๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.37K subscribers
51 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐ŸŒน๐Ÿ€kutaa-22ffยชยชโ˜˜โ˜˜๐ŸŒน
โฏ,Gaaffii fi Deebi
โœ Musiliimoota.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ“ต=Yohaannis 8:14

โ“ถ=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
โœ Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. โ“
โœ kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani taโ€™e jedhuu
...โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โฉ Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.

โ“ต=Yohaannis 8:14

#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
โ€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee
#ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
โฏKiristoos waee ofii dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan koo,dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti

โ“ถ=Yohaannis 5:31

#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon dhugaa bae
Dhugaa koo, sirrii mitii
Jedhe
โฉkanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee

๐Ÿ“kanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, taโ€™e garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
โฏRagaa kitaaba
โœYohaannis 8:13-19
Kanaan kan kaes
#Fariisonni, โ€œAti waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
mitiโ€ jedhaniin
.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
โ€œAni eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee,
#dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.

Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.

Kana malees Seeruma keessan keessatti illee,
#Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaโ€™ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee
#koo dhugaa ni baa.โ€

Isaanis, โ€œAbbaan kee eessa jira?โ€jedhaniin Iyyaasuus, โ€œIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef.
โฉ iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka taโ€™e ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.

โ“ถ=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
โ€œAni qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan
ani dhugaa bau
dhugaa hin tau.


Haatau malee, waaee koo kan dhugaa bau kan
#biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun dhugaa akka
tae beeka.

โ“ท=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa dhugaa kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas
#hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
kanafuu Kiristoos ani qofti koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni koo dhugaa
Mitti hin jennee inni.

โ“ธ=Yohaannis 17:10

#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
๐ŸŒนlink kan xuqaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’’
@haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====
๐ŸŒนโžก๏ธ kutaa-47 ffยชยช๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ‘‡
          ๐ŸšฏGaaffii fi Deebi
๐Ÿ”ณMuslimoota ๐Ÿ”ณ

โœ Yohaannis 11:41-42
isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Iyyaasuus(kiristoos) gara
#samii_ilaalaa akkana jedhe Yaa #Abbaa waan na #dhageesseef sin galateeffadha.
Dhugaa dha, ati
#yeroo hunda akka na dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka #amananiifan kana dubbadhe.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Gaaffii isaanii
1=Kiristoos Alaazaari du'a kani kaase ofii isaa miti Abbaa kadhate malee jedhu..
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”€ Deebi keenya
lakki akkasii miti kan jedhuu taโ€™u.
๐Ÿ”˜ kanafuu Kiristoos sababa maalif Yaa, Abbaa akka ati na, dhageessu yeroo hunda beeka jedhe.

๐ŸŒบ๐Ÿ”ปsababa
#Tokkoffaa
Abbaan ilmi ani jaladhu isaa dhaga'a jedhee namoota himme turee ,Haaluma wali fakkaata immoo Kiristoos Abbaan dhagau akka barbachisu ibseera.

โ“ต=Matewoos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas
#sagaleen
tokko, โ€œKun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha
#isa #dhagaaaโ€ jedhe

โ“ถ=Yohaannis 11:42
Dhugaa dha, ati yeroo hunda akka na
#dhageessu beeka;
haatau malee,
#namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka amananiifan #kana dubbadhe.โ€

๐ŸŒบ๐Ÿ”˜ sababa
#lammaffaa
Abbaa fi Kiristoos yeroo hundaa akka garagari hin baanee ibsuuf

1=Yohaannis 8:16_18
Abbaan inni na, erge anaa wajjin waan jiruu fi
#Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees
#Seeruma keessan keessatti illee, โ€˜Dhugaa baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaโ€™ kan jedhu
barreeffameera.
#Ani waaee ofii koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa.โ€
โžžkanafuu Kiristoos kophaa isaa miti ,Kiristoos Akka Alaazaar du'a kaase Abbaan illee ragaa wani taโ€™ef, Kiristoos gara samii ilaalee dubbaate.

๐ŸŒบ๐Ÿ”˜ sababa
#sadaffaa Kiristoos kan dura Ani nama du'a nan kasa #sagalee koo, qofan jedhe ture isaa dubbatee hojiin ibsuufi

โ“ต=Yohaannis 5:25
Dhuguma dhuguman isiniin
jedha,
#saaatiin warri duan #sagalee
Ilma Waaqayyoo itti dhagaan ni dhufa; saaatiin sunis amma dha; warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu

โ“ถ=Yohaannis 11:43_44
Wantoota kana erga dubbatee booda
#sagalee guddaadhaan, โ€œAlaazaar asi bai!โ€ jedhee iyye. #Namni_due sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti #gadi_bae; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture.
Iyyaasuus(Kiristoos)
โ€œIsa irraa hiikaa haa deemuโ€ isaaniin jedhe

๐ŸŒบ๐Ÿ”บsababa
#afuraffaan
Dubbi raajoota raawachuuf
hojji gaarii nutti argisiisi jecha turan ,kuni immoo Kiristoos qofaa (lafaa kana irraa barsiisa Ana qofa jedhe *kanafuu barsiisa ergaa tokko taโ€™e kuni immoo Kiristoos

โ“ต=Far Daawit 4:6
#Namoonni baay'een, โ€œEenyutu waan gaarii nutti argisiisa?โ€ in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nu irratti ol kaasi

โ“ถ=Yohaannis 10:32
kiristoos deebisee, โ€œAni Abbaa biraa
#hojiiwwan_gaggaarii hedduu isinitti argisiiseera. Maarree hojiiwwan
kana keessaa isa kamiif dhagaadhaan ana rukuttu?โ€ isaaniin jedhe

โ“ท=Matewoos 23:8-10
#Isin garuu Barsiisaan
keessan tokko qofa waan taeef,
โ€˜
#Rabbiiโ€™ jedhamtanii hin waamaminaa; isin hundi keessan obbolaa dha.
Kana malees Abbaan keessan tokkicha isa samii qofa waan taeef, lafa irratti eenyuun iyyuu โ€˜abbaaโ€™ jettanii hin waaminaa.
#Geggeessaan keessanis #tokko, innis #Kiristoos qofa
waan taeef, โ€˜geggeessaaโ€™ jedhamtanii hin waamaminaa.

๐ŸŒบ๐Ÿ”˜ sababa
#shanaffaa nuuf #fakkeenya ta'uf gara saami ilaale ,Akkasi jedhee kanafuu.
Kiristoos barsiisa erga jedhamee
#seeraa hunda sii,barsisuu qaba.

โ“ต=Filiphisiiyus 2:5
Isinis
#ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa
โ“ถ=1Phexros 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒบkutaa_13 ffaa Dubbisa๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224

--------------------------------------
๐ŸŒบlink kan xuqa hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  =========//=========
๐ŸŒบ Kutaa~81-ffยชยช ๐ŸŒป
   โžปgaafi fi deebi
   โžปMusiliimota
๐ŸŽ„โ ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž๐‘ ๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘ข ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ช๐™จ ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ kani fannifame Ayyaana Faasikaa duraa
mooโ“Booda โ“jedhuu โžโŒ
   โžปRaaga isaanii immoo kana turee
โžŠโžปYohaannis 19:13-16
Achiis Philaaxos kana erga dhagaสผee booda ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ช๐™ช๐™จ
gadi baasee, barcuma murtii bakka Dhagaa Afamaa isa afaan Ibrootaatiin Gabataa jedhamu keessa jiru taaสผe.
๐™œ๐™ช๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ isaa yeroo ๐™ฆ๐™ค๐™ฅ๐™๐™ž,๐™›๐™–๐™–๐™จ๐™ž๐™ ๐™–๐™– ture; yeroon isaas gara saสผaatii jaสผaa ture. Innis Yihudootaan, โ€œIlaa, mootii keessan!โ€ jedhe. Isaan garuu, โ€œIsa balleessi! Isa balleessi! Isa fannisi!โ€ jedhanii iyyan. Philaaxosis, โ€œMootii keessan fannisuu?โ€ isaaniin jedhe. Dura buutonni lubootaas, โ€œNuti Qeesaar malee mootii kan biraa hin qabnuโ€ jedhanii deebisan. Philaaxosis, ๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค irratti akka isa fannisaniif dabarsee isaanitti isa kenne. Kanaaf, isaan ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ช๐™ช๐™จ fuudhanii deeman.
โทโžปMaarqoos 14:12-18
๐™œ๐™ช๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™– ๐™Ÿ๐™–๐™ก๐™ฆ๐™–๐™—๐™– ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ข๐™–๐™–๐™ญ๐™ž๐™ฃ๐™ค๐™ค akkuma barame ๐™ฎ๐™š๐™ง๐™ค ๐™–๐™–๐™ง๐™จ๐™–๐™– ๐™›๐™–๐™–๐™จ๐™ž๐™ ๐™–๐™– dhiheessanitti, barattoonni isaa gara ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ช๐™จ dhufanii, ๐™›๐™–๐™–๐™จ๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™–๐™ ๐™ ๐™– ๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ช ๐™™๐™๐™–๐™ฆ๐™ฃ๐™š๐™š ๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž akka sii qopheessinu barbaadda?โ€ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhee barattoota isaa lama erge: โ€œGara magaalaa dhaqaa, namni okkotee bishaanii baate tokko isinitti dhufa. Isa duukaa buสผaa mana namichi itti seenu dhaqaatii abbaa manichaatiin, โ€˜Barsiisaan, โ€œManni keessummaa iddoon ani barattoota koo wajjin Faasikaa itti nyaadhu eessa?โ€ jedheeraโ€™ jedhaa. Innis kutaa balสผaa fooqii irraa afamee qophaaสผe isinitti argisiisa. Achitti nuuf ๐™ฆ๐™ค๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™– Kanaaf barattoonni deemanii magaalichatti seenanii, akkuma inni isaaniin jedhe taสผee argan, Faasikaas ni qopheessan.Erga dhihee boodas,๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ช๐™จ barattoota isaa Kudha Lamaanii wajjin dhufe ๐™ช๐™ฉ๐™ช๐™ช ๐™ข๐™–๐™–๐™™๐™™๐™ž๐™ž๐™ฉ๐™ž dhihaatanii nyaachaa jiraniis, โ€œDhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko inni ๐™–๐™ฃ๐™–๐™– wajjin nyaatu ๐™™๐™–๐™—๐™–๐™ง๐™จ๐™š๐™š na kennaโ€ jedhe
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿƒ ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™– ๐™ ๐™ž๐™ฉ๐™–๐™—๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™ช๐™ช ๐™จ๐™ž๐™ง๐™ง๐™ž๐™™๐™๐™–.
ยซ ๐™ ๐™ž๐™ง๐™ž๐™จ๐™ฉ๐™ค๐™ค๐™จ ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ž๐™›๐™–๐™ข๐™š ๐™œ๐™ช๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™– ๐™Ÿ๐™ž๐™ข๐™–๐™–๐™ฉ๐™–ยป ๐‘˜๐‘Ž๐‘› ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘› ๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘“๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘–๐‘˜๐‘Ž๐‘Ž ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘ฅ๐‘–๐‘›๐‘›๐‘œ๐‘œ ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘š๐‘ข ๐™—๐™ค๐™ค๐™™๐™– ๐‘“๐‘– ๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘›๐‘Ž ๐‘“๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘–๐‘˜๐‘Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘”๐‘ข๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘›๐‘๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘–๐‘ž๐‘ž๐‘Ž๐‘Ž ๐™™๐™ช๐™ง๐™– ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Ž.
๐Ÿ‡ ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ž ๐™›๐™–๐™–๐™จ๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž  ๐™ก๐™–๐™ข๐™–๐™ฉ๐™ช ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™–.
โžŠโžป๐‘ก๐‘œ๐‘˜๐‘˜๐‘œ๐‘“๐‘“๐‘Ž๐‘Ž๐‘›(-1-๐‘“๐‘“fยชยช) ayyaanni #maaxinnoo kuni Faasikaa jedhama. Kunis guyyaa Kamisaa galgala kani kabajamuudha.
โทโžป๐‘™๐‘Ž๐‘š๐‘š๐‘Ž๐‘“๐‘“๐‘Ž๐‘Ž๐‘›(-2-๐‘“๐‘“ยชยช) ayyaana Faasikaa kani guyyaa #Sanbata xiqqaa kabajamuudha.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ŸŒบkanafuu Faasikaa gosa #lamaa jira.
โžŠโžปAyyaanni maxinoo -Faasikaa jedhama.
โทโžปAyyaani Sanbata-Innis Faasikaa jedhama

๐ŸŠRagaa kitaaba Qulqulluu
โ“ตโžปLuqaas 22:1
Yeroo sana #Ayyaanni_Maxinoo inni #Faasikaa jedhamu dhihaatee ture
แˆ‰แ‰ƒแˆต22:1
#แ‹แˆฒแŠซแˆ แ‹จแˆšแ‰ฃแˆˆแ‹ #แ‹จแ‰‚แŒฃ_แ‰ แ‹“แˆ แ‰€แˆจแ‰ 
๐Ÿ’Kanaafi Maarqoos ayyaana maxinoo jedhee jalqabaa Maarqoos 14:12โžป
Guyyaa jalqaba Ayyaana #Maxinoo akkuma barame yeroo aarsaa #Faasikaa dhiheessanitti, barattoonni isaa gara Iyyaasuus dhufanii, โ€œFaasikaa akka nyaattu dhaqnee eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?โ€ jedhaniin.
๐Ÿฅฅ kanafuu Maarqoos ayyaana Faasikaa kani inni jedhe ayyaana maxinoo sanani=ok

๐Ÿ‡๐™ฎ๐™ค๐™๐™–๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ž๐™จ ๐™ž๐™ข๐™ข๐™ค๐™ค ๐™–๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ๐™– ๐™›๐™–๐™–๐™จ๐™ž๐™ ๐™– kani ๐™ž๐™ฃ๐™ฃ๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™š ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™œ๐™ช๐™ฎ๐™ฎ๐™– ๐™จ๐™–๐™ฃ๐™—๐™–๐™ฉ๐™– ๐™ญ๐™ž๐™ฆ๐™ฆ๐™–๐™– ๐™ ๐™–๐™—๐™–๐™Ÿ๐™–๐™ข๐™ช ๐™จ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™ฉ๐™ช๐™ง๐™š.
๐ŸŠRaaga keenya
โ“ถโžปYohaannis 18:28
Achiis Iyyaasuus Qayyaafaa biraa gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti geessan. Yeroon isaas# ganama_barii ture. Isaan garuu utuu hin #xuraaสผin_Faasikaa nyaachuu akka dandaสผaniif, ofii isaaniitii mana bulchaa sanaa hin seenne.
โ“ทโžปYohaannis 19:31
Guyyaan sun guyyaa Qophii ture guyyaan itti aanus #Sanbataa addaa ture. Kanaafuu akka reeffi isaanii Sanbataan fannoo irra hin oolle gochuuf jedhanii akka miilli isaanii cabsamee fannoo irraa gad buufamuuf Yihuudoonni Phiilaaxoosin kadhatan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฑ kutaa-87-ffยชยช ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
       ๐Ÿซต gaaffii fi Deebi
        ๐ŸคMusiliimota
----------------------
โœgaaffii isaanii akkasii ture
โถโž› dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee โ“jedhuu
โœ Ragaa isaanii immoo๐Ÿ‘‡
โถ.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee
#dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
โท.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu,
#dhagichi akka malee guddaa taสผus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
โธ.Luqaas 24:2
Haataสผu malee,
#dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
โน.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; Ergamaan sunis dhufee
#dhagicha_gangalchee_irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“Deebi keenya๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰hundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.

โ“ตโž›๐Ÿ’ akka
#Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta taโ€™e sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)

โ“ถโž›๐Ÿ’akka
#Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
โžฉJechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
๐Ÿ“Maarqoos 16:1๐Ÿ‘‡
Sanbatni erga darbee boodas,
#Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.

โ“ทโž›๐Ÿ’akka
#Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
โžฉJechi awaalichaa irraa gangalfame
#ture jedhuu wanta darbee ibsa.
๐Ÿƒdubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
๐Ÿ“Luqaas 23:55-56๐Ÿ‘‡
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buสผanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaสผame #ilaalan;  achiis #urgooftuu fi dibata urgaaสผu qopheessuuf deebiสผanii deeman. Haa taสผu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
โžฉDubartoonni Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.

๐Ÿ“Maarqoos 15:47๐Ÿ‘‡
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaสผan #ilaalu_turan.
๐Ÿ“Luqaas 8:2๐Ÿ‘‡
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baสผan,
๐Ÿ“Luqaas 24:1๐Ÿ‘‡
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu
#dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.


โ“ธโž›๐Ÿ’akka
#Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
๐Ÿ“Maatewoos 28:1๐Ÿ‘‡
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti,
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Xumura irratti.
โถ.Kani
#Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta taโ€™e ibsa
โท.Kani
#Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta taโ€™e ibsa
โธ.Kani
#Yohaannis #sadaffaa irratti wanta taโ€™e ibsa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Link kan xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ kutaa-88-ffยชยช ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐Ÿ‘‡
       โ–ช gaaffii fi deebi
       โ–ช  Muslimoota
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›Akkasii jedhuu.
โถโž›yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti taโ€™e maalidha.
โ“ต Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaสผanis hin beeknuโ€ isaaniin jette.

โ“ถ Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaสผu arganii naสผan.

โ“ท Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taสผee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
โ“ธ Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
deebii keenya ยซ hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a ยป

โœ kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta taโ€™e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

โžป Haataโ€™u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
โถโžปYohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaสผame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaสผanii argite.

โœ inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin taโ€™e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
โœkani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
โทโžปMaarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaสผu arganii naสผan.

โœ innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
โธโžปLuqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taสผee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

โœ kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan taโ€™e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
โนโžปMaatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžป xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžปJechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
๐ŸŒบ Haataโ€™u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
โบโžปLuqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaสผibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataสผu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulสผatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

โปโžปRaajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #Gabriสผeel_namichi ani mulสผata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
link waldaa kana๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐ŸŒบ kutaa-86-Dubbisaa๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749