🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🌹kutaa_20ffªª🌹
=📍Gaafi fi Deebi📍=
🌹Musiliimoota👇
Yohaannis 7:40
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,“Dhuguma iyyuu
kun
#Raajicha dha”
jedhan.
▬▬▬▬▬▬▬
Gaaffii isaanii
Kiristoos Raajii dha
Jedhuu....
deebi keenya
Kiristoos Kiristoos foonii
Nama uffatee wanta dhufee,
1=Nama tokko
Tokkooti,raajii fakkata
2=Namoota tokko tokkoti
Immo samii irraa wani dhufee Kiristoos fakkata
================
Ragaa kitaaba

seera keesaa
Deebi 18:15
#Waaqayyo gooftaan keessan isin #gidduudhaa, #obboloota keessan keessaa, #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
ዘዳግም 18 :15
እግዚአብሔር ከአንተ መካከል ከወንድሞችህ እንደ እኔ ያለ
#ነቢይ ያስነሣልሃል፤ እርሱንም ታደምጣለህ
=kanafuu namoonni
Kuni sababa kanafis Raajii dha. Jedhuu
▬▬▬▬▬▬▬
namoonni tokko tokko
Immo sababa
#Kiristoos
Jedhani immoo

Raajii mikiyaas 5:2
Ati immoo yaa mandara
#Betlihem-Efraataa, mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha; #Israa'elin kan #mo'u(bulichu)_tokko si keessaa anaaf in ba'a; hundeen isa si keessaa ba'uuf jiruus kan #bara durii durii bara baraa ti

ሚክያስ 5 :2
አንቺም
#ቤተ ልሔም ኤፍራታ ሆይ፥ አንቺ በይሁዳ አእላፋት መካከል ትሆኚ ዘንድ ታናሽ ነሽ፤ ከአንቺ ግን አወጣጡ ከቀድሞ #ጀምሮ ከዘላለም የሆነ፥ በእስራኤልም ላይ #ገዥ የሚሆን ይወጣልኛል።
▬▬▬▬▬▬▬
kana booda yaadaa
Kitaaba keessa jiruu ilaala

Yohaannis 7:37_44
Guyyaa dhumaatti, jechuunis guyyaa
#ayyaanichaa isa guddaatti
#Iyyaasuus(kiristoos)
dhaabatee
#sagalee isaa oli fuudhee akkana jedhe: “ #Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee
haa dhugu.

Akkuma
#Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan
#amanu hundi: ‘ #Lagni bishaan jireenya kennuu isa keessaa
ni yaaa.’”

Haatau malee, inni kana kan dubbate waaee lubbuu(hafuura) isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture;

sababiin isaas amma iyyuu Affuurri gadi hin bunne turee

#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,“Dhuguma iyyuu kun
#Raajicha dha”
jedhan.

Kaan immoo, “Kun
#Kiristoosi” jedhu turan. Tokko tokko tokko garuu akkana jedhu turan: “Kiristoos Galiilaadhaa ni dhufaa?

Kitaabni Qulqulluun Kiristoos
#sanyii Daawit keessaa, akkasumas
#Beetaliheem ganda Daawitii akka
dhufu ni dubbata mitii?”

Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana
gidduutti
#waliqoqqooduun ni uumame.
Isaan keessaa tokko tokko
isa qabuu kan barbaadan taus, namni tokko illee isa hin qabne.
▬▬▬▬▬▬▬
kanafuu namoonni
Tokko Erga kiristoos
raajii dha jedhee
Yaada lamaffaa namoonni
Kiristoos jedhanii sana
Fudhachuu qaba

isaa booda raajii fi Kiristoos kan jedhuu
Garagarumma isa
Ibsuu qaba.akkasumas
Tokkummaa isa

=raajii jechuun akkuma
Kiristoos akkuma rajoota
Foonii uffachuu ibsuuf
Kiristoos yeroo jennuu
Samii irraa dhufuu ibsuu
Kunis samii irra dhufee
Sanyii Daawit irraa dhalachuu kan ibsuu
Ta'a.
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====
🌹 kutaa+35ffªª» 👇🌷

Gaafii fi Deebi
👉 🦆Musiliimota 🦆 👈

Yohaannis 10:27👇
#Hoolonni koo sagalee
koo ni dhagau,
#Ani isaan beeka, isaanis Ana duukaa ni bu'uu.
▬▬▬▬▬▬▬
📍Gaaffii isaanii.
1= kanafuu isin hoolota jedhamtu, " Arasa cubbuu tti isin,.....
➧Fakkeenyaaf Kiristoos hoolaa kani jedhamee sababa cubbuu nama haqee(balleessif).

kanafuu isin sababa. maalif hoolota jedhamatu cubbuu haquuf moo, Arasa ta'uf jedhu....
🌼🌼🌼🌼🌼🌼
➧Deebii keenya 👇
kutaa 34ffªª keessaatti
kana ilaale jira.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃
➧nuuti hoolota kani jedhamnee Fakkeenyaafi
💒 Haaluma kana Namni fakkeenya hedduu qaba

🌹kitaaba-Iyyobi 5:25
# sanyii kee,akkuma guddaa ta’e, akkuma kana ijoollee kee, akka
#Margaa lafa ni ta'u (ዘርህም ታላቅ እንዲሆን፥ ትውልድህም እንደ ምድር #ሣር እንዲሆን ታውቃለህ*ኢዮብ 5:25)

➧iddoo kana irratti fakkeenya nama kani ta’e Margaa jechudha. yeroo akkasii jennuu namni sababa baayacha deemuu Margaa fakkaata malee wanta biraaf mitii**sababa namni Margaa fakkatu hiika biraa dubbisa
👉 Far 37:2* Far 103:15* kitaaba_iyyobi 18:3

Haaluma kanaa nutti Fakkeenyaaf hoolota jedhamnee male
#cubbuu haquu fi #Arasaa ta'u hin dandeenyuu..
➧lakki isaan dirqama cubbuu haquu fi Arasaa ta'u qabduu yoo, jedhanii immoo =
#Ragaa kitaaba nuuf kennu qabu male yaada mataa ofii Odeessuun fayyida hin qabu.

💒 yaadaa lamaffaa bara
#durii osoo Amantaa #Musiliimaa hin dhufni dura Waaqayyo akkasi jedhee namoota wamee #hoolota_koo,jedhee jira. (isayaas 40:11, Hisqi'el 34:15=
👉kanafuu yeroo sana Muslimoota irree hoolota jedhee jira., lakki nuuni hin jennee yoo, jedhanii immoo eenyu irraa
#dhalatni guyyaa kana geessan jennee isaani gaafana...😜
▬▬▬▬▬▬▬▬

🌹➧mee,
#nuuti sababa hoolota jedhamnee yookiin Fakkeenyaaf hoolotatin kani wamamne qabxii muraasa ilaala.

1⃣=Wanta gaarii yoo, hojjane fi Amantaa dhugaa yoo, qabnee
#hoolota jedhamna =kanafi murtii dhugaaf dhiyanna.

📍➧ Maatewoos 25:32-33
Saboonni
#hundi isa
duratti walitti ni qabamu; innis akkuma
#tikseen tokko #hoolota fi #reoota irraa gargar foo'uu, namoota gargar foa. #Hoolotae karaa #mirga isaa, reoota garuu karaa bitaa isaa dhaaba.

2⃣=
sagalee Waaqayyo yoo, #dhageenye hoolota jedhamana.

📍➧ Yohaannis 10:26-27
#Isin garuu hoolota
koo waan hin
#taaneef hin amantan
#Hoolonni koo #sagalee
koo ni dhagau, ani isaan beeka, isaanis ana duukaa ni buu

3⃣=nuuti sababa yeroo baay'ee caalisne namoonni kuni
#midhaan nuura wani gahaniif hoolota jedhamne

📍➧ Far 44:22
Nuti sababii
#keetiin guyyaa hundumaa ni ajjeefamna; Akka hoolota qalamuuf jedhaniittis ilaalamneerra.

4⃣= Waaqayyo wani nuu,
#tiksuuf hoolotaa jedhamnee

📍➧ Far 95:7
Inni Waaqa keenya dha,
Nuti immoo saba kaloo isaa keessa,Hoolota
#kunuunsa// #tikaa ) isaa jala jirru dha. Hara sagalee isaa yoo dhageessan,gaariidha

5⃣=
#Tokkummaa tokko wani qabnuuf hoolota jedhamnee

📍➧ miikiyaas 2:12
Yaa Yaaqoobi, ani hunda
keessan dhugumaan
#walitti nan qaba;
Warra Israael keessaa hafan dhugumaan walitti nan qaba.
Akkuma hoolota goorannoo keessa jiraniitti,
Akkuma bushaayee kaloo
isaanii irra jiraniitti walitti
isaan qabee
#tokkummaa
akka qabaatan nan godha;e Bakki sun waca namootaatiin ni guutama.
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan xuqaa
hordofa👇👆👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//==🍃🍃🍃
🌹➡️ kutaa-47 ffªª🔺🔺👇
          🚯Gaaffii fi Deebi
🔳Muslimoota 🔳

Yohaannis 11:41-42
isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Iyyaasuus(kiristoos) gara
#samii_ilaalaa akkana jedhe Yaa #Abbaa waan na #dhageesseef sin galateeffadha.
Dhugaa dha, ati
#yeroo hunda akka na dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka #amananiifan kana dubbadhe.”
▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Gaaffii isaanii
1=Kiristoos Alaazaari du'a kani kaase ofii isaa miti Abbaa kadhate malee jedhu..
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔀 Deebi keenya
lakki akkasii miti kan jedhuu ta’u.
🔘 kanafuu Kiristoos sababa maalif Yaa, Abbaa akka ati na, dhageessu yeroo hunda beeka jedhe.

🌺🔻sababa
#Tokkoffaa
Abbaan ilmi ani jaladhu isaa dhaga'a jedhee namoota himme turee ,Haaluma wali fakkaata immoo Kiristoos Abbaan dhagau akka barbachisu ibseera.

⓵=Matewoos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas
#sagaleen
tokko, “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha
#isa #dhagaaa” jedhe

⓶=Yohaannis 11:42
Dhugaa dha, ati yeroo hunda akka na
#dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka amananiifan #kana dubbadhe.”

🌺🔘 sababa
#lammaffaa
Abbaa fi Kiristoos yeroo hundaa akka garagari hin baanee ibsuuf

1=Yohaannis 8:16_18
Abbaan inni na, erge anaa wajjin waan jiruu fi
#Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees
#Seeruma keessan keessatti illee, ‘Dhugaa baiinsi namoota #lamaa dhugaa dha’ kan jedhu
barreeffameera.
#Ani waaee ofii koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa.”
➞kanafuu Kiristoos kophaa isaa miti ,Kiristoos Akka Alaazaar du'a kaase Abbaan illee ragaa wani ta’ef, Kiristoos gara samii ilaalee dubbaate.

🌺🔘 sababa
#sadaffaa Kiristoos kan dura Ani nama du'a nan kasa #sagalee koo, qofan jedhe ture isaa dubbatee hojiin ibsuufi

⓵=Yohaannis 5:25
Dhuguma dhuguman isiniin
jedha,
#saaatiin warri duan #sagalee
Ilma Waaqayyoo itti dhagaan ni dhufa; saaatiin sunis amma dha; warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu

⓶=Yohaannis 11:43_44
Wantoota kana erga dubbatee booda
#sagalee guddaadhaan, “Alaazaar asi bai!” jedhee iyye. #Namni_due sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti #gadi_bae; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture.
Iyyaasuus(Kiristoos)
“Isa irraa hiikaa haa deemu” isaaniin jedhe

🌺🔺sababa
#afuraffaan
Dubbi raajoota raawachuuf
hojji gaarii nutti argisiisi jecha turan ,kuni immoo Kiristoos qofaa (lafaa kana irraa barsiisa Ana qofa jedhe *kanafuu barsiisa ergaa tokko ta’e kuni immoo Kiristoos

⓵=Far Daawit 4:6
#Namoonni baay'een, “Eenyutu waan gaarii nutti argisiisa?” in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nu irratti ol kaasi

⓶=Yohaannis 10:32
kiristoos deebisee, “Ani Abbaa biraa
#hojiiwwan_gaggaarii hedduu isinitti argisiiseera. Maarree hojiiwwan
kana keessaa isa kamiif dhagaadhaan ana rukuttu?” isaaniin jedhe

⓷=Matewoos 23:8-10
#Isin garuu Barsiisaan
keessan tokko qofa waan taeef,
#Rabbii’ jedhamtanii hin waamaminaa; isin hundi keessan obbolaa dha.
Kana malees Abbaan keessan tokkicha isa samii qofa waan taeef, lafa irratti eenyuun iyyuu ‘abbaa’ jettanii hin waaminaa.
#Geggeessaan keessanis #tokko, innis #Kiristoos qofa
waan taeef, ‘geggeessaa’ jedhamtanii hin waamaminaa.

🌺🔘 sababa
#shanaffaa nuuf #fakkeenya ta'uf gara saami ilaale ,Akkasi jedhee kanafuu.
Kiristoos barsiisa erga jedhamee
#seeraa hunda sii,barsisuu qaba.

⓵=Filiphisiiyus 2:5
Isinis
#ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa
⓶=1Phexros 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺kutaa_13 ffaa Dubbisa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224

--------------------------------------
🌺link kan xuqa hordofa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  =========//=========
🌹⬇️ kutaa_ 55 ffªª 🌺⬇️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺Gaaffii fi Deebi
👉Muslimoota
Yohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu,
#inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺 Gaaffii isaanii
⓵= Abbaan Kiristoos ni
#caalaa jedhuu.
=inni Erge
#Abbaadha
=inni Ergamee
#Kiristoos.
▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebii keenya
⓵=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...
➡️ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.

📍RAGAA KITAABA👇
📍A.))👉
#Abbaan Alfaa fi Omega dha
⓵=Mul’ata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dha” jedha
#Waaqayyon, “inni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.”.
📍B.))👉
#Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
⓶=Mul’ata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

🌹kanafuu erga
#lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳
📍Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
➡️ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..yeroo jennuu.
🌸 Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee
#milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo
#yoomi milaa nama dhiqee lakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
📕 Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedhee👇
⓷=Yohaannis 13:14_16
Ani
#Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu

🌸 yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin
#Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
⓸=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka
#isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.

👉 Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
📍C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
📍D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.kani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.

🌹Kiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa
#uffatee #hiyyeessaa ta’e ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
📍E.)) Abbaan hiyeessaa miti
📍F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
⓹=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa
#Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
⓺=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa
#duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
➡️ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama ta’e Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota
#sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessu👇

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌹Faarfannaa ni jalatu yoo, ta’e
Kuno gara gaditti isiniif erge.
Link xuqa gadi busa.
➩akkasumas share godha
https://youtu.be/UvG7fhwui1c
📍📍📍📍📍📍📍📍📍📍📍
Wa'ee Farfannaa kitaaba Yohaannis osoo ilaalee gaariidha Fakkeenyaaf.
🔳Mulataa Yohaannis 19:1
Kana booda
#samii keessaa #sagalee guddaa, kan tuuta namootaa guddaa fakkaatu tokko nan dhagae. Isaanis akkana jedhan:“ #Haleeluya jedhani Fayyinni, ulfinnii fi humni kan Waaqayyo keenyaati;

And after these things I heard a great voice of much people in heaven, saying,
#Alleluia; Salvation, and glory, and honour, and power, unto the Lord our God:(Revelation 19:1).
Ύστερα απ’ αυτά άκουσα στον ουρανό κάτι σαν δυνατή φωνή, που έβγαινε από το μεγάλο πλήθος κι έλεγε: «
#Αλληλούια! Η σωτηρία και η δόξα και η δύναμη ανήκουν στο Θεό μας.
▬▬▬▬▬▬▬▬
jecha Haleeluya//Alleluia//Αλληλούια//
Giriikii dhan
: Ἁλληλούϊα yero afaanii oromo dubbisinu➩: hallélouia


Jalqaba afaanii Ibraayisxiitti irraa dhufe. הלל'
היה

#halal(הלל') and #Yah(היה)
➩halal➩jechuu illili jedhi galateefadhu jedhuu dha.
➩yahh➩jechuun yahawe. Jechuu ta'a hiika isaa Waaqayyo jirta jechudha
🌺 haleeluya jechuun hiika wali gala iillidhan Waaqayyo jirata galateeffadhu.

❤️kani dubartoonni orthodoksi illilli jedhuu. ,Tajaajila mana Kiristiyaanaa keessatii lubbonni halkan Haleeluya jedhani ni galateffatu.➩
Pheenxee guyyaa kalleessa dhufte haleeluya jetti orthodoksin garuu bara durii eeggalani illlilli jedhuu hiikni isaa haleeluya jechudha. Wani ta’ef.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 kutaa-93-ffaa👇
      ➻gaaffii fi deebi
      ➻Musiliimota
Yohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture

👇Gaaffii Muslimoota akkanaa ture
1=
#sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu
▬▬▬▬▬
🍳 Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani
#Abbaatti.
👉
sagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin #λόγους(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo
#Λόγος(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu Λόγος(logos)

🥥Hubabachiisa🥥
Jechii
sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama « Haata’u malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara »
▬▬▬▬▬▬
🍀amma gara mataa duree keenyaatti
➻dubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
Ragaa keenya👇
❶➻Mul’ata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
➻iddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
➻kani uffata uffatee suni
sagalee dha
➻ sagaleen immoo kani Abbaatti

❷➻Yohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baʼee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
➻Ani Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
➻Abbaa bira kani bae immoo
sagalee yookaan dubbii Abbati.

sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani ta’e Kiristoos akkasii jedhe «Ani kophaa kiyya miti jedhee »
❸➻Yohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
▬▬▬▬
ɢᴀʀᴀ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍᴀ ᴋᴏᴏᴛᴀ👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙞 𝙖𝙙𝙙𝙖𝙣 𝙘𝙞𝙩𝙚𝙚👇
👉𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑒 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑢𝑢𝑚𝑎𝑚𝑎𝑑ℎ𝑎 .
👉𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑖𝑛 𝑎𝑏𝑏𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑐ℎ𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎.
👉𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑎 𝑖𝑛𝑛𝑖 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑢𝑓𝑓𝑎𝑡𝑒 𝑖𝑚𝑚𝑜 (𝑖𝑏𝑟 2:14-15 𝑓𝑖 1𝑦𝑜ℎ 3:8)👈𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑠𝑎.
👉 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑙𝑒𝑒𝑛 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑡𝑎𝑒 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑛 ,𝑠𝑎𝑔𝑎𝑙𝑒𝑒𝑛 𝑏𝑖𝑓𝑎 𝑔𝑎𝑟𝑏𝑢𝑚𝑎 𝑦𝑜𝑜𝑘𝑖𝑛 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑢𝑓𝑓𝑎𝑐ℎ𝑢 𝑖𝑠𝑎👇
➎➻Mulata Yohanis 19:13
#Innis_uffata dhiiga keessa cuuphame tokko uffata; maqaan isaas #sagalee Waaqayyo jedhama
🌹Kiristoos osoo foonii nama hin uffatanii duraa yookaan addunyaa dura jirachuu isaa.
➏➻Ibroota 13:8
Iyyaasus Kiristoos kaleessa, harʼa, bara baraanis sanuma.
➐➻Yohaannis 6:62
utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur turetti oli baʼuu argitan akkam taʼinna ree?
➑➻Yohaannis 3:31
#Inni_gubbaadhaa dhufe warra kaan hundumaatii oli dha. Inni lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata. Inni #samii irraa dhufe warra kaan hundumaatii oli dha.
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹𝙖𝙠𝙠𝙪𝙢𝙖 𝙬𝙖𝙣𝙜𝙚𝙚𝙡𝙖 𝙮𝙤𝙝𝙖𝙣𝙣𝙞𝙨 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖 𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙤𝙩𝙖𝙛 =𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙣𝙣𝙖𝙢𝙚 𝙟𝙞𝙧𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪 𝙡𝙞𝙣𝙠 𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙭𝙪𝙦𝙖👇
1.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:1(𝑎) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/804

2.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:1(𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/808

3.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:1(𝚌) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/817

4.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:1(𝚍 ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/821

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/822

5.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:13 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/825

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/826

6.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:14 (𝚊 ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/834

7.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:14 (𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/836

8.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:14(𝚌 ) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/838

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/839

9.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:18
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/843

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/844

10.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 1:25
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/848

11.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 3:13  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/874

12.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 4:6(𝚊)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/162

13.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 4:6( 𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/163

14.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 4:6(𝚌 )   
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/164

15.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 4:19(𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/156

16.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 4:19(𝚋)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/158

17.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 4:20 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/183

    18.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜  4:22(𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/167

19.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 4:22(𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/168

20.yohannis 4:22(𝚌) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/193

21.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 5:30(a) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/197

22.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 5:30(𝚋)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/198

23.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 6:11(𝚊)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224

24.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 6:11(𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/225

25.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 6:11(𝚌)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/225

26.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 6:14 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/228

27.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 6:38     https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/261

28.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 6:57(𝚊)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/284

29.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 6:57(𝚋)   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/285

30.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 7:16 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/293

31.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 7:33 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/298

32.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 7:34(𝚊)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300

33.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 7:34(𝚋)  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301

34.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 7:40 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/317
.
35.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:1-11
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/320

36.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:14 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/327
.
37.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:20  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/329

39.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:21 (𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/332

40.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:21(𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/333

41.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:26 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/345

42.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:28    https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/358

43.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:40   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/363

44.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:42 (𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/380

45.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:42(𝚋) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/381

46.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:48   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/394

47.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 8:50  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/401

48.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 9:3  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/410

49.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 9:17  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/417 

50.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 9:41 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/421

51.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 10:14   https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/425

52.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 10:27  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/429

53.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 10:28 https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/436..

54.𝑦𝑜ℎ𝑎𝑛𝑛𝑖𝑠 10:29  https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/440

55.𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 10:30(𝚊) https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/445
🌷kuta-1-ffaa 👇
Gaafi fi deebi Musiliimota
➧ Wangeela Maarqoosi irraa
Maarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
➻gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.👆
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu
▬▬▬▬
➧ Deebii keenya👇
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #εὐαγγελίου ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.

amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.➧waa'ee Kiristoos
2.➧waee Namoota
3.➧waa'ee Ergamoota
4.➧waa'ee wanta samii fi  lafa irratti  ni dubbata.
erga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha reewangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi
🅰 deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taʼe; waan taʼe hunda keessaas wanni isa malee taʼe tokko iyyuu hin jiru.
➻ musiliimonni lakkii yoo jedhan Qur’aanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qur’aanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.😜

➧ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaa❗️ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaa❗️
🅱 Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo  " muhammad immoo Qur’aanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam du’e  eessa fidee dhiyeenya kana bareesee 😜


Muslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu

Muhammad Qur’aanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse ree😜

👉Walumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
▬▬▬▬▬▬▬
akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel  jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.

Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
➊.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii

❤️Maarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)

➋.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taʼuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna

➌.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
➻Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
▬▬▬▬▬
🌷soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qur’aanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laata

➊.Suura.2:127
بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ

وَاِذۡ يَرۡفَعُ اِبۡرٰهٖمُ الۡقَوَاعِدَ مِنَ الۡبَيۡتِ وَاِسۡمٰعِيۡلُؕ رَبَّنَا تَقَبَّلۡ مِنَّا ‌ؕ اِنَّكَ اَنۡتَ السَّمِيۡعُ الۡعَلِيۡمُ

#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.

➧Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee « gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka » jedhee
🐐akka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qur’aanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudha😜

Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha ta’e ree😜

Allaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira 😁 yaa Muslimaa amma maali siif waaya ree
▬▬▬▬▬▬▬
❤️ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎 👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇kutaa-3-ffaa👇
👉𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑓𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖 𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑜𝑜𝑡𝑎.
Maarqoos 1:2-3
Kitaaba #Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee #barreeffameera#Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan erga❞

#Sagalee nama #Gooftaaf #karaa qopheessaa daandii Qajeelaas isaaf hojjedhaa’ jedhee #gammoojjii keessaa iyyu tokkoo ❞
➊➻𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙞 𝙩𝙪𝙧𝙚👇
#jechi kunoo akkasii jedhuu sana ( ❝ #Kunoo, ani #ergamaa koo isa karaa kee qopheessu si dura nan erga❞ jedhuu sana Raajii isaayaas yoomi bareesse, kani bareesse Raajii Milkiyaas malee jedhu.
𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙨𝙤𝙗𝙚 𝙚𝙣𝙮𝙪𝙪
1=𝙢𝙖𝙖𝙧𝙦𝙤𝙤𝙨𝙞 𝙢𝙤𝙤
2=𝙖𝙛𝙪𝙪𝙧𝙖 𝙦𝙪𝙡𝙦𝙪𝙡𝙡𝙪𝙙𝙝𝙖 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪
▬▬▬▬▬▬▬
🕹Deebii keenya.
➻Maarqoos fi Afuurri Qulqulluun irree hin sobne kani jedhuu ta'a.📤

🪭 jalqabaa dura kani Raajii Milkiyaas ta’e ,Raajii isaayaas wajjiin kani turee Waaqayyo.
Haata’u malee jalqabaa duraa kani bareffame Raajii Isayaas ,isaa booda immoo raajii milkiyaas. 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪 𝙟𝙖𝙡𝙦𝙖𝙗𝙖 𝙚𝙧𝙜𝙖𝙢𝙖𝙣 𝙩𝙤𝙠𝙠𝙤 𝙜𝙤𝙤𝙛𝙩𝙖𝙖𝙛 𝙠𝙖𝙧𝙖𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙦𝙤𝙥𝙝𝙚𝙚𝙨𝙨𝙪 𝙙𝙪𝙧𝙨𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙖𝙩𝙚 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙮𝙖𝙨𝙞, yeroo kanatti sabnii suni Ergamaa kani ta’e Yohaannis Cuuphaa erga turan, yeroo kanatti Waaqayyo yeroo lamaffaa Raajii milkiyaas akka dubbatuu godhee .

Raajii isaayaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 688-740=52 kana jechuun waggaa 52 ture jedhudha.


Raajii milkiyaas dhaloota Kiristoos duraa raajii kani dubbate bara 440-470=kana,jechuun waggaa 30 ture jechudha.

🪭amma wali irraa fageenya Raajii isaayaas fi Raaji Milkiyaas ilaalaa.
740-440=300 kana jechuun wali irraa fageenyi isaani,waggaa 300 dha .
➻Kanaafuu sabni Israa'el bara Raajii isaayaas keessa Yohaannis Cuuphaan akka dhufuu raajii isaayaas irraa sirriitti hubbatani jiruu.

Garuu waggaa 300 irratti sabnii Israa'el gammachuun Yohaannis cuuphaa osoo erga jiran iyyuu Rajji kuni milkiyaas lamaaffaa dubbate 𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙪𝙪 𝙚𝙧𝙜𝙖,𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙞 𝙨𝙖𝙗𝙣𝙞 𝙞𝙨𝙧𝙖𝙖'𝙚𝙚𝙡 𝙖𝙠𝙠𝙖 #𝙜𝙤𝙤𝙛𝙩𝙖𝙖𝙣 𝙙𝙝𝙪𝙛𝙪 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙝𝙖𝙜𝙖'𝙖𝙣𝙞 𝙜𝙖𝙢𝙢𝙖𝙙𝙖𝙣𝙞 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙠𝙖𝙢𝙞 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖🙋‍♀yaa Muslimoota Raajii milkiyaas bari gammachuu saba Israa'el sana idduma sanatti bareesse jira👇

➊➻Raaji Milkiyaas 3:1
#Kunoo ani #ergamaa koo isa fuula koo duraan #karaa naaf qopheessu nan erga. Ergasii #Gooftaan isin eeggattan akkuma tasaa gara #mana qulqullummaa isaa ni dhufa; #ergamaan_kakuu kan isin #hawwitan sun ni dhufa” jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu ❞

➋➻Raajii Isaayaas 40:3-4
#Sagalee akkana jedhee #iyyu tokko:“Gammoojjii keessatti
#Waaqayyoof_karaa qopheessaa;gammoojjii keessatti Waaqa keenyaaf
#karaa guddicha qajeelchaa.
#Sululli hundi ni guutama;
tulluu fi gaarri hundinuus gad deebifama;lafti wal caalu, wal qixxeeffama;lafti buʼaa baʼiinis dirree taʼa.”

𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
➻raajii jalqabaa dubbatame raji isaayaas , raji isaayaas kana immoo rajjin milkiyaas irraa deebi'ee dubbate malee.
𝙠𝙖𝙣𝙖𝙛𝙪𝙪 𝙙𝙤𝙜𝙤𝙜𝙤𝙧𝙞 𝙢𝙖𝙖𝙧𝙦𝙤𝙤𝙨𝙞 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙟𝙞𝙧𝙪 kanaafi Maarqoos abba jalqabaa biraa madde Dubbiin kuni raajii isaayaas wani ta’ef « rajin isayaas akka barreessite jedhee »
𝙩𝙤𝙠𝙠𝙪𝙢𝙢𝙖 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙮𝙖𝙨 𝙛𝙞 𝙢𝙞𝙡𝙠𝙞𝙮𝙖𝙖𝙨𝙞
Raaji isaayaas
1-= #𝚜𝚊𝚐𝚊𝚕𝚎 𝚒𝚢𝚢𝚞 𝚐𝚊𝚖𝚖𝚘𝚓𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚒𝚗𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 #𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚌𝚞𝚞𝚙𝚑𝚊𝚍𝚑𝚊.
2-= #𝚠𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘𝚘𝚏 𝚔𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚚𝚘𝚙𝚑𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚒𝚗𝚗𝚒 𝚜𝚞𝚗𝚒 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜.𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎
Raaji Milkiyaas
1-=𝚔𝚞𝚗𝚘 #𝚎𝚛𝚐𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎 #𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚌𝚞𝚞𝚙𝚑𝚊𝚊𝚍𝚑𝚊.
2-= #𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚎𝚐𝚐𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚎1 #𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜. 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚐𝚘𝚘𝚏𝚝𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜💯
▬▬▬▬▬▬▬
Yohaannis 1:23
#Yohannisis dubbii Isaayyaas raajichi dubbate sanaan deebisee, “Ani sagalee gammoojjii keessaa #Gooftaaf karaa qajeelchaa’ jedhee iyyu sanaa dha” jedheen

𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha