#Sanbata Xiqqaa Eebbisna
๐ธโ๐ธ22/12/2013 ๐ธโ๐ธ
EEBBA KITAABAATI
โญ๏ธICCITII DHALOOTA QUBEE
Ilmi Namaa Guyyaa Dhalate Irraa Kaasee Osoo hin Taane , Guyyaa Hojii Qabatamaa Hawaasa Fayyadu Dalage Irraa Kaasee Umrii Lakkaawata .
Namni Hunduu Dandeettii Fi Kennaa Garagaraa Of Keessatti Hammate Dhalata .
Barreessaa Kitaaba Iccitii Dhaloota Qubee Kan Guddisa Ilmaaniif Bu'uura Ta'an Ragaa Qur'aanaa Fi Hadiisaa Akkasuma Yaadota Beektotaa Hedduun Dabalame Kan Barreesse ... Obboleessa Keessan Ibrahim Eda'oo dha .
Kitaaba Faana Gaarii Abboota Ilmaaniifi Ilmaan Keessatti Hanbisuudha .
Har'aaf Osoo Hin Taane Boruuf Kan Si Jiraachisu , Dhaloota Kan Jijjiiruu dha .
๐ธGumaacha Guddaa Isin Gammachiisuu Qabatee Dhufaa Jira .
Kitaaba Akka Daawitiitti Keessatti Dhaloota Madaalluudha .
Kitaaba kaayoof Karooraan ilmaanii Jijjiiru dha .
KITAABA Ilmaan Kee Hangam Seeraan Guddisaa Akka Jirtu Keessatti Of Madaalta .
Kitaaba Yeroo Dheeraaf Eegamaa Ture Fedha Rabbiitiin
Yeroo Guyyaa Sanbataa Eebbaaf Gessinee Jira .
#Baga_Gammaddan
Eebbi 22/12/2013 Sanbata Xiqqaa Ganama Sa'aatii 3 - 00 tti Rabbiin Nagaan Isiniin Haa Gahu . @Alrisala1
#Odeeffannoo Dabalataaf
@Alrisala1
@Alrisala1
Chaanaalii Keessan Irratti Nuuf Qoodaa .
Galatoomaa Irran Hafinaa
Bale -Robe Sico Mando Hall
๐ธGalma Sikkoo Mandootti

#18/10/2014
Eebba Markaza Hifzii Qur'aanaa Hamzaa ibn A/Muxxalib
#Yeroo Dhihotti Eebbisa
#Barsiisee Guddisee Mul'isee
Eebbaaf Qopheessee jira .
#Alh Hawaasa Baalee Roobee
#Sanbata 18/10/2014 tti Magaalaa Roobee Irraa

GUYYAA QUR'AANAA
SANBATA 18/10/2014
Baalee Roobee
Eebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2 f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan Gaafa Guyyaa #Sanbataa 18/10/2014 tti Magaalaa Roobee Madjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Barattoota Ciccimoo Gahumsa Addaa Horatan Kan Barsiisaa Ture Firii Hojii Isaa Guyyaa kana Bakka Ulamaa'aan Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
#Sagantaa Guddaa Dhiheenya Kana Akka Addunyaatti Biyya Keenna Irratti Dabre Bu'uurri Isaa Asiin Waan ta'eef Kennaa Fi Dandeettii Addaa Barattoonni Kun Horatan Guyyaa Kana Irratti argamee Nama itti Gammadu Rabbi isin Haa Taasisu !
#Qur'aana kanaan Abbaa Fedhe Ol Fuudha Rabbiin .
#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata 18/10/2014 Baalee Roobee
https://t.me/Alrisala1

Telegram
AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa

๐GUYYAA GUDDAA
โค๏ธSANBATA
๐งถBaalee Roobee
โ๏ธEebba Barattoota Hifzii Qur'aanaa Waggaa 2f Markaza Hamzaa ibnu A/Muxxalib Keessaatti Barataa Turan
Barattoota kennaa fi Dandeettii addaa Horatan Ifaajee isaanii kan Waggaa Lamaa Gaafa Guyyaa Sanbata #Muharram /14/1446 Magaalaa Roobee Masjida Hamzaa Keessaatti Qophii Adda ta'een Bakka Ulamaa'onni Hedduu argamanitti Gammachuun Ni Eebbisa !
๐ฟ#Eebbi Eebba Qur'aana Olii hin jiru Eebba Duniyaa fi Aakiraati
๐Baga itti Geettan !!!
๐#Rabbiin Qur'aana kanaan Abbaa Fedhee ol fuudha jedhan Rasuulli .
๐ผ#Jabaadhaa Qur'aanaa Ol wanni Irratti Hirmaannu hin jiru .
#Wal argaan #Sanbata Baalee Roobeetti .
๐ฑNamni Waan ofii kana lafa Buusa Jabeessaa Guyyaa Kana Qur'aana Urgeessaa .