AL-RISALA HUMANITY CENTER
3.13K subscribers
1.37K photos
33 videos
23 files
902 links
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
Download Telegram
#Innaalillaahi wa'innaa eleyhi Raaji'uun
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

Namoonni hedduun Du'aatuma jiran namni dubbatuuf dhabamus
Miciyyoon tun hedduu diiniif ta'aabaa turte Raadiyaa Ahmad jedhamti guyyaa har'aa gara fuula Rabbii deemtee Du'aa'ii godhaafi Rabbi Rahmata hagodhuufi.

#Yaa obboleewwan kiyya, akkuma argaa jirru yeroo Amma kana Namni osoma deemu dhabamaa Jira, kanaafu bakkuma jirrutti ufitti haa Jabaannu waliifis Rahmata haa goonu , #Wal jibbu fi #wal hinaafu haa dhiisnu , Obboleetti teenna tanaaf rabbiin Rahmata haa godhuuf.

@Alrisala1
@Alrisala
GUYYAA QUR'AANAA
SANBATA 18/10/2014
Baalee Roobee
Eebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2 f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan Gaafa Guyyaa #Sanbataa 18/10/2014 tti Magaalaa Roobee Madjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Barattoota Ciccimoo Gahumsa Addaa Horatan Kan Barsiisaa Ture Firii Hojii Isaa Guyyaa kana Bakka Ulamaa'aan Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
#Sagantaa Guddaa Dhiheenya Kana Akka Addunyaatti Biyya Keenna Irratti Dabre Bu'uurri Isaa Asiin Waan ta'eef Kennaa Fi Dandeettii Addaa Barattoonni Kun Horatan Guyyaa Kana Irratti argamee Nama itti Gammadu Rabbi isin Haa Taasisu !
#Qur'aana kanaan Abbaa Fedhe Ol Fuudha Rabbiin .
#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata 18/10/2014 Baalee Roobee
https://t.me/Alrisala1
Forwarded from Quwwatul Islaam (Jemal)
🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁
#Wal-dorgommmii Marsaa #20ffaa
πŸ“ΆMaqaa:Hamza Kasim
πŸ•‹Biyya:Baale Roobe
#CODE_20
πŸŒ‡Abuu Abdullaah Annu’umaan bin Bashiir irraa odeeffamee [r.a] ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii [s.a.w] jedhanuun dhaga’e: β€œdhugumatti halaalli ifa galaadha; haraamnis ifa galaadha. Jidduu isaanii immoo wantoota
wal fafakkaatoo hedduun namootaa hin beeknetu jiru. Namni wantoota wal fafakkaatoo kana dhiise dhugumatti amantii isaatiifi kabajaa isaatiifis qulqullaa’eera. Namni wantoota wal fafakkaatoo keessa seene immoo haraama keessa seeneera. Inni akka tiksee naannoo daangaa irra tiksuu kan keessa isaa (seentee) dheeduutti dhihaattuuti.

πŸ₯‰Dhaga’aa! Mootolii hundaafuu daangaatu jira. Dhaga’aa! Daangaan Rabbii immoo waan inni haraama godheedha. Dhaga’aa! Qaama keessa foon muraa wahiitu jira. Yeroo isheen tolte qaamni hunduu tole; yeroo isheen baddes qaamni hunduu bade. Dhaga’aa! Isheen qalbiidha.” Bukhaariifi Muslimtu gabaasan.
1⃣ffaa kan baheef 400MB🎁🎁🎁
2⃣ffaa kan baheef 300MBπŸ…πŸ…πŸ…
3⃣ffaa kan baheef 200MB🎊🎊🎊
Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†
🎒JOIN&SHARE
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@quwwatulislaam
#quwwatulislaam
#quwwatulislaam
πŸ’•GUYYAA GUDDAA
❀️SANBATA
🧢Baalee Roobee
☘️Eebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan
Barattoota kennaa fi Dandeettii addaa Horatan Ifaajee isaanii kan Waggaa Lamaa Gaafa Guyyaa Sanbata #Muharram /14/1446 Magaalaa Roobee Masjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Bakka Ulamaa'onni Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
🌿#Eebbi Eebba Qur'aana Olii hin jiru Eebba Duniyaa fi Aakiraati
πŸ“Baga itti Geettan !!!
πŸ™#Rabbiin Qur'aana kanaan Abbaa Fedhee ol fuudha jedhan Rasuulli .
🌼#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata Baalee Roobeetti .
🌱Namni Waan ofii kana lafa Buusa Jabeessaa Guyyaa Kana Qur'aana Urgeessaa .
https://t.me/Alrisala1