Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
πŸ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹🌹🌹#Baga_geessanπŸ™

🌹🌹🌹ኀፌ 5:16 "#α‰€αŠ–α‰Ή αŠ­α‰α‹Žα‰½ αŠ“α‰Έα‹αŠ“ #α‹˜αˆ˜αŠ‘αŠ•-α‹‹αŒα’"🌹🌹
"#Guyyooni kun guyyoota #gadheee waan ta'aniif #bariicha-dursaa"

"αŠ₯αŠ•αŒα‹²αˆ… αŠ₯αŠ•α‹° #αŒ₯α‰ α‰ αŠžα‰½_αŠ₯αŠ•αŒ‚ αŒ₯α‰ α‰₯ #αŠ₯αŠ•α‹°αˆŒαˆ‹α‰Έα‹ αˆ³α‹­αˆ†αŠ• αŠ₯αŠ•α‹΄α‰΅ #αŠ₯αŠ•α‹΅α‰΅αˆ˜αˆ‹αˆˆαˆ±_α‰ αŒ₯αŠ•α‰ƒα‰„ α‰°αŒ α‰ α‰α€
α‰€αŠ–α‰Ή #αŠ­α‰α‹Žα‰½ αŠ“α‰Έα‹αŠ“ #α‹˜αˆ˜αŠ‘αŠ•-α‹‹αŒα’ ("Egaa #attamitti akka #deddeebitan haleelaa #ilaalladhaa. Akka warra #ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin ta'iniitti hin #jiraatinaa."

#Guyyoonni_kun_guyyoota gadhee waan ta'aniif, #yeroo isiniif kenname #utuu hin dabarsin itti hojjedhaa.")
Efe 5:15-16

#Bariicha_akkaamiiti_dursina...❓❓❓

βœ…1.#Fedhaa_Foon keenyaaf #bitaamu dhiisudha.

Room13:11_14 "#Yeroo_itti_dura_amanne caalaas #amma guyyaan #fayyinaa waan #nutti dhi'aateef, #yeroon_kun_yeroo itti #hirribaa_dammaquun isin irra #jiru ta'uu isaa #beekaa.

#Halkanichi_sokkee, #guyyichi dhi'aateera, kanaafis #kottaa #hojii_dukkana keessa hojjetamu #of_irraa_fuunee_gannee, mi'a lolaa isa #ifa_keessa ittiin hojjetan ni #hidhannaa

#Kottaa_amala_keenya tolfannee akka #warra_ifa guyyaa keessa deddeebi'aniitti #jiraanna_malee, machiitti, halalummaatti ykn sagaggalumman, #nama_loluutti hin jiraannu.

#Gooftaa_Iyyasuus_Kiristoosin akka #uffata_sibiilaatti #uffadhaa malee, #hawwa namummaa #foonii raawwattanii isas #gammachiisuudhaaf #garaa hin #kenninaa."

βœ…2.#Icciitiwwaan _Mana Amantaa raawachudha.

"#Egaa_yaada garaa keessanii #geddaradhaa, inni #cubbuu keessan #akka isiniif dhisuuti gara #Waaqayyootti_deebi'aa."
H/Erg 3:19

#Bara_haarati
#Uffaata keenyaa qofaa osoo hin taane #yaada_Laphee keenyaas haa #Jijjiraanu....

πŸ’―Iyyuu'eel 2:12-14 "#Waaqayyo garuu, ''#Ammuma_iyyuu garaa keessan #guutuudhaan, #soomuudhaan, boo'ichaan, gadduudhaanis gara kootti deebi'aa!'' jedha.

#Egaa_Laphee keessan tarsaasaa malee, #uffata keessan hin #tarsaasinaa. Gara #Waaqayyo gooftaa keessaniitti deebi'aa. #Inni araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa waan ta'eef, dheekkamsatti hin #ariifatu, #gaarummaan isaas baay'ee dha, wanta #hamaa_namatti erguu irraas of ni qusata."

βœ…3.#Jaalalaa Fi #Nageenyan jiraachudha.

#Nama_hundumaa wajjin #nagaatti jiraachuudhaaf karaa keessan wanta danda'amu hundumaa godhaa."
Room12:18

#Jaalala_yoo_waliif_qabaattan, kanaan #namoonni hundinuu akka #isin_bartoota koo akkaa taatan ni #beeku. "
Yoh 13:35

"#Wantan qabu hundumaa #warra_dhabaniif_hiree, ittiin of #jajuudhaafis dhagna koo iyyuu dabarsee Yoon #kennee, #jaalala_yoon qabaachuu dhaabaadhe garuu, #homaa waa'ee #anaaf hin baasu."
1ffaa Qor 13:3

"#Waan_hojjettan_hundumaa #jaalalaan raawwadhaa."
1ffaa Qor. 16:14

🌹🌹🌹🌹#Barii_2016 bara #Wangeelawi_Yohaanisiti.
#Yohaanis jechuun
#Kennaa
#Gammachuu jechuudha.

#Kanaf bara ittii#kennaa Fi #gammachuu_waaqayyoo irraa ittii #arganu nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

#Bariicha_dursine mana isaa keessa #akkaa jiraanu #fedha Fi #Jaalalaa_waaqayyoo nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹#Ayyaana_gaarii 🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

#Wantumaa_hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu πŸ™

https://t.me/firiqulqulloota
#Baga_geessan
Hos 14:9 "#Warri_waaqayyoon morman garuu isa irratti #gufatanii ni kufu.”

#Sadaasa 21 guyyaa Taabonnii #Tsiyyoon biyyaa #filisxeemeeti Ummaatan erg booji'amte booda #daagonii cacabseti gara Ummaata isra'eeliti ittii deebiisanii Fi gara biyyaa keenyaa dhufte ammoo #Aksum _Tsiyoon Guyyaa ittii qubbate Kan #yaadane Kan kabanyuudha.

πŸ™ˆ#Taabonnii_Tsiyyoon yeroo sana #Maaliif booji'amte laata??

#Sababoota gurguddoo #sadiif
#Ummaannii isra'eel:-

#1ffaa "#Arsaa_waaqayyof dhiyaatuu dhiyyeessuu dhiisanii #ofii_isaanif Waan #faayadamaniif

#2ffaa #Ibsaan _Arsaa Waaqayyoof dhiyaatuu bakka dura turee kasanii #ibsuu Waan #dhiisanif

#3ffaa #Mana_Qulqullumati hojii #sagagaluma Waan rawwaataniif

#Sababoota kennanif #Taabonnii_Tsiyyoon booji'amte.

πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆHar'aa hoo #biyyaa keenyaati maaf #qorumsii dhufee laata

#Ajaaja_waaqayyoo Waan #eega hin jiref

Kunis #biyyaa_keenya keessatii gochaa #waaqayyoo hin jaalanne akka raawwaatamuf biyyoonnii #halkanii guyyaa hojjatan jiru.

#Kanneen_keessaa
πŸ™ˆHaalla #uffaana keenya
πŸ™ˆjiraachuu #saadomii Fi gaamora
πŸ™ˆ#ulfaa ofiira baasu
πŸ™ˆ#dhugaa malee du'uu Namoota
πŸ™ˆ#Murtii dhugaan dhaabamu
πŸ™ˆ#Taajijilaa dhugaan dhaabamu Fi #faayidaamif qofaa Tajaajilu Namoota
πŸ™ˆ#fedha keenya malee fedha #waaqayyoo daagachuun keenya #qorumsaa kanaf nu geesisa.

πŸ–•πŸ–•πŸ–•πŸ–•#Anii_kamii keessan jira jennee of gafanee of haa sirreesinuu...

Iyuu'eel 2:12-14

#Waaqayyo garuu, ''#Ammuma iyyuu #garaa keessan guutuudhaan, #soomuudhaan, boo'ichaan, #gadduudhaanis gara kootti deebi'aa'' jedha.

#Egaa_laphee keessan #tarsaasaa malee, #uffata keessan hin tarsaasinaa. Gara #Waaqayyo_gooftaa keessaniitti deebi'aa. #Inni_araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa waan ta'eef, #dheekkamsatti hin ariifatu, #gaarummaan isaas baay'ee dha, #wanta hamaa namatti #erguu irraas of ni qusata.

#Maaltu beeka, tarii #Waaqayyo #gooftaan keessan isa yaade ni dhiisa, ni oo'as; #kennaa midhaanii fi #kennaa dhugaatii akka isaaf dhi'eessuu dandeessanitti, isin ni #eebbisa ta'a."

Kanaafuu #Waaqayyoof Ajaajamuun #rakkoo kamiiyyu nama irraa #hanbisa....

Fkn 29:25; "#Nama sodaachuun #kiyyootti nama galcha, #Waaqayyoon amanachuun garuu #fayyina."


#Waaqayyoo waada keenyaa #Durboo_Maariyaamii fi jaalatoota isaaf galleef jedhee nuti haa araaramu.

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."
"#Guyyaa_nyaate du'aa ni duuta"
(#α‰ α‰ αˆ‹αˆ…_α‰€αŠ• αˆžα‰΅αŠ• α‰΅αˆžα‰³αˆˆαˆ…)
ኦαˆͺቡ α‹˜ααŒ₯αˆ¨α‰΅ 2:17

βœ…#Tsomiini ajjaaja jalqaba Ilmaa namatiif Kara #waaqayyoon kennaamtedha.

#Addaam sababa nyaatan jireenya gannata keessa arii'ame balbali #cuubbuu Kara nyaatan ittii dhufee

🌹#Gooftaan keenyaa #Iyyaasuus_0kiristoos hojii hundaa dursaa tsomiidha guyyaa 40 fi halkan 40 tsomu eegaluun akkaa nu tsomnu nu barsiisun fayyiinaf gara jireenya bara barati nu waame.

🌹Maat 4:4 "#Namnii_nyaata qofaan hin jiraatuu #dubbii Afaan waaqayyoo keessa bahu hunduman malee" jedheeme barreefamera. (S.k.d 8:3 )

#Tsoomiin_Afuura xuraawa baasu Fi ittiisu Kan dandeesuu #meeshaa_lolaa_waaqayyooti

🌹Maat 17:21 β€œ#afuuri_xuraawa kadhataan soomuudhaanis malee #gonkumaa hin baafamu"

πŸ’―πŸŒΉπŸ‘‰Iyyuu'el 2:12- 13 Waaqayyo garuu, ''#Ammuma iyyuu garaa keessan guutuudhaan, soomuudhaan, boo'ichaan, #gadduudhaanis gara kootti deebi'aa'' jedha.

♨️♨️♨️ #Egaa_laphee keessan tarsaasaa malee, #uffata keessan hin tarsaasinaa. Gara Waaqayyo gooftaa keessaniitti deebi'aa. Inni #araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa waan ta'eef, #dheekkamsatti hin ariifatu, gaarummaan isaas baay'ee dha, wanta hamaa namatti erguu irraas of in qusata."

#Tsomiini βœ… Amala #ergamoota nama gonfachiftii

#Tsomiiniβœ…Fedha #foonii fedha lubbuutif bichisifte maddaa lubbuu ni fayyifti.

#Tsomiiniβœ…Kara ittiin $jaalala waaqayyoof qabnu ittiin ibsinudha.

πŸ’―βœ…#Addaam wanta hundaa keessa balaa balasii takkaa qofaa hin nyaatin Kan jedhamen jΓ alalaa innii Waaqayyoof qabu akkaa bekkaamuf ture. Garuu ajjaaja waaqayyoo kenneef Waan cabsef kennaa hundii irraa fudhatame.

Yoh14:15 "Yoo #na_jaalatan ajaajjota Koo eega"

πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆNutii hoo #ajjaaja_waaqayyoo egaa jiraa❓❓❓.....maal gochaa jiraa ...deebiin isaa hundumaa keenyaafan dhiisa...

#Waluma&galatii namnii tsoma yeroo #dhiisu gara #du'atii akkaa deema jiruu abbaa keenyaa Addaam irraa barachuu Fi tsoma eegun ykn #tsomun gara #fayyinati kan nama geesituu ta'uu dagaachuu hin qabnu

🌹🌹🌹#Tsoomii_ Gooftaan keenyaa #Iyyaasuus_kiristoos tsoome qorumsaa ittii dhufee hundaa mo'ate nutis akka mo'anuf #Kara nuti Kan agarsise nu #ijoolllee isaa nu haa gargaruun fedha Fi jàalalaa Isaa nuf haa ta'uu.

#Yeroo_Tsomaa gaarii nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."