Firii Qulqulloota
1.63K subscribers
30 photos
1 video
95 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
"#የእግዚአብሔርን_ዕቃ_ጦር_ሁሉ ልበሱ።"("#Meshaa_lolaa kan_waaqayyoo_hundaa hidhadha") Gal 6:11

Gal 6:11_18
#Haxxummaa_Seexanaatiin mormuu akka dandeessanitti, mi'a #lolaa isa kan Waaqayyoo guutummaatti hidhadhaa.

🙏Nuyi #namoota foon uffatanii wajjin wal'aansoo wal qabna miti; garuu #humnoota angoo qabanii fi gooftummaa qaban, warra bantii waaqa keessaa biyya lafaa isa #dukkana keessa jiru kana bulchan, hafuurota #hamminaa warra bantii waaqa keessa jiraatanii wajjin wal'aasoo wal qabna.

🙏Kanaaf guyyaa hamaa sanatti #mormitanii ittiin qabuu, mi'a guutummaatti hidhattan sanaanis lolatti dhaabachuu akka dandeessanitti, mi'a lolaa isa kan #Waaqayyoo fudhadhaa.

🙏Egaa akka #nama_sabbataan hidhatuutti dhugaadhaan #mudhii keessan jabeeffadhaa, #qajeelummaas akka maddaa #sibiilaatti uffadhaatii dhaabadhaa.

Akka nama #kophee kaa'ateettis #wangeela nagaa fudhattanii, isa #lallabuudhaaf qophaa'aa.

🙏Kana hundumaa irrattis amantii akka #gaachanaatti fudhadhaa. Isaan xiyya isa hamaa sanaa warra boba'aa adeeman dhaamsuu ni dandeessu.

🙏#Fayyina akka gonfoo sibiilaatti, #sagalee_Waaqayyoos akka #billaatti, hafuura qulqulluu biraa fudhadhaa.

🌹#Kadhataa fi himata keessan hundumaa keessatti yeroo hundumaa #afuuraan geggeeffamaatii #kadhadhaa. Egaa kadhachuutti dammaqaa, #obsaanis itti jabaadhaa, warra #Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis kadhadhaa."

#Meshaalee_lolaa kanas kan hidhaanu

🌹🌹🌹Dhiifam_walif gochun
🌹🌹🌹 Gaabbii galuun ,tsoman Fi sagadanii
🌹🌹🌹 Sagalee waaqayyoo dubbisuf , barachuuf , barsiisuu Fi barreesuun
🌹🌹🌹 Namoota gargaruun
🌹🌹🌹Foonii Fi dhiiga Gooftaa keenyaa #Iyyasuus_kiristoos fudhachuf Kan qophofnu ta'uu qaba

🌹Rom 8:6"#Yaada ofii fedha #fooniitti hidhuun (jiraachuun) du'a ni fida; #yaada ofii fedha #afuuraatti hidhuun(#jiraachuun) garuu, jireenya, #nagaas ni fida."

#Tsomni_Naanawee( guyyaa sadiif)bara kana
(2016)

#Guraandhala 18-20 tsomama

Yeroo #Tsomaa gaarii nuf haa ta'uu...

#Waaqayyoo_Ummaata #naanaweef dhifaama cubbuu isaaniif taasisee #biyyaa keenyaaf #dhifaama isaa nu haa yaadatu...

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa_hundaaf
#Waaqayyoof galanii haa ta'u."