🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
42 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹kutaa-33ffΒͺΒͺ πŸŒΈπŸŒΎπŸ‘‡
=Gaafii fi Deebi
🧡 Musiliimota🧡

✍ Yohaannis 9:41
Iyyaasus(Kiristoos) akkasi jedhe Jaamota utuu taatanii silaa cubbuu hin qabdan turtan. Amma
garuu, β€˜Ni argina’ jettu, kanaaf
#cubbuun keessan isiniif #hin_dhiifamu”
isaaniin jedhe
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“βž›Gaaffii isaanii
1=Namoonni kuni cubbuu isaanii hin dhifamu erga tae ⨳ Kiristoos cubbuu keenya yoomi balleessee ree...❓jedhuu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➧ Deebi keenya'
✍ Kiristoos cubbuu keenya balleessee jira
inni, Cubbuu karaa Adaami dhufee sana namoota hundumaa fayyisee jira.

🌹akka jecha kanatti Yohaannis 9:41
#hiika isaa namni Kiristoos dhugumaa cubbuu keenya balleessuuf hin dhufnee jedhe Amanuu yoo, jiratee *Namni kuni Eeyyee cubbuu isaan ni du'a, malee hin fayyuu

✍ Sababiin isaa namni kuni cubbuu Adaami irraa iyyuu yoo, fayyee garuu Kiristoos erga hin Amanee nama kanafi bu'aa isaa maalidha..❓.

kanafuu namoonni kuni wani itti hin amaneef cubbuu isaaniittin ni du'u

πŸ“=Ragaa kitaaba πŸ‘‡

1=✍ Yohaannis 3:14_18
Akkuma Museen lafa onaa keessatti bofa fannise,
#Ilmi namaas fannifamuu
qaba; kunis, isatti kan
#amanu_hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi. β€œIsatti kan amanu hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera. Sababin isaas, Waaqayyo Ilma
isaa gara
#addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
✍ Isatti kan amanu
hundi itti hin murteeffamu. Isatti kan hin amanne hundi, maqaa Ilma
Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin amanneef,
#ammuma iyyuu itti murteeffameera.

2=✍Yohaannis 8:24
#Ani_cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun #Ana tauu koo hin amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu

3=✍Yohaannis 15:22
#Ani dhufee utuu isaanitti
hin himne taee, silaa cubbuu isaanitti hin tau ture. Amma garuu
#cubbuu isaaniitiif sababii dhiheessan hin qaban.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“Kiristoos namoota hundaa fayyisuufi kan dhufe kuno Raga keenya

1=Maraqoos 10:45
#Ilmi namaa iyyuu, warra kaan tajaajiluu fi #lubbuu isaa namoota #hedduudhaaf furii godhee kennuuf #dhufe malee, akka isa tajaajilaniif hin
dhufne.”
( αŠ₯αŠ•α‹²αˆ
#α‹¨αˆ°α‹ αˆαŒ…αˆ αˆŠα‹«αŒˆαˆˆαŒαˆαŠ“ #αŠααˆ±αŠ• ለα‰₯α‹™α‹Žα‰½ ቀዛ ሊሰαŒ₯ αŠ₯αŠ•αŒ‚ αŠ₯αŠ•α‹²α‹«αŒˆαˆˆαŒαˆ‰α‰΅ አልመጣም (αˆ›αˆ­α‰†αˆ΅ 10:45)

2=Rome 5:19
Akkuma ajajamuu diduu
#nama tokkootiin namoonni hedduun cubbamoota taan, ajajamuu nama #tokkootiin
namoonni hedduun Qulqulloota tau.

3=Yohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, β€œKana booda waan ati
#dubbatteef qofa #amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa tauu isaas beekneerra” jedhan
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link kan xuqaa
hordoffu dandeessuπŸ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====β‹•=====