Firii Qulqulloota
1.63K subscribers
30 photos
1 video
95 links
πŸ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹🌹🌹#Baga_geessanπŸ™

🌹🌹🌹ኀፌ 5:16 "#α‰€αŠ–α‰Ή αŠ­α‰α‹Žα‰½ αŠ“α‰Έα‹αŠ“ #α‹˜αˆ˜αŠ‘αŠ•-α‹‹αŒα’"🌹🌹
"#Guyyooni kun guyyoota #gadheee waan ta'aniif #bariicha-dursaa"

"αŠ₯αŠ•αŒα‹²αˆ… αŠ₯αŠ•α‹° #αŒ₯α‰ α‰ αŠžα‰½_αŠ₯αŠ•αŒ‚ αŒ₯α‰ α‰₯ #αŠ₯αŠ•α‹°αˆŒαˆ‹α‰Έα‹ αˆ³α‹­αˆ†αŠ• αŠ₯αŠ•α‹΄α‰΅ #αŠ₯αŠ•α‹΅α‰΅αˆ˜αˆ‹αˆˆαˆ±_α‰ αŒ₯αŠ•α‰ƒα‰„ α‰°αŒ α‰ α‰α€
α‰€αŠ–α‰Ή #αŠ­α‰α‹Žα‰½ αŠ“α‰Έα‹αŠ“ #α‹˜αˆ˜αŠ‘αŠ•-α‹‹αŒα’ ("Egaa #attamitti akka #deddeebitan haleelaa #ilaalladhaa. Akka warra #ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin ta'iniitti hin #jiraatinaa."

#Guyyoonni_kun_guyyoota gadhee waan ta'aniif, #yeroo isiniif kenname #utuu hin dabarsin itti hojjedhaa.")
Efe 5:15-16

#Bariicha_akkaamiiti_dursina...❓❓❓

βœ…1.#Fedhaa_Foon keenyaaf #bitaamu dhiisudha.

Room13:11_14 "#Yeroo_itti_dura_amanne caalaas #amma guyyaan #fayyinaa waan #nutti dhi'aateef, #yeroon_kun_yeroo itti #hirribaa_dammaquun isin irra #jiru ta'uu isaa #beekaa.

#Halkanichi_sokkee, #guyyichi dhi'aateera, kanaafis #kottaa #hojii_dukkana keessa hojjetamu #of_irraa_fuunee_gannee, mi'a lolaa isa #ifa_keessa ittiin hojjetan ni #hidhannaa

#Kottaa_amala_keenya tolfannee akka #warra_ifa guyyaa keessa deddeebi'aniitti #jiraanna_malee, machiitti, halalummaatti ykn sagaggalumman, #nama_loluutti hin jiraannu.

#Gooftaa_Iyyasuus_Kiristoosin akka #uffata_sibiilaatti #uffadhaa malee, #hawwa namummaa #foonii raawwattanii isas #gammachiisuudhaaf #garaa hin #kenninaa."

βœ…2.#Icciitiwwaan _Mana Amantaa raawachudha.

"#Egaa_yaada garaa keessanii #geddaradhaa, inni #cubbuu keessan #akka isiniif dhisuuti gara #Waaqayyootti_deebi'aa."
H/Erg 3:19

#Bara_haarati
#Uffaata keenyaa qofaa osoo hin taane #yaada_Laphee keenyaas haa #Jijjiraanu....

πŸ’―Iyyuu'eel 2:12-14 "#Waaqayyo garuu, ''#Ammuma_iyyuu garaa keessan #guutuudhaan, #soomuudhaan, boo'ichaan, gadduudhaanis gara kootti deebi'aa!'' jedha.

#Egaa_Laphee keessan tarsaasaa malee, #uffata keessan hin #tarsaasinaa. Gara #Waaqayyo gooftaa keessaniitti deebi'aa. #Inni araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa waan ta'eef, dheekkamsatti hin #ariifatu, #gaarummaan isaas baay'ee dha, wanta #hamaa_namatti erguu irraas of ni qusata."

βœ…3.#Jaalalaa Fi #Nageenyan jiraachudha.

#Nama_hundumaa wajjin #nagaatti jiraachuudhaaf karaa keessan wanta danda'amu hundumaa godhaa."
Room12:18

#Jaalala_yoo_waliif_qabaattan, kanaan #namoonni hundinuu akka #isin_bartoota koo akkaa taatan ni #beeku. "
Yoh 13:35

"#Wantan qabu hundumaa #warra_dhabaniif_hiree, ittiin of #jajuudhaafis dhagna koo iyyuu dabarsee Yoon #kennee, #jaalala_yoon qabaachuu dhaabaadhe garuu, #homaa waa'ee #anaaf hin baasu."
1ffaa Qor 13:3

"#Waan_hojjettan_hundumaa #jaalalaan raawwadhaa."
1ffaa Qor. 16:14

🌹🌹🌹🌹#Barii_2016 bara #Wangeelawi_Yohaanisiti.
#Yohaanis jechuun
#Kennaa
#Gammachuu jechuudha.

#Kanaf bara ittii#kennaa Fi #gammachuu_waaqayyoo irraa ittii #arganu nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

#Bariicha_dursine mana isaa keessa #akkaa jiraanu #fedha Fi #Jaalalaa_waaqayyoo nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹#Ayyaana_gaarii 🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

#Wantumaa_hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu πŸ™

https://t.me/firiqulqulloota
"#Maariyaam_fudhaachuf_hin_sodaatin." πŸ’―%
Maat 1:20

Akkaa Mana #Dookimaas hir'uun hundii akkaa guutamuuf #Durboo_Maariyaam fudhaachuf hin sodaatin.

Akkaa #Elsaabet haadha Gooftaa jettee Galaattefachuf #Durboo_Maariyaam fudhaachuf hin sodaatin

Akkaa #Yohaanis Wangeelayii Mana isaati fudhaaate Mana isaati haadha Koo jedhee fudhaate
Iccitii hundii isaaf ifee akkaasumas #du'aa_biyyaa lafaa kana hanga har'ati akkuma hin argine atis iccitii akkaa sif ifuu Fi du'aa Jala bahuuf #Durboo_Maariyaam fudhaachuf hin sodaatin

Dhaloonii hundinuu na #galateefata jettee jirtii Waan ta'eef dhaloota ta'uu yoo barbaade #Durboo_Maariyaam galateefachuuf hin sodaatin.

#Namoonii_biyyaa_lafaa kana irraa faayidaa #mataa isaaniif yoo waa'ee Ishee sobaa dubbaatan illee

Maaloo #Ergamoonni samii qulqulloonnii kana akkaa #faanu'eel waa'ee nyaata Fi dhugaati , #Gaabri'eel Fi #Mikaa'eel waa'ee durbumaa fi #uraa'eel waa'ee godaansa isheef ragaa akkaa bahan yaadadhu .....
#Durboo_Maariyaam fudhaachuf hin sodaatin.

"#Wantumaa_hundaaf waaqayyoof galanii haa ta'uu."

Fuula telegram keenyaa

https://t.me/firiqulqulloota
"#Tsomiini_haadha_fayyinati, obbolleeti #jaalalati akkasumas #gadii of qabuuma Kan barsiistudha.

πŸ™Kaayyoon #Tsomii yeroo murtaa'ef #nyaata Fi #Dhugaatii foonii irraa fagaachuu Keenyaan fedha foonii keenyaa mo'achuu akka dandeenyufidha.

Kanaf #tsomanjiraa Namnii jedhuu hundaa duraa:-
βœ…Obsaa ta'uu
βœ…Laphee isaatii gaarumaa yaaduu
βœ…Laphee isaatii waaqayyoo sodaachuu
βœ…Yeroo hundaa waa'ee Dhufaatii waaqayyoo yaadu
βœ…Murteef waaqayyoo fuldura dhaabbachuu isaa kan yaadu Fi hin irraafane
βœ…Kennaa arraasa Kan kennuu
βœ…Nama hundaa Laphee dhugaan Kan jaallaatu ta'uu isaa of ilaaluu qaba.
####Tsomii #dhugaa jechuun isaa kana dha Waan ta'eef.

πŸ‘‰"#Namnii yoo of gadiisise, mormaa isaa akkaa gamadatis(lokkoo)ti yoo of qalisee, uffaata ho'aa baafate daara irraa illee yoo raafe Tsomiini Kun waaqayyoo fuldurati fudhaatama mitii....

πŸ‘‰πŸŒΉKanaf tsomiin waaqayyoo jaalatu isaa kamii❓❓❓ yoo Nan jettaan raajan #Isaayaas akkaanati nuf deebisa.

🌹Isaay 58:5-8 "Soomiin ani fo'adhe isa akkasiitii ree? Inni isin soomuu dha jettan, isa namni gaaf tokko of dhiphisee, akka dhallaadduu coollagee mataa isaa gad qabatee, uffata gaddaas uffatee daaraa keessa taa'u kanaa? Guyyaan Waaqayyo jaallatus isa kanaa?

🌹 "Soomiin ani fo'adhe warra firdii jal'aadhaan hidhaman hiikuu, hidhaa waanjoo ittii furuu, warra cunqurfaman bilisaa baasuu, waanjoo (Cubbuuf) hundumaas isaan irraa caccabsuu mitii ree?

🌹Buddeena keessan warra beela'aniif, hiyyeessa olii fi gad jooruuf iddoo bultii kennuu, isa qullaa ta'e yommuu argitan daara baasuu, warra aantii keessan ta'anitti dugda gatuu dhiisuu mitii ree?

πŸ™πŸŒΉYoo kana hundumaa gootaniif ifni keessan akka #biiftuu ganamaa ol ni ba'a, #madaan keessanis dafee deebi'ee ni#fayya; qajeelummaan keessan isin dura ni adeema, ulfinni koos isin booddeedhaan isin ni eega....jedha Waaqni keenyaa.

"#Yohaanis_Afaan_Warqee

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu"
"#Boqonnaa_Qulqulloota_waaqayyoo fuldurati Kan #kabajameedha."🌹Faars 115:6

Abbaan keenyaa #Abuna_Gabra_Manfas_Qidduus #muddee 29 Abbaa isaanii #Simi'oonii Fi #Aqleesiyaa irraa dhalatan. Isaaniis erga Wal fudhanii waggaa 30 booda sila'atiin (wareegan) si'ilii Abbaa Keenyaa #Sillaasee irraa Qulqullumaan isaa akkaa ergaama #Qulqulluu Mikaa'eela Fi Gabri'eel Kan ta'e, lubbuumman isaa akkaa malkaa tsadiqii Kan ta'e, akkaa #yohaanis cuuphaa Fi akka raaja #Ermiyaas Kan ta'e, ni deessa" sagalee jedhuu dhageessee akkasumas ni ta'eef .

Isaaniis #akkuma dhalatanii Abbaaf galanii haa ta'uu Ilmaaf galanii haa ta'uu Afuura Qulqulluuf galanii haa ta'uu jedhanii galateefatan.

Har'a nuti #eenyuudha isaan irraa baratee galatefacha jiraa moo seena isaanii qofaa kaasa jiraa ❓❓❓

Isaan #gibxii keessa waggaa 300
Ergaa jiraatanii gara #Ethiopia dhufanii waggaa 262 erga jiraatanii boqotan waluman galatii #waggaa 562 jiraatan.

Ergaa #qorumsaa hedduu dabarsanii Fi mo'atanii booda #bitooteessa 5 boqotan. Guyyaa boqonnaa isaanii Kun Garuu Baay'ee ajaa'ibsiidha.

#Guyyaa_kan_Gooftaan_keentaa_kiristoos_Qulquulleeeti_Durbee_maariyaam_ergaamoota_samii_raajonnis_qulqulloota_hundaa_wajiin_dhufanii_abbaa_keenyaa_Abuna_gabra_manfas_qidduus_kabajaniiru.

#Kiristaanoota kabajnii Kan caale eessa illee hin jiru.
#Dabalatan guyyaa kana ammoo #waadaniis galamefira. Innis kanneen maqaa kee waaman Fi #hojii keeti amananiif si kabajan...... #Maqaa keef jecha mootummaa Koo Nan Kee naf Kan jedhuu Fi #waaada biraas hedduu galameeraf....

#Waaqayyoo waada Abbaa keenyaa #Abuna_Gabra_Manfas_Qidduusif jedhee biyyaa keenyaa, #waldaa keenyaa, Saba #kiristaanaa hundaa nu haa eebbiissuu πŸ™ Ameen ❗❗❗

https://t.me/firiqulqulloota

#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™