Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
πŸ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹🌹🌹 "#Akka jecha_Kee
#Anaaf_Haa_Ta'uu." ( αŠ₯αŠ•α‹° #α‰ƒαˆαˆ… α‹­αˆαŠ•αˆαŠ .") Luqaas 1:38

#Ergamaan Gabri'eel erga #Misiraachoo #Muddee_22 haadha keenyaa #Dubroo_Maariyaamiiti himee isheenis #Naaf_haa_ta'uu jettee fayyina keenyaaf balbala bante.

Guyyaa qulqulluu gabri'eel #misiraachoo haadha keenyatti himee #bitooteessaa_29 dha. Guyyaa kana akka yaadatamuu kan taasisee garuu phaaphasii qulqulluu #Daaqsiyoosii dha.

πŸ™πŸ™πŸ™Isaanis Qulqulleetti durboo maariyaamiin waan baay'ee jaallatuuf ababboo bulbulee, gogaa duugee ajaa'ibaa ishee irratti ni barreessa ture.

🌹🌹🌹Yeroo kana giiftiin keenyaa maariyaamiin akkas jetteen #akka_ati_na_jaallatee, #anis_si #jaalladheera, akka ati na kabajee #anis_siin_kabajaa ajaa'ibaa koo waan barreessiteef #gatiin_ati_na biraa qabdu #guddaadha" ittiin jettee.

πŸ‘πŸ‘πŸ‘Innis baay'ee #gammadee #kana_caalaa_maal godhu" jedhee utuu itti yaaduu ayyaanni #misiraachoo gabri'eel itti himamu giftii keenya Durboo maariyaamii gahe #gooftanis itti mul'ate akka inni #muddee_22 kabajuuf ittii himee. #Giiftiin_Maariyaamiin itti mul’atee "Gochaa kana hundumaa waan na gooteef jettee, #si_malee_namni_biraan kan irraa #hin_teenye, #harki_namaas kan hin tolchinee " jettee #teessumma fi #uffaannaa_warqii_samiirra_laatteef. #Nama kanarra ta'uu immoo naan #adaba jetteen.

Ergaa abbaan kun boqotanii booda #daaqsiyoosiin biraa mudame. "#Naaf fidaa #uffatichaa fi #teessumicha irraan ta'aa" jedhee. Lakkii dhiisi isaan qabsuurafi tola hojjetanii #Durboo_Maariyaamirra #badhasaa kan argataniidha. Atis akkuma isaanii #tola hojjadhu argadhuu ittiin jedhan. Inni garuu ni diddee " anis phaaphasii, innis phaaphasii, ani daaqsiyoos innis daaqsiyoosiin jedhama. Inni maaliin na caalaa jedhee dirqaman fichisiise. Yeroo kana mana kuusaa qulqulloota keessaa fudhanii kennaniifi. innis irraa gaafa ta'uu #ergaman_waaqayyoo_samiirra dhufe #teessumichaa galgalchee #ajjeessee. Namootni aja'ibichaa arganii dinqifaman.

❗️❗️❗️#Yaa_waaqayyoo #tessumaa Haati Kee #Daaqsiyoosif kennite irraa kana ta'e #erga_du'ee
#Bultoo_Kee_bara_bara(Dubroo Maariyaam) irrati #sobaan kan dubbaatan maal ta'uu.❓❓❓

#Raajonnii isheen #bultoo bara barati Akkasumas #durbaman Ishee kan bara bara erga jedhanii barsiisanii
#Ergamoonii_samii nagaan siif haa ta'uu jechaa
Ishee erga galaatteefatanii
#Dhalii_namaas #Yaa_Haadha_ Gooftaa ati Kan kabajamtedha.
Erga jedhanii Ishee galaatteefatanii

Har'a waa'ee Ishee #sobaan ni beekna kan jedhanii arraaba isaanii dheeresan maal jennee waaman❓❓❓

πŸ”œ #Ijoollee_Daabiloos

Kana nama ajaa'ibu #raajii (dinqii) isheen hojatu mormuu isaaniiti...

#Dhala_Nama Ta'e #dinqiin durbuman ulfaanii durbumaan da'uun durbumaan jiraachuu caalu jiraa ❓❓❓

πŸ”œ #Gonkummaa_hin_jiruu

Kanaf #dessuu_waaqayyoo #Durboo_Maariyaamiif raajii raawachunii fi nuf kadhachuu isheef #salphaadha(wanta xiqqaa dha).

#Naaf_haa ta'uu jettees kinoo nu gammaachiste....
#Gammadii yaa giftii #gammaaduu

Yaa #Deessuu_Waaqayyoo #Dubroo_maariyaam kabajnii kee #Uumamtotaa_keessaa addaadha.
"α‹ˆαˆ‹α‹²α‰° αŠ αˆαˆ‹αŠ­ αˆ›αˆ­α‹«αˆ α‹΅αŠ•αŒαˆ αˆ†α‹­ ልα‹ͺ αŠα‹ ክα‰₯ርሽ ከፍαŒ₯αˆ¨α‰΅ αˆ˜αˆƒαˆ"

Yaa #Durboo_Maariyaam si jaalana #nyaata fi #dhugaati jireenya #Kiristoos waan nuf deessef

πŸ›…Kanaafuu #diini yoo gumgumeesi Yaa #Durboo_maariyaam_nuti si #jaallana.

"#Wantumaa_hundaaf waaqayyoof galanii haa ta'uu."

https://t.me/firiqulqulloota
"#Garbicha_kee bira hin #darbin"(#ባαˆͺα‹«αˆ…αŠ•_αŠ α‰΅αˆˆαˆαŠ)
Seera Uma 18:3

#Ayyaanni_Adoollessa_7 yaadannoo Guyyaa qulqulleettii #Sillaaseen #Mana_Abrihaamitti argamanidha.
#Abrihaam abbaan isaa biyya #karaan keessatti #waaqa_tolfamaa kan waaqessuufii kan hojjettee gurgurus ture.

#Maqaan_abbaa isaas #Taaraa jeehama ture. #Abrihaam garuu waaqa tolfamaa kana irratti #qorannoo guddaa geggeessee waaqa dhugaa akka hin taane erga amanee booda waaqa #dhugaa isa ta'e uumama irraa barachuudhaan nama amaneedha. Akkuma #kitaabani qulqulluu jedhutti #Waaqayyo karaa #tokkos karaa #biraas ni barsiisa jedhu. Iyob 33:14

#Waaqayyos_amantii isaa ilaalee #biyya#karaan keessaa #kanaa'anitti ol bu'i sin #Eebbisaa yeroo ittiin jedhu waamicha Waaqayyoo kana dhaga'ee #haadha warraa isaa #Saaraa wajjiin achitti ol ba'ee kan eebba Waaqayyoo argatteedha. Seer.uum 12:1
#Abrihaam umrii mucaa namaa yoo baay'atee #wagga_300 waan ittiin jedhameef kanaaf jedhee mana hin ijaarradhu jechuudhaan #dunkaana hodhatee keessa jiraachaa nama tureedha. Bakka #dunkaana isaa itti dhaabbates #karaa wal qaxxaamuraa ta'e irratti ture. #Sababnii isaas #namoota karaa adeemanii fi keessummoota haala gaariin nama #simachaa tureedha. #Fuula_Waaqayyo fi #namaa durattis nama #yaada_qajeelaa qabu ture. Kanarraan kan ka'e #seexanni itti inaafee sababa garaa garaa #uumuudhaan akka #namoonni mana Abrihaam hin seenne taasisuudhaan

#Abrihaamii fi #nama addaa
baasa turee. Yeroo kana #Sillaaseen gaarummaa #Abrihaamiin arge isa eebbiisuuf,#hojii_seexana barbaddeessuuf ykn ifachuuf akkasumas hir'uu mana isaatti immoo guutuudhaaf #Adoolessa_7_Sillaaseen ykn Waaqa #Abbaa, Waaqaa #Ilma,Waaqaa #Afuura_qulqulluun maanguddoo fakkaatanii gara #mana isaa dhufan.
#Abrihaamis_faara tolaan #simatee isaan #keessumeesse. #Sillaaseen #haadha manaa isaaf ykn #Saaraaf mucaa #Ilmaa akka argatu waan barbaadeef #misiraachoo itti hime. Seer.uum 18:1

#Raajaan_Waaqayyoo #Isaayiyaas immoo gara #abbaa keessaanii #gara #Abrihaam, gara #Haadha keessanii #gara_Saaraa ilaalaa jedheera. Isaay 51:1-2.
Akkas jechuunis #hojii_gaarii #Abrihaam hojjete #hojjedhaa jechuudha.

#Yaa"waaqayyoo Akkaa #Arjummaa Fi #dhifaama keeti Har'as nu #ijoollee Kee biraa hin darbiin #nuu eebbisii.

#Hojii_Abrihaam hojjenne eebba #sillaasee_uumaa keenyaa akka argannuuf #waadaan abbaa keenya #Abrihaam sugni isa nu waliin haa ta'uu."

https://t.me/firiqulqulloota

#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof"galanii haa ta'uu"