Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
1Qor 12:31 "#Kennaa_isaa_caalu_argachuf_dhama'aa"

#Kennaa caalu akka #hin argannee kan nu taasisan

#Wanta_lammaadha. Isaanis:
1. Barumsaa keessummaa ta'en fudhatamuun.....

Ibroo 13:9"#Barsiisa garaa garaatiin, #barsiisa_keessummaa ta'e hundumaanis #karaa irraa hin kaachifaminaa."

Kunis #Karaa_lammaan nu mudaata

#1ffaa #Ergamoota irraa

Gal 1:8 "#Ergamaan waaqa irraa tokko, #wangeela isa nuyi kanaan dura isinitti himnettii kan #gargar ba'e yoo #isinitti_hime, #abaaramaa haa 'ta'u."

(Fkn ....#Yoonas.... #Afoomiyaa.... Haa yaadanu)

#2ffaa #Namoota irraa

Maat 7:15 "#Raajota_sobduu irraa of #eeggadhaa, isaan hoolaa #fakkaachuudhaaf #gogaa_hoolaa uffatanii gara keessan ni dhufu; #keessa isaaniitiin garuu isaan#yeeyyiidha."

2ffaa #Fedhii_Foon_keenyaa

Maat19:_21_22 "#Raawwattee guutuu ta'uu yoo #feete, #dhaqi #qabeenya kee #gurguri, warra #deegaadhaaf kenni, #Samii irratti badhaadhummaa ni qabaatta! #Kottuutii_ana duukaa bu'ii" jedheen Gooftaan keenyaa Iyyasuus kiristoos

#Dargaggeessichi_qabeenya guddaa qaba waan tureef, #dubbii kana yommuu dhaga'e, #gaddee achii ni #adeeme.

Room 8:7 "Akka fedha #fooniitti yoo jiraattan du'uun keessan #beekamaa dha, #hafuuraan hojii #namummaa keessan isa #foonii yoo ajjeeftan garuu ni #jiraattu."

Maat 10:28 "#Warra_foon&namaa_ajjeesanii lubbuu garuu #ajjeesuu hin dandeenye hin #sodaatinaa. #Kanaa_mannaa isa #lubbuu fi #foon qilillee keessatti #balleessuu danda'u #sodaadhaa."

🌹🌹🌹#Kennaa_caalu_argachuuf🌹🌹🌹

#Wanta gurguddoo #afur(4) raaawwachuu qaban.

#1ffaa Kanneen #Fiigichaa isaanii #xumuraan_hordofuun.

#2ffaa xim 4:7 "Wal'aansoo isa #gaarii sanas #dhaabadhee #qabeera; #Fiigichaa_koos raawwadheera, #amantiis eegeera."

#2ffaa Wanta #baranee Fi #hubaane jiraachuun......

2ffaa xim 3:14"#Ati garuu isa #barate, cimsitees itti #amante sana #eenyu fa'i irraa akka #barate waan #beektuuf, isatti #qabamii_jiraadhu."

Maat 10:29 " #Anaraa_baradhaa"
Kanaaf Gooftaa keenyaa #Iyyasuus_kiristoos irraa baranee jechuudha.

#3ffaan #Kitaabillee_Afuurawwaa #dubbisun

#1ffaa 4:13 "#Kitaabillee_qulqulaa'aa #namootaaf dubbisuutti, gorsuutti, #barsiisuuttis of kenni."

#4ffaan #Wanta_hundaa #waaqayyoo dursiisun.....

Yoh 15:5 "#Anattii gargar baatanii #waan_tokko_illee #gochuu hin dandessan."

Kanaf wanta raawwanu kamiiyyu #waaqayyoon haa dursifnu.......

#Kennaa_caalu_kan_jedhame

1.Sagalee isaa barachuu
Luqaas 10:42 "Maariyaam caaraa gaarii filate"
2.Qaama ofii Arsaaa taasisan of dhiyyeesu
Room 12:1_2" #Qulqullummaadhan_qaama keessan #Waaqayyoof arsaa taasisan dhiyyeesa

3. #Mana_waaqayyoo keessa jiraachuudha.

#Faarfannaa 26:4 "#Ani Waaqayyoon waan tokkicha nan #kadhadha, isas #argachuu nan barbaada; innis, #bara_jireenya koo hundumaa #mana_Waaqayyoo keessa jiraachuu, gaarummaa Waaqayyo hojjetu ilaaluu, #mana_qulqullummaa isaa keessattis isa #yaadachuu dha.."

Kanaf har'a Kan faarfannaa baaftanis tahe kan barsiiftan.....

#Amala_keessaa isaa #durati hin deebi'ina...

Akkaa #Adurreen_Molokoste #Amala ishee hin daagatu jedhuu akkaa hin taane of #eegannoo_tajaajila."


#Wantumaa_hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu 🙏🙏🙏

https://t.me/firiqulqulloota
"#የእግዚአብሔርን_ዕቃ_ጦር_ሁሉ ልበሱ።"("#Meshaa_lolaa kan_waaqayyoo_hundaa hidhadha") Gal 6:11

Gal 6:11_18
#Haxxummaa_Seexanaatiin mormuu akka dandeessanitti, mi'a #lolaa isa kan Waaqayyoo guutummaatti hidhadhaa.

🙏Nuyi #namoota foon uffatanii wajjin wal'aansoo wal qabna miti; garuu #humnoota angoo qabanii fi gooftummaa qaban, warra bantii waaqa keessaa biyya lafaa isa #dukkana keessa jiru kana bulchan, hafuurota #hamminaa warra bantii waaqa keessa jiraatanii wajjin wal'aasoo wal qabna.

🙏Kanaaf guyyaa hamaa sanatti #mormitanii ittiin qabuu, mi'a guutummaatti hidhattan sanaanis lolatti dhaabachuu akka dandeessanitti, mi'a lolaa isa kan #Waaqayyoo fudhadhaa.

🙏Egaa akka #nama_sabbataan hidhatuutti dhugaadhaan #mudhii keessan jabeeffadhaa, #qajeelummaas akka maddaa #sibiilaatti uffadhaatii dhaabadhaa.

Akka nama #kophee kaa'ateettis #wangeela nagaa fudhattanii, isa #lallabuudhaaf qophaa'aa.

🙏Kana hundumaa irrattis amantii akka #gaachanaatti fudhadhaa. Isaan xiyya isa hamaa sanaa warra boba'aa adeeman dhaamsuu ni dandeessu.

🙏#Fayyina akka gonfoo sibiilaatti, #sagalee_Waaqayyoos akka #billaatti, hafuura qulqulluu biraa fudhadhaa.

🌹#Kadhataa fi himata keessan hundumaa keessatti yeroo hundumaa #afuuraan geggeeffamaatii #kadhadhaa. Egaa kadhachuutti dammaqaa, #obsaanis itti jabaadhaa, warra #Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis kadhadhaa."

#Meshaalee_lolaa kanas kan hidhaanu

🌹🌹🌹Dhiifam_walif gochun
🌹🌹🌹 Gaabbii galuun ,tsoman Fi sagadanii
🌹🌹🌹 Sagalee waaqayyoo dubbisuf , barachuuf , barsiisuu Fi barreesuun
🌹🌹🌹 Namoota gargaruun
🌹🌹🌹Foonii Fi dhiiga Gooftaa keenyaa #Iyyasuus_kiristoos fudhachuf Kan qophofnu ta'uu qaba

🌹Rom 8:6"#Yaada ofii fedha #fooniitti hidhuun (jiraachuun) du'a ni fida; #yaada ofii fedha #afuuraatti hidhuun(#jiraachuun) garuu, jireenya, #nagaas ni fida."

#Tsomni_Naanawee( guyyaa sadiif)bara kana
(2016)

#Guraandhala 18-20 tsomama

Yeroo #Tsomaa gaarii nuf haa ta'uu...

#Waaqayyoo_Ummaata #naanaweef dhifaama cubbuu isaaniif taasisee #biyyaa keenyaaf #dhifaama isaa nu haa yaadatu...

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa_hundaaf
#Waaqayyoof galanii haa ta'u."