Firii Qulqulloota
1.63K subscribers
30 photos
1 video
95 links
🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹🌹🌹#Maat 17:20 "#Wanti_isiniif hin danda'amnes #hin_jiru."(የሚሳናችሁም ነገር #የለም።)🙏🙏🙏

"#Anoo_dhuguman isiniin jedha, #amantii hamma #ija_sanaaficaa geessu utuu qabaattanii, #gaara_kanaan, '#Asii ka'ii #achi butadhu ni jettu, #gaarichis asii ka'ee #achi ni #butata; #wanti_isiniif hin danda'amnes #hin_jiru." Maat 17:20
(#እውነት እላችኋለሁ፥#የሰናፍጭ ቅንጣት የሚያህል #እምነት ቢኖራችሁ፥ ይህን #ተራራ። ከዚህ ወደዚያ እለፍ ብትሉት #ያልፋል#የሚሳናችሁም ነገር #የለም።)

Mootiiti #illeeniinis kinoo amantaa isheen Milkoofte.......
Fannoo Gooftaa keenyaa argate.

#Waaqayyoo amantaa akkaa Ishee nuf haa kennuu

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."

https://t.me/firiqulqulloota