πΉπΉπΉ "#Akka jecha_Kee
#Anaaf_Haa_Ta'uu." ( α₯αα° #ααα ααααα .") Luqaas 1:38
#Ergamaan Gabri'eel erga #Misiraachoo #Muddee_22 haadha keenyaa #Dubroo_Maariyaamiiti himee isheenis #Naaf_haa_ta'uu jettee fayyina keenyaaf balbala bante.
Guyyaa qulqulluu gabri'eel #misiraachoo haadha keenyatti himee #bitooteessaa_29 dha. Guyyaa kana akka yaadatamuu kan taasisee garuu phaaphasii qulqulluu #Daaqsiyoosii dha.
πππIsaanis Qulqulleetti durboo maariyaamiin waan baay'ee jaallatuuf ababboo bulbulee, gogaa duugee ajaa'ibaa ishee irratti ni barreessa ture.
πΉπΉπΉYeroo kana giiftiin keenyaa maariyaamiin akkas jetteen #akka_ati_na_jaallatee, #anis_si #jaalladheera, akka ati na kabajee #anis_siin_kabajaa ajaa'ibaa koo waan barreessiteef #gatiin_ati_na biraa qabdu #guddaadha" ittiin jettee.
πππInnis baay'ee #gammadee #kana_caalaa_maal godhu" jedhee utuu itti yaaduu ayyaanni #misiraachoo gabri'eel itti himamu giftii keenya Durboo maariyaamii gahe #gooftanis itti mul'ate akka inni #muddee_22 kabajuuf ittii himee. #Giiftiin_Maariyaamiin itti mulβatee "Gochaa kana hundumaa waan na gooteef jettee, #si_malee_namni_biraan kan irraa #hin_teenye, #harki_namaas kan hin tolchinee " jettee #teessumma fi #uffaannaa_warqii_samiirra_laatteef. #Nama kanarra ta'uu immoo naan #adaba jetteen.
Ergaa abbaan kun boqotanii booda #daaqsiyoosiin biraa mudame. "#Naaf fidaa #uffatichaa fi #teessumicha irraan ta'aa" jedhee. Lakkii dhiisi isaan qabsuurafi tola hojjetanii #Durboo_Maariyaamirra #badhasaa kan argataniidha. Atis akkuma isaanii #tola hojjadhu argadhuu ittiin jedhan. Inni garuu ni diddee " anis phaaphasii, innis phaaphasii, ani daaqsiyoos innis daaqsiyoosiin jedhama. Inni maaliin na caalaa jedhee dirqaman fichisiise. Yeroo kana mana kuusaa qulqulloota keessaa fudhanii kennaniifi. innis irraa gaafa ta'uu #ergaman_waaqayyoo_samiirra dhufe #teessumichaa galgalchee #ajjeessee. Namootni aja'ibichaa arganii dinqifaman.
βοΈβοΈβοΈ#Yaa_waaqayyoo #tessumaa Haati Kee #Daaqsiyoosif kennite irraa kana ta'e #erga_du'ee
#Bultoo_Kee_bara_bara(Dubroo Maariyaam) irrati #sobaan kan dubbaatan maal ta'uu.βββ
#Raajonnii isheen #bultoo bara barati Akkasumas #durbaman Ishee kan bara bara erga jedhanii barsiisanii
#Ergamoonii_samii nagaan siif haa ta'uu jechaa
Ishee erga galaatteefatanii
#Dhalii_namaas #Yaa_Haadha_ Gooftaa ati Kan kabajamtedha.
Erga jedhanii Ishee galaatteefatanii
Har'a waa'ee Ishee #sobaan ni beekna kan jedhanii arraaba isaanii dheeresan maal jennee waamanβββ
π #Ijoollee_Daabiloos
Kana nama ajaa'ibu #raajii (dinqii) isheen hojatu mormuu isaaniiti...
#Dhala_Nama Ta'e #dinqiin durbuman ulfaanii durbumaan da'uun durbumaan jiraachuu caalu jiraa βββ
π #Gonkummaa_hin_jiruu
Kanaf #dessuu_waaqayyoo #Durboo_Maariyaamiif raajii raawachunii fi nuf kadhachuu isheef #salphaadha(wanta xiqqaa dha).
#Naaf_haa ta'uu jettees kinoo nu gammaachiste....
#Gammadii yaa giftii #gammaaduu
Yaa #Deessuu_Waaqayyoo #Dubroo_maariyaam kabajnii kee #Uumamtotaa_keessaa addaadha.
"ααα²α° α ααα ααα«α α΅ααα αα ααͺ αα αα₯αα½ α¨αα₯α¨α΅ ααα"
Yaa #Durboo_Maariyaam si jaalana #nyaata fi #dhugaati jireenya #Kiristoos waan nuf deessef
π Kanaafuu #diini yoo gumgumeesi Yaa #Durboo_maariyaam_nuti si #jaallana.
"#Wantumaa_hundaaf waaqayyoof galanii haa ta'uu."
https://t.me/firiqulqulloota

Telegram
Firii Qulqulloota
π"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31