🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ“πŸŒΉkutaa +26ffΒͺΒͺπŸ’’πŸ“
➧Gaafii fi Deebi
πŸ›… MuslimootaπŸ‘ˆ

✍ Yohaannis 8:28
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhe: β€œIlma namaa
Fannoo irratti erga fanniftanii booda, Ani isa ta'uu koo fi ofii kootiin
kakaee
#homaa akkan hin goone, kanaa mannaa wantoota kana kanan
dubbadhu akkuma
#Abbaan na #barsiisetti tauu isaa yeroo sana ni beektu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌸gaaffii isaanii
akkasii turee
1=Anii ofii kootin
hoomaa gochuu hin danda'u jedhe jira.
kanafuu inni Waaqayyo
mitti jedhu....❓
2=dubbiin kani Kiristoos
mitii Abbaa irraa baratee
dubbata malee jedhuu..❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ’’deebi keenya

🌹link Kan fayyadama
barumsa hedduu ilaalaπŸ‘‡
β“΅βž£kutaa+12ffΒͺΒͺ
=Yohaannis 5:30
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/197

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/198

πŸ’’Ani ofii kiyyaa
hoomaa hin godhu
yeroo jedhuu
Kiristoos maalif...❓


β“Άβž£kutaa+17ffΒͺΒͺ
=Yohaannis 7:16
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/293

πŸ’’barumsi kuni kiyyaa
mitii yeroo jedhuu
maali ibsa.❓
----------------------------
🌹=deebii=β“΅ffaa
Kiristoos maalif
#Anii ofi kooti hoomaa
gochuu hin danda'u jedha
ree,? yeroo jennuu,wa'ee
abbaa namoota ibsuf turee

πŸ“ragaa kitaaba
1=✍ Yohaannis 8:27
isaan garuu inni
waaee
#Abbaa isaanitti dubbachaa akka jiru
hin hubanne.
πŸ“kanafuu namoonni
Abbaa wani hin beekneef
Kiristoos immoo wae
abbaa hubachiisuuf
ture.

2=✍Yohaannis 5:23-24
namni hundi akkuma
#Abbaa dhaaf ulfina
kennu, Ilmaafis ulfina
akka kennuufi.
Namni
#Ilmaaf ulfina
hin kennine, Abbaa
isa isa ergeefis
ulfina hin kennu.

Dhuguma dhuguman isiniin jedha,
#namni dubbii koo dhagauu fi isa na erge Sanatti amanu hundi #jireenya bara baraa qaba; akkasumas dua jalaa gara
jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.

πŸ“=kanafuu Kiristoos Abbaan akka ulfina
argatu yoo,godhee Kiristoos immoo Abbaa wajjin ulfina argata.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹=deebii=β“Άffaa
barumsa hundi
kan Kiristoosi.
1=➧Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;

#wanti kan kee tae
hundis kan koo ti
anis isaan gidduutti
ulfina argadheera.

✍Kiristoos akka isaan
amananiif barumsi kani
abbaatti jedhe malee
=barumsi kunuma
Kiristoos dha.

🌹sababa dubbii
kanatin namooni
baayeen Kiristoositti
amananii jiruu

2=✍Yohaannis 8:29-31
Inni ana erge Sun
anaa
#wajjin jira
Ani yeroo hunda
wanta isa gammachiisu waanan godhuuf, inni
kophaatti ana hin dhiisu.”

Yeroo inni wantoota
kana dubbatu,
#namoonni hedduun
isatti amanan.
Achiis Iyyaasus
(Kiristoos) Yihudoota isatti
amananiin akkana jedhe:
isin
#dubbii_kootti yoo jiraattan dhuguma barattoota koo ti

3=✍Yohaannis 8:38
Ani wantoota yommuun
#Abbaa_koo wajjin turetti argen #dubbadha;
isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan
#hojjettu.”
➧Kiristoos Abbaan wajjin
kan jiruu Addunyaa kan
dura fi booda illee akka
ta’e ibsee jira

4=✍Yohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani
#addunyaan uumamuu isaa dura si, biratti qabu sanaan, ati of biratti
ulfina anaaf kenn i
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹link kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
-----------//------------