#Alhamdulillah
Obboloonni Keenya Sababa Tiishertii Imaam Ahmad Uffataniif Hidhaman Hiikamanii Jiru
Koree Fala Barbaaddu Hawaasa Muslimaa Qaamolii Mootummaa Waliin Erga Mari'atanii Booda Tiishertii Imaam Ahmad Uffachuun Yakka Akka Hin Taane Erga Hubachiisanii Booda Akka Isaan Hiikaman Godhanii Jiru
Koreewwan Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaan Jazaakumullahu Kheyran Jenna
Obboleewwan Keenyaan Immoo Baga Hiikamtan Jenna
@Alrisala1
@Alrisala1
#Like_#Share

#Erdogan| «Milkaa'aa Jira 🇹🇷»
@Alrisala1
@Alrisala1
"Kan Eegalle Osoo Galmaan Hin Ga'iin Duubatti Hin Jennu" Kan Jedhee Ture Baba Ordogaan Dha, Akkuma Jedhe Milkaa'ee Jira...
Mootii Waan Waadaa Gale Milkeessu Erdogan Dha
Xumura Irrattis Waraanni Kurdii Ajaja Mooticha Ordogaan 'f Abboomamee Jira
Mootichi Ordogaan Waraana Finxaaleyyii Dha Jechuun Waraanni Kurdootaa (YPG) Akka Daangaa Turkii Gadi Lakkisee Km 30 Fagaatuuf Bakka Sanatti Immoo Buqqaatota Lammiilee Sooriyaaf Miiliyoona 3 Ol Kanneen Turkii Keessa Jiraniif Magaalaa Guddaa Hundeessuuf Tarkaanfii Akka Eegale Yaadannoo Keenya Tibba Kanaa Dha
Akka Walii Galtee Dheengadda Ameeriikaan Turkii Waliin Ankara Keessatti Mari'atteen Baba Ordogaan Guyyaa 5 Keessatti Waraanni Kurdootaa Bakka Kana Gadi Lakkisee Akka Godaanu Jechuun Ajaja Labseen Guyyaan Beellama Isaanii Gahaa Waan Jiruuf Sodaa Waraana Turkii Irraa Qabaniin Waraanni Kurdii Osoo Hin Jaallatiin Dirqamee Ajaja Baba Ordogaan Hojii Irra Oolchuu Eegalee Jira
Onnaa/Qaxanaa Nageenya Waaraa Qabu Kan Turkiin Kaaba Sooriyaa Keessatti Uumuuf Karoorfattee Hojiitti Seenteen Waan Milkiin Xumuraa Jirtu Fakkaata
#Alhamdulillah
Rabbi Galmaan Si Haa Ga'u
Yoo Gammadde SHARE Godhi
@Alrisala1
@Alrisala1 t.me/Alrisala1

Telegram
AL-RISALA HUMANITY CENTER
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa

#ALHAMDULILLAH
Dhaabbanni Al-risala Humanity Center guyyaa har'aa sagantaa waljijjirraa Amiiraa gaggeesse
Fulbaana 13/1/2013 guyya har'aa salaata asrii booda iddoo maanguddoonni, ulama'iin, koreewwaniifii miseensonni garagaa argamanitti sirni wal harkaa fuudhinsa hoggansa dhaabbata ALHC haala hawwataa ta'ween raawwatame
Sagantichi kan qophaayu waggottan lamaan yoo tau bara kanas haala hawataa taeen qophiiwwan garagaraa kan akka walaloo, Nashiidaa, gaafiif deebii fii haasawa dhaamsa garagaraa qabuun sirnichi xumurame, Dhabbatichi baroottan itti aanuf daran hojjachuun, shababban (dargaggoo) gara keyriitti wal ajajuufii hamturraa waltiisuuf, gahee islaamummaa bahuun, hawaasa naanoo qarqaaruun caalatti hujii isaa kan itti fufu ta'uu dura taa'aan dhaabatichaa dhaamsa dabrsan,
Sagantaa guutuu daaawachuuf karaa Youtube fi channel keennan dhihotti kan isiniif dhiheessinu ta'a
BARA HUJII GAARII
👇👇👇👇👇

••• BAGUMA JANNANNII HARKA KEE HIN TAHIN ALHAMDULILLAH•••
Seenaa Barsiiftuu Kana Dubbisuun #SHARE Godhaa
Ollaa Imaama Beekamaa Abu Haniifa Jedhamu Namticha macha'aa Tokko tu Ture Imaamni Kun Namticha Kana Nii Gorsa Nii Gorsa Dhaga'uu Hin Dandeenye Isaanis Gorsani Dadhabanii Itti Dhiisan
Guyyaa Tokko Halkan Akka Tasaa Ulaan Imaama Abu Haniifa Rukutame Yeroo Ulaa Irraa Banan Haadha Warraa Namticha macha'aa Ollaa Isaanii Argan
Isheenis Akkana Jette: "Yaa Abu Haniifa Abbaan Warraa Koo Du'ee Jira Salaata Janaazaa Irratti Naaf Salaata" Jettee Gaafatte
Isaanis "Nama Kamrii Dhugee Machaa'u Irratti Hin Salaatu" Jedhanii Didan
Guyyoota Muraasa Booda Abu Haniifan ABJUUN/MANAAMAN Namicha Kana Bakka Miidhagduu Taate Keessatti Osoo Inni Bashannanuu Argan Jannata Keessa Tahu Isaa Baran
Namtichi Kunis Abuu Hanifa Dhan Akkana Jedhe " BAGUMA JANNANNI HARKA KEE HIN TAHIN ALHAMDULILLAH" Jedhe
Abuu Haniifanis Ganama hirriba Irra Dammaqanii Gara Haadha Warraa Namticha Kanaa Deemun Abbaa Warraan Kee Addunyaa Irra Gaafa Ture Maal Dalagaa Ture Jedhanii Gaafatan
Haati Warraa Namtichaas Akkana Jette
"Baayyinaan Dalagaa Addaa Qabaachuu Dhabus Garuu Guyyaa Jummu'aa Yeroo Mara Yatiima Ganda Keenyaa Walitti Qabuun Nyaachisaa Bo'aa Mataa Yatiimota Kanneenii Qaqqabaafi Ture" Jette
Kana Booda Abu Hanifan Baayyee Gaddanii Akkana Jedhan
Sababa Hojii Kanaaf Rabbiin Jannata Kenneef Tahuu Mala" Jedhan
Kana Booda Imaamni Kun Akkana Jechuun Uummata Gorsuu Jalqaban:
"Abaluun Badii Hojjeta Jettanii Maqaa Wal Hin Balleessinaa Walis Hin Arrabsina Rabbiin Hojii Inni Ittiin Jannatatti Nu Naqu Hin Beektanii"
√ Dhuguma Baguma Jannanni Harka Namaa Hin Tahin #ALHAMDULILLAH
®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif #Like_Share Godha
https://t.me/Alrisala1