Firii Qulqulloota
1.46K subscribers
19 photos
1 video
83 links
πŸ”ˆ"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31
Download Telegram
"#Guyyaa_nyaate du'aa ni duuta"
(#α‰ α‰ αˆ‹αˆ…_α‰€αŠ• αˆžα‰΅αŠ• α‰΅αˆžα‰³αˆˆαˆ…)
ኦαˆͺቡ α‹˜ααŒ₯αˆ¨α‰΅ 2:17

βœ…#Tsomiini ajjaaja jalqaba Ilmaa namatiif Kara #waaqayyoon kennaamtedha.

#Addaam sababa nyaatan jireenya gannata keessa arii'ame balbali #cuubbuu Kara nyaatan ittii dhufee

🌹#Gooftaan keenyaa #Iyyaasuus_0kiristoos hojii hundaa dursaa tsomiidha guyyaa 40 fi halkan 40 tsomu eegaluun akkaa nu tsomnu nu barsiisun fayyiinaf gara jireenya bara barati nu waame.

🌹Maat 4:4 "#Namnii_nyaata qofaan hin jiraatuu #dubbii Afaan waaqayyoo keessa bahu hunduman malee" jedheeme barreefamera. (S.k.d 8:3 )

#Tsoomiin_Afuura xuraawa baasu Fi ittiisu Kan dandeesuu #meeshaa_lolaa_waaqayyooti

🌹Maat 17:21 β€œ#afuuri_xuraawa kadhataan soomuudhaanis malee #gonkumaa hin baafamu"

πŸ’―πŸŒΉπŸ‘‰Iyyuu'el 2:12- 13 Waaqayyo garuu, ''#Ammuma iyyuu garaa keessan guutuudhaan, soomuudhaan, boo'ichaan, #gadduudhaanis gara kootti deebi'aa'' jedha.

♨️♨️♨️ #Egaa_laphee keessan tarsaasaa malee, #uffata keessan hin tarsaasinaa. Gara Waaqayyo gooftaa keessaniitti deebi'aa. Inni #araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa waan ta'eef, #dheekkamsatti hin ariifatu, gaarummaan isaas baay'ee dha, wanta hamaa namatti erguu irraas of in qusata."

#Tsomiini βœ… Amala #ergamoota nama gonfachiftii

#Tsomiiniβœ…Fedha #foonii fedha lubbuutif bichisifte maddaa lubbuu ni fayyifti.

#Tsomiiniβœ…Kara ittiin $jaalala waaqayyoof qabnu ittiin ibsinudha.

πŸ’―βœ…#Addaam wanta hundaa keessa balaa balasii takkaa qofaa hin nyaatin Kan jedhamen jΓ alalaa innii Waaqayyoof qabu akkaa bekkaamuf ture. Garuu ajjaaja waaqayyoo kenneef Waan cabsef kennaa hundii irraa fudhatame.

Yoh14:15 "Yoo #na_jaalatan ajaajjota Koo eega"

πŸ™ˆπŸ™ˆπŸ™ˆNutii hoo #ajjaaja_waaqayyoo egaa jiraa❓❓❓.....maal gochaa jiraa ...deebiin isaa hundumaa keenyaafan dhiisa...

#Waluma&galatii namnii tsoma yeroo #dhiisu gara #du'atii akkaa deema jiruu abbaa keenyaa Addaam irraa barachuu Fi tsoma eegun ykn #tsomun gara #fayyinati kan nama geesituu ta'uu dagaachuu hin qabnu

🌹🌹🌹#Tsoomii_ Gooftaan keenyaa #Iyyaasuus_kiristoos tsoome qorumsaa ittii dhufee hundaa mo'ate nutis akka mo'anuf #Kara nuti Kan agarsise nu #ijoolllee isaa nu haa gargaruun fedha Fi jàalalaa Isaa nuf haa ta'uu.

#Yeroo_Tsomaa gaarii nuf haa ta'uu πŸ™πŸ™πŸ™

https://t.me/firiqulqulloota

"#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."