🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.37K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌺 kutaa-93-ffaaπŸ‘‡
      ➻gaaffii fi deebi
      ➻Musiliimota
✍Yohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture

πŸ‘‡Gaaffii Muslimoota akkanaa ture
1=
#sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu ❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🍳 Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani
#Abbaatti.
πŸ‘‰sagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin
#Ξ»ΟŒΞ³ΞΏΟ…Ο‚(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo
#Ξ›ΟŒΞ³ΞΏΟ‚(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu Ξ›ΟŒΞ³ΞΏΟ‚(logos)

πŸ₯₯HubabachiisaπŸ₯₯
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama Β« Haata’u malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara Β»
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ€amma gara mataa duree keenyaatti
➻dubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
✍Ragaa keenyaπŸ‘‡
❢➻Mul’ata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
➻iddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
➻kani uffata uffatee suni sagalee dha
➻ sagaleen immoo kani Abbaatti

❷➻Yohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baΚΌee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
➻Ani Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
➻Abbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.

✍ sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani ta’e Kiristoos akkasii jedhe Β«Ani kophaa kiyya miti jedhee Β»
❸➻Yohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
β–¬β–¬β–¬β–¬
Ι’α΄€Κ€α΄€ α΄›α΄‡ΚŸα΄‡Ι’Κ€α΄€α΄α΄€ α΄‹α΄α΄α΄›α΄€πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha