Kutaa 5ffaa π
±οΈ
" #Ani #immoo #yeroo #sanatti, '#Matumaa #ani #isin #hinbeeku, #isin #yaa #warra #hamaa #hojjettanii, #ija #koo #duraa #badaa!' jedheen (mul'inatti isaanitti hima?) jedhe."
7:22-23 α αα« αα α₯ααα½α’ αα³ ααα₯ αα³ ααα₯ #α α΅αα #α΅αα’α΅ #α αα°ααααααα₯ #α α΅αα α΅ #α αααα΅α #α ααα£αααα₯ #α α΅αα α΅ #α₯α #α°α αα«α΅α #α αα°α¨αααα? ααααα’
α¨αα«α αααα’ #α¨αΆα ααα αα½ααα€ #α₯ααα° #ααααα½α₯ #α¨α₯α #α«α #α₯α¬ #α₯αα°ααα£αΈαααα’
Qabxiiwwan ijoon Maatewos 7:22-23 irraa hubannu:-
1ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin raajii dubbanna jedhu, maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasnaa jedhu, maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi worra Yesuus isaan waakkatu. Worroota Yesuus isaan waakkatu jechuun, worrota dalaggaan isaan dalagan barsiisaa fi ajaja Yesuusiin ala taβee jechu. Wonti Yesuus hin barsiisinii fi hin ajajin maaliidhaa yoo jettaan Yesuus gooftaa naan jedhaa jedhee hin barsiifne, akkasumas Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa, raajii dubbadhaa wolumaa galatti maqaa kiyyan daldala banadhaa jedhee hin ajajne jechu.
2ffaa- Worroonni Yesuus isaanii waakkatu sunniinillee Muslimoota miti. Sababni isaallee Muslimni #Yesuusiin gooftaa #hin jedhu ( Yesuus Ergamaa Rabbiiti jedha)
Muslimni #maqaa #Yesuusiitin hafuura hamootaa baasna, raajii hojjanna waan hin jenneef jecha. Kanaafuu worroonni Yesuus isaan waakkatu worroota Kiristaanaati.
Sababni isaallee #kiristaanni #Yesuusiin #gooftaa #jedhu #waan #taβeef akkasumas
worroonni maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, hafuura hamootaa baasna jedhu waan Kiristaana taβeef jecha.
3ffaa- Worroonni/ Namoonni Yesuusiin gooftaa jedhu, kan maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhu, kan maqaa Yesuusiin hojii aangoo hojjannaa jedhu hundi namoota Yesuus isaan argaa jibbu worra hamaa (diddoota) taβuu nuuf ibsa. Worroota Yesuus isaan arga jibbu jechuun worraa waan Yesuus hin barsiifnee fi hin ajajne dalagu, worra dhugaa dhiisee badii hojjatu worra hamaa (haqa diddoota) jechuudha.
4ffaa- Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa jedhee ajaajuu akka hin dandeennee fi innuu hafuura Waaqaatiin ( fedhii Rabbiitiin) akka baasaa ture Maatewos 12:28 nuuf addeessa.
βAni garuu hafuura Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.β
βMat. 12: 28
Kanaafuu Yesuusii hafuura Waaqaatiin hafuura hamootaa baasetu sirriidha moo worroota maqaa Yesuusiin hafuura ni baafnaa jedhee dubbatutu sirri? Yesuus osoo ufitti aangoo fi dandeettii qabaatee hafuura Waaqaatti hin hajamu. Kanaafuu Waaqaa Yesuus qarqaarsifate san qarqaarsifatanii waa hojjatuu qofatu qajeelluma malee kan kanaan alaa kamuu jallinna taβuu ifatti mudhisaa jechu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa π
https://t.me/Xaalibu6504

#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #21 ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa 1 #Ximotewos 2:5
dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
1 Ximotewos 2:5
" Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama #walitti #fidus #tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa #nama #ta'ee (mul'ateeβ) dha."
1α αα° α’αα΄αα΅ 2:5 α αα΅ α₯ααα α₯αα α ααα₯ α α₯ααα α₯ααα α α°αα αα«α¨α α«αα #αα«α¨ααα α°αα α αα΅ α αα₯ α₯αα±α #α°α #α¨αα ααα΅αΆα΅ α’α¨α±α΅ ααα€
1 Timothy 2:5. For there is one God, and #one #mediator between God and men, #the #man Christ Jesus;
Gafii πππ
Akka ragaa 1 #Ximotewos 2:5 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Waaqayyon tokkicha, Yesuus jedhamee jira. β
B. Yesuus nama osoo hin taane ilma Waaqaati jedhamee jira.β
C. Yesuus jechuun, isa jidduu waaqaa fi ilma namaa jiraate, Waaqaa fi namoota wolitti fidu jedhamee jira.β
D. Hunduu deebii sirrii ta'e.β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa 1 #Ximotewos 2:5
irraa argannu;
1ffaa- Waaqni dhugaa tokkicha malee, waaqa lama yookaa sadi jedhamu akka hin taane (#Waaqayyo #tokkicha yeroo jedhu)
2ffaa- Yesuus jechuun isa Waaqaa fi namoota wolitti fidu (ergamaa Rabbiin ergate, ka seera Rabbiin irraa fide namatti geessuun, ilma namaa akka Rabbiin inni beeku taasisu) qofa akka ta'e (#inni #gidduu #dhaabatee #Waaqayyoo fi #nama #walitti #fidus #tokkicha yeroo jedhu).
3ffaa- Yesuus nama malee Waaqaa yookaa ilma Waaqaati dubbiin jedhu olola akka ta'e ifatti hubannaa jechuudh (#inni #immoo #Kristos #Yesus #isa #nama #ta'e Yeroo jedhu).
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π

#Kutaa #29ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa #Maatewos 20:20-23 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
#Maatewos 20:20-23
βErgasii haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, waa kadhachuudhaaf miilla isaatti kufte. Inni immoo, "#Maal #barbaadda?" isheedhaan jedhe. Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. #Yesus, garuu #deebisee, "#Waan #kadhattan #hin #beektan! Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin. Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu #gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.β
α αα«α αα α¨αα₯α΄αα΅ ααα½ α₯αα΅ α¨ααα½α αα α₯α¨α°αα°α½α α αα΅ ααα α₯α¨αααα½ αα° α₯αα± αα¨α α½α’
α₯αα±αα’ αα α΅αααα«αα½? α αα΅α’ α₯αα΅ααα’ #α₯ααα #ααα± #αααΌ #α αα± #α ααα #α αα±α #α αα«α #α αααα₯α΅α #α₯αα²ααα‘ #α₯αα #α αα½αα’ #α’α¨α±α΅ αα αααΆα’ #α¨αα΅αααα΅α #α α³αααα’ α₯α αα α£α α«ααα α½α αα΅α α‘ α₯αα α¨αα αααα α₯ααα΅ αα΅α αα α΅α½ααα½αα? α αα’ α₯αα½ααα α αα΅α’ α’α¨α±α΅ αα αααΆα’ α¨αα΅αααα΅α α α³αααα’ α₯α αα α£α α«ααα α½α αα΅α α‘ α₯αα α¨αα αααα α₯ααα΅ αα΅α αα α΅α½ααα½αα? α αα’ α₯αα½ααα α αα΅α’ α₯αα±αα’ α½αα¬αα΅ α΅α α£αα½αα€ #α ααα #α αα« #αααα₯ #αα #α¨α α£α΄ #ααα΅ #αα°αααααΈα #αα #α₯αα #α₯α #α¨αα°α₯ #α αα°ααα α ααΈαα’
Gafii πππ
Akka ragaa #Maatewos 20:20-23 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Haati ilmaan Zabdewos ilmaan ishee wajjin, gara Yesus dhuftee, Ilmaan koo kun lamaan mootummaa kee keessatti inni tokko gara mirga kee, inni tokko immoo gara bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette. β
B. Yesus, haadha ilmaan Zabdewos deebisee, homa na kadhatuu qabdu na gaafatte jedheen.β
C. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu kan kennu anaa jedhe. β
D. Yesuus haadha ilmaan Zabdewosiin, mirga koo yookiis gara bitaa koo taa'uu sun warra kanaan dura anaan qophaayee fi worrota akka kee na gaafataniif kenname isiin jedhe. β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Maatewos 20:20-23 irraa argannu;
1ffaa- Dubartiin haati ilmaan Zabdewos jedhamtu, Yesuus #Nabiyyii Rabbii fi #gabricha Rabbii ta'uu hubattee, aakeratti #gaafa #Jannata #seentu ilmaan tiyyalle akka si woliin Jannata naaf seentu naaf taasisii jetteen (Isheen itti fuftee, "#Ilmaan #koo #kun #lamaan #mootummaa #kee #keessatti #inni #tokko #gara #mirga #kee, #inni #tokko #immoo #gara #bitaa kee akka taa'aniif abboomi!" ittiin jette yeroo jedhu).
2ffaa- Yesuus haadha ilmaan Zabdewosii, ta ilmaan tiyya si wojjiin Jannata naaf haa seentuu jettee kadhattee, #Jannata #nama #seensisuun #akka #gahee #isaa #hin #taane #mirkaneessuuf jecha, homa na kadhatuu qabdanuu hin beektanii, kun gahee kiyyaa mitii #kadhaa #dogongora na gaafattee isiin jedheen ("#Waan #kadhattan #hin #beektan! yeroo jedhuun).
3ffaa- Yesuus yeroo haati ilmaan Zabdewos gaafii gaafattu, deebisee akka ani haqa Rabbii irratti jiraadhee haqa irratti du'u hedutti raawwatu dandeettuu? jennaan, ee ni dandeenna jetten (Isin immoo xoofoo dhiphinaa ani keessaa dhuguuf jiru keessaa dhuguu in dandeessuu?" jennaan, isaan immoo, "In dandeenya" jedhaniin yeroo jedhaniin). Kun waan lamaan gurguddaa agarsiisa, atillee haqumaaf jecha rakkattee nullee haqa irratti dhaabbanne rakkannaa fi akkasuma akkuma ati haqa irratti du'uu heddu #nullee #haqa #irratti #ni #duunaa jechuudha. Yesuusille akkuma ani Rabbitti amane yoo amantani akkuma ani rakadhetti rakkatuuf jirtuu jedheen (Innis, "Xoofoo koo keessaa illee dhuguuf jirtu yeroo jedhu).
4ffaa- Yesuus xumura irratti #homa #feetanuu #hojjattan, #Jannata #ka #nama #seensisu #anaa #mitii #Rabbii #tokkicha malee jedhee himeef (#gara #mirga #koo yookiis #gara #bitaa #koo #taa'uu garuu #kennuun #kan #koo #miti; taa'umsi sun warra kanaan dura abbaa kootiin qopheeffameefiif ta'a" isaaniin jedhe.β yeroo jedhu).