AL-RISALA HUMANITY CENTER
2.91K subscribers
1.36K photos
32 videos
23 files
892 links
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
Download Telegram
*🍃🌹تـذكيــــر.بـالصــلاة.والســــلام.عـلى.مـن.ادخـــر.دعــوتـه.شـفــــاعـة.لأمـتـه.ar*

*🍃🌹 {{ الـلـهـم صــــل وســــلـم وبـارك عـــلى نـبـيـنا مـحــــــــمـد ﷺ }} 🌹🍃*


*🍃🌹حــــــ نـــبـــوي ــــــديث🌹🍃*


🌴 قال رسول الله ﷺ
*((أكثروا الصلاة علي، فإن الله وكل بي ملَكًا عند قبري، فإذا صلى علي رجل من أمتي قال لي ذٰلك الملك: يا محمد إن فلان بن فلان صلىٰ عليك الساعة)).*
📚 حسنه الألباني


قـ✍️ـال العلامة الشنقيطي
- رحمه الله تعالى -

*"إن الصلاة علىٰ النَّبِي ﷺ تُعد من بر الرجل بأبيه"*

*وذٰلك أن الـمَلَك الذي يبلغ النَّبِي ﷺ صلاة الناس عليه يقول ((يا محمد، إن فلان بن فلان صلىٰ عليك))*

*👈 فيكون المرء سببًا في ذكر اسم أبيه عند رسول الله ﷺ وهٰذا من أعظم البر والإحسان.*

*🤲 {{ الـلــــــهـم صــــــــل وســــــــلـم وبــــــارك عــــــلى نـبـيـنا םבםב ﷺ }}*
ِ *------------------------------*
*💡مـَـن أحـَـب الا يَنقَطِع عَمَلُه بَعدَ مَوتِه فَليَنشُر العِلم [ابن الجوزى]* •••━════════━•••
••• BAGUMA JANNANNII HARKA KEE HIN TAHIN ALHAMDULILLAH•••


Seenaa Barsiiftuu Kana Dubbisuun #SHARE Godhaa

Ollaa Imaama Beekamaa Abu Haniifa Jedhamu Namticha macha'aa Tokko tu Ture Imaamni Kun Namticha Kana Nii Gorsa Nii Gorsa Dhaga'uu Hin Dandeenye Isaanis Gorsani Dadhabanii Itti Dhiisan

Guyyaa Tokko Halkan Akka Tasaa Ulaan Imaama Abu Haniifa Rukutame Yeroo Ulaa Irraa Banan Haadha Warraa Namticha macha'aa Ollaa Isaanii Argan
Isheenis Akkana Jette: "Yaa Abu Haniifa Abbaan Warraa Koo Du'ee Jira Salaata Janaazaa Irratti Naaf Salaata" Jettee Gaafatte
Isaanis "Nama Kamrii Dhugee Machaa'u Irratti Hin Salaatu" Jedhanii Didan
Guyyoota Muraasa Booda Abu Haniifan ABJUUN/MANAAMAN Namicha Kana Bakka Miidhagduu Taate Keessatti Osoo Inni Bashannanuu Argan Jannata Keessa Tahu Isaa Baran
Namtichi Kunis Abuu Hanifa Dhan Akkana Jedhe " BAGUMA JANNANNI HARKA KEE HIN TAHIN ALHAMDULILLAH" Jedhe

Abuu Haniifanis Ganama hirriba Irra Dammaqanii Gara Haadha Warraa Namticha Kanaa Deemun Abbaa Warraan Kee Addunyaa Irra Gaafa Ture Maal Dalagaa Ture Jedhanii Gaafatan
Haati Warraa Namtichaas Akkana Jette
"Baayyinaan Dalagaa Addaa Qabaachuu Dhabus Garuu Guyyaa Jummu'aa Yeroo Mara Yatiima Ganda Keenyaa Walitti Qabuun Nyaachisaa Bo'aa Mataa Yatiimota Kanneenii Qaqqabaafi Ture" Jette
Kana Booda Abu Hanifan Baayyee Gaddanii Akkana Jedhan
Sababa Hojii Kanaaf Rabbiin Jannata Kenneef Tahuu Mala" Jedhan
Kana Booda Imaamni Kun Akkana Jechuun Uummata Gorsuu Jalqaban:
"Abaluun Badii Hojjeta Jettanii Maqaa Wal Hin Balleessinaa Walis Hin Arrabsina Rabbiin Hojii Inni Ittiin Jannatatti Nu Naqu Hin Beektanii"

√ Dhuguma Baguma Jannanni Harka Namaa Hin Tahin #ALHAMDULILLAH

®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif #Like_Share Godha
https://t.me/Alrisala1
⭕️أشهر 7 مقولات للشيخ “الشعراوي🍀

1. إن لم تستطع قول الحق فلا تصفق للباطل🍀
2. إذا لم تجد لك حاقدا فاعلم أنك إنسان فاشل⭕️
3. لا تقلق من تدابير البشر فأقصى ما يستطيعون هو تنفيذ إرادة الله🍀
4. لن يحكم أحد فى ملك الله إلا بما اراد الله🍀
5. لا تعبدوا الله ليعطى بل اعبدوه ليرضى فإن رضى أدهشكم بعطائه
6. إذا رأيت فقيرا فى بلاد المسلمين فاعلم أن هناك غنيا سرق ماله
7. لا يقلق من كان له أب.. فكيف يقلق من كان له رب🍀
لا تنسى الدعاء لفضيلة الشيخ الشعراوي عليه رحمة الله ورحم أموات المسلمين
Dhagaan yeroo deemtu si gufachiisee,yeroo deebitus si gufachiisu eddoo tokko jiraate taanaan,situ itti bu’e malee,dhagaan sitti hin buunee uf argi.

ila
Yeroo hedduu,muka bakka tokko dhaabataa oolutti bu’uun fafaa beeki,soodduu waggarraa waggatti bakka tokkoo hin sochoone komachuun qaanyiidhaa hubadhu.

Jaaloo
Ka dubbattu si hin dhageeffanne,ka itti himtu hin galleef,ka cal’istu si hin hubanne bira oolta taanaan, situ uf galaafatee xiinxalli.

Obbolaa
Qormaata siifi nama si jidduu jiru addaan baasee sitti agarsiisu jaaladhu,guyyaa hadhdhaafi mi’aa addaan sii baasu dafii simadhu.

Namana
Osoo hunduu dhimma namaa biraa dhiisee dhimma mataa ufiitiin dhama’ee,dhama’aan jidutti bakka dhabaa hubadhu.

Hey
Amma irraa jalqabii,lubbuu teetiif itti gaafatamummaa fudhadhu,gatii siin malu kaahadhu,ol uf hin rarraasinii, gadis uf hin buusinii uf qusadhu.

Yes
Fagaachuu barbaadda taanaan,fagaattee deemuu osoo hin taane,bakkuma jirtutti uf jijjiiruu baradhu. namni akkaan ufirraa eegan,nama dhugaafi haqa bira dhaabbatuufi haqarra ijjatu waan taheef,namni haqa hin feene innuu ufirraa si fageessaa,fagaattee deemuu dhiisii achumatti nagaan jiraadhu,santu seera!!!!

Gorsi kiyya kanuma!
https://t.me/Alrisala1
Qaroomina doomsuu barbaadda taanaan,hayyuufi beekaa tuffadhu,barsiisaa dhabamsiisi,qaroo jaamsi, ol adeemaa gadi harkisi,guddaa xinneessi,tolaa fi gara laafessa hammeessi,bareeda fokkisi,qurcuufi cubbamaa faarsi,qeeqa guddisi,hir’ina argi,gadi yaadi.

ila
Rakkoon barsiisaa barataa dadhabaadha,rakkoon sheekaa darasaa laaftuudha,rakkoon dureessaa hojjataa dadhabaadha,rakkoon gootaa dabeessa qe’eeti,rakkoon arjaa doqna ganda isaatii xiinxalli.

Jaaloo
bu’uura rakkoo keetii bartu malee,furmaata rakkinaa argachuu hin dandeessuu beeki,kan si boochisaa si wajji boohu si jala jira taanaan,gaddi kee dheeratee beeki.

Obbolaa
Hayyuu taatu dubbii tee qusadhu,barsiisaa taatu beekkumsa kee kunuunfadhu,arjaa taatu horii kee bakka itti baastu laalladhu malee,tola kee cubbuu si harkaa godhanii faalamuu malaa uf qusadhu.

Namana
Namni namaaf qorsa haa jennu malee,sababni dhukkuba nama hedduu immoo,namumaa beeki.

Hey
Nama tola itti oolte ufirraa eegi,lafa waan gaarii keessatti hojjattu irraa maqii jiraadhu,bakka barnoota itti argatte irraa achi siqii imala jireenya keetii bakkaan gahadhu.

Hey
Eenyurraayyuu galata eeguu irraa guddadhu,hujii gaarii sammuun kee ittiin boqatu hojjachuu irraa uf duuba hin deebi’in,gadi harkisanii akka ufitti si hin qixxeessine,qixxaa waliin cabsattee nnyaachuu irraa uf qusadhu!
Santu akka!
https://t.me/Alrisala1
*🍃🌹((لا تنس قيـــام الليـــل ))🌹🍃*
*👈 فأنت في الأشهر الحرم *

*🍃🌹حــــــ نـــبـــوي ــــــديث🌹🍃*


🌴 قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ
*(( أيُّهَا النَّاسُ :*
* أفْشُوا السَّلامَ*
* وَأطْعِمُوا الطَّعَامَ*
* وَصَلُّوا بِاللَّيْلِ وَالنَّاسُ نِيَامٌ*
*💎 تَدْخُلُوا الجَنَّةَ بِسَلاَمٍ ))*
📚 رواه الترمذي


🌴قَالَ رسولُ اللهِ ﷺ
*(( أفْضَلُ الصِّيَامِ بَعْدَ رَمَضَانَ : شَهْرُ اللهِ المُحَرَّمُ ، وَأفْضَلُ الصَّلاَةِ بَعْدَ الفَرِيضَةِ : صَلاَةُ اللَّيْلِ ))*
📚رواه مسلم .

🌴قَالَ رسولُ اللهِ ﷺ
*(( صَلاةُ اللَّيْلِ مَثْنَى مَثْنَى ، فَإذَا خِفْتَ الصُّبْحَ فَأوْتِرْ بِوَاحِدَةٍ ))*
📚متفقٌ عَلَيْهِ .

*---------------------------------*
*💡{وَذَكِّرْ.فَإِنَّ.الذِّكْرَىٰ.تَنفَعُ.الْمُؤْمِنِينَ.ar}*
•••━════════━•••
قال الإمام ابن القيم - رحمه الله تعالـى -:

أربعة تهدم البدن :

❶ - الهم
❷ - والحزن
❸ - والجوع
❹ - والسهر

☆ وأربعة تيبِّس الوجه وتذهب ماءه وبهجته وطلاوته :

❶ - الكذب
❷ - والوقاحة
❸ - وكثرة السؤال عن غير علم
❹ - وكثرة الفجور

وأربعة تزيد في ماء الوجه وبهجته :

❶ - المروءة
❷ - والوفاء
❸ - والكرم
❹ - والتقوى

☆وأربعة تجلب البغضاء والمقت :

❶ - الكبر
❷ - والحسد
❸ - والكذب
❹ - والنميمة

وأربعة تجلب الرزق :

❶ -  قيام الليل
❷ - وكثرة الإستغفار بالأسحار
❸ -  وتعاهد الصدقة
❹ - والذكر أول النهار وآخره

☆وأربعة تمنع الرزق :

❶ - نوم الصبحة ..
❷ - وقلة الصلاة 
❸ - والكسل ..
❹ - والخيانة

📚 [ زاد المعاد (٣٧٨/٤) ]
“Motivational speakers “
Yeroo ammaa,warri nama dammaqsina jedhan kuni hedduummaatanii jiru,kan dammaquuf maallaqa cinqii meeqaan walitti qabe kaffaluuf qophaawes heddummaataa jiraa taajjabi.

Eeeee
Kan dammaqsuufi kan dammaqus nama dinqisiisu, eessarra dhaabbatee dammaqsaafi kan dammaqus eessa rafee dammaquuf akka deemaa jiru namaa hin galuu xiinxalli.

ila
Jalqaba,warri dammaqsiisu kuni,bu’aa bahii isaa itti himaa oolaa argi,akka itti kufeefi bakka itti kufe itti himaa laali,dammaqaan immoo Afaan banee caqasaa taajjabi,sana booda lafaa na kaasi jedhee,maallaqa ittiin isa bira galan dammaqaa haaraa irraa guuraa laali,dammaqaanis waan kiishaa qabu kennee lafaa ka’ee dammaqa jechuudhaa hubadhu.

Jaaloo
Saayinsii tahee saniin hin bohaartu,Amantii tahee qalbiin itti sii hin galtu,durdur hin dhuga,amma hin dhiise,durdur uf jibba,amma uf jaaladhe,durdur jallataa ture,amma ni qajeele,amma dammaqxeemii jennaan,dammaqee jira jalaa jedha,”baqqaa’ ati dammaqxee jirtaa gali jedhaan,hayyee jalaa jedha.

Hey
Dhugumatti dammaqee dhufee beeki,ammas situ dammaqsiisaa jira malee,ati ufii dammaqaa hinjirtuu uf argi.

Yes
Abjuu ifa keessaa,hirirraatuu hirriba keessaa,rifaatuu halkanii dhiisii,dadammaqxee jirta siin jennaan,eee kunoo amma dammaqe jechuu dhiisii,waan sii tahu laalii,maallaqa saniin buna kee dhugii dammaqi.

Eeeeee
Gariin waa dhuga,gariin waa xuuxa,gariin ufiifuu mala dhabee maallaqa sirraa xuuxaa jiraa uf qusadhu,irra caalaan namni keessummaa tahee achirratti dhufu suni,innuu akka wahii jiraa uf toohadhu.
https://t.me/Alrisala1
💕GUYYAA GUDDAA
❤️SANBATA
🧶Baalee Roobee
☘️Eebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan
Barattoota kennaa fi Dandeettii addaa Horatan Ifaajee isaanii kan Waggaa Lamaa Gaafa Guyyaa Sanbata #Muharram /14/1446 Magaalaa Roobee Masjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Bakka Ulamaa'onni Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
🌿#Eebbi Eebba Qur'aana Olii hin jiru Eebba Duniyaa fi Aakiraati
📍Baga itti Geettan !!!
🙏#Rabbiin Qur'aana kanaan Abbaa Fedhee ol fuudha jedhan Rasuulli .
🌼#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata Baalee Roobeetti .
🌱Namni Waan ofii kana lafa Buusa Jabeessaa Guyyaa Kana Qur'aana Urgeessaa .
https://t.me/Alrisala1
Nama hundaan hanga feete jaalatamtus,kan qalbiin isaa dhukkubsattuu,sababa tokko malee si jibbuun isaa hin hafuu beekaa socho’i.

ila
Yeroo hedduu namni tokko tokko maaf jijjiiramte siin jechuu jalqabnaan,dafii nama san jalaa kottoonfadhuu dheessi,si tuttuqee hamaa si dubbachiisee,gara ufii qindeeffatetti si geessuuf qophaawaa jiraa uf eegi.

Jaaloo
Tasa dogongortee nama si jaallatu hin sobin,nama si sobus tasa ufitti hin kaleessin,namni yeroo lama nama jibbaa beeki,humna isaatii ol yoo ba’aa itti feeteefi humnaa keetii ol ba’aa sitti fe’uu yoo barbaade argi.

Obbolaa
Jiruun biyya lafaa fuula kee,qaama kee,bifa kee jijjiiruu malaa laali,eenyummaa kee garuu,yoo ati namooma qabaatte,tasa itti bu’uu hin dandeettuu taajjabi.

Hey
irra hedduu nama garaan hadhdhaa qabuu yoo baruu barbaadde,yoo si barbaadan si argatu,yoo ati barbaadde immoo,hin argamanii taajjabi!

Yes
Akkuma nama balfa baatee deemu irraa fagaachaa deemtuun,qilleensa qulqulluu fuunfachuu jalqabdaa, qalbii xahaara qabduun imali.
*الاعلام العسكري لكتائب القسام:*

*يطلب من الأمة الاسلامية بأكملها الدعاء بقلوب موقنة بالإجابة*

ومواقع التواصل.
*دثروا المجاهدين بالدعاء فهم الآن في التحام ومواجهات عنيفة مع العدو وحرب شوارع لم يشهدها العالم منذ الحرب العالمية الثانية*
حَسْبُنَا اللَّهُ وَ نِعْمَ الْوَكِيلُ

اللَّهُمَّ إِنَّا نَجْعَلُكَ فِيْ نُحُوْرِ اليهود والصليبيين وَنَعُوذُ بِكَ مِنْ شُرُورِهِمْ

أرسل هذه الرسالة للجميع وقم بدورك كي تصل إلى ملايين المسلمين.
والله خير الماكرين.

يا جماعة اللي بيقدر يرسل هذا الدعاء إلى كل الأسماء الموجودة لديكم فهو مؤثر جداً لهلاك العدو هذا الدعاء لمرة واحدة....
أدعو الله وانتم موقنون بالإجابة
الآن قصف وحشي همجي على أهلنا العزل في غزة ودعاؤنا يخفف عنهم .
الدعاء الدعاء لإخوانكم في غزة🇵🇸👇

اللهم ثبت المجاهدين بغزة
اللهم سدد رميهم وثبت أقدامهم واربط على قلوبهم واقذف الرعب في قلوب اليهود ومن والاهم.
اللهم اجعل غزة وعموم فلسطين مقبرة لليهود ومن والاهم ويقاتل معهم
اللهم زلزل الأرض من تحت أقدام اليهود ومن والاهم
اللهم فرق كلمتهم واجعل بأسهم بينهم شديداً يا رب العالمين
يا غوثنا إذا قل المعين، نستغيث بك لأهلنا في غزة ونستغيث بك للأطفال وللنساء والرجال والشيوخ والدواب والاشجار والمساجد فيها
ربنا هذه أيدينا مرفوعة إليك وهذا ضعفنا ظاهر بين يديك وهذا ذلنا لا يخفى عليك
اللهم إنا واقفون ببابك متذللين على أعتابك نرجو رحمتك ونخشى عذابك نستغيث بك لأهل غزة
اللهم اقهر أعداءهم من اليهود والصهاينة ومن والاهم وكن معهم، ورد طلقات اليهود وقنابلهم وصواريخهم إليهم وإلى صدورهم، وفجر اللهم الأرض بركانا من تحت أقدامهم
اللهم ابتلهم بأمراض لم تكن في أسلافهم، واجعلهم عبرة للعالمين
اللهم إنا نسألك أن تهلك من ظلم إخواننا في غزة ومن طبّع مع اليهود وتآمر على الإسلام والمسلمين.
اللهم لاحول لنا ولا حيلة فدبرها من عندك يا قوي ياعزيز
اللهم لا تحقق لليهود والصليبيين في فلسطين غاية، ولا ترفع لهم راية، واجعلهم لمن خلفهم عبرة وآية يارب العالمين.
اللهم كن لأهلنا
يا مغيث من استغاث بك أغثهم
يا مجيب دعوة المضطرين أجب دعواتهم
إنهم اعتزوا بك يا رب فأعزهم ولا تذلهم
إنهم يذكرونك يا رب فاذكرهم
اللهم إنهم هبوا لنصرة دينك والدفاع عن مقدساتك يا رب فانصرهم
اللهم لا مغيث لهم سواك فأغثهم من عندك بالماء والغذاء والدواء والوقود والسلاح وما ذلك عليك بعزيز

اللهم لا نصير لهم سواك فينصرهم فأرسل لهم جيش من الملائكة يقاتلون معهم ويدافعون عنهم ويتلقون عنهم الصواريخ والقنابل ويعيدوا دكها على اليهود فتقتلهم تقتيلا وتشردهم تشريدا وتدمرهم تدميرا يا عزيز يا جبار

اللهم لا تجعل لليهود والصهاينة عليهم يداً
يا من كتبت العزة لك ولرسولك وللمؤمنين
ويا من بيده ملكوت كل شيء يا الله
يا ناصر المؤمنين يا غياث المستغيثين
اللهم يا من نصرت القلة المستضعفة في بدر ومؤتة
ويا من صرفت الأحزاب بقدرتك وجندك
انصر المجاهدين في غزة واصرف عنهم اليهود والصهاينة المتكبرين المتجبرين يا من لا يعلم جندك إلا انت يا عظيم

يارب لقد انزلت في كتابك:
﴿ إِذْ يُوحِي رَبُّكَ إِلَى الْمَلَائِكَةِ أَنِّي مَعَكُمْ فَثَبِّتُوا الَّذِينَ آمَنُوا ۚ سَأُلْقِي فِي قُلُوبِ الَّذِينَ كَفَرُوا الرُّعْبَ فَاضْرِبُوا فَوْقَ الْأَعْنَاقِ وَاضْرِبُوا مِنْهُمْ كُلَّ بَنَانٍ ﴾ [ الأنفال: 12]

يا ودود يا ودود يا ودود ياذا العرش المجيد نسألك يا غياث المستغيثين مدداً من عندك

اللهم زلزل الارض من تحت اقدام اليهود وبث الرعب في قلوبهم
اللهم شتت شملهم وفرق جمعهم

اللهم إن اليهود اعداؤك فأحصهم
واجعل كيدهم في نحرهم واجعلهم يعودون اشلاء وأذلاء يارب العالمين
حَسْبُنَا اللَّهُ وَ نِعْمَ الْوَكِيلُ
حَسْبُنَا اللَّهُ وَالوكيل
وآخر دعوانا أن الحمدلله رب العالمين، وصل اللهم وسلم وبارك على نبينا وحبيبنا وشفيعنا وقائدنا وقدوتنا وسيدنا محمد وعلى آله وأصحابه أجمعين

لاتتوقّف عندك!
نسال الله أن تكون ساعة استجابة الدعاء . اللهم امين 🤲.
Guyyaa jimaataa “jum’aa “ fi bu’aa guyyaa guddaa kanaa beekuun barbaachisaadha hubadhu.

ila
Guyyaan jum’aa guyyaa aduun jalqabaaf itti baate,ifa argine,guyyaa Nabi Aadam itti dhalate,guyyaa Nabi Aadam itti boqate,guyyaa Nabi Aadam jannata itti seene,guyyaa Nabi Aadam jannata keessaa itti bahe, guyyaa itti Rabbitti deebi’ee araara itti argate,guyyaa sa’aan isii keessa jirtu fudhatama qabduu xiinxalli.

Eee
Nabiin Rabbii,nagahaafi rahmanni Rabbii bira haa jiraatuu,akkas jedhan!
معاشر المسلمين: يوم الجمعة أفضل أيام الأسبوع عند الله، وهو خير يوم طلعت فيه الشمس، فيه خلق آدم، وفيه أدخل الجنة، وفيه أخرج منها، وفيه تيب عليه، وفيه ساعة الإجابة، وفيه تقوم الساعة، وقد قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: (خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة، فيه خلق آدم، وفيه أُدخلَ الجنة، وفيه أُخرجَ منها).

Jaaloo
Rabbii guyyaa guddaa kanaan si gahe galatoonfadhu, ifa argite kana kunuunfadhu,obboleessa kee isa haqa hojjatu bira dhaabbadhu,jabeeffadhu,hamtuu itti deemtu irraa qoladhu,atis arraba kee irraa tikfadhu,

أن الله حرم من المسلم دمه وعرضه وأن يظن به ظن السوء

Yaada hamaa,yaada hamiifi komii irraa fagaadhu, nama bifa tokkoon laali,
وظننتم ظن السوء وكنتم قوما بورا

Jaaloo
Yoo hooggansa hawaasaa taate,hawaasa keetiif gatii kaffaluu baradhu,dura taa’aa mitii dura deemaa tahuu dandahi,balaafi hamaa sitti roobsan dandahii baadhu, lubbuufi fedhii kee sakaalii galma hawaasni kee sirraa fedhu biraan gahi malee,atis fuula keessa as garagaltee hin morminii dhiisi,sababni isaa Nabiin Rabbii akkas jedhu,
قال : ( إن الأمير إذا ابتغى الريبة في الناس أفسدهم

Namana
Amantii tana onnemarraa itti amani,lubbuu tee harka keetti falfadhu,nama hin arrabsin,nama hin hamatin, nama hin miidhin,cubbuu irraa fagaadhu,arrabaan amantee,qalbiin irraa hin fagaatinii dhaabbadhu.
قال رسول الله - صلى الله عليه وسلم - : يا معشر من آمن بلسانه ولم يدخل الإيمان قلبه لا تغتابوا المسلمين ولا تتبعوا عوراتهم ، فإن من اتبع عوراتهم يتبع الله عورته ومن يتبع الله عورته يفضحه في بيته

Hey
ilaalcha hamaa uf keessaa haqi,waan dubbattuufi waan hojjattu wal-fakkeessi,foon namaa hin nyaatin, waan namni hin qabne dhiisii,waan namni qabuu irraa dubbachuu uf qusadhu.

أتدرون ما الغيبة ؟ قالوا : الله ورسوله أعلم . قال : ذكرك أخاك بما يكره قيل : أفرأيت إن كان في أخي ما أقول ؟ قال : إن كان فيه ما تقول فقد اغتبته وإن لم يكن فيه فقد بهته .
أيحب أحدكم أن يأكل لحم أخيه ميتا

Yoooo
Maqaa namaa kaasuun dhukkuba,maqaa Rabbii dhahuun dawaadhaa,zikrii heddummeessi.
وقال عمر بن الخطاب - رضي الله عنه - : إياكم وذكر الناس فإنه داء ، وعليكم بذكر الله فإنه شفاء

Jaaloo
Yoo nama miitee jiraatte,dhaqii dhiifama gaafadhu, Rabbi biratti xinnaachuu mannaa,har’a qaanfachuu sii wayyaa beeki,maqaa balleessitu naqaa isaa deebisiif, qabeenya isaa saamtu qabeenya isaa galchiif,dhabdu dhugaa itti himi malee,gaafa soomaafi salaata kee kennituuf hin eeginii uf dhaqqabi.
من كانت لأخيه عنده مظلمة في عرض أو مال فليتحلله منه من قبل أن يأتي يوم ليس هناك دينار ولا درهم يؤخذ من حسناته فإن لم يكن له حسنات أخذ من سيئات صاحبه فزيد على سيئاته

Yoo didde immoo!
من بهت مؤمنا بما ليس فيه حبسه الله في طينة الخبال.
Jum’aa milkii qabu isiniif haa tahu!
انا لله وإنا إليه راجعون
Hogganaan HAMAAS dame siyaasa ismaa'iil haniyya magaala guddoo iiraan tehraan keessatti ajjeefame
AL-RISALA HUMANITY CENTER
انا لله وإنا إليه راجعون Hogganaan HAMAAS dame siyaasa ismaa'iil haniyya magaala guddoo iiraan tehraan keessatti ajjeefame
وداعا أيها البطل
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN

Gootota Islaamaa addunyaa kanaa kan israailii hattuu ciisa dhoorge, akkasuma Hoogganaa Biiroo Siyaasaa Hamaas kan ta’e Ismaa’il Haniyyaa ganama kana bakka qubsuma isaatti,Iiraan Magaalaa Xahraanitti harka dhoksaan wareegamuun dhagahameera.

Bara kamuu ummanni Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) gootota mataa ummata isaanii ol qaban hin dhaban.

Yoo dhiirri tokko dabru kumatu bakka bu’a,gootni fedhiin isaatuu jalqabumaa wareegamee kaayyoo isaa gabbisuu dha.

Yaa Ismaa’iil! Akkuma baatii muraasa dura Maatii kee gara aakiraa Shahii_dummaan gaggeessite,atis isaan faana addunyaa sobduu tanarraa waan barbaadaa turte argattee deemtee jirta. Qubsuma ulfaataan si haa simatukaa RABBIIN !
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"Lubbuun keenya, dhiigni keenya, maatiin keenya, ilmaan keenya, Qudsii fi Aqsaaf aarsaa ni ta'u..." Hoogganaa Hamaas Shahiid Ismaa'il Haniya.

Goota hanga dhaadatu ga'u, Qudsii fi Masjiidal Aqsaaf wareegama hanga lubbuutti kaffale! Maatii isaa ilmaan isaa daandii kana irratti kan dhabe.
Fuad Sultan:
WAAN HIN FAKKAANNE GARUU DHUGAADHA TA'AN

1,Sinbirroon hin fincooftu.

2, Goondaan tasumaa hin rafu,sombas hin qabdu hojjetaan waggaa 7,Giiftiin Goondaa waggaaa 15 jiraatu.

3, Shaarki Abadon hin dhukkubsatu.

4, Fardi dhaabbatee malee ciisee hin rafu.

5, Kaanniisni garaa lama qabdi kan Dammaa fi kan nyaataa.

6, Shaarkiin Adii inni guddaan osoo hin nyaatiin ji’oota 3f tura.

7, Goondaan Addunyaa kanarraa hundi nama Addunyaa kana hundaaf utuu hiramee Goondaa miliyoona 1 nama tokko qaqqaba.

8, Barariin Mataanshee irraa cite lubbuun torbaan tokkoof keessaa hin bahu.

9, Harreen al tokkotti Miillashee arfan arguu dandeessi.

10,Doolfiiniin Bishaan keessatti fageenya KM 24 irratti sagalee dhagahuu danda’a.

11,bookeen busaa ilkaan 47 qabdi.

12, sararrii Harree Diidoo kamuu walhinfakkaatu.

13,Billaachi Miilla duubaan dhandhamti.

14, Qaamni Saalaa sarariitii Dhiiraa Miilasaarratti argama.

15, Kaannisni ija shan qabdi.

16, Booyyeen ol jechettee waa arguu hin dandeessu.

17, Hantuutni yoo beellofte eegeeshee nyaatti.

18, Haadha manaa isaaf Bineensi amanamaa Jeedala qofa.

18, Weeliin cuqulisaa addunyaa kanarraa guddinaan hunda caala.

20, Hoosiftoota keessaa kan balali’u simbira halkanii qofa yoo tahu Miillishee qaqalloo waan taheefis deemuu hin dandeessu.

21, Simbirri halkanii yeroo hunda holqa keessaa yoo bahan gara bitaatti balali’u.

22, Bofti Dunuunfatus qola ijaan ni arga.

23, Bookeen busaa inni dhiiraa hin ciniinu.

24, Hantuunni lagaa ji’oota 18 keessatti hantuutni 2 qofti fira miiliyoona 1 ni horatti.

25, Kaannifni tokko damma fallaana tokko qopheessuuf yoo xiqqaate daraaraa 4000 dhandhamti.

26, Cilalluun waggoota 3f walitti aansee rafuu danda’a.

27, Haadi Sarariitii lama osoo walirra buhe akka sibiilaa ni jabaata.

28, Arbi fageenya Maayilii 3 irraati Bishaan jiraachuusaa adda baasuu ni danda’a.

29, Qurxummiin Oyistiir jedhamu gaafa walqunnaamtii godchuu barbaadu saalasaa gara fedhetti ni jijjiirrata.

30, Addunyaarraa Waggaa waggaan ommishni 1/3 n ilbisootaan ni manca’a

Kun Hundumtuu Rabbi ta'aa jennaan Haala kanaan Uumaman.
Kanaaf Mee uumaa rabbii kanaa laallee haa tafakkurruu.
https://t.me/Alrisala1
➡️GAAFI FI DEEBI ISLAAMAA
✔️Jechi: Yaa ayyuhallaziin kafaruu(يا أيها الذين كفروا ) jedhu yeroo meeqa qura'aana keessatti dubbatae?
☑️Deebii:yeroo tokko qofa,Innis suuratul-Al-tahriimiin keessatti.
✔️Aayaan (اليوم أكملت لكم دينكم وأتممت عليكم نعمتي ورضيت لكم الإسلام دينا) jettu guyyaa kam buufamte?
☑️Deebii:guyyaa Hajjatal-Wadaaiin keessaguyyaaJimaataa sanuu guyyaa Arafaatiin Kan Wal galu.
✔️Qur'aanni yeroo meeqa walitti qabame?
☑️Deebii:yeroo Sadi walitti qabame:
▶️gadaa nabi Muhammad
▶️gadaa Abuu bakri al-siddiiq
▶️gadaa Usmaan binu Affaan
✔️Suuraan Sadi Kan maqaan isii dhuma aayata isiitti dubbatame tami?
☑️Deebii:suratu Al-maa'uun,Al-Masad,Al-nnaas
✔️Suuraan Aakirri isii maqaa Suuraa biraatiin goolabamtu Tami?
☑️Deebii:suuratu Al-Qadri (سلام هي حتى مطلع الفجر ) dhumni Suuratul-fajr
✔️Onnee banii Israa'il rabbiin qura'aana keessatti maalitti fakkeesse?
☑️Deebii: Dhagaatti fakkeesse
✔️Nabiyyoonni lamaan Erga manguddoomanii ilmaan argatan eennu?
☑️Deebii: Nabiyyallaahi Ibraahimii fii Zakariyyaa,nageenyi rabbii isaan irratti haa jiraatu.
✔️Tuuta(ummata) Aad Rabbiin maaliin halaake?
☑️Deebii:Bubbee jajjabaan halaake.
✔️Maqaan rabbii guddaa( Al-mu'umin) qura'aana keessatti yeroo meeqa dubbatame?
☑️Deebii: Suuraa Al-hashrii keessatti yeroo tokko qofa dubbatame.
Akkasuma Muheyminii fii Jabbaariis yeroo tokko qofa dubbatame
https://t.me/Alrisala1
Wareegama Gaazexeessaa Aljazeera kanaa qalbi nama cabsa, ajjeefamuun isaa dararaa fi miidhama Gazzaa ukkaamsuu dha! Ismaa'il Al-Goul haleellaa qilleensa irraa weerartuun Israa'iil geggeessiteen ona Gazzaa keessatti wareegame.

Haala qabatamaa Gazzaan keessa jirtu, oolmaa fi bultii warraa Gazzaa kanneen bal'inaan Miidiyaa AlJazeera f qoodan keessaa Gaazexeessaan Ismaa'il kun isa angafaa dha. Dhaabbanni Miidiyaa AlJazeera gurbaa kana dhabuun gadda guddaa keessummeessaa jira, gurba kana dhabuun hedduu isaan laalessee jira, sagalee ummata Gazzaatu ajjeefame jedhee Israa'iiloota himachaa jira.

Gurbaa umuriin isaa reefu ganna 30moota keessa jiru Abbaa intala daa'imaa tokkoo Ismaa'il ona Gazzaa keessa taa'ee beelaa fi dheebuu maraa danda'uun dhukaasaa fi haleellaa weerartoota Israa'iil f osoo hin sarmiin gootummaan sagalee ummata isaa addunyaa qoodaa ture, goota jiruuf jireenya isaa lammiilee isaaf dabarsee kenne.

Iddoo dhaloota isaa, dirree qabsoo isaa ona Gazzaa keessatti awaalame Gaazexeessaan kun.
Ummataafi Barattoonni Baangilaash bilisummaa isaanii mirkaneeffatan!!

Mormiin barattoota Baangilaash keessatti gaggeeffamaa ture jabaatee jiiota tokkoof itti fufuun Muummee Ministeraa biyyattii akka aangoo gadi dhiisee biyya irraa baqatu taasiseera! Ummatni hanga obsu qaba. Barattoonni Baangilaash bu'aa qabsoo isaanii argatanii laaqana har'aa mana Muummee Ministeraa biyyattii dhiisanii baqatanitti nyaachaa akka jiran Viidiyoo Al Jazeeraan maxxansa jiru ni mirkaneessa! Tokkummaan falmannaan bu'aa qabsoo keetii ni argatta.

Congratulations to all students and peoples of Bangladesh 🇧🇩
@Alrisala1