Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
πŸ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹🌹🌹🌹#Room 12:1"#Waaqayyoof_ofii keessan Arsaa #Qulqulluu Taasisatii of dhiyyeessa"

πŸ™#Bara_Tajaajila keenya keessatii kennaan #Waaqayyoof_kenninu qabnu isaaf dabrsinee of keennuudha.

🎧#Maal_yoo_raawwaanee_qaama_keenyaa #Waaqayyoof arsaa #qulqulluu taasisne dhiyyeesina????

Yoh 15:-13 β€œ#Namni tokko firoota isaatiif #jireenya isaa dabarsee kennuu irra kan caalu, #jaalala_guddaa qabaachuu #hin danda'u.”

#Kanafphaawuloos erga isaa irraatii waa'ee l#tajaajila akkasiti ibsa:-

πŸ™#Fakkeenya_jireenya_bara isa darbu kanaa #duukaa hin bu'inaa. #Jaalalli_Waaqayyoo isa kam akka ta'e #gargar_baasuudhaaf, yaada garaa keessanii haareffachuudhaan of diddiiraa. #JaalalliWaaqayyoo immoo waan $gaarii ta'e, waan isa duratti #fudhatamaa ta'e, waan akeeka isaa #fiixaan baasus hubachuu dha.

πŸ™#Ayyaana isa anaaf #kennameen namni waan #yaaduun isaaf ta'u caalaatti akka of hin yaadne, tokkon tokkon keessanitti nan hima; garuu adduma addaan akka #amantii isaaf #kennameetti akka of ilaaluun ta'uufitti, haa yaadu.

#Nuyi_dhagna tokkotti bu'aa dhagnaa baay'ee qabna; bu'aan dhagnaa hundinuu immoo hojii adda addaa qabu. Akkasuma #nus immoo utuma baay'ee taanee jirruu, Kristositti dhagna tokko; #nuyis bu'aa dhagna walii ti.

πŸ™#Akka_ayyaana_Waaqayyoo isa nuuf kennameetti #kennaa garaa garaa qabna; kennaan isaa waan Waaqayyo namatti ibsu dubbachuu yoo ta'e, akka amantichaa wajjin waliif galutti dubbachuu dha.

πŸ™#Kennaan keenya #hojiidhaan nama gargaaruu yoo ta'e, #hojiidhaan nama gargaaruutti in jabaanna. #Barsiisuu yoo ta'e barsiisichatti haa jabaatu!

πŸ™ #Kennaan isaa #nama gorsuu yoo ta:e, gorsuutti haa jabaatu. Inni #namaaf kennu, garaa qulqulluudhaan haa kennu. Inni dura bu'us dhimmee haa geggeessu.Namni namaa oo'us #fuula_ifaadhaan haa hojjetu Jedha.

➑️kunii bara #Tajaajila umurii keenya dabrsine Waaqayyoof yoo kennine isaan kanneen taasisuu akkaa #dirqaama_keenyati fudhane hojana.

# Garuu nutii #waaqayyoof qaama keenyaa enyuutu Arsaa #Qulqulluu taasisee of dhiyyeessuf qophaa'e?????

πŸ†•Mee of gaafanuu bara haara kanatii eenyuudha lata Waaqayyoof ofii isaa Arsaa Qulqulluu taasisee of qopheessuf kan murteesse?????

πŸ†•πŸŽ€Nutii #Yaa_obboollota Koo bara Tajaajila keenya kanatii

πŸ™Jireenya daangaa qabu jiraacha jirta? daangaan kee bakka kami? Moo akka daangaa hin qabnetti yaada?

πŸ™Ega bari jireenyi kee daangaa qabati. Innis namaan osoo hin taanee waaqan daangaa'ee. Daangaa kan keessas batee jiraachuu hin dandeessu.

πŸ™Waaqni hunduma keenyaaf hanga biyya lafaa kana keessa jiraannuti jireenya keenyati daangaa godheera. Kanaaf yeroo siif kennamte kanatti fayyaadamii.

πŸ™Carraa hojiif ati qabdu ammadha. Amma male bor hin beektu. Itti gaafatamummaa kee bahachuu kan dandeessu bara siif daangoofte kana qofati.

πŸ™Du'a booda bu'a har'a teesse dhamdhamta male yeroo itti gaafatamumma batu miti.

πŸ™Ati gaafuma addunyaa kana irratti dhalattee hojii itti gaafatamummaa qabu wajjin dhalatte. Waaqayyo gaafa Addaamiin Uumu itti gaafatamumma wajjin isa uume.(Ser.Um 2:17)

πŸ™#Anaafi Isiinifis itti gaafatamumma wajjin uume. Namni itti gaafatamumma male uumame hin jiru. Garuu namni itti gaafatamumma isa bahatu murasa qofadha.

⁉️Ati isa ganaa itti gaafatamumma kee hubatuudha moo isa itti gaafatamumma isaa beeke bahacha jirudha?

πŸ™Barri waaqayyo itti gaafatamumma wajjin siif kenne murta'adha. Kanaaf dafii yeroo siif kennamte keessatti itti gaafatamumma kee bahadhu. Yeroon fayyinaa Ammaati.

🌹 Waaqayyoo Kadhaana Fi araarsummaan Abbaa keenya #Abune Gabra Manfas Qidduusif jedhee bara #Tajaajila keenya nuf Yaa eebbisu.Ameen

Fuula chaanalii keenyaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://t.me/firiqulqulloota

"Wantumaa hundaaf_Waaqayyoof galanii haa ta'uu"
🌹🌹🌹Qol 1:20 "#Fannoo irraatii #dhiiga isaa dhangalasun #nageenya buuse"πŸ’―

πŸ™#Gooftaan keenyaa #Iyyaasuus_kiristoos fayyina keenyaa raawachuuf #fannoo irraatii #dhiiga isaa dhangalasun nageenya buuse.

#Nageenyii_kiristoos nuf buuse Kun Kan #Aduunyaa kana irraa #addaadha.

Yoh 14:27 β€œ#Nagaa isin biratti nan hambisa, #nagaakoo isiniif nan kenna; #ani akka biyyi #lafaa kennuttan #isiniif kenna miti, garaan keessan #hin_raafamin,#hin_sodaatinis.” jedha

➑️#Fannoo irraatii #kiristoos fannoifamu isaan #kennaawan nuf #kennamanii nageenya buusan

#1ffaa ❀️ #Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaam

Yoh 19:27 "#Ilaa_haadha_kee" jedhe; #yohaanisis yeroo sanaa jalqabee gara mana ofii isaatti ishee fudhate.”

#2ffaaβœ…#Cuuphaa_nuf_kennamera.

Kunis yeroo #cinaachi_kiristoos waraanamu #bishaanii Fi #dhiigni baahera Kunis Kan mootumaa isaa ittin galu nuf ta'era.
Yoh 3:3 "#Dhuguma, dhuguman sitti hima, #eenyu illee olii yoo dhalachuu dhaabaate, #mootummaa Waaqayyoo arguu iyyuu hin danda'u."

#3ffaaβœ…#Foonii Fi #dhiiga isaa nuf kennee.

Yoh 6:56 β€œFoon koo kan nyaatu, dhiiga koos kan dhugu ana keessa in jiraata, anis isa keessa nan jiraadha.”

Kanaf nu Kan kiristoos tane jiraachuf kennaawan sadan Kana qabaachuun ittii jiraachuu qabna.

πŸ†•#Enyuudha_kennaawan Kan qabatee Kan jiraacha jiruu......???
Mee of haa ilaalu kiristaanoota

πŸ™#Icciti Kan hubbaate #mootiin_illeen_fannoo Gooftaan keenyaa #Iyyaasuus_kiristoos irraatii fannifame ayihuudoonii awwaalan argachuu Kadhaana ishee jabaate dhaabate booda argate.

πŸ™#Manguddoo_kirakoos iddoo ayidoonii #fannoo_Gooftaa keenyaa Iyyaasuus kiristoos #waggaa_300 gata addaa addaa irraatii gatanii awwaalan isheeti himee.

πŸ™#Isheenis abboota amantaa waliiti qabdee damara gubbani Fi ixaana arsaanii iddoo Fannon jiruu baranii #fulbaana_17 qotanii baasu qotu eeegalanii #bitooteesa_10 baasan.

πŸ™#fannoo argame #ifaan gutamte naannoo sun .

➑️#Yaa_Kiristaanota ilaa hubadha ilaala.

πŸ™#Waggaa_hedduuf fannoo irraatii gata Gatun ifaa kennuu #fannoo_kiristoos hin dhorkine.

#Nutis_Cuubbuu keessa yeroo hedduu jiraachuu keenya #Gaabbii yeroo galee #dhifaama argachuu keenya #ibsa.

🌹Gal 6:14 β€œ#Ani garuu #fannoo_gooftaa keenya #Iyyaasuus_Kristoos isa ittiin biyyi #lafaa ana irraa fannifame, #anis biyya lafaa jalaa #fannifame sanaan malee, waan biraatiin of jajuun #matumaa_anaaf hin ta'u.”

πŸ””πŸ””πŸ””πŸ””πŸ””# Waaqayyoo akkas #mootiiti illeenif #icciiti_fannoo ibseef #nufis icciiti #jaalala_fannoo isaa nuf #ibsun fedhaf jaalala isaa nuf haa ta'u.

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."Ameen πŸ™

https://t.me/firiqulqulloota
🌹🌹🌹#Maat 17:20 "#Wanti_isiniif hin danda'amnes #hin_jiru."(α‹¨αˆšαˆ³αŠ“α‰½αˆαˆ ነገር #α‹¨αˆˆαˆα’)πŸ™πŸ™πŸ™

"#Anoo_dhuguman isiniin jedha, #amantii hamma #ija_sanaaficaa geessu utuu qabaattanii, #gaara_kanaan, '#Asii ka'ii #achi butadhu ni jettu, #gaarichis asii ka'ee #achi ni #butata; #wanti_isiniif hin danda'amnes #hin_jiru." Maat 17:20
(#αŠ₯α‹αŠα‰΅ αŠ₯αˆ‹α‰½αŠ‹αˆˆαˆα₯#α‹¨αˆ°αŠ“ααŒ­ α‰…αŠ•αŒ£α‰΅ α‹¨αˆšα‹«αˆ…αˆ #αŠ₯αˆαŠα‰΅ α‰’αŠ–αˆ«α‰½αˆα₯ α‹­αˆ…αŠ• #α‰°αˆ«αˆ«α’ αŠ¨α‹šαˆ… α‹ˆα‹°α‹šα‹« αŠ₯ለፍ α‰₯α‰΅αˆ‰α‰΅ #α‹«αˆα‹αˆα€ #α‹¨αˆšαˆ³αŠ“α‰½αˆαˆ ነገር #α‹¨αˆˆαˆα’)

Mootiiti #illeeniinis kinoo amantaa isheen Milkoofte.......
Fannoo Gooftaa keenyaa argate.

#Waaqayyoo amantaa akkaa Ishee nuf haa kennuu

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."

https://t.me/firiqulqulloota
1Qor 12:31 "#Kennaa_isaa_caalu_argachuf_dhama'aa"

#Kennaa caalu akka #hin argannee kan nu taasisan

#Wanta_lammaadha. Isaanis:
1. Barumsaa keessummaa ta'en fudhatamuun.....

Ibroo 13:9"#Barsiisa garaa garaatiin, #barsiisa_keessummaa ta'e hundumaanis #karaa irraa hin kaachifaminaa."

✝Kunis #Karaa_lammaan nu mudaata

#1ffaa #Ergamoota irraa

Gal 1:8 "#Ergamaan waaqa irraa tokko, #wangeela isa nuyi kanaan dura isinitti himnettii kan #gargar ba'e yoo #isinitti_hime, #abaaramaa haa 'ta'u."

(Fkn ....#Yoonas.... #Afoomiyaa.... Haa yaadanu)

#2ffaa #Namoota irraa

Maat 7:15 "#Raajota_sobduu irraa of #eeggadhaa, isaan hoolaa #fakkaachuudhaaf #gogaa_hoolaa uffatanii gara keessan ni dhufu; #keessa isaaniitiin garuu isaan#yeeyyiidha."

2ffaa #Fedhii_Foon_keenyaa

Maat19:_21_22 "#Raawwattee guutuu ta'uu yoo #feete, #dhaqi #qabeenya kee #gurguri, warra #deegaadhaaf kenni, #Samii irratti badhaadhummaa ni qabaatta! #Kottuutii_ana duukaa bu'ii" jedheen Gooftaan keenyaa Iyyasuus kiristoos

#Dargaggeessichi_qabeenya guddaa qaba waan tureef, #dubbii kana yommuu dhaga'e, #gaddee achii ni #adeeme.

Room 8:7 "Akka fedha #fooniitti yoo jiraattan du'uun keessan #beekamaa dha, #hafuuraan hojii #namummaa keessan isa #foonii yoo ajjeeftan garuu ni #jiraattu."

Maat 10:28 "#Warra_foon&namaa_ajjeesanii lubbuu garuu #ajjeesuu hin dandeenye hin #sodaatinaa. #Kanaa_mannaa isa #lubbuu fi #foon qilillee keessatti #balleessuu danda'u #sodaadhaa."

🌹🌹🌹#Kennaa_caalu_argachuuf🌹🌹🌹

#Wanta gurguddoo #afur(4) raaawwachuu qaban.

#1ffaa Kanneen #Fiigichaa isaanii #xumuraan_hordofuun.

#2ffaa xim 4:7 "Wal'aansoo isa #gaarii sanas #dhaabadhee #qabeera; #Fiigichaa_koos raawwadheera, #amantiis eegeera."

#2ffaa Wanta #baranee Fi #hubaane jiraachuun......

2ffaa xim 3:14"#Ati garuu isa #barate, cimsitees itti #amante sana #eenyu fa'i irraa akka #barate waan #beektuuf, isatti #qabamii_jiraadhu."

Maat 10:29 " #Anaraa_baradhaa"
Kanaaf Gooftaa keenyaa #Iyyasuus_kiristoos irraa baranee jechuudha.

#3ffaan #Kitaabillee_Afuurawwaa #dubbisun

#1ffaa 4:13 "#Kitaabillee_qulqulaa'aa #namootaaf dubbisuutti, gorsuutti, #barsiisuuttis of kenni."

#4ffaan #Wanta_hundaa #waaqayyoo dursiisun.....

Yoh 15:5 "#Anattii gargar baatanii #waan_tokko_illee #gochuu hin dandessan."

Kanaf wanta raawwanu kamiiyyu #waaqayyoon haa dursifnu.......

#Kennaa_caalu_kan_jedhame

1.Sagalee isaa barachuu
Luqaas 10:42 "Maariyaam caaraa gaarii filate"
2.Qaama ofii Arsaaa taasisan of dhiyyeesu
Room 12:1_2" #Qulqullummaadhan_qaama keessan #Waaqayyoof arsaa taasisan dhiyyeesa

3. #Mana_waaqayyoo keessa jiraachuudha.

#Faarfannaa 26:4 "#Ani Waaqayyoon waan tokkicha nan #kadhadha, isas #argachuu nan barbaada; innis, #bara_jireenya koo hundumaa #mana_Waaqayyoo keessa jiraachuu, gaarummaa Waaqayyo hojjetu ilaaluu, #mana_qulqullummaa isaa keessattis isa #yaadachuu dha.."

Kanaf har'a Kan faarfannaa baaftanis tahe kan barsiiftan.....

#Amala_keessaa isaa #durati hin deebi'ina...

Akkaa #Adurreen_Molokoste #Amala ishee hin daagatu jedhuu akkaa hin taane of #eegannoo_tajaajila."


#Wantumaa_hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

https://t.me/firiqulqulloota
🌹🌹🌹 "#Akka jecha_Kee
#Anaaf_Haa_Ta'uu." ( αŠ₯αŠ•α‹° #α‰ƒαˆαˆ… α‹­αˆαŠ•αˆαŠ .") Luqaas 1:38

#Ergamaan Gabri'eel erga #Misiraachoo #Muddee_22 haadha keenyaa #Dubroo_Maariyaamiiti himee isheenis #Naaf_haa_ta'uu jettee fayyina keenyaaf balbala bante.

Guyyaa qulqulluu gabri'eel #misiraachoo haadha keenyatti himee #bitooteessaa_29 dha. Guyyaa kana akka yaadatamuu kan taasisee garuu phaaphasii qulqulluu #Daaqsiyoosii dha.

πŸ™πŸ™πŸ™Isaanis Qulqulleetti durboo maariyaamiin waan baay'ee jaallatuuf ababboo bulbulee, gogaa duugee ajaa'ibaa ishee irratti ni barreessa ture.

🌹🌹🌹Yeroo kana giiftiin keenyaa maariyaamiin akkas jetteen #akka_ati_na_jaallatee, #anis_si #jaalladheera, akka ati na kabajee #anis_siin_kabajaa ajaa'ibaa koo waan barreessiteef #gatiin_ati_na biraa qabdu #guddaadha" ittiin jettee.

πŸ‘πŸ‘πŸ‘Innis baay'ee #gammadee #kana_caalaa_maal godhu" jedhee utuu itti yaaduu ayyaanni #misiraachoo gabri'eel itti himamu giftii keenya Durboo maariyaamii gahe #gooftanis itti mul'ate akka inni #muddee_22 kabajuuf ittii himee. #Giiftiin_Maariyaamiin itti mul’atee "Gochaa kana hundumaa waan na gooteef jettee, #si_malee_namni_biraan kan irraa #hin_teenye, #harki_namaas kan hin tolchinee " jettee #teessumma fi #uffaannaa_warqii_samiirra_laatteef. #Nama kanarra ta'uu immoo naan #adaba jetteen.

Ergaa abbaan kun boqotanii booda #daaqsiyoosiin biraa mudame. "#Naaf fidaa #uffatichaa fi #teessumicha irraan ta'aa" jedhee. Lakkii dhiisi isaan qabsuurafi tola hojjetanii #Durboo_Maariyaamirra #badhasaa kan argataniidha. Atis akkuma isaanii #tola hojjadhu argadhuu ittiin jedhan. Inni garuu ni diddee " anis phaaphasii, innis phaaphasii, ani daaqsiyoos innis daaqsiyoosiin jedhama. Inni maaliin na caalaa jedhee dirqaman fichisiise. Yeroo kana mana kuusaa qulqulloota keessaa fudhanii kennaniifi. innis irraa gaafa ta'uu #ergaman_waaqayyoo_samiirra dhufe #teessumichaa galgalchee #ajjeessee. Namootni aja'ibichaa arganii dinqifaman.

❗️❗️❗️#Yaa_waaqayyoo #tessumaa Haati Kee #Daaqsiyoosif kennite irraa kana ta'e #erga_du'ee
#Bultoo_Kee_bara_bara(Dubroo Maariyaam) irrati #sobaan kan dubbaatan maal ta'uu.❓❓❓

#Raajonnii isheen #bultoo bara barati Akkasumas #durbaman Ishee kan bara bara erga jedhanii barsiisanii
#Ergamoonii_samii nagaan siif haa ta'uu jechaa
Ishee erga galaatteefatanii
#Dhalii_namaas #Yaa_Haadha_ Gooftaa ati Kan kabajamtedha.
Erga jedhanii Ishee galaatteefatanii

Har'a waa'ee Ishee #sobaan ni beekna kan jedhanii arraaba isaanii dheeresan maal jennee waaman❓❓❓

πŸ”œ #Ijoollee_Daabiloos

Kana nama ajaa'ibu #raajii (dinqii) isheen hojatu mormuu isaaniiti...

#Dhala_Nama Ta'e #dinqiin durbuman ulfaanii durbumaan da'uun durbumaan jiraachuu caalu jiraa ❓❓❓

πŸ”œ #Gonkummaa_hin_jiruu

Kanaf #dessuu_waaqayyoo #Durboo_Maariyaamiif raajii raawachunii fi nuf kadhachuu isheef #salphaadha(wanta xiqqaa dha).

#Naaf_haa ta'uu jettees kinoo nu gammaachiste....
#Gammadii yaa giftii #gammaaduu

Yaa #Deessuu_Waaqayyoo #Dubroo_maariyaam kabajnii kee #Uumamtotaa_keessaa addaadha.
"α‹ˆαˆ‹α‹²α‰° αŠ αˆαˆ‹αŠ­ αˆ›αˆ­α‹«αˆ α‹΅αŠ•αŒαˆ αˆ†α‹­ ልα‹ͺ αŠα‹ ክα‰₯ርሽ ከፍαŒ₯αˆ¨α‰΅ αˆ˜αˆƒαˆ"

Yaa #Durboo_Maariyaam si jaalana #nyaata fi #dhugaati jireenya #Kiristoos waan nuf deessef

πŸ›…Kanaafuu #diini yoo gumgumeesi Yaa #Durboo_maariyaam_nuti si #jaallana.

"#Wantumaa_hundaaf waaqayyoof galanii haa ta'uu."

https://t.me/firiqulqulloota
"#Hin_sodaatiin;#Ani_gaachan_keeti"(Uumama 15:1)

Situ waa hunda sodaata

#Dheebu keef maaf sodaatta inni Gammoojjii #goggogaa
garmalee keessatti #bishaan_dhagaa keessaa burqisiise#dheebuu baase si waliin jira mitii.

#Diinnis natti baay’atee nadhaqqabe jettee maaf sardamta,#Waaqni kee Waaqa
#Fardeen Fara’oonotaa galaana Ertiraatti fixe miti?

#Waaqayyo ati kadhattu kan #Geediyoon waliin ture miti?
(Abboota Murtee 6:11). Ati maaf sodaattaa?
#Dubbiin koos hin dhagahamu maaf jettaa Inni #Musee filatee harka fara’oonotaa jabduuu taate #jalaa Israa’eloota #baraare si #wajjin mitii.

#Waaqni Hizqiyaasif umurii #dhumte dabale(Isa 38:5)

kan #Minaases dogoogoo #sibiilaa keessatti yaadate miti Waaqni kee
Atumti maaf sodaattaa,#diinni hanga fedheyyuu yoo #baay’ate,#beellis hanga fedheyyuu biyya lafaa yoo

argate,#dhukkubni hamaanis yoo ka’e,#godaanisi biyyattiirratti yoo ta’e, sababa #amantaa keetifis yoo

sidaddarbanii hamaatti si kennan

yoo #sobaan sirratti #murteessanis,waa’ee #amantaa keetii yoo ibsattus atumtimaaf sodaattaa #Gooftaan ati #Waaqa koo jettuun jabaan Jabaa caalu kan kana hunda jalaa nama baasu miti?

#Nan beela’a jettee sodaatta taanan #Gooftaa_Qurxummuu
lamaa fi buddeen shaniin nama gabaa #shan quubse
gooftan #siwaliin Jiraati(Yoh 6:9).

#Gooftaan ergamootni#samii uummamni hundis rom’aniifiin Waaqa Koo jettee jirta; kanaaf ati #ilma_mootii#Moototaa Ilma Gooftaa #Gooftotaati kanaaf maaf sodaattaa?

#Ati maaf #sodaatta
#Qulqulluu_Mikaaeel Inni samiirraa #seexana jawwee jedhame sana gadi darbate isa loltoonni isaas #lakkaawamne hin dhumne(Mul’ata 12:7) waliin jiran si waliin jiraa miti.

Inni #Sanaakireem Qaanesse,inni Afaan #Leencotaa cufee# Daani’eel qarqaare, Inni #Baahiraan #xalayaa du’aa isaa kukkute,Inni #Afoomiyaa hudhaa seexanaa jalaa baase #sun si wajjin jira miti?

#Atumti maaf sodaattaa? #Qulqulluu Gabri’ee inni samii
#Raamaa kan #Ijoolle sadan #ibiddaa keessaa baase
kan misiraachoo guddaa dubrootti hime(Lu 1:36) #Qiirqoos fi #Iyyaluxaas kan baraare #abidda labooba bishaan taasise si wajjin mitii

#Ati maaf sodaatta #iccitii koos eenyumattan himadhakaa maaf jettee cinqamta? #Dubroo_Maariyaam kan #dookimaasiif (Yoh 2:1) qaanii hamaarraa #oolchite,kadhannaan #ishee #yeroo_hunduma si waliin jira miti?

#Ati maaf #sodaattaa duuka bo’ootni ajaa’iba gara garaa raawwatan,kan #uffataa fi #gaaddiduu isaaniitiin illee fayyissan#araarsummaa isaanitti ni amanta miti
kanaaf isaan #siwajjin jiru mitiree

Ajaa’iba #xixinnoo_jabana kana #shakkitoonni gocha #jiraniin
maaf akkas #dinqamta? #Raajan_Eeliyas inni samiin rooba akka hin kennine taasisee, #Yoonas inni Guyyaa sadi#garaacha qurxummuu guddaa #keessa bule(Kitaaba
Yonaas),#Raajan_Eelsaa Inni du’aa #nama kaase seenaa isaani ni beekta miti?

#Atumti maaf sodaattaa #sugni qulqullootaa#siwaliin jira miti?

#Atumti maaf sodaattaa #Qulqulluu_Giyoorgisiin abbaan
fardaa,kan #Beeruktayiti Jawwee jala baraare
#amantaa kee keessatti yaadatama mitiree?

#Maal kana qofa ….hedduudha #danuudhas…..
#garuu hin sodaatin #kophaa kee hin jirtu,#Waaqayyos kan Waaqayyoon#filates #dhugumatti si wajjin #jiruuti hin sodaatin.

#Waaqayyoo_iddoo hundumaati #nu waliin ta'eef #galanii Fi #ulfinii bara bara isaaf haa ta'uu.

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa Ta'uu.