Firii Qulqulloota
1.63K subscribers
30 photos
1 video
95 links
πŸ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
🌹🌹🌹#Baga_geessanπŸ™

🌹🌹🌹ኀፌ 5:16 "#α‰€αŠ–α‰Ή αŠ­α‰α‹Žα‰½ αŠ“α‰Έα‹αŠ“ #α‹˜αˆ˜αŠ‘αŠ•-α‹‹αŒα’"🌹🌹
"#Guyyooni kun guyyoota #gadheee waan ta'aniif #bariicha-dursaa"

"αŠ₯αŠ•αŒα‹²αˆ… αŠ₯αŠ•α‹° #αŒ₯α‰ α‰ αŠžα‰½_αŠ₯αŠ•αŒ‚ αŒ₯α‰ α‰₯ #αŠ₯αŠ•α‹°αˆŒαˆ‹α‰Έα‹ αˆ³α‹­αˆ†αŠ• αŠ₯αŠ•α‹΄α‰΅ #αŠ₯αŠ•α‹΅α‰΅αˆ˜αˆ‹αˆˆαˆ±_α‰ αŒ₯αŠ•α‰ƒα‰„ α‰°αŒ α‰ α‰α€
α‰€αŠ–α‰Ή #αŠ­α‰α‹Žα‰½ αŠ“α‰Έα‹αŠ“ #α‹˜αˆ˜αŠ‘αŠ•-α‹‹αŒα’ ("Egaa #attamitti akka #deddeebitan haleelaa #ilaalladhaa. Akka warra #ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin ta'iniitti hin #jiraatinaa."

#Guyyoonni_kun_guyyoota gadhee waan ta'aniif, #yeroo isiniif kenname #utuu hin dabarsin itti hojjedhaa.")
Efe 5:15-16

#Bariicha_akkaamiiti_dursina...❓❓❓

βœ…1.#Fedhaa_Foon keenyaaf #bitaamu dhiisudha.

Room13:11_14 "#Yeroo_itti_dura_amanne caalaas #amma guyyaan #fayyinaa waan #nutti dhi'aateef, #yeroon_kun_yeroo itti #hirribaa_dammaquun isin irra #jiru ta'uu isaa #beekaa.

#Halkanichi_sokkee, #guyyichi dhi'aateera, kanaafis #kottaa #hojii_dukkana keessa hojjetamu #of_irraa_fuunee_gannee, mi'a lolaa isa #ifa_keessa ittiin hojjetan ni #hidhannaa

#Kottaa_amala_keenya tolfannee akka #warra_ifa guyyaa keessa deddeebi'aniitti #jiraanna_malee, machiitti, halalummaatti ykn sagaggalumman, #nama_loluutti hin jiraannu.

#Gooftaa_Iyyasuus_Kiristoosin akka #uffata_sibiilaatti #uffadhaa malee, #hawwa namummaa #foonii raawwattanii isas #gammachiisuudhaaf #garaa hin #kenninaa."

βœ…2.#Icciitiwwaan _Mana Amantaa raawachudha.

"#Egaa_yaada garaa keessanii #geddaradhaa, inni #cubbuu keessan #akka isiniif dhisuuti gara #Waaqayyootti_deebi'aa."
H/Erg 3:19

#Bara_haarati
#Uffaata keenyaa qofaa osoo hin taane #yaada_Laphee keenyaas haa #Jijjiraanu....

πŸ’―Iyyuu'eel 2:12-14 "#Waaqayyo garuu, ''#Ammuma_iyyuu garaa keessan #guutuudhaan, #soomuudhaan, boo'ichaan, gadduudhaanis gara kootti deebi'aa!'' jedha.

#Egaa_Laphee keessan tarsaasaa malee, #uffata keessan hin #tarsaasinaa. Gara #Waaqayyo gooftaa keessaniitti deebi'aa. #Inni araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa waan ta'eef, dheekkamsatti hin #ariifatu, #gaarummaan isaas baay'ee dha, wanta #hamaa_namatti erguu irraas of ni qusata."

βœ…3.#Jaalalaa Fi #Nageenyan jiraachudha.

#Nama_hundumaa wajjin #nagaatti jiraachuudhaaf karaa keessan wanta danda'amu hundumaa godhaa."
Room12:18

#Jaalala_yoo_waliif_qabaattan, kanaan #namoonni hundinuu akka #isin_bartoota koo akkaa taatan ni #beeku. "
Yoh 13:35

"#Wantan qabu hundumaa #warra_dhabaniif_hiree, ittiin of #jajuudhaafis dhagna koo iyyuu dabarsee Yoon #kennee, #jaalala_yoon qabaachuu dhaabaadhe garuu, #homaa waa'ee #anaaf hin baasu."
1ffaa Qor 13:3

"#Waan_hojjettan_hundumaa #jaalalaan raawwadhaa."
1ffaa Qor. 16:14

🌹🌹🌹🌹#Barii_2016 bara #Wangeelawi_Yohaanisiti.
#Yohaanis jechuun
#Kennaa
#Gammachuu jechuudha.

#Kanaf bara ittii#kennaa Fi #gammachuu_waaqayyoo irraa ittii #arganu nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

#Bariicha_dursine mana isaa keessa #akkaa jiraanu #fedha Fi #Jaalalaa_waaqayyoo nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹#Ayyaana_gaarii 🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

#Wantumaa_hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu πŸ™

https://t.me/firiqulqulloota
#Bagaa_geessan
#Sooma_Raajota
#Raajonni , Gooftaan , "Inbu'a ; indhalata" jedhanii raajiisaan dubbatan akka raawwatuuf hawwanii #sooman , kadhatan. #Nuti waa'ee maaliif #soomna? #Kiristoos dhalatee , cuuphamee , barsiisee , fannifamee , du'ee , du'aa ka'ee , ol-ba'ee , #mirga abbaasaa hinjiruu ree? amma maaliif soomna? jennee yaanna.

#Gooftaan yaada #garaakoof kee keessatti dhuguma dhalateeraa? #Dhuguma lappheen keenya akka dallaa #Beeteliheemiin bultoo Kiristoosiin ta'eeraa? #Bultoo isa dhowwannee #haadhasaa wajjin isa hindeebifnee ree?

#Kasoominni cuupphaasaatii yaada garaa keenya bira yoom ga'e? #Dhukkubbiin #fannifamuusaatii yoom #sammuu keenya keessatti barraa'e?

Kanaaf #Raajotiin , "Bu'ii , #Dhaladhu" jedhanii #soomasaan sooman insoomna. #Yaa Gooftaa , #jireenya_koo keessatti bu'ii #dhaladhu ; #namummaakoo #bulteekee taasisi. #Qaamonni miiraa koo #cubbuurraa aaragalfatanii akka dallaa #Beeteliheemiin bultoo kee haa ta'an'an.

#Bineeldonni Beeteliheem #afuura isaanii harka fuudhiin siif dhiyeessani , #Dhagoonni #Biitaaniyaa faarfataan dhibnaan faarfachuuf qopphaa'oo turani , #Golgaan mana qulqullummaa ulfinakeef tarsa'e , #Jiinis siif dhiiga uffatte , #Biiftuun waa'eekeef dukkanoofte , #Uurjileen maqaakeef harca'aani , Q#arsaawwan jaalalakeef baqaqani.

#Bineeldoota Beeteliheemirra , #dhagootii Biitaaniyaarra , #golgaa mana qulqullummaarra akkamin xiqqaadhee argama? #Amma dhagaan Biitaaniyaan #sibeeke utuun si hinbeekin , #amma golgaan mana qulqullummaan si hubate utuun si hin #hubatin akkamiin jiraa dhu?

#Qarsaan yommuu siif baqaqu #lappheenkoo maaliif qarsaa caalaa jabaate? Yommuu #Jiini dhiiga uffattu anatti maaliif gidiraankee hin dhaga'aamne? Du'oonni du'akeetiin yommuu ka'aan maal #anoo du'a #cubbuurraa ka'uun dadhabee tii?

#Kanaafidha kanan ammayyuu #jireenyakoo keessatti ati #hindhalanne kanan jedhuuf.

#Kanaafuu , #Yaa Gooftaa, #soomaaf kadhannaa #Raajotaa dhageessee kan buute , kan #dhalatte Yaa Gooftaa #Jireenyakoo keessatti bu'i #dhaladhuu tii anis #ergamootaa wajjinan faarfadha , #Jarreen ogeeyyii wajjin harka fuudhiin lakka'a , #Tiksoota wajjin ajaa'ibsiifa dha. #Utuu_dhalachuun kee naaf hingalin #dhufaatiin kee akka natti #hindhufneef #n_gargaari.

Kitaaba Daaqun Haayilee irraa

Fuula channel keenyaa

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'u." πŸ™