๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โžก๏ธ๐Ÿ…ฐ kutaa_42 ffยชยชโฌ‡๏ธ
          
โ™จ๏ธGaaffii fi Deebiiโ™จ๏ธ
โคด๏ธMusiliimota ๐Ÿšผ

โœYohaannis 11:33๐Ÿ‘‡
Iyyaasuus(Kiristoos),ishiini fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan
#boouu isaanii yommuu argu, #keessa isaatti  affuurran gadde, ni #jeeqames.
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠฅแˆญแˆตแ‹‹ แˆตแ‰ณแˆˆแ‰…แˆต แŠจแŠฅแˆญแˆตแ‹‹แˆ แŒ‹แˆญ แ‹จแˆ˜แŒกแ‰ต แŠ แ‹ญแˆแ‹ต แˆฒแ‹ซแˆˆแ‰…แˆฑ แŠ แ‹ญแ‰ถ แ‰ แˆ˜แŠ•แˆแˆฑ แŠ แ‹˜แŠแก แ‰ แˆซแˆฑแˆ แ‰ณแ‹ˆแŠจ
((แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 11:33)).
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“ค Gaaffii isaanii
1= Kiristoos erga Waaqayyo taee akkamitti
Afuurraan,gaddaโ“โ“
2= Kiristoos Erga Waaqayyo taโ€™e akkamitti jeeqamaa jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya

๐Ÿ‘‰Kiristoos sababa inni Affurran gaddeef fi jeeqame
1=tokkoffa isaa
#dubbii kitaaba raawachuu fi
2=lammaffaan fakkeenya nufi ta'uf

Ragaa kitaaba

โ“ต=Roome 12:15-16
#Warra_gammadanii wajjin gammadaa; #warra_booanii wajjin booaa. ilaalcha ofiif qabdan warra kaaniifis qabaadhaa; ilaalcha #gadi of qabuu qabaadhaa malee, of
hin
#tuulinaa. #Ogeeyyii akka taatanitti of hin lakkaainaa

๐Ÿซฑkanafuu Kiristoos ,yihudoota fi Maariyaamin gaddina wajjin gadde akkuma Kitaabni jedhuu.

โ“ถ=1 Pheexiroos 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas,
#Kiristoos faana isaa dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan #isiniif jedhee dhiphateera

โ“ท=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa Gooftaa keenya
#Iyyaasus_Kiristoos isa guddaa beektu; inni #sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa_tae.
โœkanafuu nuuf jedhee akka namati gadde akkasumas afuurran gade malee wanta biraaf mitii.

+++++++++++++++
Kiristoos Fakkeenyaaf nuuf tauu fi dubbii kitaaba rawwachu qofa malee.
#Jalqabaa Kiristoos yeroo #Yordaanosi dhufuu du'a isaa kasuf dhufee male
Maalif afuuraan gaddu fi jeeqamuu isaa barbaachise ree..jennee yoo,ilaallee kana nuu,hubbachisa.

โ“ธ=Yohaannis 11:11
Iyyaasus(kiristoos))wantoota kana erga dubbatee booda itti dabalee, โ€œ
#Michuun keenya Alaazaar #rafeera, anis isa #dammaqsuuf achi nan dhaqaโ€ jedhe.
โžก๏ธ Kanafuu akka jecha
Musiliimota miti.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“โ†ช๏ธlink kan xuqa hordofaโคต๏ธ๐Ÿ“
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”โ‹•โ€”โ€”โ€”โ€”โ€”
๐ŸŒนโฌ‡๏ธ kutaa_ 55 ffยชยช ๐ŸŒบโฌ‡๏ธ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii fi Deebi
๐Ÿ‘‰Muslimoota
โœYohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu,
#inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บ Gaaffii isaanii
โ“ต= Abbaan Kiristoos ni
#caalaa jedhuu.โ“
=inni Erge
#Abbaadha
=inni Ergamee
#Kiristoos.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya
โ“ต=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...โ“
โžก๏ธ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.

๐Ÿ“RAGAA KITAABA๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“A.))๐Ÿ‘‰
#Abbaan Alfaa fi Omega dha
โ“ต=Mulโ€™ata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dhaโ€ jedha
#Waaqayyon, โ€œinni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.โ€.
๐Ÿ“B.))๐Ÿ‘‰
#Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
โ“ถ=Mulโ€™ata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

๐ŸŒนkanafuu erga
#lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
๐Ÿ“Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
โžก๏ธ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..โ“yeroo jennuu.
๐ŸŒธ Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee
#milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo
#yoomi milaa nama dhiqee โ“lakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
๐Ÿ“• Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedhee๐Ÿ‘‡
โ“ท=Yohaannis 13:14_16
Ani
#Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu

๐ŸŒธ yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin
#Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
โ“ธ=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka
#isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.

๐Ÿ‘‰ Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
๐Ÿ“C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
๐Ÿ“D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.โ“kani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.

๐ŸŒนKiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa
#uffatee #hiyyeessaa taโ€™e ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
๐Ÿ“E.)) Abbaan hiyeessaa miti
๐Ÿ“F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
โ“น=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa
#Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
โ“บ=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa
#duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
โžก๏ธ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama taโ€™e Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota
#sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessu๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
๐Ÿ…พ kutaa-71-ffยชยช .๐ŸŒบ
     ๐ŸŒปโž›Gaaffii fi Deebi
     ๐ŸŒปโž›Musiliimota
โœYohaannis 15:10
Akkuma
#Ani_ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉgaaffii isaanii.
1=Kiristoos Waaqayyo mitii inni ajajaa Waaqa eegga malee jedhuโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“deebii isaa :
Jalqabaa Kiristoos Waaqayyo dha, ajajaa kani basuu Abbaa qofaa mitii ,Kiristoos illee ajaja ni baasa. Sababiin isaa Kiristoos akkasi wani jedheefi
ยซ akkuma Abbaan hojjatu ilmi irree Haaluma walifakkaatan ni hojjata jedhee.
โœ…Fakkeenyaaf*
Ajajaa gosa tokko yoo,taโ€™e.
Kiristoos illee kani biraa hin fidu tokkummaa malee. Yoo,Lakki ajaja gargaara jedhete immoo dubbii Kiristoos faalleessaa deemta jechuudha, โ sababin isa Haaluma wali fakkataan hojjadha jedhee malee ,kani biratti(gosa birati) hin jennee  inniโžโŒ
โ“ต๐Ÿ‘‰Yohaannis 5:19
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise: โ€œDhuguma dhuguman isiniin jedha,
#Ilmi waanuma Abbaan isaa #yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaสผee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaสผu. Sababiin isaas waanuma #Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma
#wal_fakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
๐Ÿ“kanafuu Kiristoos jalqabumaa ajaja Abbaa wajjiin basa malee kophaa isaa mitii.
โ“ถ๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:16.
Abbaan inni na erge
#Anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
โžฉ erga Kiristoos ajaja basee immoo ajaja sana eeggu qaba.

โ™ˆ๏ธ Jechi Ani akkuma ajajaa Abbaa
#eeggu jedhuu"
immoo Kiristoos nuufi
#fakkeenya ta'uf gadi ofi qabe hiyyeessaa taโ€™e. Akkasii jedhe.malee Wanta birafi miti.

โ“ท๐Ÿ‘‰2.Qorontos 8:9
#Sababiin isaas, isin #gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taสผus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa taสผe.

๐Ÿ…ฑ inni bira immoo Ani jalala abbaa keessa, isin immoo jalala koo,keessa jiradha yero jedhuu immoo
*Fakkeenyaaf.
Yoo,Kiristoos jalate ,abbaa jalate jechudha Haaluma wali fakkaata yoo Kiristoos jibbitee Abbaa jibbitee jechudha.
โžฉqabxiiwwan nuuti hubbaannu jalali abbaa kana biraa taโ€™e ,jalali Kiristoos nuu,jalate  gosa kani biratti jechuu miti โŒ.
โ“ธ๐Ÿ‘‰Yohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba.

๐Ÿ…ฐ Kiristoos Abboommii yookiin ajjaja koo, eegga jedhe jira.
โ“น๐Ÿ‘‰Yohaannis 14:15.
 โ€œIsin yoo na
#jaallattan #ajajawwan_koo(Abboommii koo) ni eegdu.
โš› ergaa akkasii taโ€™e immoo Kiristoos Waaqayyo jechudha. Yohaannis akkasi jedhee.jira Waaqayyo jalachu jechuun ajaja isaa yookiin abboomi isaa eeggudha jedhee.
โ“บ๐Ÿ‘‰1 Yohaannis 5:3.
#Waaqayyoon jaallachuu jechuun #ajajawwan isaa #eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baสผaa ulfaatoo miti;
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
waldaa keenyaa hordofuu
Yoo,barbada kan xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha