๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.54K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒนโฌ‡๏ธ kutaa_ 55 ffยชยช ๐ŸŒบโฌ‡๏ธ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บGaaffii fi Deebi
๐Ÿ‘‰Muslimoota
โœYohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu,
#inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”บ Gaaffii isaanii
โ“ต= Abbaan Kiristoos ni
#caalaa jedhuu.โ“
=inni Erge
#Abbaadha
=inni Ergamee
#Kiristoos.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebii keenya
โ“ต=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...โ“
โžก๏ธ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.

๐Ÿ“RAGAA KITAABA๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“A.))๐Ÿ‘‰
#Abbaan Alfaa fi Omega dha
โ“ต=Mulโ€™ata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dhaโ€ jedha
#Waaqayyon, โ€œinni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.โ€.
๐Ÿ“B.))๐Ÿ‘‰
#Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
โ“ถ=Mulโ€™ata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

๐ŸŒนkanafuu erga
#lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
๐Ÿ“Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
โžก๏ธ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..โ“yeroo jennuu.
๐ŸŒธ Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee
#milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo
#yoomi milaa nama dhiqee โ“lakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
๐Ÿ“• Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedhee๐Ÿ‘‡
โ“ท=Yohaannis 13:14_16
Ani
#Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu

๐ŸŒธ yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin
#Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
โ“ธ=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka
#isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.

๐Ÿ‘‰ Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
๐Ÿ“C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
๐Ÿ“D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.โ“kani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.

๐ŸŒนKiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa
#uffatee #hiyyeessaa taโ€™e ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
๐Ÿ“E.)) Abbaan hiyeessaa miti
๐Ÿ“F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
โ“น=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa
#Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
โ“บ=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa
#duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
โžก๏ธ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama taโ€™e Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบ link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota
#sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessu๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
๐ŸŒนkutaa-80-ffยชยช.๐ŸŒพ
     โ—‰โž›gaaffii fi deebi
     โ—‰โž›Muslimoota
     โ—‰โž›shakitota bira irraa dhufu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ‘‰gaaffii isaanii
โ“ตโžชisaa kami sirriin jedhuu
ยซ
#Yihuudaan Kiristoos #dhungatee mooโ“hin dhungane ยป jedhuโ“

#A))โž›Akka ~#Yohaannis jedhuutti Yihuudaan Kiristoos dhungachuu fi dhisuu isaa
hin ibsuu
๐Ÿ‡Yohaannis 18:3๐Ÿ‘‡
#Yihudaan garee loltootaa, eegdota mana qulqullummaa warra dura buutota lubootaa fi Fariisota biraa ergaman fidee #dhufe; isaanis guca, ibsaa fi meeshaa waraanaa qabatanii turan.

#B))โž›Akka ~#Maatewoos barreessetti immoo yihudaan Kiristoos dhungatee jira.
๐Ÿ‡Maatewoos 26:47-50
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo,
#Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe #ni_dhufe; namoonni hedduun dura buutota lubootaa fi maanguddoota sabaa biraa ergaman goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin dhufan. #Yeroo kanatti inni dabarsee isa kennu, โ€œInni #Ani_dhungadhu isa; isa qabaaโ€ jedhee #mallattoo isaaniif kennee ture.  Innis kallattiidhaan gara Iyyasus Kiristoos dhaqee,  #Rabbii, nagaan siif haa taสผu!โ€ jedhee
#isa_dhungate. Iyyaasus Kiristoos garuu, โ€œYaa michuu ko, #kaayyoo maaliitiif dhufte?โ€ jedheen. Yeroo kanatti namoonni sun gara isaa dhufanii qabanii isa #hidhan.

#C))โž›Akka ~#Maarqoos barreessetti Yihuudaan Kiristoos dhungatee jira.
๐Ÿ‡Maarqoos 14:43-45
Yeruma sana utuma inni kana dubbachaa jiruu,
#Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe ni dhufe #namoonni hedduun dura buutota lubootaa, barsiisota seeraa fi maanguddoota biraa ergamanis goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin jiru turan.   Inni dabarsee isa kennus, โ€œInni ani dhungadhu isa dha; qabaatii, of eeggannoodhaan isa geessaaโ€ jedhee mallattoo isaaniif kennee ture. #Kallattiidhaan gara isaa dhufee itti dhihaatee, โ€œRabbii!โ€ jedhee #isa_dhungate

#D))โž›Akka ~#Luqaas barreessetti immoo yihudaan kiristoos โ dhunfachuuf itti siqee โž
๐Ÿ‡Luqaas 22:47-48
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo,
#namoonni hedduun ni dhufan #namichi #Yihudaa jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taสผe isaan dura buสผee dhufe; innis Iyyaasuus kiristoos #dhungachuuf gara isaatti #siqe. Kiristoos garuu, โ€œYaa Yihudaa, #Ilma_namaa dhungachuudhaan dabarsitee kennitaa?โ€ jedheen
================
๐Ÿ‡Deebi keenyaa hundi
isaanii iyyuu sirriidha
kani jedhuu.
๐Ÿ€ Fakkeenyaaf Yohaannis
#gonkumaa yihudaan Kiristoos hin dhunganne osoo jedhee jiratee yaanni musiliimota sirrii turee ," garuu Yohaannis akkasii hin jenne.
โฏ lakki yoo, jedhani immoo raga,nuuf fidaโ“
inni biraa wangellii maatewos namoota baay'ee jedhee dubbateera garuu Yohaannis hin dubbane.
โฏ loltootu gurri isaa irraa citee wangeeloonni sadan(3) maqaa isaa hin ibsine , garuu Yohaannis maqaa isaa ibsee jira.
๐ŸŒทWalumaagalatti Amala kitaaba Qulqulluu beekuun
#dirqama.keenyadha.

๐Ÿ’ Wangeeloonni arfan(4n) isaanii iyyuu jalqabaa yihudaan
#dhufee jedhani ibsanii jiruu
Mat 26:47 โฏ Mar 14:43
Luq 22:47  โฏ Yoh 18:3

โถโž›Yihuudaan ni dhufee
  =Yohaannis 18:3
โทโž›isaa booda dhungachuuf gara Kiristoos siqee
=Luqaas22:47
โธโž› Yihudaan Raabi nagaan siif Haataโ€™u jedheeni
  =Maatewos 26:49
โนโž›Yihuudaan ni dhungatee
    =Maatewos 26:49
โบโž›โ yeroo kana immoo Kiristoos yaa, michuu kiyyaa kaayyoo maalitti dhuftee  jedheen โ“
  =Maatewos 26:50)
โปโž› ilma nama dhungatee kennita jedheen โž
  =Luqaas 22:48
โผโž› Kiristoos gara fula durati bahe eenyu barbaduu jedheen lolotaani โ“
  =Yohaannis 18:4
โž‘โž›isaanii immoo Iyyaasus nama Naazreeti jedhani
  =Yohaannis 18:5
โž’โž›Inni Ana isaanii jedhee
   =Yohaannis 18:5
โž“โž›yeroo kana dubbati kufanii
   =Yohaannis 18:6
โžŠโžŠโž›yeroo lamaffaa eenyu barbaduu jedhanii
Yohaannis 18:7
โถโทโž›Iyyasus namaa Naazireeti jedhanii
=Yohaannis 18:7
โžŠโธโž›inni Ana jedheen turee bari jedheen
=Yohaannis 18:8
โžŠโนโž› isin Ana barbaduu yoo,  taee isaanii kana dhisa yaa, deemanii jedheeni
  =Yohaannis 18:8
โžŠโบโž› ....itti fufa...........
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒทkutaa-2-ffaa.๐Ÿ‘‡
โžปgaafi fi deebi Muslimoota
โœMaarqoos 1:1
jalqaba wangeela Iyyaasus Kiristoos #Ilma Waaqayyoo
โžŠ=gaaffii isaani akkasii turee ยซ jechi #ilma waaqayyo jedhuu sunii iddoo sana hin jiru jedhuuโ“
======//======
๐Ÿ•นDeebii keenya.
-jechi #ilma Waaqayyoo jedhuu suni jira kani jedhuu ta'a.

๐Ÿ‡,โ„Ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž'๐‘ข ๐‘š๐‘Ž๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘ ๐‘Ž๐‘๐‘Ž๐‘๐‘Ž,๐‘š๐‘ข๐‘ ๐‘–๐‘™๐‘–๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘– #๐‘–๐‘™๐‘š๐‘Ž #๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘ข โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘—๐‘–๐‘Ÿ๐‘ข ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–๐‘“ ยซ ๐‘˜๐‘–๐‘ก๐‘Ž๐‘๐‘œ๐‘œ๐‘™๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ #๐‘‘โ„Ž๐‘–๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘“๐‘“๐‘Ž๐‘š๐‘›๐‘– ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘”๐‘’๐‘™๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘ž๐‘œ๐‘œ๐‘  1:1 ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘Ž ๐‘–๐‘™๐‘š๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ž๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘ข ๐‘˜๐‘–๐‘ก๐‘Ž๐‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘ ๐‘Ž #๐‘๐‘Ž๐‘™๐‘™๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘—๐‘–๐‘Ÿ๐‘ข. ๐‘š๐‘ข๐‘ ๐‘™๐‘–๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘›๐‘– ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘”๐‘Ž ๐‘”๐‘œ๐‘œ๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘ข ๐‘š๐‘Ž๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘ก๐‘Ž ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘š๐‘–๐‘ก๐‘ก๐‘–.

Luqaas 21:33๐Ÿ‘‡
#Samii fi #lafti ni darbu; #dubbiin koo garuu #gonkumaa hin darbu.

๐Ÿ‘‰Namoonni kuni yoo akkasii godhan illee dubbii Kiristoos yoomiyyuu hin baduu.

๐Ÿ“๐šŠ๐š–๐š–๐šŠ ๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐šŽ๐š‹๐š’ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐š—๐šข๐šŠ๐š๐š’ ๐š”๐š˜๐š˜๐š๐šŠ

โžปkallattiin jechoota #Giriikii ilaala iddoo kanatti ๐šœ๐šŠ๐š‹๐šŠ๐š‹๐š’๐š— ๐š’๐šœ๐šŠ๐šŠ ๐š”๐š’๐š๐šŠ๐š‹๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š“๐šŠ๐š•๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐šš๐š˜๐š™๐š‘๐šŠ'๐šŠ๐š— ๐š’๐š›๐š›๐šŠ๐šŠ๐š๐š’ ๐š—๐š’ ๐šŠ๐š›๐š๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐šŠ'๐šŽ๐š .

แผˆฯฯ‡แฝด ฯ„ฮฟแฟฆ  ฮตแฝฮฑฮณฮณฮตฮปฮฏฮฟฯ… แผธฮทฯƒฮฟแฟฆ ฮงฯฮนฯƒฯ„ฮฟแฟฆ   #ฮฅแผฑฮฟแฟฆ  ฮ˜ฮตฮฟแฟฆ

= #ฮฅแผฑฮฟแฟฆ=๐Ÿ‘ˆ ๐‘—๐‘’๐‘โ„Žu ๐‘–๐‘™๐‘š๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž.
= #ฮ˜ฮตฮฟแฟฆ= ๐Ÿ‘ˆjechun Waaqayyo jechudha.

โœjechoota lamaan yoo walitti finnee immoo๐Ÿ‘‡
= #ฮฅแผฑฮฟแฟฆ_ฮ˜ฮตฮฟแฟฆ ๐Ÿ‘ˆ๐š’๐š•๐š–๐šŠ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐š˜ ๐š“๐šŽ๐šŒ๐š‘๐šž๐š๐š‘๐šŠ.

๐Ÿ•นkanafuu jechi suni iddoo sana jira.
๐Ÿ•น๐‘“๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘– ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘‘๐‘‘๐‘œ๐‘œ ๐‘๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘–๐‘™๐‘™๐‘’๐‘’ ๐‘›๐‘– ๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘”๐‘Ž๐‘š๐‘Ž namoonni kuni wangeela Maarqoos irraa qofaa balleessan malee wangeela bira irraa gonkumaa balleessu hin dandeenye #๐š ๐‘Ž๐‘›๐‘”๐‘’๐‘’๐‘™๐‘Ž_๐‘ฆ๐‘œโ„Ž๐‘Ž๐‘›๐‘›๐‘–๐‘   ๐‘“๐‘– #๐‘’๐‘Ÿ๐‘”๐‘Ž_๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ๐‘š๐‘’๐‘’.

โžŠโžงYohaannis 3:18
Kan isatti amanutti hin muramu; kan isatti hin amanne garuu waan inni maqaa #Ilma_Waaqayyoo tokkichaatti hin amaniniif ammuma iyyuu itti murameera.
โœ๐‘–๐‘‘๐‘‘๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐‘”๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘˜๐‘– ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž๐‘ ๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘œ= #ฮฅแผฑฮฟแฟฆ_ฮ˜ฮตฮฟแฟฆ ๐Ÿ‘ˆ

โž‹โžงYohannis 5:25
Ani dhuguman, dhuguman isinitti hima; yeroon warri duสผan itti sagalee #Ilma_Waaqayyoo dhagaสผan tokko ni dhufa; ammuma iyyuu dhufeera; warri dhagaสผanis ni jiraatu.
โœ๐‘–๐‘‘๐‘‘๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐‘”๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘˜๐‘– ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž๐‘ ๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘œ= #ฮฅแผฑฮฟแฟฆ_ฮ˜ฮตฮฟแฟฆ ๐Ÿ‘ˆ

โžŒโžงRoome 1:3-4
Wangeelichis waaสผee #ilma isaa kan akka namummaatti sanyii Daawit irraa dhalatee, akka Hafuura qulqullummaatti immoo warra duสผan keessaa kaสผuu isaatiin #Ilma_Waaqayyoo humna qabeessa taสผuun isaa labsamee dha; innis Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos
โœ๐‘–๐‘‘๐‘‘๐‘œ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐‘”๐‘–๐‘Ÿ๐‘–๐‘˜๐‘– ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž๐‘ ๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘œ= #ฮฅแผฑฮฟแฟฆ_ฮ˜ฮตฮฟแฟฆ ๐Ÿ‘ˆ

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘”๐‘’๐‘’๐‘™๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘ž๐‘œ๐‘œ๐‘  1:1 ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘– #๐™ž๐™ก๐™ข๐™– ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™ช ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™– ๐™–๐™ข๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ฎ๐™–๐™– ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–.

๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘ก๐‘’๐‘™๐‘’๐‘”๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘˜๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha