JIRUUN TEENNA TASGABBII MAAF DHABE
لماذا فُقدت السكينة من حياتنا ؟
#️⃣Sababaan tasgabbi dhabiinsa ilma namaa yeroo ammaa keessatti , sababaan eddoowwan rabbiin bakka tasgabbii ilma namaati jedhee fubbate dhiisan ;
من أسباب فقدان الناس لـ( السكينة ) في هذا الزمان، أنهم تركوا المواضع التي جعل الله فيهما السكينة، وهي ثلاثة مواضع :
*️⃣Mana keessatti , Hirriba keessatti , jiddu dhiirsaaf niitiitti .
في البيت، وفي نوم الليل، وبين الزوجين
#️⃣Namoota hedduu hajaa malee manaa bahan rabbiin tasgabbii manatti argamu isaan dhoorgee .
- فكثرة خروج الناس من بيوتهم لغير حاجة حرمهم سكينة البيوت
*️⃣Qur'aana keessatti : rabbiin mana keessan keessatti tasjabbii isinii kenne jedhe .
﴿ وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُم مِّن بُيُوتِكُمْ سَكَنًا ﴾
#️⃣Hedduun hirriba of dhabsiisanii rabbiin tasgabbii hirriba keessaan dhabsiise .
- وكثرة سهرهم بالليل حرمهم سكينة الليل
#️⃣Rabbiin isa halkan isinii taasiseedha , akka keessatti tasgabbooytan .
﴿ هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ اللَّيْلَ لِتَسْكُنُوا فِيهِ ﴾
*️⃣Waliin jireenyi gaariin argamuu dhabuu , jaalalaan jiraatuu hafuu waliin , rabbiin tasgabbii fuuti qabdu isaan dhabsiise .
- وعدم العشرة بالمعروف، فضلاً عن بذل المحبة حرمهم سكينة الزواج
#️⃣Mallattoowwan tokkichummaa rabbii irratti qajeelchan keessaa niitiiwwanii
dhiirsowwan isinii taasisuu dha .
﴿ وَمِنْ آيَاتِهِ أَنْ خَلَقَ لَكُم مِّنْ أَنفُسِكُمْ أَزْوَاجًا لِّتَسْكُنُوا إِلَيْهَا ﴾
Maddi :👇👇👇👇👇
https://t.me/Alrisala1

Telegram
AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa

#Rabbiin_Galateeffadhu
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Galata Galchuudhaaf
Hin dhabdu sababaa
Otuu teessee yaaddee
Baay'inni isaa dhibbaa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Kan Rabbiin komattu
Na rakkise jettee
Lubbuun jiraachu kee
Sila hin dagattee?
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Meeqatu Du'eera
kan beektu Atumti
Simmoo jiraachiseera
Kana hin yaadduu Ati?
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Faayyaa guutuu kennee
Si bashannansiisee
Isa kaan Dhukkubsee
Mana Yaalaa Ciibsee
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Birrii Hin qabu jettee
Hin yaadda'in homaa
Meeqatu Rakkataara
Osoo Qabu kuma
〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Osoo nyaata Qabuu
Kan nyaachuu dadhabe
Osoo lubbuun jiruu
Fedhii nyaataa dhabe
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Ati Fayya qabdaa
Kana hunda irraa
Kunoo fayyaan Deemtaa
Si Arge karaarra
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Nyaatas Numa nyaatta
Hin dhabne fedhii isaa
Fayyaas kunoo qabda
Sin dhoowwanne tasa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Galata Galchiif kaa
Rabbii si badhaasee
Dhukkuba Adda Addaa
Irraa bilisa si baase
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Haa Galateeffannuu
Rabbii uumaa maraa
Galata Galchinaan
Inni nuuf Dabalaa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Alhamdulillahi rabbil Aalamiin
Galcheef Ani kunoo
Isin maal eegdu ree
Kunoo Amma yeroon
Atis Galateeffadhuu
Jiruun Hundeen QABDUU
Ammaa biraa Dabruu
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
🔘 Rabbii Kee qabadhu
Abad Hin kasaartuu
Namni Isa qabatee
bakka hin hanqatuu
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
📨 Al risala Humanity Center
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨
🗣 said leader
© Hamiltan Tv
Share: http://t.me/Alrisala1
Waan Nu Filattaniif Galatoomaa
http://t.me/Alrisala1

#Rabbiin_beekuu
✳Namni Dhugamatti Rabbiin beeke;
✔Jireenya booruu hin qabne jiraata.
صفا له العيش.
✔Jiruu gaarii keessa jiraata.
وطابت له الحياة
✔Addunyaa guututu isa sodaata.
وهابه كل شيء.
✔Sodaa ilma namaattu qalbii isaa irraa fagaata.
وذهب عنه خوف المخلوقين.
✔Boohartii Rabbii isaa argata.
وأنس بالله.
✔Kophummaa namaa dagata/addummaan suni itti hin dhaga’amu.
واستوحش من الناس.
✳#Rabbiin_beekuun;
✔Rabbirraa qaanfachuu nama dhaalchisti.
وأورثته المعرفة الحياء من الله.
✔Kabajaa fi ulfinna Rabbiif qabaachuu nama gonfachiisti.
والتعظيم له والإجلال.
✔Bakka geenye hundatti onneen teenya jaalala isaatiin guutamti.
والمحبة.
✔Sodaa isaa irraa kan ka’e lubbuun teenya hamaa dalaguu irraa nu seerti.
المراقبة.
✔Yeroo mara irkoo keenyaa fi deebiin keenya akka Rabbiin taate hubanna.
والتوكل عليه والإنابة إليه.
✔Yoo Rabbiin beekne Harka keenya Rabbitti kennanna..waam dalagnu hunda keessatti jaalala isaa barbaanna.
والرضا به والتسليم لأمره .
✔Rabbiin beekuun bu'uura Amantii islaamaati.
𝙹𝚞𝚖'𝚊𝚊 𝙶𝚊𝚊𝚛𝚒𝚒 𝚒𝚜𝚒𝚗𝚒𝚒𝚏 𝚑𝚊𝚠𝚠𝚊.
Maddi_odeeffannoo👇
- روضة المحبين لـ/ ابن القيم /صـ ٤٠٦/
Join👇
@tafak_or
@Alrisala1

إن الله بهذا القرآن أقواما ويضع به آخرين
#Rabbiin Qur'aanaa kanaan Nama Fedhu Ol fuudha .... Isumaan Nama fedhe Gadi Buusa !
#Masha Allah Ordon
Mucaan kun Muhammad Nuuri dheengadda magaalaa finfinneetti dorgommii qur`aanaa 1ffaa bahee yeroo Ordonitti galu kunoo akkasitti sadarkaa mootummaatiin simannaan guddaan godhameefii hamileen isaa eegameefi
#Quraanaan Kabajamuu wanni Caalu hin jiru wlh . @Alrisala1

Forwarded from 𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر (Ibroo)
#Irraa_nu_haa_baraaru
➛Wuduu'a goota, garuu bishaan garmalee dhangalaasuun/Israafa goota.
➛ Sooma afaanii qabda, garuu afaaniin ilma namaa hamataa oolta,
➛Sadaqaa kennatta, garuu uf faarsaa oolta ykn akkanatti sadaqadhe jettee haasawaa oolta,
➛Halkan leeylii salaattee, ganama baatee himatta,
➛Rakkataa qarqaaraa, booda suuraa kaatee raabsita,
➛Hijaaba uffattee garuu urgaan kankee ufitti nama hin kaleessu,....na ajaa'ibee....!, maal dubbannee maal haa dhiisnu.
Maaf gingilchaatti bishaan waraabbatta. Maaf kiisa citte keessa mallaqa kaawwatta.
#Rabbiin_nu_haa_eegu!
Follow me👇
https://t.me/tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

"أملنا في الله، وليس في 2023
والعيب فينا، وليس 2022
Abdiin Keenna rabbirra Bara Haaraa 2023 irra miti
Rakkoo ka qabu numa bara dabre 2022 miti .
إِنَّ اللَّـهَ لا يُغَيِّرُ ما بِقَومٍ حَتّى يُغَيِّروا ما بِأَنفُسِهِم"
#Rabbiin waan ummata bira jiru hanga isaan waan isaan bira jiru jijjiiranitti isaan irraa hin jijjiiru.
Hanga ati Nama taatutti Rabbiin Nama sin godhu jetti aayaan .
Ciisanii galma gahuun Abjuu qofaani .
Amala Kee ofirraa jijjiiri , Jiruu Kee sii jijjiiraa Rabbiin .
https://t.me/Alrisala1
والعيب فينا، وليس 2022
Abdiin Keenna rabbirra Bara Haaraa 2023 irra miti
Rakkoo ka qabu numa bara dabre 2022 miti .
إِنَّ اللَّـهَ لا يُغَيِّرُ ما بِقَومٍ حَتّى يُغَيِّروا ما بِأَنفُسِهِم"
#Rabbiin waan ummata bira jiru hanga isaan waan isaan bira jiru jijjiiranitti isaan irraa hin jijjiiru.
Hanga ati Nama taatutti Rabbiin Nama sin godhu jetti aayaan .
Ciisanii galma gahuun Abjuu qofaani .
Amala Kee ofirraa jijjiiri , Jiruu Kee sii jijjiiraa Rabbiin .
https://t.me/Alrisala1
Telegram
AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
💕GUYYAA GUDDAA
❤️SANBATA
🧶Baalee Roobee
☘️Eebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan
Barattoota kennaa fi Dandeettii addaa Horatan Ifaajee isaanii kan Waggaa Lamaa Gaafa Guyyaa Sanbata #Muharram /14/1446 Magaalaa Roobee Masjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Bakka Ulamaa'onni Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
🌿#Eebbi Eebba Qur'aana Olii hin jiru Eebba Duniyaa fi Aakiraati
📍Baga itti Geettan !!!
🙏#Rabbiin Qur'aana kanaan Abbaa Fedhee ol fuudha jedhan Rasuulli .
🌼#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata Baalee Roobeetti .
🌱Namni Waan ofii kana lafa Buusa Jabeessaa Guyyaa Kana Qur'aana Urgeessaa .