AL-RISALA HUMANITY CENTER
2.91K subscribers
1.36K photos
32 videos
23 files
892 links
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
Download Telegram
๐Ÿ’•GUYYAA GUDDAA
โค๏ธSANBATA
๐ŸงถBaalee Roobee
โ˜˜๏ธEebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan
Barattoota kennaa fi Dandeettii addaa Horatan Ifaajee isaanii kan Waggaa Lamaa Gaafa Guyyaa Sanbata #Muharram /14/1446 Magaalaa Roobee Masjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Bakka Ulamaa'onni Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
๐ŸŒฟ#Eebbi Eebba Qur'aana Olii hin jiru Eebba Duniyaa fi Aakiraati
๐Ÿ“Baga itti Geettan !!!
๐Ÿ™#Rabbiin Qur'aana kanaan Abbaa Fedhee ol fuudha jedhan Rasuulli .
๐ŸŒผ#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata Baalee Roobeetti .
๐ŸŒฑNamni Waan ofii kana lafa Buusa Jabeessaa Guyyaa Kana Qur'aana Urgeessaa .
https://t.me/Alrisala1