi jedhee Eenyu gara koota
Lamata hin dhobtani,hin beeloftan kan jedhee hin jiru,🤌
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 16:15🤏
Wanti Abbaan qabu
#hundi
kan koo ti.
#inni wanta kan
koo ta'e irraa
#fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.

Yohaannis 6:27-29👇
#Nyaata baduuf hin hojjetinaa kanaa mannaa nyaata hin #badnee fi #jireenya
bara baraa argamsiisuuf, isa ilmi namaa isiniif kennu
sanaaf hojjedhaa;
sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee mirkaneesseera.”

isaanis, “
#Hojii Waaqayyoo hojjechuuf maali gochuu qabna ree” jedhaniin
Iyyaasuus “Hojiin Waaqayyoo, isinii isa inni ergetti akka
amantaniifi dha” jedhee
isaaniif deebise
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Link kan xuqaa
hordofaa...👇👋👋
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🟢🌼⚫️🌼🟤🌼🟤🌼🔘🌼🔴
🌹🌼 kutaa-16ffªª=hordofa🌼
◈Gaafi fi Deebi
Musiliimoota

Yohaannis 6:57👇
#Akkuma Abbaan
inni
#jiraataa tae na
ergee fi Anis sababii
Abbaatiin jiraadhu,
#namni foon koo nyaatus
sababii kootiin ni jiraata.
▬▬▬▬▬▬▬.
🌼 Musiliimoonni akkasii
jedhuu Abbaan jirta,yoo,
ta’e Male Kiristoos
Ofi danda'e jirachuu
hin danda'u Jedhu
....
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
=Deebi keenya.👇

🅾 jalqaba dura Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratu
Ragaa kitaaba Qulqulluu

Mul’ata Yohaannis 22:13👇
#Ani Alfaa fi Omeegaa
isa duraa fi isa boodaa
isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

Raaji isayaas 44:6👇
Waaqayyo Mootiin Israael,
inni isa furu(inni Fayyisu)
Waaqayyo Gooftaan
#Hunduma danda'u
akkana jedha:
Ani isa
#jalqabaa fi isa #xumuraa ti
Ana malee
#Waaqni kan
biraan hin jiru.

Raaji_isayaas 48:12-13👇
Yaa,Yaaqoob, yaa Israael
isani waame na, dhagai.
#Ani_isuma sana
Ani isa jalqabaa ti
isa xumuraa tis.

Bu'uura lafaa kan
kaa'e harkuma koo ti
#Samiiwwan kan diriirses
harka
#mirgaa koo ti
Yeroon isaan waamu
isaan waliin ni dhaabbatu

-Ibroota 13:8👇
#Iyyaasuus Kiristoos
#kaleessa, hara, bara
baraanis
#isuma sana

Qabxiwwan Kuni Kiristoos
Ofi danda'e akka jiratuu ibsuu

Erga akkasii ta’e Kiristoos
Sababa maalif Abbaan jirata yoo Ta'e Kiristoos immoo sababaAbbaan jirata
isa jedhuufi..

🅾 Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u ibsuuf
Yoo, Abbaan jiratee
ilmi Ni jirata,

🅾Kiristoos ani ilmaa
Waaqayyo jedhee erga
Dubbate, amma immoo
Ani qoftii jirata jechuu hin
Dandau, maalif Abbaan yoo
Jirata,ta’e ilmis jirata
Wani ta’efi

1Yohaannis 2:23
#ilma kan ganu hundi
#Abbaas immoo hin qabu.
#Ilma amanee kan fudhatu
hundi garuu
#Abbaas qaba

◈yeroo kamiyyuu yoo
Ta'e Kiristoos fi Abbaan
Tokko ta'u qabxii ibsudha
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅰 inni biraa Kiristoos
eessa Akka Dhufe ibsuuf
Fakkeenyaaf Waaqayyo
jirata Bira dhufuu isa
ofii isa Raga kana
Nuuti himme

namoonni tokko tokko Kiristoos
#ilma_Maariyaamidha
Akkuma keenya nama Male
Waaqayyo mitii, jedhanii
akka isan Hin dubbaanef
innii garuu Ani ilma Abbaa
jirata ta'u Isaa ofuma
ragaa bahee jira
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🅾 innii biraa Kiristoos
sababa Abbaatin jirata
ergaa ta’e Nuuti immoo
sababa Fooni Fi dhiga isa fudhanuuf jirata
Ni jedhama, kanafuu
Nutis Waaqayyo ta'u ni
Dandeenya....

🌼 lakki nutti Waaqayyo
Ta'u hin dandeenyu
Sababin isaa nutti jirachuu
Kani Qabnu yoo,
#Fooni fi dhiga isa fudhannee, kanafuu sadarkaa keenya sababa
Kanaa Dha

🌼nuuti Kiristoos wajjin
Bara baraa jirana yeroo
jennuu
#Du'a booda
jireenya isa dhufuu
sana ibsuf Male,,

Yero sana du'u fi dulloomuu
....hin jiruu akka ergamoota
Qulqulluutti jirana Male

Matewoos 22:30-32👇
#yeroo du'aa ka'uutti
#dhiironni hin fuudhan, dubartoonnis hin heeruman
kanaa mannaa akka
#Ergamoota(maleekota)
samii irraa ta'u.

Du'aa ka'uu warra du'anii ilaalchisee garuu wanta
#Waaqayyo akkana
jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee

inni, ‘
#Ani Waaqa #Abrahaami Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa
Yaaqoobi’ jedheera
Inni Waaqa warra
#jiranii ti
malee, Waaqa
warra
#du'anii miti.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
Haaluma kana amma
Kiristoos
#Ani Waaqa keessanii
Jechufi, ani jiratadha jedhee

Maalif yoo, jennee
#Namoota du'an du'a Kani
Kasu, ana jedhe jira.
Yohaannis 6:54👇
#Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi
#jireenya bara baraa
qaba
#Anis guyyaa dhumaatti
#du'aa isa nan kaasa.

Yohaannis 6:46-47👇
#isa Abbaa biraa dhufe
sana malee namni
tokko illee Abbaa hin argine
#Abbaa kan arge isa #qofa dha.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#anatti kan amanu
#hundi jireenya bara
baraa qaba .
Yohaannis 6:39-40👇
#Fedhiin isa na ergee
immoo, warra inni natti
kenne hunda guyyaa
#dhumaatti akka ani #duaa kaasuuf malee, isaan
keessaa tokko illee
akka na jalaa baduuf miti.

Sababiin isaas fedhiin
#Abbaa koo namni #ilma beekee isatti amanu #hundi jireenya bara
baraa akka qabaatuufi
anis guyyaa dhumaatti
duaa isa nan kaasa.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 11:23-27
#Kiristoos#Obboleessi kee
ni kaa” ishiidhaan jedhe.

#Maartaanis, “ #Guyyaa #dhumaa yeroo #duaa
ka'uutti akka inni ka'u
beeka” jetteen.

▬▬▬▬▬▬▬
🅾Link kan xuqa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====🌹===👆👆=====
🌹kutaa_18ffªª👏 📍 🍀📍Gaaffii fi Deebi📍🍀
📍Musiliimoota📍
====//=====
Yohaannis 7:33👇
Iyyaasuus(Kiristoos)
akkana jedhe:
“Gara isa na
#erge
Sanaa #deemuu koo
dura yeroo xinnoodhaaf
isinii wajjin nan tura.
====//===//====
Gaafii isaanii
Kiristoos ergamaa dha
Jedhu.....
●●●●●●●●●●●
=Deebi keenya
Kiristoos Abbaa
Bira ergamee dhufee
Yeroo jennuu Abbaa fi
Ilmi walii caaluu hin
Argisiisuu.

Sababiin isaan
#Abbaan Addunyaa
akka fayyiyu barbada.
fedhin ilma(Kiristoos)
Addunyaa akka fayyisuudha.

🌀ragaa kitaaba
Qulqulluu
🅰 Qabxiiwwan fedhii
Abba ibsan
=1=Yohaannis 3:16

Isatti kan #amanu hundi #jireenya bara baraa
akka qabaatuuf
malee akka hin badneef,
#Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa
kana
#baayee_jaallateera.
🚹 iddoo kan irratti
Namni humna Waaqayyon
Na, jaladhu jedhuu jira.
=gonkumaa hin jiruu
Waaqayyo fedha isaan
Nuu, jaalatee malee.

=2=Yohaannis 6:40

#fedhiin_Abbaa koo
namni Ilma beekee
isatti amanu hundi
jireenya bara baraa
akka qabaatuufi,Anis guyyaa dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.

=3=1Yohaannis 4:19

Inni dursee waan
nu jaallateef nuti jaalala
ni argisiisna

=4=1Yohaannis 4:9-10
#jaalalli Waaqayyoo karaa kanaan mulateera; kunis nuti karaa isaa jireenya
akka argannuuf Waaqayyo
#tokkic tokkicha Ilma
isaa gara addunyaatti
erge.

=5=Roome 5:8
Waaqayyo utuu nuti
#cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka du'u gochuudhaan #jaalala nuuf qabu argisiiseera.
Amma
#dhiiga isaatiin
Qulqulloota jedhamnee waan waamamneef,
karaa isaa dheekkamsa Waaqayyoo jalaa akka oollu beekamaa dha.

🅱 fedhii Kiristoos ta'u
Immoo qabxiiwwan ibsan

=1=Luqaas 19:10

#Ilmi namaa
kan
#bade barbaaduuf, akkasumas
#fayyisuuf dhufeera.”

=2=Luqaas 5:32

#Ani namoota Qulqulloota utuuhin tain, cubbamoonni akka yaada geddaratan #waamuufan dhufe.”

=3=Luqaas 15:4
“Isin keessaa namni
#hoolota_100 qabu hoolaan tokko yoo jalaa badde, hoolota 99 sana
lafa onaa keessatti dhiisee ishii jalaabadde sana hamma argatutti kan hin
barbaadne jiraa

=4=maatewos 18:12-13
Maal isinitti fakkaata
#Namni tokko hoolota 100 yoo qabaatee
fi isaan keessaa hoolaan tokko yoo jalaa
#badde, hoolota 99 sana gaara
irratti dhiisee ishii jalaa badde sana
barbaacha hin deemuu? Dhuguman isiniin jedha, yoo ishii argate
hoolota 99n warra hin badne sana
caalaa ishiitti guddaa
#gammada .

=5=Yohaannis 10:27_28
Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau, ani isaan
beeka, isaanis ana
duukaa buu.
#Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu.

=6=Mul’ata 1:5
#Iyyaasuus Kiristoos
isa “Dhugaa Baatuu Amanamaa,” isa
“warra
#duan keessaa hangafa” ta'ee
fi isa “Bulchaa mootota lafaa” tae irraa.
Isa nu
#jaallatee fi #dhiiga #ofii isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu
baase sanaaf,
◈ራእይ 1:5
ከታመነውም ምስክር ከሙታንም በኵር የምድርም ነገሥታት ገዥ ከሆነ
#ከኢየሱስ ክርስቶስ ጸጋና ሰላም ለእናንተ ይሁን። #ለወደደን #ከኃጢአታችንም በደሙ ላጠበን6
====//=====//=====
🌹●Kiristoos gara isa
Na,erge nan deema
Jechuun isa
#dubbii
#Raajoota rawwachuufi
=raajoonni Waaqayyo
Oli bahee jedhanii jiruu

💠kanafuu Kiristoos
#Afaani isatti anii oli
Nan bahaa jedhee oli
Bahee jira.
📍●Faarfannaa 47:5-6
#Waaqayyo Gooftaan #sagalee gammachuutiin, sagalee fiinootiinis #oli ba'eera; Waaqayyoon faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa! Mootii keenya faarfannaadhaan jajadhaa! Isa faarfadhaa

📍● Farfannaa 68:18

Ati gara olii baatee
Booji'amtootasi ni fudhattee, yaa,
waaqa keenya ati isaan
Gidduu jiraachuufi ,namoota Eeyyee ,namoota dida ta'an illee akka kennaatti ni fudhatee..
መዝሙር 68:18

#ወደ ላይ ዓረግህ፥ #ምርኮን ማረክህ፥ ስጦታንም ለሰዎች ሰጠህ፥ ደግሞም ለዓመፀኞች በዚያ ያድሩ ዘንድ
====//====//=====
◈link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===📍📍==📍📍==
🌹🍀kuta-24ffªª🍀🍀
Gaaffii fi Deebii
📍Musiliimoota📍
----------------------------
Yohaannis 8:21

Kiristoos akkasi jedhe
#Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus
#cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessan” isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..
◈ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....jedhuu
▬▬▬▬▬▬▬▬
◈Deebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni du’u

Kiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif

📍Ragaa kitaaba
⓵=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessan’ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?” jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: “isin
#gadi irraa ti;
ani garuu
#olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani
#cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
=
#inni dhufu
sun
#Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu


⓶=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: “
#Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa
#addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.”

⓷=Yohaannis 12:34-41
Achiis
#namoonni
hedduun sun deebisanii, “Nuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti
#ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: “Ifni
sun yeroo
#gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin
#liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin
#ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti
#amanaa.”Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti
#Isaayyaas raajichi, “Yaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?” jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
“Isaan
#ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan
#hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.”
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.

⓸=Yohaannis 5:40

isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.

⓹=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin
#moone

⓺=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa
#keessa ture, addunyaanis
karaa isaa
#argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.

#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis
#Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.

⓻=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan
#amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.

“Isatti kan amanu hundi
jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa
#tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.

Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka
#fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin
#murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,

#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.
📍🌹kutaa +26ffªª💒📍
➧Gaafii fi Deebi
🛅 Muslimoota👈

Yohaannis 8:28
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhe: “Ilma namaa
Fannoo irratti erga fanniftanii booda, Ani isa ta'uu koo fi ofii kootiin
kakaee
#homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan
dubbadhu akkuma
#Abbaan na #barsiisetti tauu isaa yeroo sana ni beektu.
▬▬▬▬▬▬
🌸gaaffii isaanii
akkasii turee
1=Anii ofii kootin
hoomaa gochuu hin danda'u jedhe jira.
kanafuu inni Waaqayyo
mitti jedhu....
2=dubbiin kani Kiristoos
mitii Abbaa irraa baratee
dubbata malee jedhuu..
▬▬▬▬▬▬▬▬
💒deebi keenya

🌹link Kan fayyadama
barumsa hedduu ilaala👇
⓵➣kutaa+12ffªª
=Yohaannis 5:30
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/197

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/198

💒Ani ofii kiyyaa
hoomaa hin godhu
yeroo jedhuu
Kiristoos maalif...


⓶➣kutaa+17ffªª
=Yohaannis 7:16
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/293

💒barumsi kuni kiyyaa
mitii yeroo jedhuu
maali ibsa.
----------------------------
🌹=deebii=⓵ffaa
Kiristoos maalif
#Anii ofi kooti hoomaa
gochuu hin danda'u jedha
ree,? yeroo jennuu,wa'ee
abbaa namoota ibsuf turee

📍ragaa kitaaba
1= Yohaannis 8:27
isaan garuu inni
waaee
#Abbaa isaanitti dubbachaa akka jiru
hin hubanne.
📍kanafuu namoonni
Abbaa wani hin beekneef
Kiristoos immoo wae
abbaa hubachiisuuf
ture.

2=Yohaannis 5:23-24
namni hundi akkuma
#Abbaa dhaaf ulfina
kennu, Ilmaafis ulfina
akka kennuufi.
Namni
#Ilmaaf ulfina
hin kennine, Abbaa
isa isa ergeefis
ulfina hin kennu.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#namni dubbii koo dhagauu fi isa na erge Sanatti amanu hundi #jireenya bara baraa qaba; akkasumas dua jalaa gara
jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.

📍=kanafuu Kiristoos Abbaan akka ulfina
argatu yoo,godhee Kiristoos immoo Abbaa wajjin ulfina argata.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹=deebii=⓶ffaa
barumsa hundi
kan Kiristoosi.
1=➧Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;

#wanti kan kee tae
hundis kan koo ti
anis isaan gidduutti
ulfina argadheera.

Kiristoos akka isaan
amananiif barumsi kani
abbaatti jedhe malee
=barumsi kunuma
Kiristoos dha.

🌹sababa dubbii
kanatin namooni
baayeen Kiristoositti
amananii jiruu

2=Yohaannis 8:29-31
Inni ana erge Sun
anaa
#wajjin jira
Ani yeroo hunda
wanta isa gammachiisu waanan godhuuf, inni
kophaatti ana hin dhiisu.”

Yeroo inni wantoota
kana dubbatu,
#namoonni hedduun
isatti amanan.
Achiis Iyyaasus
(Kiristoos) Yihudoota isatti
amananiin akkana jedhe:
isin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti

3=Yohaannis 8:38
Ani wantoota yommuun
#Abbaa_koo wajjin turetti argen #dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan
#hojjettu.”
➧Kiristoos Abbaan wajjin
kan jiruu Addunyaa kan
dura fi booda illee akka
ta’e ibsee jira

4=Yohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani
#addunyaan uumamuu isaa dura si, biratti qabu sanaan, ati of biratti
ulfina anaaf kenn i
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
-----------//------------
🌹kutaa-33ffªª 🌸🌾👇
=Gaafii fi Deebi
🧵 Musiliimota🧵

Yohaannis 9:41
Iyyaasus(Kiristoos) akkasi jedhe Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu hin qabdan turtan. Amma
garuu, ‘Ni argina’ jettu, kanaaf
#cubbuun keessan isiniif #hin_dhiifamu
isaaniin jedhe
▬▬▬▬▬▬▬
📍➛Gaaffii isaanii
1=Namoonni kuni cubbuu isaanii hin dhifamu erga tae ⨳ Kiristoos cubbuu keenya yoomi balleessee ree...jedhuu.
▬▬▬▬▬▬
➧ Deebi keenya'
Kiristoos cubbuu keenya balleessee jira
inni, Cubbuu karaa Adaami dhufee sana namoota hundumaa fayyisee jira.

🌹akka jecha kanatti Yohaannis 9:41
#hiika isaa namni Kiristoos dhugumaa cubbuu keenya balleessuuf hin dhufnee jedhe Amanuu yoo, jiratee *Namni kuni Eeyyee cubbuu isaan ni du'a, malee hin fayyuu

Sababiin isaa namni kuni cubbuu Adaami irraa iyyuu yoo, fayyee garuu Kiristoos erga hin Amanee nama kanafi bu'aa isaa maalidha...

kanafuu namoonni kuni wani itti hin amaneef cubbuu isaaniittin ni du'u

📍=Ragaa kitaaba 👇

1= Yohaannis 3:14_18
Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise,
#Ilmi namaas fannifamuu
qaba; kunis, isatti kan
#amanu_hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi. “Isatti kan amanu hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera. Sababin isaas, Waaqayyo Ilma
isaa gara
#addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin murteeffamu. Isatti kan hin amanne hundi, maqaa Ilma
Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin amanneef,
#ammuma iyyuu itti murteeffameera.

2=Yohaannis 8:24
#Ani_cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun #Ana tauu koo hin amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu

3=Yohaannis 15:22
#Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
#cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Kiristoos namoota hundaa fayyisuufi kan dhufe kuno Raga keenya

1=Maraqoos 10:45
#Ilmi namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi #lubbuu isaa namoota #hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.”
( እንዲሁ
#የሰው ልጅም ሊያገለግልና #ነፍሱን ለብዙዎች ቤዛ ሊሰጥ እንጂ እንዲያገለግሉት አልመጣም (ማርቆስ 10:45)

2=Rome 5:19
Akkuma ajajamuu diduu
#nama tokkootiin namoonni hedduun cubbamoota taan, ajajamuu nama #tokkootiin
namoonni hedduun Qulqulloota tau.

3=Yohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, “Kana booda waan ati
#dubbatteef qofa #amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa tauu isaas beekneerra” jedhan
▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqaa
hordoffu dandeessu👇

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====⋕=====
🌹kutaa_³⁶ ffªª🌷dubbisa
🅱Gaafi fi Deebi.
Musiliimota🔼
Yohaannis 10:28👇
Ani
#jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman(hoomtu hin badu) eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu(fudhatu)
🔉 "Kiristoos
jireenya akkamii kenuu danda'u jedhuu...isaa booda immoo ofuma isaanii jireenya inni jedhee kan turee jedhuu.⚠️
🅱 Yohaannis 17:2-3
akkuma ati namoota hunda irratti Aangoo
isaaf kennite, innis warra ati isaaf kennite hundaaf
#jireenya_bara baraa akka kennuufi. Jireenya bara
baraa
#argachuu akka dandaaniif, si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.
➝kanafuu akka yaada isaanitti
jireenya jechuun kan turee jedhu.
▬▬▬▬▬▬▬
📚Deebii keenya📌
Akka deebii isanitti Abbaa fi Kiristoos beeku qofatu
jireenya bara baraa fida
➡️ gaaffii keenya kana irratti akkamitti Kiristoos fi Abba beekuu qofa hiikaa isaa maali dha kani jedhu ta'a ... 🛐
➝iddoo kana irraatti Kiristoos
#dubbii dhokta dubbate maale hiika isaa ifa hin goonee * Sababiin Kiristoos kan duraa waee #hiika jireenya bara bara dubbachaa waani tureefi amma garuu xinnoo ishe dubbatee. kunis Jechi kuni iddoo kana irratti ifa mitii (Yoh 17:2-3)*akkamitti akka ta’e hooma hin ibsu.

🕉 yaadaa Bira immoo namni
jireenya bara bara kana argatu Kitaabni haalagaragaraan ni ibsaa.

⓵=seera egudhan
=Mat 19:16-17)
➁=wanta Addunyaa kana dhisani Kiristoos duuka budhan
=Mat 19:29)
⓷=Hojii gaarii hojjachuun
Mat 25:46
⓸=Affuuri Qulqulluun
jireenya akka kenuu
=Roome 8:11)
▬▬▬▬▬▬▬▬
🤎 « amma gara deebii keenyatti koota➧ Kiristoos
jireenya bara bara isiniif nan keenna kan jedhee,maalif sababi jalqabaa barsiisa turee ammas irraa deebi'ee itti himme. ✏️»

🅾 Ragaa Kitaaba♈️
❶=Yohaannis 1:3-4
Wanti hundi karaa isaa tae wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko
illee hin jiru. Wanti karaa isaa tae
#jireenya
ture; jireenyi immoo
#ifa namootaa ture.
❷=Yohaannis 3:14-15
Akkuma Museen lafa onaa keessatti
#bofa
fannise, Ilmi namaas fannifamuu qaba; kunis, isatti kan
#amanu
hundi
#jireenya bara baraa akka qabaatuuf
❸=Yohaannis 5:21
Akkuma Abbaan namoota duan kaasee
#jireenya isaaniif kennu, #Ilmis
nama barbaadeef
jireenya ni kenna.
❹=Yohaannis 5:29
warri wanta
#gaarii hojjetan duaa kaiinsa jireenyaatiif warri wanta gadhee hojjetan immoo duaa kaiinsa murtiitiif awwaala keessaa ni bau.
➎=Yohaannis 5:39-40
“Isin Kitaabota Qulqulluudhaan
#jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif #kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waaeedhuma koo dhugaa bau. Taus, isin
jireenya #argachuuf gara koo dhufuu hin barbaaddan.
❻=Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin hojjetinaa; kanaa mannaa
#nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan
chaappaa isaa Ilma irratti godhee
mirkaneesseera.”
❼=Yohaannis 6:35
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: “
#Ani nyaata jireenyaa ti. Namni
#gara koo dhufu hundi matumaa hin #beelau; namni anatti amanu hundis matumaa hin #dheebotu.

❽=Yohaannis 6:40
#fedhiin Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa
dhumaatti
#duaa isa nan kaasa.”
❾=Yohaannis 6:53-54
Iyyaasus(Kiristoos)akkana
isaaniin jedhe: “
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon Ilma namaa yoo nyaattanii fi dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin
#jireenya hin qabdan. Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo
dhugu hundi
jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti #duaa
isa nan kaasa;

❿=Yohaannis 7:38
Akkuma
#Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan amanu hundi: ‘Lagni
#bishaan_jireenya kennuu isa keessaa ni yaaa.’

⓫=1Yohaannis 5:12-13
#Namni Ilma sana
qabu
jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu. Ani wantoota kana kanan isiniif #barreessu, isin warri #maqaa
▬▬▬▬▬▬▬▬
link xuqa hordofa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
++++👇👇
➡️🅱 kutaa _ 53 ffªª 📍
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌻Gaaffii fi Deebii
🅰Musiliimota🚷
Yohaannis 12:50👇
#Ajajni isaas #jireenya bara baraa akka tae ani beeka. Kanaaf, Ani wantan dubbadhu hunda akkuma #Abbaan anatti #himettan dubbadha.”
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺Gaaffii isaanii.
1= Dubbii Abbaa Qofa
jireenya kani kenuu ,Kiristoos ofii isaatti hooma gochuu hin danda'u jedhuu.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳 Deebii keenyaa
Lakkii dubbii Kiristoos illee
jireenya kani isaanii lamanuu iyyuu jireenya kan jedhuu ta'a
jalqabaa irratti dubbii Kiristoos dhugumaan
jireenya ta'u ragaa kitaaba kunoo👇

👉Yohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura ; foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
👉Yohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati
#dubbii_jireenya bara baraa qabda.
👉Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee harka koo
keessaa isaan hin butatu.
📍➛kanafuu dubbii Kiristoos illee
jireenya akka ta’e ibsine jira.
Fakkeenyaaf dubbii kuni osuma kan Abbaatti jenne iyyuu Kiristoos akkasii jedhee Abbaan kani koo,keessa fudhee jedhee jira.
👉Yohaannis 16:15
#Wanti Abbaan qabu #hundi kan koo ti. #Inni wanta kan #koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
👉Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➡️ gara maata duree keenya yeroo deebinuu
➛akkuma kutaa_52 ffaa keessaatti illaalle yihudoonni dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu wani didaniif. Dubbii kuni kani Abbaatti
jireenya kenna jedhee.
Yihudoonni kunis Kiristoos eenyu akka ta’e guyyaa tokko ni walalani wali mormii eeggalani
👉Yohaannis 10:24
Yeroo kanatti
#Yihudoonni isatti marsanii, “ #Hanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himi” isaan jechuu jalqaban
👉Yohaannis 7:40_43
Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko, Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dha”jedhan. Kaan immoo, “ #Kun_Kiristoosi” jedhu turan. #Tokko_tokko garuu akkana jedhu turan: “Kiristoos #Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
sanyii
#Daawit keessaa, akkasumas Beetaliheem ganda Daawitii akka dhufu ni dubbata mitii?” Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana #gidduutti wal qoqqooduun ni #uumame
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Walumaagalatti yihudoonni Kiristoos eenyu akka ta’e beekuu dhabuu isaaniifi ,dubbii Kiristoos gonkumaa fudhachuu diduu isaaniitti kani kae Kiristoos wa'ee Abbaa qofa itti himme jira.
➡️ sababaa inni biraa immoo
Abbaa isaa kabajuu akkasii jedhee ,Fakkeenyaaf dubbi Abbaa
jireenya ,Abbaan koo,hundumaa caala, yeroo jedhu kabaja Abbaa ibsuufi

👉Yohaannis 17:4_5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree,
#lafa irratti #ulfina sii kenneera.
Kanaaf, yaa
#Abbaa ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
👉Yohaannis 5:23
Namni
#hundi akkuma Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
🌺 akkuma Dubbiin Abbaa
jireenya ta’e kani ilma jireenya
Abbaa fi Kiristoos tokko.sababa isaanii tokkoo tanif immoo kunoo 👇
👉Yohaannis 12:45
Namni na
#argu hundi, isa na erge Sanas ni #arga
👉Yohaannis 5:17
#Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira #anis nan #hojjedha” jedhee isaaniif
deebise
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 link kan xuqa sena👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======⨳⨳⨳============
C)📍🌹amma immoo gara #hikaa #sirriitti koota mee👇

Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe ree
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 𝑛𝑖 𝑖𝑠𝑎𝑎
➀. 𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑠𝑎𝑚𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑒 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖 𝑡𝑢𝑟𝑒...
➁.𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑠𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑜𝑙𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑒 ℎ𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑖 𝑡𝑢𝑟𝑒.
🌹sababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
❾.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buʼe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
➻𝚔𝚊𝚊𝚢𝚘𝚘 𝚜𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚐𝚊𝚍𝚒 𝚋𝚞𝚎 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚊𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚝𝚒𝚗 𝚒𝚋𝚜𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊.
❿.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
🌹amma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.

➊➊.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiʼee dhufeen ofitti isin fudhadha.
➊➋.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu « #inni yommuu #olii gubbaa baʼetti #boojuu boojiʼe;
namootaafis kennaa kenne” jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baʼe” jedhu, #gadi buʼeera, jechuunis gara lafaatti gad buʼeera jechuu malee maal jechuu taʼa? #Inni_gad buʼe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.

➊➌.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayʼee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
▬▬▬▬▬▬
➻𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞.
#𝑘𝑎𝑦𝑦𝑜𝑜 𝑠𝑎𝑚𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎
#𝑎𝑏𝑏𝑎𝑎𝑛 #𝑎𝑓𝑢𝑢𝑟𝑟𝑖 𝑞𝑢𝑙𝑞𝑢𝑙𝑙𝑢𝑢𝑛 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑎𝑛𝑖 𝑜𝑙𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑛𝑛𝑎𝑛𝑖, 𝑘𝑎𝑛𝑖 #𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑎𝑑𝑑𝑎.
𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑠𝑎𝑚𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑔𝑎𝑑𝑖 𝑏𝑢'𝑒 𝑓𝑎𝑛𝑛𝑖𝑓𝑎𝑚𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑓𝑎𝑦𝑦𝑖𝑠𝑢,
𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑠𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑜𝑙𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑒𝑒 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎 𝑠𝑒𝑒𝑥𝑎𝑛𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑒 𝑜𝑙𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑢𝑢𝑓𝑖.
👉𝑘𝑎𝑛𝑎𝑓𝑢𝑢 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑡𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑎 𝑚𝑎𝑙𝑒𝑒 « #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buʼe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane » inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
➻Henok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne
▬▬▬▬
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha