🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.36K subscribers
46 photos
2 videos
9 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸŒΉβ¬‡οΈ kutaa_ 55 ffΒͺΒͺ πŸŒΊβ¬‡οΈ
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”ΊGaaffii fi Deebi
πŸ‘‰Muslimoota
✍Yohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu,
#inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ”Ί Gaaffii isaanii
β“΅= Abbaan Kiristoos ni
#caalaa jedhuu.❓
=inni Erge
#Abbaadha
=inni Ergamee
#Kiristoos.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ“Deebii keenya
β“΅=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...❓
➑️ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.

πŸ“RAGAA KITAABAπŸ‘‡
πŸ“A.))πŸ‘‰
#Abbaan Alfaa fi Omega dha
β“΅=Mul’ata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dha” jedha
#Waaqayyon, β€œinni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.”.
πŸ“B.))πŸ‘‰
#Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
β“Ά=Mul’ata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti

🌹kanafuu erga
#lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³πŸ”³
πŸ“Gara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
➑️ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..❓yeroo jennuu.
🌸 Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee
#milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo
#yoomi milaa nama dhiqee ❓lakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
πŸ“• Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedheeπŸ‘‡
β“·=Yohaannis 13:14_16
Ani
#Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu

🌸 yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin
#Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
β“Έ=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka
#isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.

πŸ‘‰ Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
πŸ“C.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
πŸ“D.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.❓kani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.

🌹Kiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa
#uffatee #hiyyeessaa ta’e ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
πŸ“E.)) Abbaan hiyeessaa miti
πŸ“F.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
β“Ή=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa
#Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
β“Ί=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa
#duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
➑️ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama ta’e Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌺 link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota
#sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessuπŸ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸